EECMY Children Ministry: MY Sunday School
957 subscribers
1.4K photos
15 videos
187 links
MY Sunday School is the official page of EECMY Children Ministry.

Wholistic Growth For Our Children!

Access Sunday School learning materials at www.mysundayschool.org
Download Telegram
Forwarded from EECMY Youth Ministry
“ሁለንተናዊ ዕድገት ለሁለንተናዊ ስኬት”

የኢት./ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ የወጣቶች በዓል
መጋቢት 29፤ 2016 ዓ.ም (April 07, 2024)

መሪ ጥቅስ: "ኢየሱስም... በጥበብና በቁመት በሞገስም በእግዚአብሔርና በሰው ፊት ያድግ ነበር።" ሉቃ. 2:52

#ዓላማ:- ወጣቶቻችን በሁለንተናዊ መልኩ እንዲያድጉ እና ለስኬት እንዲበቁ፤ ለእግዚአብሔር መንግስት አገልግሎት አልፎም ለትዉልዱ በረከት እንዲሆኑ፡ ከእግዚአብሔር የተሰጣቸውን መንፈሳዊ ጸጋ እና የተፈጥሮ ችሎታ አውቀው እና አሳድገው እንዲጠቀሙበት...

EECMY Youth Ministry
Telegram:https://t.me/eecmyyouthministry
Forwarded from EECMY Youth Ministry
“Guddina Hunda-Galeessa Milkaa'ina Hunda-galeessaaf”

Ayyaana Dargaggootaa WKWWMYI
Bitootessa 29/2016 ALI (April 07, 2024ALA)

Luqqisii Duree: "Yesuus...Waaqayyoo fi namoota duratti ayyaana argachaa, namummaadhaa fi ogummaatti in guddata ture." Luqaas 2:52

Kaayoo: Dargaggootni keenya bifa hundagaleessaan guddatanii akka milkaa’aniif; hojii babal’isuu Mootummaa Waaqayyoo keessatti gahee isaanii akka bahanuuf, dabalataan ofirra darbanii dhalootaaf eebba ta’uu akka danda’aniif, ayyaanaa fi kennaa addaa Waaqayyo biraa isaaniif kenname adda baafatanii, guddisanii akka itti fayyadamaniif ciminaan isaanirratti hojjachuu...

EECMY Youth Ministry
Telegram:https://t.me/eecmyyouthministry
Forwarded from EECMY Youth Ministry
'Holistic Growth For Holistic Success'

EECMY Youth Day, Megabit 29, 2016/ April 07, 2024

"Jesus grew in wisdom and stature, and in favor with God and men." Luke 2:52

#Purpose:- To equip our youth in a holistic way and help them to be successful; to serve God's kingdom and be a blessing to the generation, to know and develop the spiritual gifts and natural talents given to them by God...

EECMY Youth Ministry
Telegram:https://t.me/eecmyyouthministry
Forwarded from EECMY Youth Ministry
የወጣቶች በዓል መልዕክት
Ergaa Ayyaana Dargaggootaa...
EECMY Youth Day Message, 2024

#ComingSoon #staytuned
📷 📹 Olif Jira Dhufera, EECMY Digital Media Head
https://t.me/eecmyyouthministry
Forwarded from EECMY Youth Ministry
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ ካለንደር: ሚያዚያ 2016

Kaalandarii WKWWMYI, Ebla 2016/2024

(Source: EECMY- Yemisrach Dimts Communication Service)


@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ ካለንደር: ግንቦት 2016 ዓ.ም

Kaalandarii WKWWMYI, Caamsaa 2016/2024

(Source: EECMY- Yemisrach Dimts Communication Service)


@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool
YEROO LEENJII BARSIISOTA IJOOLLEETIIF
የልጆች መምህራን የትምህርትና ስልጠና ጊዜ
Equipping Children Ministry Teachers & Coordinators Equipping Children Ministry Teachers & Coordinators @EECMY Bethel Djemo Congregation
===
Kitaabni Qulqulluun, Fakkeenya 22:6 irratti, "Akka itti jiraachuun ta'u mucaa kee barsiisi! Innis yommuu dulloomu iyyuu irraa hin kaatu/goru" jedha. Ijoollee daandii dhugaa fi qajeelinaa irratti gaggeessuudhaaf tajaajila ijoollee deeggaruunii fi cimsuun, meeshaalee barnootaa fi deeggarsa barnootaa guuchisuu, barsiisota ijoollee deeggaruunii fi tajaajila ijoollee keessatti maatii hirmaachisuun barbaachisaa fi murteessaadha. Sababni isaas,  ijoollee fi dargaggoota irratti hojjachuun Waldaa Kiristaanaa har'aa fi boruu irratti hojjachuudha.

(Suuraa: Yeroo Leenjii fi Barnootaa Waldaa Makaana Yesuus Beeteel Jamootti)
===
===

👇👇👇

https://t.me/eecmyyouthministry