Mulugeta Assefa Memorial (MAM) Foundation
152 subscribers
549 photos
7 videos
240 links
MAM Foundation was established a year after death of my older brother, graduate of BSc in Animal Science from D/Markos Un., by motorcycle accident in 2016 GC. It works on education, health, socio-economic, climate change etc. Zewdu A. Edea, the Founder.
Download Telegram
Dhaabbanni Yaadannoo Mulugeetaa Asaffaa (MAM Foundation) buโ€™uuruma waadaa galeen barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaa fidan lamaaf badhaasa kenne.

Sagantaa kenniinsa badhaasaa kanarratti bakka buutonni Dhaabbatichaa Obboo Asaffaa Idaโ€™aa fi Obboo Haabtaamuu Asfaw kan argaman yoo tahu bakka barsiisoonnii fi barattootni mana barumsaa sadarkaa lammaaffaa Dagam argamanitti sirni badhaasichaa guyyaa kaleessaa gaggeeffameera.

Balaa tiraafikaa irraa of yaa eegnu!

Protect your self and beloved one from traffic accidents

Waliin hawaasa yaa aangessinu!

Letโ€™s empower the community!

Nu hordofaa!

Follow us on!

๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ

Telegram: https://t.me/MAMFoundation
WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaUJ2u27T8bbjUEFq80e
Facebook page: https://www.facebook.com/Mulugeta-Assefa-Memorial-MAM-Foundation-112973574489678/
Youtube channel: https://www.youtube.com/@MAMFoundation
Twitter: https://twitter.com/Foundation_MAM
LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/mamfoundation/
Instagram: https://www.instagram.com/mam_foundation_2022/
TikTok: www.tiktok.com/@mamfoundation2022
Balaa tiraafikaa

Balaan tiraafikaa rakkoo hawaas dinagdee cimaadha!

Ganama kana odeeffannoo barattuu Mana Barumsa Bonayyaa Lagaarraa balaa tiraafikaa dhaqqabuu dhageenye. Daandiin kun konkolaataa baayโ€™ee waan hin keessummeessineef balaan akkasii hin eegamu ture. Haa tahu garuu ammas balaan tiraafikaa eessaa fi yoom akka uumamuu dandahu beekuun rakkisaadha.

Ammammoo odeeffannoo dabalataa baayโ€™ee nama gaddisiisu argine. Namni hangam akka miidhamees adda hin baane. Suuraa kanarraa hubachuun akka dandahamu balaa cimaa namootni baayโ€™een lubbuu itti dhaban tahuu agarsiisa.

Warra miidhamaniif fayyina, warra boqataniif jannata maatii isaaniif ammoo jajjabina hawwina.

Balaa tiraafikaa irraa of yaa eegnu!

https://www.facebook.com/share/p/18J2nBQv5R/?mibextid=WC7FNe
Dhaabbanni Yaadannoo Mulugeetaa Asaffaa balaa tiraafikaa Mana Barumsaa Bonayyaa Lagaatti uumame hordofuun mallattoon tiraafikaa akka dhaabbatuuf gargaarsa godhe!

Mulugeta Assefa Memorial (MAM) Foundation supported traffic sign to be placed in-front of the Bonaya Laga School following the traffic accident occurred recently.

Balaa tiraafikaa irraa of yaa eegnu!

Protect your self and beloved one from traffic accidents

Waliin hawaasa yaa aangessinu!

Letโ€™s empower the community!

Nu hordofaa!

Follow us on!

๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ

Telegram: https://t.me/MAMFoundation
WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaUJ2u27T8bbjUEFq80e
Facebook page: https://www.facebook.com/Mulugeta-Assefa-Memorial-MAM-Foundation-112973574489678/
Youtube channel: https://www.youtube.com/@MAMFoundation
Twitter: https://twitter.com/Foundation_MAM
LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/mamfoundation/
Instagram: https://www.instagram.com/mam_foundation_2022/
TikTok: www.tiktok.com/@mamfoundation2022
๐Ÿ‘4
Balaa tiraafikaa baayโ€™ee sukkaneessaa fi gaddisiisaa!

Waaqayyo warra boqotaniif jannata maatii fi firroottan isaaniif jajjabina yaa laatu!

Balaa kanaan namni 70 ol lubbuu dhabuu isaanii gabaafamaa jira!

Namni gammachuutti hirmaachutti daqiiqaa xiqqoo keessatti lubbuu dhabuu fi qaama miidhamuun baayโ€™ee nama gaddisiisa!

Balaa tiraafikaa hirโ€™isuuf qaamni hundi itti gaafatamummaa isaanii bahuu qabu!

Balaa tiraafikaa irraa of yaa eegnu!

