#Barnoota_seera_Eidaa.๐น
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
Akkuma beekamutti ummata islaamaa
biratti iida lamaatu jira. Isaanis iida fixrii
(soomsn furaa) fii iidul adhaa (iida arafaa) ti.
โ Isaan kuni lameen waggaa waggaan
deddeebi'u.
โ Salaanni iidaa waggaa 1ffaa hijraati
seeramte eegalamte.๐
โAbuu dawuud anasirraa odeesse-nabiin
s.a.w. madiinatti gale (dhufe) warra madiinaa kan guyyaa lama kan iidaa ayyaaneffatanii taphatan qaban '' guyyaan
kabajdan kun lameen maali?" jedhee gaafannaan, zamana wallaalummaa kabajuu turree. Jedhaniin, nabiin s.a.w. akki
jedheen. Kana lameen ufirraa dhiisaa ayyaana isaan kana caalu lama rabbiin bakka isinii buusee jira guyyaa adhaatiifi
guyyaa fixrii..jedheen.
JOIN๐๐๐
@Library_Islaamaa

#Namusa_yeroo_iida #salaatuuf_bahanii ๐ค
โYeroo iida salaatuuf deeman naamusoonni
asii gadii kun eegamuu barbaachisa.
โQaama dhiqachuu
โ uffata bareeda uffachuu,
โnamni dhiiraa qoftiin shittoo
โgodhachuu,(dubartiin yeroo manarraa gadi
baatu shittoo godhachuun dhoowwaadha).
โGuyyaa iida fixrii osoo salaatatti hindeemne
waa nyaachuu, guyyaa iida #adhaa ammo
hanga salaatarraa deebi'anii nyaatarra
turuu fii yogguu salaatanii galan udhiyyaa
isaarraa nyaachuu..
โGanamaan gama dirree iidaa bahuufi yoo
dandayame miilaan deemanii dhaquu.
โKaraa tokkoon salaata dhaqanii karaa
birootiin galuu
โNamni dhiiraa sagalee ol fuudhee waliiwajjiin takbiiraa jechuu nidandaya.
โ Abdallaah ibnu umar irraa inni sagalee
olkaasee takbiirtaa jedha, warri masgiidaatis jalaa dhagayeeti takbiiraa
jedha " jechaatu odeeffamee jira waan
taheef.
Nama irraa fayyadamu Rabbi nu haa godhu ๐คฒ
Maddi :kitaaba soomana Ramadaanaa
Barreessaan;garee
ulamaaii
#JOIN๐๐

๐1
Hadiisa Abuu Ayyuub al-Ansaariin odeyseen ergamaan Rabbii Muhammad๏ทบ "namni Ramadaana Soommanee eeganaa Jaha Shawwaal irraa itti aanse, akka nama amata guutuu Soommaneeti" ja'e. [Muslim : 1164]
- Shawwaal ji'a Ramadaanatti aanee dhufu kanarraa guyyaa 6 Soommanuun Sunnaa dha. Soommana Ramadaanaa waliin akka nama amata guutuu Soommanaa bahetti Ajrii arkanna. Soommana 6n Shawwaal kana walitti aansinee ykn adda babaasnee Soommanuu dandeenya.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

๐2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Worri ji'a ramadaanaa qofa salataa ji'a kaani hin salaannee isin rabbiin hin gabbarree ji'a sana gabbarruu yaatan malee islaamni ji'a ramadaana qofa hin salaatu yeroon kamuu isaaf walqixaa waan taheef
#Qaalawiinsi_jiruu_isin_hin_yaachisin...!
ูุงู ุชุนุงูู : { ููููู ุงูุณููู ูุงุกู ุฑูุฒูููููู ู ููู ูุง ุชููุนูุฏูููู }
โพRabbiin yeroo meeshaan rakasaa isin horataa ture...yeroo meeshaan qaalawe isin horachuu hin dadhabuu.
Rabbiin Rizqii gabroottan isaa ufirratti qabee jira waan ta'eef.
{ ูู ูุง ู ูู ุฏูุงุจููุฉู ูู ุงูุฃุฑุถู ุฅูููุง ุนููู ุงูููู ุฑูุฒููููุง }
{Waan dachee tanarra sosso'aa hunda..Rizqiin isaanii ana bira jedha..}Rabbiin.
" ููู ุชู ูุชู ููุณู ุญุชู ุชุณุชููู ูุงู ูู ุฑุฒููุง ".
โพLubbuun osoo qoodni ishee asirraa hin dhumatin duutu takkallee hin jirtu.
โพMiliyoona meeqatu..kiisii duwwaa, mindaa malee, guyyaa hunda osoo maal nyaadha?! jedhee hin yaadin oolee bulaa jira...!
ููู ุงุฐุง ุชููููู ุ!
#Maaliif_gadditan#Maaltu_isin_yaachisa ?
โพOsoo ati garaa haadha keetii keessa jirtu qoodni jiruu teetii sii barreeffame jechuun salphaa sitti fakkaataa!..?
โพRabbiin akka ati mataa olqabattee jiraattu sirraa barbaada.
โพAkka ati onnee guutuun Rizqii halaalaa barbaadattu sirraa barbaada.
โพmallaqa yartuu tanaaf jettee ufin xiqqeeysin.
โพWaan Rabbiin ufirratti siif qabeef jettee mataan kee sin bowwaafatin.
โพSodaa fi gadda jidduu Hawaasaatti hin facasin.
ูุฃุญุณููุง ุงูุธููู ุจุงููู ุนุฒูู ูุฌููู ุ
โพRabbii guddatee ol ta'etti sehaa tolaa.
โพJiruu teessan tasgabiidhaan keessa jiraadhaa!.
โพRabbii keessanitti akkana jedhaa warwaadhaa;
เผ๐คฒYaa Rabbi qoodni keenya sammii keessa yoo taate gadi nuuf buusi,
ุงููููููู ูู ุฅู ูุงู ุฑุฒููุง ูู ุงูุณู ุงุก ูุฃูุฒูู ุ
เผDachee keessa yoo jiraate ol nuuf baasi,
ูุฅู ูุงู ูู ุงูุฃุฑุถ ูุฃุฎุฑุฌู ุ
เผYoo fagoo nurraa jiraates as nuuf kaleessi,
ูุฅู ูุงู ุจุนูุฏุงู ููุฑููุจู ุ
เผYoo kaluu keenya jiraates, yaa Rabbi nuuf laaffisi,
ูุฅู ูุงู ูุฑูุจุงู ููุณุฑู ุ
เผYoo nu jalaa xiqqaattes isima nuuf guddisi,
ูุฅู ูุงู ููููุงู ููุซุฑู ุ
เผYoo guddoo taates barakaa keessa nuuf kaahi. Jedhaa Rabbitti warwaadhaa.
#Join๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น

