Waaqayyo Biyya Lafaa Uume (Seera Uumamaa 1)
๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ ๐๐๐ด๐พ๐โ๐๐๐๐ป๐๐ซ๐จโ๐ฉโ๐งโ๐ฆ
Jaalatamoo ijoollee keenya, nageenni Waaqayyoo isiniif haa baay'atuu!
Durii, durii biyyi lafaa hin turre. Simbirroommii fi kannisonni, dirreewwanii fi daraaronni, bishaan ciisaa fi lageen, biiftuun, ji'aa fi urjoonni hin ture. Namoonni iyyuu hin ture. Homti tokko iyyuu hin turre. Waaqayyo qofaatu jira ture. Ergasii Waaqayyo lafa uume. Inni waaqaa fi lafa uume. Hundumaa iyyuu waan hin jirre irraa uume. Waaqayyo guyyoota jaโa keessatti biyya lafaa kana uume. Guyyaa guyyaatti wantoota murtaaโoo uume. Waaqayyo yeroo wantoota sana hunda uume, โKun haa taโuโ jedhee dubbate, innis ni taโe.
Jalqabatti bakka hundumaa irra dukkanatu ture. Waaqayyo, โIfni haa taโu!โ Jiedhe. Battala Waaqayyo kana dubbatetti, ifnis ni taโe. Ifichi akka guyyaatti ifa ture. Kunis guyyaa tokkoffaa ture.
Guyyaa isa itti fufutti Waaqayyo dubbatee waaqa (samii) nuun ol jiru kana uume. Kunis guyyaa lammaffaa ture.
Iffi fufees, Waaqayyo akka bishaan bakkawwan murtaaโanitti akka walitti qabamuuf itti dubbate. Akka Kanatti, lageen, haroo fi garba/bishaanota ciisaa uume. Lafti gogaan gidduu gidduu isaanii ture.
Garuu wanti tokko iyyuu laficha irratti hin biqille. Mukeetin, bosonni, yookiis daraaronni eessayyuu hin turre. Ergasii Waaqayyo dubbatee biqiltuuwwan taasise. Margi magariisi dirree uffise. Daraarawwan babbareedoon haalluu hedduu qaban lafa irratti guddatan. Daggalaa fi mukeetiin qomoo hundaas ni jiraatan. Daggaloonni hedduun sanyii qabu, mukeetiin hedduunis ija/firii qabu. Akka isaany yeroo hundumaa baayyataniif Waaqayyo biqilaawwaniif sanyii kenneef. Kana hundaa waaqayyo guyyaa sadaffaatti hojjate.
Waaqayyo ittuma fufee hojjete. Inni ammas ni dubbate, siโa tokkichatti waaqni ifawwaniin guute. Inni biiftuu fi jiโa,akkasumas urjoota halkan ifan uume. Kun guyyaa afuraffaatti taโe.
Amma lafti ni miidhage, waaqayyo garuu kana irra akka wayyaaโu taasise. Waaqayyo ammas dubbatee qurxummii fi uumamawwan bishaan daakan qomoo hundaa uume. Qilleensaa fi mukeetiis qomoo simbirrootaa hundumaan guute. Waaqayyo kana hundaa uume. Qilleensaa fi mukeetiis qomoo simbirrootaa hundumaan guute. Waaqayyo kana hundumaa gaafa guyyaa shanaffaa hojjete.
Guyyaa jaโaffaatti, Waaqayyo ammas ni dubbate. Kanniisommi daraaraa irraa gara daraaraa isa kaaniitti barrisan. Adurreewwanii fi saroonni dirreewwan irra taphatan. Fardeenii fi loon nyaata isaanii barbaaduuf adeeman.
