Ijoollee Addaamii fi Hewwaan (Seera Uumamaa 4)
===
Addaamii fi Hewwaan ijoollee baayโee qabu turan. Ijoolleen isaanii warri jalqabaa Qaayinii fi Abeel turan.
Qaayin guddatee qotee bulaa taโe. Abeel yommuu guddate, tiksee horii taโe.
Gaaf tokko Qaayinii fi Abeel kennaa Waaqayyoof fidan. Iddoo aarsaa irratti kennaa isaanii guban. Kun akka isaan itti kennaa isaanii Waaqayyoof kennanii dha. Abeel hoolota isaa keessaa kanneen gaggaarii Waaqayyoof kenne. Qaayin garuu midhaan isaa keessaa isa gaarii Waaqayyoof hin kennine.
Waaqayyo kennaa Abeeliitti gammade. Sababa inni isaaf hin abboomamneef, Waaqayyo kennaa Qaayinitti hin gammadne. Qaayin aaree Abeeliin ajjeese.
โ Obboleessi kee eessa jira?โjedhee Waaqayyo Qaayiniin gaafate.
Qaayinโ Ani hin beeku. Obboleessa koo eeguuf dirqaman qabaa?โ jedhee deebiseef.
Waaqayyo, โCubbuu hojjechuu keetin obboleessa ajjeefteโ, Qaayiniin jedhe.
: Kunoo biqilaawwan maasii kee keesssaa sirriitti hin guddatan. Bakka jireenyaa hin qabaattu. Bara jireenya kee isa hafe keessatti iddoodhaa gara isa kaaniitti adeemtaโ ittiin jedhe.
Kanaaf Waaqayyo Qaayiniif eegumsa gochuuf mallattoo itti tolche. Namoonni yommuu mallatticha argan Qaayiniin hin ajjeesan.
Waaqayyo Addaamii fi Hewwaaniif ilma an biraa kenneef. Maqaan isaa Sheet jedhama. Erga Sheet dhalatee, Addaam itti dabalee waggoota 800 jiraate. Inni ijoollee dhiiraa fi durboota hedduu qaba ture.
Addaam waggoo 930 jiraate.
Argitanii ijoolle,
๐Abeel garaa/onnee guutuudhaan waan gaarii ta'e Waaqayyoof aarsaa waan dhi'eesseef Waaqayyo aarsaa isaa fudhate. Kanaafuu, aarsaan Waaqayyoof dhi'eessinu wanta hundumaarra gaarii ta'uu qaba, garaa/onnee guutuudhaan ta'uu qaba.
๐Qaayin hinaaffaadhaan obboleessa isaa ajjeese, hinaaffaan gaarii miti, irraa of eeggadhaa, cubbuurraa fagaadhaa.
Kutaa qu'annaa Kitaaba Qulqulluu 2Qor. 9:6-8 qu'adhaa.
#Gaaffii:
1. Kennaa eenyuutu Waaqayyoon gammachiise?
Waaqayyo akka Qaayin obboleessa isaa ajjeesuu isaatiif qalbii jijjiiratee dhiifama gaafatu barbaade. Waaqayyo Qaayiniif eegumsa guchuuf maal hojjete?
๐๐๐
Deebii keessan nuuf barreessaa! Namni barumsa shan wal duukaa ykn wal faana deebii sirrii deebiseef badhaasni kitaabaa qophaa'eera.
Guyyaa gaarii eebbaan guutuu isiniif haa ta'u!
http://www.mysundayschool.org
https://t.me/MYSundaySchool

MY Sunday School
Home | MY Sunday School
''แฅแแแฅ แแแฝ แจแฅแแแ แฅแแญ แตแฆแณ แแธแแฅ แจแแตแ แแฌ แจแฅแญแฑ แแ แแแข'' แแแแญ 127:3
''Ilaa ijoolleen kennaa Waaqayyoo ti, dhala godhachuunis bu'aa Inni namaaf kennuu dha.'' Faarf. 127:3
''Children are a heritage from the Lord, offspring a reward from Him.'' Psalm 127:3
Photo: EECMY Bethel Djemo Congregation