Odeeffannoo dabalataaf ๐Ÿ‘‡

https://www.facebook.com/share/p/1968KpsnZy/?mibextid=wwXIfr

https://www.facebook.com/share/p/1ArqSRxzeh/?mibextid=wwXIfr
๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„

Balaa tiraafikaa irraa of yaa eegnu!

Protect your self and beloved one from traffic accidents

Waliin hawaasa yaa aangessinu!

Letโ€™s empower the community!

Nu hordofaa!

Follow us on!

๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ

Telegram: https://t.me/MAMFoundation
WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaUJ2u27T8bbjUEFq80e
Facebook page: https://www.facebook.com/Mulugeta-Assefa-Memorial-MAM-Foundation-112973574489678/
Youtube channel: https://www.youtube.com/@MAMFoundation
Twitter: https://twitter.com/Foundation_MAM
LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/mamfoundation/
Instagram: https://www.instagram.com/mam_foundation_2022/
TikTok: www.tiktok.com/@mamfoundation2022
Balaa Tiraafikaa nama gaddisiisu!

Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Irra deddebiin balaan tiraafikaa gaddisiisaa tahan kunniin xiyyeeffannoo guddaa qaama hundaa akka barbaachisu akeeku.

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!
๐Ÿ‘1
Balaa tiraafikaa sukkaneessaa!

Waaqayyo namoota balaa kanneenin boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Irra deddebiin balaan tiraafikaa sukkaneessaa tahan kunniin xiyyeeffannoo guddaa qaama hundaa akka barbaachisu akeeku.

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!

https://www.facebook.com/share/p/1AKQFx3idr/?mibextid=wwXIfr

https://www.facebook.com/share/p/18Z5DW5m7c/?mibextid=wwXIfr
๐Ÿ‘3๐Ÿ™1
Waliin hawaasa yaa aangessinu!

Letโ€™s empower the community!

Nu hordofaa!

Follow us on!

                          ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ

Telegram: https://t.me/MAMFoundation
WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaUJ2u27T8bbjUEFq80e
Facebook page: https://www.facebook.com/Mulugeta-Assefa-Memorial-MAM-Foundation-112973574489678/
Youtube channel: https://www.youtube.com/@MAMFoundation  
Twitter: https://twitter.com/Foundation_MAM 
LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/mamfoundation/
Instagram: https://www.instagram.com/mam_foundation_2022/
TikTok: www.tiktok.com/@mamfoundation2022
Waliin hawaasa yaa aangessinu!

Letโ€™s empower the community!

Nu hordofaa!

Follow us on!

                          ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ

Telegram: https://t.me/MAMFoundation
WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaUJ2u27T8bbjUEFq80e
Facebook page: https://www.facebook.com/Mulugeta-Assefa-Memorial-MAM-Foundation-112973574489678/
Youtube channel: https://www.youtube.com/@MAMFoundation  
Twitter: https://twitter.com/Foundation_MAM 
LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/mamfoundation/
Instagram: https://www.instagram.com/mam_foundation_2022/
TikTok: www.tiktok.com/@mamfoundation2022
Balaa tiraafikaa sukkaneessaa!

Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Irra deddebiin balaan tiraafikaa sukkaneessaa tahan akkanaa xiyyeeffannoo guddaa qaama hundaa akka barbaachisu akeeku.

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!

https://www.facebook.com/share/p/1He4t4RfZK/?mibextid=wwXIfr
Waliin hawaasa yaa aangessinu!

Letโ€™s empower the community!

Nu hordofaa!

Follow us on!

                          ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ

Telegram: https://t.me/MAMFoundation
WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaUJ2u27T8bbjUEFq80e
Facebook page: https://www.facebook.com/Mulugeta-Assefa-Memorial-MAM-Foundation-112973574489678/
Youtube channel: https://www.youtube.com/@MAMFoundation  
Twitter: https://twitter.com/Foundation_MAM 
LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/mamfoundation/
Instagram: https://www.instagram.com/mam_foundation_2022/
TikTok: www.tiktok.com/@mamfoundation2022
๐Ÿ‘2
Balaa tiraafikaa sukkaneessaa bakka adda addaatti muudataa jiru!

Waaqayyo namoota balaawwan kanneenin boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!

https://www.facebook.com/share/p/16XjmVJvXu/?mibextid=wwXIfr

https://www.facebook.com/share/p/1XmXrJbXns/?mibextid=wwXIfr
Dhaabbatni Yaadannoo Mulugeetaa Asaffaa xumura bara barnootaa 2017 A.L.I ilaalchisuun barattoota dubartootaa sadarkaa qabanii fi ciccimoo tahan kutaa 1-4, 5-6 fi 7-8 akkasumas kutaa 9-12 keessaa filataman jajjabeessuufi caalatti cimanii ofiifis maatii fi biyyaafis lammii gahumsa qaban akka tahaniif kitaabolee badhaasaf oolan 19 Waajjira Barnootaa Aanaa Dagamiif arjoomera.