Waaqayyo beeyladoota hundumaa, loon, uumama Iafa irra adeeman, fi beeyladoota bosonatti galan hundaa uume. Hundumaa booda, Waaqayyo nama uume. Waaqayyo nama isa jalqabaa biyyoo lafaa irraa tolche. Hafuuras funyaan isaatti in baafate, akkasitti namni uumama lubbuu qabaatee jiraatu taโe. Waaqayyo namicha Addaam jedhee moggaase. Itti dabalees akka nama isa jalqabaa kana waliin jiraattuuf dubartii ishee jalqabaa uume. Waaqayyo lafee cinaachaa Addaam tokko irraa ishee tolche. Akka isheen haadha manaa isaaf taatuuf Waaqayyo gara namichaatti ishee geesse. Addaamis Hewwaan jedhee moggaase.
Waaqayyo waanuma hojjete hundumaa in ilaale, innis baay'ee gaarii ture. Guyyaa torbaffaatti Waaqayyo boqonnaa fudhate. Inni guyyaa torbaffaa ni qulqulleesses.
1. Waaqayyo guyyaa meeqatti biyya lafaa kana uume?
2. Wantoota Inni guyyaa guyyaatti uume dubbadhu?
3. Dhiiraa fi dubartiin Waaqayyo jalqabatti uume eenyu faโi?
๐๐๐
Deebii keessan nuuf barreessaa!
Guyyaa gaarii eebbaan guutuu isiniif haa ta'u!
http://www.mysundayschool.org
https://t.me/MYSundaySchool

MY Sunday School
Home | MY Sunday School
TRAINING TIME FOR EMERGING LEADERS (Children and Youth)
===@EECMY Tullu Ejersa Saris Congr.
๐Children are the hope of the day after tomorrow, and youth are the hope of tomorrow and adults are the only hope of today.
๐A Church without children and young people is dead.
๐Therefore, the Church should be concerned about children and youth in their congregation and beyond.
#EquipChildrenandYouth!
#EquipEmergingLeaders!

แตแแแต แ แแแแต แจแแณแแฝแ แต แคแฐ แแปแแแต แฐแแญแ แฐแจแแฐ...
EECMY- South West Bethel Synod:
Mizan Teferi Bethel Mekane Yesus
แแฅแแ แแแแ แซแแฅแก
@MYSundaySchool
EECMY- South West Bethel Synod:
Mizan Teferi Bethel Mekane Yesus
แแฅแแ แแแแ แซแแฅแก
@MYSundaySchool
แคแฐแแปแแแต แฐแแญแ แฐแจแแฐ
#แ แแฃแขแแฝ_แแชแแฝ_แแธแ
====
