እግዚአብሔር የዓለም ሁሉ ፈጣሪ ነው።
ዘፍጥረት ምዕራፍ 1
===
ውድ ልጆች: እንዴት ናችሁ? የእግዚአብሔር ሰላም ይብዛላችሁ! መጽሐፍ ቅዱስ በመዝሙር 24:1-2 ላይ እንዲህ ይላል:
''ምድርና ሞላዋ ለእግዚአብሔር ናት፥ ዓለምም በእርስዋም የሚኖሩ ሁሉ።
እርሱ በባሕሮች መሥርቶአታልና፥ በፈሳሾችም አጽንቶአታልና።''
እግዚአብሔር ፍጥረታትን እንደ ፈጠረ ለማወቅ ቀጥሎ ያለውን ጽሁፍ አንብቡና ጥያቄዎች ላይ ተወያዩ::
ይህን ሁሉ ፍጥረት በቃሉ የፈጠረው እግዚአብሔር አምላካችን ነው: ስሙም ኤልሻዳይ ነው: ሁሉን ቻይ አምላክ ነው!
እግዚአብሔር ይባርካችሁ!
መልካም ሳምንት ይሁንላችሁ!

WAAQAYYO ABBAA UUMAA UUMAMA HUNDUMAATI (S.Uumamaa 1)
===
Ijoolle, akkam jirtu? Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baay'atuu. Sagaleen Waaqayyoo Faarfannaa 24:1-2 irratti akkas jedha,
'Lafichi, wanti laficha guutes hundinuu kan Waaqayyoo ti, biyyi lafaa fi warri isa keessa jiraatanis kan isaa ti; inni galaana irra hundee isaa kaa'eera, bishaan irras jabeessee dhaabeera.'
Waaqayyo uumama argamu kana hundumaa akkamitti akka uume hubachuudhaaf barreeffama kana dubbisaatii gaaffilee xumura barreeffamichaarra jiranis hojjadhaa.
Waaqayyo Inni uumama kana hundumaa Sagalee Isaatiin uume maqaan Isaa Eelshaadayiidha, danda'aadha!
Waaqayyo isin haa eebbisuu!
Torbaan gaarii isiniif haa ta'u!

EECMY National Bible Week Celebration! June 19-26, 2022
የመጽሐፍ ቅዱስ ሳምንት: ሰኔ 12-19,2014 ዓ.ም
Torbaan Kitaaba Qulqulluu, Waxabajjii 12-19, 2014ALI

ለልጆች እና ወጣቶች ቤተ መጻሕፍት 200 መጽሐፍቶችን ያበረከቱ አባት...አቶ አቤል ዶርቴት
===
ቤተመጻሕፍትን (Mini Library)
በእያንዳንዱ ማ/ም የማደራጀት ራዕይ እና እንቅስቃሴ ...
👇👇👇 ቀጥለው ያንብቡ👇
===
MANA KITAABAA IJOOLLEE FI DARGAGGOOTIIF KITAABOTA 200 GUMAACHAN...Obbo Abeel Dorteet...
===
👉Mul'ataa fi sochii Manneen Kitaabaa (Mini Library) waldoota Kiristaanaa (manneen sagadaa) hundumaa keessatti jalqabsiisuu...
👇👇👇Itti fufaatii dubbifadhaa...eebbifamaa!
👇👇👇
t.me/MYSundaySchool