Mulugeta Assefa Memorial (MAM) Foundation
152 subscribers
549 photos
7 videos
240 links
MAM Foundation was established a year after death of my older brother, graduate of BSc in Animal Science from D/Markos Un., by motorcycle accident in 2016 GC. It works on education, health, socio-economic, climate change etc. Zewdu A. Edea, the Founder.
Download Telegram
Balaa tiraafikaa irraa of yaa eegnu!

Protect your self and beloved one from traffic accidents

Waliin hawaasa yaa aangessinu!

Let’s empower the community!

Nu hordofaa!

Follow us on!

πŸ‘‡πŸ½

Telegram: https://t.me/MAMFoundation
WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaUJ2u27T8bbjUEFq80e
Facebook page: https://www.facebook.com/Mulugeta-Assefa-Memorial-MAM-Foundation-112973574489678/
Youtube channel: https://www.youtube.com/@MAMFoundation
Twitter: https://twitter.com/Foundation_MAM
LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/mamfoundation/
Instagram: https://www.instagram.com/mam_foundation_2022/
TikTok: www.tiktok.com/@mamfoundation2022
πŸ™1

πŸ‘3

Dhaabbanni Yaadannoo Mulugeetaa Asaffaa (MAM Foundation) barattoota Aanaa Dagam Mana Barumsaa Bonayyaa Lagaatti barataniif koree mana barumsichaan adda baafamaniif akka kennamuuf bara barnootaa 2018titti dabtaraa fi qalama gumaachera.

Tokkoon tokkoon barataaf dabtara shanii fi qalama tokko tokko akka kennamuuf waliigala dabtara 90 fi qalama 20 gama bakka bu’aa dhaabbatichaa Obboo Habtaamuu Asfaawun itti gaafatamaa mana barumsichaa Obboo Damee Tolosaatti laatameera. Haaluma walfakkaatuun bara barnootaa 2017 keessaas waliigala dabtara 150 fi qalama 30 barattoota mana barumsichaatiif kennamuun kan yaadatamuudha. Dabalataanis mana barumsa bu’uura boruu ijaaruun meeshaa barnootaa guutuun gumaachuun akkasumas mana kitaabaa mana barumsichaaf deeggarsi godhamaa turuun ni yaadatama.

Balaa tiraafikaa irraa of yaa eegnu!

Protect your self and beloved one from traffic accidents

Waliin hawaasa yaa aangessinu!

Let’s empower the community!

Nu hordofaa!

Follow us on!

πŸ‘‡πŸ½

Telegram: https://t.me/MAMFoundation
WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaUJ2u27T8bbjUEFq80e
Facebook page: https://www.facebook.com/Mulugeta-Assefa-Memorial-MAM-Foundation-112973574489678/
Youtube channel: https://www.youtube.com/@MAMFoundation
Twitter: https://twitter.com/Foundation_MAM
LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/mamfoundation/
Instagram: https://www.instagram.com/mam_foundation_2022/
TikTok: www.tiktok.com/@mamfoundation2022
Balaa tiraafikaa sukkaneessaa! Lubbuu tajaajila fayyaa lubbuu biraa foyyeessuuf otoo deemamu karaatti hafe!

Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Balaan tiraafikaa sukkaneessaa tahan akkanaa keessumaa ammoo ogeeyyii fayyaa ogummaa isaanii foyyeeffachuun hawaasa tajaajiluuf dhama’anirratti uumaamuun xiyyeeffannoo guddaa qaama hundaa akka barbaachisu akeeka.

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!

https://www.facebook.com/share/p/17Qh5BkFXv/?mibextid=wwXIfr
πŸ™2
Balaa tiraafikaa sukkaneessaa!

Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Balaan tiraafikaa sukkaneessaa tahan akkanaa ittisuuf xiyyeeffannoo guddaa qaama hundaa barbaachisa.

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!

Odeeffannoo dabalataaf: https://www.facebook.com/share/p/1Dm8JMm5N2/?mibextid=wwXIfr
πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„

Balaa tiraafikaa irraa of yaa eegnu!

Protect your self and beloved one from traffic accidents

Waliin hawaasa yaa aangessinu!

Let’s empower the community!

Nu hordofaa!

Follow us on!

πŸ‘‡πŸ½

Telegram: https://t.me/MAMFoundation
WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaUJ2u27T8bbjUEFq80e
Facebook page: https://www.facebook.com/Mulugeta-Assefa-Memorial-MAM-Foundation-112973574489678/
Youtube channel: https://www.youtube.com/@MAMFoundation
Twitter: https://twitter.com/Foundation_MAM
LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/mamfoundation/
Instagram: https://www.instagram.com/mam_foundation_2022/
TikTok: www.tiktok.com/@mamfoundation2022
Balaa tiraafikaa akka malee sukkaneessaa!

Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!

Odeeffannoo dabalataaf:
https://www.facebook.com/share/p/1DRCXdh8Yv/?mibextid=wwXIfr

https://www.facebook.com/share/p/18GTwMEeUP/?mibextid=wwXIfr
Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!

Maaloo of eeggannoon yaa konkolaachifnu!

Odeeffannoo dabalataaf:
https://www.facebook.com/share/p/1CChWf6oDY/?mibextid=wwXIfr
πŸ™1