''แจแฅแแแ แฅแแญ แฐแ แแนแแ แแ แ แฅแซ แแ แจแฐแแแ แญแแ แแแตแฅ แจแฅแแแ แฅแแญ แแแแต แซแแ แต แแฝแแ แแ แแตแแ แญแตแ แแฐแแฃแฝ แแฅแแ แแแ แแต แ แฝแตแ แ แแแ แแญแญ แฐแแ แญแ แ แแ'' แฅแแฐแแแ แแ (2แขแแดแแต 3:16): แ แคแฐแญแญแตแฒแซแแฑ แจแแแฝ แฅแ แแฃแถแฝ แแแแฐแแ แ แแแแแต แแฌแ แแฐแจแต: แแแฝ แฅแ แแฃแถแฝ: แฅแแฒแแ แ แแแแฎแฝ แฅแ แแชแแฝ แ แแฃแขแแฝ แฅแแฒแแ: แ แแฅแ แ แฅแแฒแแฉ: แฐแแจแ แฅแแฒแซแตแฐแแฉ: แณแตแฐแ แตแแแฑแ แฅแแตแซแตแฑ แ แแฐแฅ แ แฅแซแแณแแฑ แ/แแแแแ แแ แแ แคแฐแแปแแแต (Mini Library) แฅแแฒแฐแซแ แณแตแฆ แฅแ แณแ แถ แฅแจแฐแฐแซแ แต แญแแแแข
แญแผแแแ แซแแญ แฐแแฅแแ แจแแฅ แ แแตแจแต แ แฐแกแฅ แแแซแฅ แคแดแ แฒแแถแต แจแแตแแแ แจแแแ แฐแแช แคแดแ แแซแ แขแจแฑแต แ/แแแแแ แแณแ แแแแฝแขแ แฒแแถแฑ แ แแ แจแ แจแแแฝ แฅแ แแฃแถแฝ แจแแชแแฝ แตแแ แ แแ แต แจแฐแฐแซแแแ แคแฐแแปแแแต แแฅแแแ แฅแแญ แญแฅแญ แฅแ แแฐแ แแแฝ แฅแ แ แฅแแฒแแ แ แธแแต แแญแแ แจแแฐแแแข
แญแแแ แซแแญ แฐแแฅแแ แ แแณแแแต แตแแตแแธแแต
แจแแแ แฐแแช แคแดแ แแซแ แขแจแฑแต แ/แแแแแ แจแแแฝ แฅแ แจแแฃแถแฝ แ แแแแแต แ แตแฐแฃแฃแชแแฝแ: แจแ/แแแฐแแแแ แฝแแแแแฝ: แแถแฝ แฅแ แ แแแแแแซแแ: แแฝแแแตแ แ แแแแต แ แตแฐแแฝแฆ แซแฐแจแแตแ แแ แจแฅแซแ แแ แฃแแคแต แฅแแแ แฅแแญ แ แแแญ แ แฅแแถ แญแฃแญแซแฝแ แแแแต แฅแแแณแแแข
แจแแ แ แแแ แ แ แจแฐแ แฐแจแแ แตแแแฑแ แแฐ แแแแต แแณแ แจแแแซ แคแฐแแปแแแต แแแฐแซแแต แจแตแญแปแฝแแ แฅแแฐแแตแแก แฐแตแ แฅแแฐแญแแแแข แฅแ แจแแแ แฅแญแแ แฅแ แจแแตแญ แจแ แฅแแตแแแ แฐแ แญแฐแแแ แฅแญแแแฝแ แแฐแ แแ แฅแแฒแ แซ แแฐ แตแแแฑ แแฅแฐแ แ แแแซแ แแแฃแซแฝแ แฅแญแแ แ แแแ แฅแ แแแตแชแฑแ แจแ แ แแแ แแฅแแแ แฅแแญ แญแฅแญ แฅแ แแฐแ แแแฝ แฅแ แ แฅแแฒแแ แแตแซแต แ แแฅแแข
๐แจแแฃแฑ แตแแ แแฅแต แ แแแฎแ แแ: แ แแแฎ แฐแแ แจแแแแฃแ แฅแ แจแแ แแฝแแ แ แฅแแแต แแ: แจแฅแแแต แแแฎแฝ แแแแ แฐแแ แแฝแแ แแแข แ แแฃแข แตแแแต แแช แแ (Readers are Leaders) แฅแแฐแแฃแแ แแแฝ แฅแ แแฃแถแฝ แแช แแแ แฅแแฒแซแตแ แแแฝแแ แจแตแญแปแฝแแ แแแแฃ แญแแฃแแข
๐แแต แแฃแถแฝ: แแชแแฝ: (แ แแแแฎแฝ)... แ แแ แ แแฃแ แแแฝ แ/แแแแแแตแ แญแแ แแแซแ แฐแแญแฎ แ แแแฐแต: แตแแแฑแ แแฐ แแแแต แแณแ แแแแซแต แจแแแญแฐแแ แ แฅแซแแณแแฑ แ/แแแแแ แแ แแ แคแฐแแปแแแต (Mini Library)
แแฐแซแแต แ แแฅแ แฅแแ แจแแแญแแแ แซแแญ แจแแฅ แฅแแตแณแฐแญแฑ แ แแณ แแ แญ แ แฐแซ แแแแฝแ แฅแแแณแแแขแ แแแ แฐแแช แคแดแ แแซแ แขแจแฑแต แซแแแ แฅแแ แตแแด แ แญแฐแ แฐแต แฅแแแแข แตแแ แญแฑ: แตแแ แแ: แแฅแแฑ แญแแฅแแแข
#แคแฐ_แแฝแแแตแ แ แ/แ แฐแจแ แแแฐแซแแต:
๐แ แจ แ/แ แซแแต แแ แแ แญแแ (แขแฎ) แแ แแ แญแปแแ (แจแแต แ แฒแต แแแฃแณ แ แซแตแแแแ)