''Gara mana Waaqayyoo dhaqna!" yeroo anaan jedhanitti, ani nan gammade.'' Faarf. 122:1
'' แแฐ แฅแแแ แฅแแญ แคแต แฅแแแต แฃแแ แแ แฐแต แ แแแข'' แแแแญ 122:1
'I rejoiced with those who said to me, "Let us go to the house of the LORD."' Psalm 122 1
Photo: EECMY Nekemt Congregation

Forwarded from EECMY Youth Ministry
แแแแฐแแ แ แแแแแต แแแแฝ แฅแ แแฃแถแฝ แแแแฐแแ แแแฅ แฅแ แแตแแต
===Training-(Day 1)แจแแแฝ แฅแ แแฃแถแฝ แ แแแแแต แแชแแฝ แตแแ แ #แ แ แฒแตแ แ แฃ แแแแ แ/แแแแแแต
YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO WWWMAKAANA YESUUS MAGAALAA FINFINNEERRAA WALITTI QABAMANIIF KENNAME
แแแแต แแแต แ แแจแ แตแแ แ แ แ แฒแต แ แ แฃ แจแแแแต แแแฑ แฒแแถแถแฝ: แแแตแ แจแแแจแแ แขแตแฎแตแซ แฒแแถแต แฅแ แจแ แฒแตแ แ แฃ แฒแแถแต แแฐแแฃแก แแถแฝ: แแแแแแซแ: แจแแแฝ แฅแ แแฃแถแฝ แ แแแแแต แ แตแฐแฃแฃแชแแฝ 'แแแแฐแแ แ แแแแแต แแแแฝ แฅแ แแฃแถแฝ แแแแฐแแ แแแฅ แฅแ แแตแแต' แ แแ แญแแต แ แฐแแซแฉ แจแคแฐแญแญแตแฒแซแ แ แแแแฎแฝ แฅแ แฐแแฃแฅ แฅแแแถแฝ แตแแ แญแต แฐแฐแฅแทแแข แแแซแ แจแ แแแฎ แฅแ แ แฅแจแต แฅแแฒแแ แจแแญแญแญ แแ แแ แจแ!
แจแฅแซแ แฃแแคแต แฅแแแ แฅแแญ แญแแตแแ!
Sinoodosota lamaan Magaalaa Finfinneetti argaman irraa, waldoota garagaraarraa tajaajiltoota dhufaniif yeroo leenjii, yeroo barumsaa, yeroo waaqeffannaa, yeroo tokkummaa fi marii Waaqayyo nuuf kenne. Abbaa hojii kana hundumaa kan ta'e Waaqayyoof galanni haa ta'u! Ameen.
๐๐๐
๐ท ๐ฝ๏ธ EECMY-YDCS Media Team (0911454205)
@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool

แจแแแฌ แ แแแฎ แแ (Training-Day 1)
แแแแฐแแ แ แแแแแต แแแแฝ แฅแ แแฃแถแฝ แแแแฐแแ แแแฅ แฅแ แแตแแต
===
แจแแแฝ แฅแ แแฃแถแฝ แ แแแแแต แแชแแฝ แตแแ แ #แ แ แฒแตแ แ แฃ แแแแ แ/แแแแแแต
''แ แแแแญแ แ แแแฌ แ แแแแณแแ แ แ แฅแญแต แ แญแณแฝแ แฐแแแแฉแค แแแณ แ แแฃแฝแ แฐแแแ แแแฉ:'' แคแแถแ 5:19
===
YEROO WAAQEFFANNAA FAARFANNAADHAAN...
===
YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO WWWMAKAANA YESUUS MAGAALAA FINFINNEERRAA WALITTI QABAMANIIF KENNAME -Guyyaa 1ffaa
''Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis wal harkaa fuudhaa! Garaa keessan keessatti faarfachaa galata gooftaa dhageessisaa!'' Efesoon 5:19
๐๐๐
๐ท ๐ฝ๏ธ YDCS Media Team (0911454205)
https://t.me/eecmyyouthministry