EECMY Children Ministry: MY Sunday School
924 subscribers
1.28K photos
14 videos
182 links
MY Sunday School is the official page of EECMY Children Ministry.

Wholistic Growth For Our Children!

Access Sunday School learning materials at www.mysundayschool.org
Download Telegram
Forwarded from EECMY Youth Ministry
የዝማሬ አምልኮ ጊዜ (Training-Day 2)
ሁለንተናዊ አገልግሎት ለልጆች እና ወጣቶች ሁለንተናዊ ለውጥ እና ዕድገት
===
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በአዲስአበባ ለሚገኙ ማ/ምዕመናናት

''በመዝሙርና በዝማሬ በመንፈሳዊም ቅኔ እርስ በርሳችሁ ተነጋገሩ፤ ለጌታ በልባችሁ ተቀኙና ዘምሩ:'' ኤፌሶን 5:19
===
YEROO WAAQEFFANNAA FAARFANNAADHAAN...
===
YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO WWWMAKAANA YESUUS MAGAALAA FINFINNEERRAA WALITTI QABAMANIIF KENNAME -Guyyaa 2ffaa

''Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis wal harkaa fuudhaa! Garaa keessan keessatti faarfachaa galata gooftaa dhageessisaa!'' Efesoon 5:19

👇👇👇
📷 📽️ EECMY- YDCS Media Team (0911454205)

https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
ዛሬን በማንበብ ነገን መቆጣጠር የሚችል ትውልድ ማፍራት (Rev. Fekadu Begna, EECMY A/General Secretary
===Bible Study- Training Day 2

የዘመናችን ተግዳሮት: መጽሐፍ ቅዱስን የማያነብ ክርስቲያን እና መጽሐፍ ቅዱስን የሚያነብ ሰይጣን ነው። (መዝ. 91:11-12, ሉቃ. 4:9-11)

እግዚአብሔር የመጀመርያው ጸሐፊ ነው: የሚጽፍ እግዚአብሔር የሚያነቡ እና የሚጽፉ አገልጋዮችን ይፈልጋል። (ዘጸአት 24:12 ሆሴዕ 4:6)

አገልጋዮች በማንበብ ዕውቀታቸውን በማሳደግ: ለትውልዱ በሚገባ ቋንቋና አውድ ለትውልዱ የሚመጥን ነገር ለማቅረብ መትጋት ይኖርባቸዋል።

===
HAR'A DUBBISUUDHAAN DHALOOTA BORU TO'ACHUU DANDA'U HORACHUU
S.Ba'uu 24:12

Dhiibbaan bara ammaa tokko: Kiristaana Kitaaba Qulqulluu hin dubbisnee fi seexana Kitaaba Qulqulluu dubbisuudha.
(Faarf. 91:11-12, Luq. 4:9-11)


Waaqayyo barreessaa isa jalqabaati. Waaqayyo Inni barreessu immoo tajaajiltoota barreessanii fi dubbisan barbaada.

(S.Ba'uu 24:12 Hos. 4:6)

Tajaajiltootni beekumsasaanii guddifachuudhaan afaan dhalootaaf galuun dhaloota ijaaruutu irraa eegama.
===
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በአዲስአበባ ለሚገኙ ማ/ምዕመናናት

YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO WWWMY MAGAALAA FINFINNEERRAA WALITTI QABAMANIIF KENNAME
Forwarded from EECMY Youth Ministry
#የወጣቶች_ፌስቲቫል : የዝማሬ አምልኮ ጊዜ
ወጣቶችን ለመሪነት ማዘጋጀት
===
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ የ21ኛ ዓቢይ ጉባኤ #የወጣቶች_ፌስቲቫል በመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪ

''በመዝሙርና በዝማሬ በመንፈሳዊም ቅኔ እርስ በርሳችሁ ተነጋገሩ፤ ለጌታ በልባችሁ ተቀኙና ዘምሩ:'' ኤፌሶን 5:19
===
YEROO WAAQEFFANNAA FAARFANNAADHAAN...
===
Dargaggoota Gaggeessummaaf Qopheessuu
===
Feestivaala Dargaggootaa Yaa'ii Waliigalaa 21ffaa WWWMYesuus Itoophiyaa- Seeminarii Makaana Yesuusiitti
===
''Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis wal harkaa fuudhaa! Garaa keessan keessatti faarfachaa galata gooftaa dhageessisaa!'' Efesoon 5:19

👇👇👇
📷 📽️ EECMY- YDCS Media Team (0911454205)

https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool