Forwarded from EECMY Youth Ministry
ትውልዱን ከስህተት ትምህርት መጠበቅ
Rev. Worku Eba(Training Time for Children&Youth Ministers)
''ማንም ልዩ ትምህርት የሚያስተምር ከጌታችንም ከኢየሱስ ክርስቶስ በሆነው ጤናማ ቃልና እግዚአብሔርን ለመምሰል በሚስማማ ትምህርት የማይጠጋ ቢሆን፥
በትዕቢት ተነፍቶአል አንዳችም አያውቅም፥ ነገር ግን ምርመራን በቃልም መዋጋትን እንደ በሽተኛ ይናፍቃል፤ ከእነዚህም ቅንዓትና ክርክር ስድብም ክፉ አሳብም እርስ በርስ መናደድም ይወጣሉ፥ አእምሮአቸውም በጠፋባቸው እውነትንም በተቀሙ፥ እግዚአብሔርን መምሰል ማትረፊያ የሚሆን በመሰላቸው ሰዎች ይገኛሉ። እንደነዚህ ካሉት ራቅ።'' 1ጢሞ. 6:3-5
''Namni barsiisa biraa barsiisu, dubbii Gooftaa keenyaa Yesus Kiristoos isa sirriidhaa fi barsiisa ittiin nama Waaqayyoo ta'anii wajjinis kan walii hin galle yoo jiraate,namni akkasii of bokoksuudhaan of arguu dhabe, homaas hin beeku; yaadni isaa waan irratti dhukkubsateef waliin morkachuu fi wal diduu dhiisuu hin danda'u; waliin morkachuu fi wal diduu keessaa immoo weennoon, qoccolloon, maqaa balleessuun, hamaatti nama mamuun in ba'a.
Namoonni warri qalbiin isaanii bade wal aarsuunis kana keessaa in dhufa; isaan immoo dhugaan waan irraa fudhatameef, nama Waaqayyoo ta'uun waan ittiin bu'aa argatan in se'u.'' 1Xim. 6:3-5

የዝማሬ አምልኮ ጊዜ (Training-Day 2)
ሁለንተናዊ አገልግሎት ለልጆች እና ወጣቶች ሁለንተናዊ ለውጥ እና ዕድገት
===
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በአዲስአበባ ለሚገኙ ማ/ምዕመናናት
''በመዝሙርና በዝማሬ በመንፈሳዊም ቅኔ እርስ በርሳችሁ ተነጋገሩ፤ ለጌታ በልባችሁ ተቀኙና ዘምሩ:'' ኤፌሶን 5:19
===
YEROO WAAQEFFANNAA FAARFANNAADHAAN...
===
YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO WWWMAKAANA YESUUS MAGAALAA FINFINNEERRAA WALITTI QABAMANIIF KENNAME -Guyyaa 2ffaa
''Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis wal harkaa fuudhaa! Garaa keessan keessatti faarfachaa galata gooftaa dhageessisaa!'' Efesoon 5:19
👇👇👇
📷 📽️ EECMY- YDCS Media Team (0911454205)
https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool

ዛሬን በማንበብ ነገን መቆጣጠር የሚችል ትውልድ ማፍራት (Rev. Fekadu Begna, EECMY A/General Secretary
===Bible Study- Training Day 2
የዘመናችን ተግዳሮት: መጽሐፍ ቅዱስን የማያነብ ክርስቲያን እና መጽሐፍ ቅዱስን የሚያነብ ሰይጣን ነው። (መዝ. 91:11-12, ሉቃ. 4:9-11)
እግዚአብሔር የመጀመርያው ጸሐፊ ነው: የሚጽፍ እግዚአብሔር የሚያነቡ እና የሚጽፉ አገልጋዮችን ይፈልጋል። (ዘጸአት 24:12 ሆሴዕ 4:6)
አገልጋዮች በማንበብ ዕውቀታቸውን በማሳደግ: ለትውልዱ በሚገባ ቋንቋና አውድ ለትውልዱ የሚመጥን ነገር ለማቅረብ መትጋት ይኖርባቸዋል።
===
HAR'A DUBBISUUDHAAN DHALOOTA BORU TO'ACHUU DANDA'U HORACHUU
S.Ba'uu 24:12
Dhiibbaan bara ammaa tokko: Kiristaana Kitaaba Qulqulluu hin dubbisnee fi seexana Kitaaba Qulqulluu dubbisuudha.
(Faarf. 91:11-12, Luq. 4:9-11)
Waaqayyo barreessaa isa jalqabaati. Waaqayyo Inni barreessu immoo tajaajiltoota barreessanii fi dubbisan barbaada.
(S.Ba'uu 24:12 Hos. 4:6)
Tajaajiltootni beekumsasaanii guddifachuudhaan afaan dhalootaaf galuun dhaloota ijaaruutu irraa eegama.
===
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በአዲስአበባ ለሚገኙ ማ/ምዕመናናት
YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO WWWMY MAGAALAA FINFINNEERRAA WALITTI QABAMANIIF KENNAME