Forwarded from EECMY Youth Ministry
ልጆች የነገ ተስፋዎች ናቸው: ወጣቶች የሀገር ተረካቢዎች ናቸው: ቤተሰብ የሀገር መሰረት ነው!
IJOOLLEEN ADBII BORIITI! DARGAGGOON GAGGEESSITOOTA HAR'AA FI BORUUTI! MAATIIN BU'UURA DHALOOTAATI!
===#Youth_and_Family_Conference @Ghimbi Jorgo Synod, Ghimbi
=Maatiin bu'uura dhalootaati, bu'uura hawaasaati, bu'uura biyyaati,...
=Manni barumsaa jalqabaa ijoollee maatiidha. Maatii beekumsa Dubbii Sagalee,Waaqayyootiin hidhachiisuun ijoollee fi dargaggootaaf bu'uura gaarii ijaaruudha.
=Ijoollee fi dargaggoota Sagalee Waaqayyootiin guddisuu, jaalalaa fi kunuunsaan guddisuu, fakkeenyummaa gaariidhaan guddisuun...barbaachisaadha.
=Waaqayyo ijoollee fi dargaggoota keenya nuuf haa eebbisuu! Kallattii hundumaan guddinaa fi milkaa'ina isaaniif haa kennuu!
=ቤተሰብ የትውልድ መሰረት ነው: የማህበረሰብ እና የሀገር መሰረት ነው።
=የልጆች የመጀመሪያው ት/ቤት ቤተሰብ ነው። ቤተሰብን በእግዚአብሔር ቃል ማስታጠቅ ለልጆች እና ወጣቶች መልካም መሰረት እንደ መገንባት ነው።
እግዚአብሔር ልጆች እና ወጣቶቻችንን አብዝቶ ይባርክ! በነገር ሁሉ ዕድገትን እና ስኬትን ይስጣቸው! አሜን።
https://t.me/MYSundaySchool