๐แแฝแแแตแ แจแแฐแฃแฐแฅ แฅแแ แตแแดแ แ แแแแญ แฐแแฝ แแฝแแแตแ แฅแแฒแแแฑ แแตแจแ แญแปแแแข
๐แจแแข แแฐแฃแฐแขแซ แ แแตแจแ แฐแจแแช แ แณแฒแต แแฝแแแฝแแ แ แจแแแ แ แ แถ แแแแต แญแปแแแข
๐แแฝแแแน แแแแแณแแ แฅแแฒแแ แแ แ แแ แฅแแแต แจแแจแฑ แณแญแแณแ แแฝแแแฝ: แแแแแฐแแ แ แแแแแต แจแแจแฑ แฅแแฒแแ แแตแซแต:
๐แฎแแด แ แแแแญ แ แแแแแฑ แแฃแ: แแน แฅแ แแแแ แฐแฐแซแฝ แฅแแฒแแ แแตแจแ แญแปแแแข
#แคแฐแแฝแแแฑ แฐแฐแซแ แถ แฒแซ แฒแแแญ:.
๐แแแฝ แซแแฃแ...
๐แแฃแถแฝ แซแแฃแ...
๐แ แแแแฎแฝ แซแแฃแ...
๐แแชแแฝ แซแแฃแ...
๐แแแแ แซแแฃแ...
๐แ แแฃแข แตแแแต แญแแ แซแ; แ แแแแต แ แญแแฑแ; แคแฑแ: แคแฐแฐแกแ: แ แแแแแฑแ: แตแญแ แฑแ: แแแฉแ แญแแซแแข
''แแปแแแตแ แซแตแฐแแ แแแต แ แฅแแฎแ แธแแ แจแแฐแแธแแค...'' (แแแต 24:45); แจแแณแแกแตแ แฅแแตแณแตแฐแแ แ แฅแแฎแ แฝแ แ แขแจแฑแต แตแ แจแฐแจแแฐ แญแแ!
===
แญแ แแแแญแต แแแแฝแ แฅแแฒแฐแญแต #Share แ แแตแจแ แญแฐแฃแ แฉแแข
แจแฐแแซแฉ แตแแ แญแถแฝแ แแแแแต แจแแจแฐแแแ แ แตแซแปแฝแแ แญแ แแ๐!
http://www.mysundayschool.org
https://t.me/MYSundaySchool
https://t.me/eecmyyouthministry

Forwarded from EECMY Youth Ministry
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
BIBLE FOR ALL HUMAN KIND!
''I do all this for the sake of the gospel, that I may share in its blessings.'' 1Cor. 9:23
Did YOU KNOW ๐?
๏ง The work of Bible translation is tied to the very beginning of the EECMY when two freed slaves, Hika (Onesimos) Nesib and Aster Gano, finished translating the Bible into their own Oromo language, the largest language in Ethiopian in 1899.
๏ง There are 88 unique languages in Ethiopia
๏ง Only 11 languages have a complete or full Bible in Ethiopia
๏ง Today EECMY is leading 21 Bible translation projects
๏ง EECMY is collaborating with many local and international partners in reaching a linguistic Communities with their heart language
๏ง The Bible Translation works are being done in different forms, Written, Oral , sign Language, Audio-Visual
๏ง EECMY is also endeavoring in engaging the communities with scripture through Literacy, oral Bible storytelling, Trauma healing and etc.
#EECMY_Lutheran_Bible_Translation
#EECMY_Department_of_Mission_and_Theology
๐๐๐
@eecmyyouthministry

''แ แแแแแ แแ
แ แจแฐแ แฅแแ แแแต แตแ แแแแ แแแ แ แฐแญแแแแข'' 1แแฎ. 9:23
#แแฝแแ_แ แฑแต_แแฐแ_แแแฝ_แแ!
แ แ แ แแแป แแแ แแฝแแ แ แฑแต แ แแแต?
๏ง แ แ แ แแแป แแแแ แแฝแแ แ แฑแต แจแแแแต แฅแซแ แฅแแฒแแแญ แ แแแตแ แ แแแแฅ แญแญแฑ!
๏ง แ แ แ แแแป แแแแแฝ แแฝแแ แ แฑแต แซแแต แฅแญแถแ แจแแฐแแต แ แฃแถแฝ แฅแ แฅแแถแฝ แตแแต แฅแ แแแ แ แแจแฐแ แฅแตแ แซแแฐแจแณแธแแ แฅแแฒแฐแญแณแธแ แ แแแต แฅแ แ แแแแฅ แญแญแฑ!
๏ง แญแ แแ แแแ แแแซแแต แ แจแ แแฑ แ แฐแ แแญ แจแแซแ แขแจแฑแต แฅแแซแ แจแแฝแแ แ แฑแต แณแแต แฐแฅแ แฅแแฒแจแ แญ แ แคแฐ แญแญแตแฒแซแ แณแแแแกแก แตแแแ แ แแณแฝแ แฃแแ แฐแ 13 แฅแตแจ 19/2014 แ แแจแฐแแ แแแณ แญแจแ แซแแก-
๏ง แแฝแแ แ แฑแตแ แแแแฝ แ แแตแ แต
๏ง แจแแแแ แ แญแ แแฝแ แ แแฐแฅแ แฅแซแธแแ แ แแแจแญ
๏ง แจแแฝแแ แ แฑแต แตแญแแ แฅแซ แแแฐแแแจแฃแธแ แแแแแฝ แแแตแจแต แ แตแแแแแ แจแแแแฅ แตแแ แ แแตแจแ
''แ แแแแ แ แแแญแแแค ... แแแซแแ แแ แจแฅแแแ แฅแแญ แแญแ แแแณแ แแแแข'' แฎแ 1:16

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Kana Beektuu Laata!
โข Jalqabbiin Waldaa Makaana Yesuus, Hiika Awaajii (Oneesimoos Nasiib) fi Asteer Gannoon garbummaa jalaa bilisa baโaniin booda Afaan dhaloota isaanii kan taโe Afaan Oromoon bara 1899 Macaafa Qulqulluu hiikanii xumuruu isaanii waliin wal-qabata.
โข Biyya ltiyoophiyaa keessa afaan garaa garaa 88โtu argama.
โข Garuu Macaafa Qulqulluu guutummaatti hiikame kan qabaatan Afaan 11 qofaa dha.
โข Ammaan kana waldaan Makaana Yesuus Hojii Hiikkaa Macaafa Qulqulluu afaan 21โn hojjechuurratti argamti.
โข Saba daneessa biyya kana keessa jiran afaan dhalootaa isaaniitiin Dubbii Waaqayyoo biraan gaโuufis dhaabbilee gara garaa biyya keessaa fi biyya alaa waliin taatee hojjechaa jirti.
โข Hojiin Hiikaa Macaafa Qulqulluu tooftaa garaaqaraatiin kan adeemisfamu yoo taโu isaanis, barreefama, sagalee, afaan mallattoo argaa-dhageettiidhaan.
โข Akkasumas WWWMYesuus Sagalee Waaqayyo hawaasa balโaa biraan gaโuudhaaf karaa barnoota gaโeessotaa, seenaa Macaafa Qulqulluu dubbiidhan himuu fi kkf ifaajii guddaa taasisaa jirti.