๐4
#Yaa_Rabbi_Istiqaamaa
#nuuf_kenni๐คฒ๐ฅบ๐ฅบ
โป๏ธWanti hunduu iddoo isaatitti deebi'ee jira.โ
โก๏ธShexaanni gadi dhiifameera.๐บ
โช๏ธwarri Ramadaanni seennaan Soomana eegale soomana xumureera.
โขโฉMinxaafiin dachaafameera.
โก๏ธQur'aanni cufameera.๐
โก๏ธJama'aan masjiida duraan gutee alatti wal yaase hafee masjiidni saffaa tokkoo lamatti deebi'eera.
โก๏ธWarri Cubbuu mu'eeffate cubbuu isaa deebi'ee dhandhamuu eegaleera.
โก๏ธYoo majiida seentu namootuma osoo Ramadaanni hin deebi'in gara masjiidaa deddeebi'an malee namoota haarawa hin argitu.....๐คทโโ
โก๏ธNamoonni Ramadaana keessaa waan jijjiiraman fakkaatan Ramadaanni baanaan jijjiirama waakkatan!!.
๐Waggaa walitti deebina jedhanii salaata,Soomana, Quraanafi gara masjiidaa deddeebi'u nagaya itti dhaamatan.๐
โWanti hunduu bakka dur turetti deebi'eera!๐
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ

Caalaan jia hundaa
Gallaan ramadaanni
Istiqaamaa dhabnee
Laafnaan ibaadaanii
Akka waan gaheetti
Rabbiin ibaaduunii
Akka waan hafeetti
Dhukkubaafi duunii
Ibaadaa laaffifnee
Uf duuba deebinee
Masjida dur guunne
Amma maaliif guune!?
Ni gaha jedhamee
Rabbiif gabroomuuni
Ni gaha jedhamee
Masjiida deemuunii!
Azaaniin jedhamnaan
Dur hoo itti fiignaa
Amma maatu taanaan
Waadaa rabbii diignaa
Rabbiin gabbaruunii
Amma gaafa du'aa
Isa ibaaduunii
Yoomuun qabu gu'aa
Kana tahuu beeknee
Isatti haa deebinuu
Rabbiin haa kadhannu
Isarraan dheessinuu
Yaa rabbii yaa Allah
Nuuf kenni istiqaamaa
Qur'aanni osoo jiruu
Nun taasisin jaamaa
Ibaadaan nu cimsii
Nuuf kenni sabaataa
Akkaataa nu godhi
Hin qabnu akkaataa
๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
๐๐๐๐๐ก๐๐๐๐๐๐
#JOIN๐๐๐
@Library_Islaamaa
Gallaan ramadaanni
Istiqaamaa dhabnee
Laafnaan ibaadaanii
Akka waan gaheetti
Rabbiin ibaaduunii
Akka waan hafeetti
Dhukkubaafi duunii
Ibaadaa laaffifnee
Uf duuba deebinee
Masjida dur guunne
Amma maaliif guune!?
Ni gaha jedhamee
Rabbiif gabroomuuni
Ni gaha jedhamee
Masjiida deemuunii!
Azaaniin jedhamnaan
Dur hoo itti fiignaa
Amma maatu taanaan
Waadaa rabbii diignaa
Rabbiin gabbaruunii
Amma gaafa du'aa
Isa ibaaduunii
Yoomuun qabu gu'aa
Kana tahuu beeknee
Isatti haa deebinuu
Rabbiin haa kadhannu
Isarraan dheessinuu
Yaa rabbii yaa Allah
Nuuf kenni istiqaamaa
Qur'aanni osoo jiruu
Nun taasisin jaamaa
Ibaadaan nu cimsii
Nuuf kenni sabaataa
Akkaataa nu godhi
Hin qabnu akkaataa
๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
๐๐๐๐๐ก๐๐๐๐๐๐
#JOIN๐๐๐
@Library_Islaamaa
๐8
Forwarded from Deleted Account
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
เผKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
โโโโโโโโโโโโโโโ
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
เผKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
โโโโโโโโโโโโโโโ
๐1
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
๐ Qoosaa๐๐
Jaal tokko maal jedhe seete?๐ค
Broo #Shawwal barana meeqaan baha jedhe ?
Maal jechuu yaadde naan gallen jedheen
Lakki jechi koo 5 moo 6 jechuu kooti jedhe ๐๐
Aboo maal taate #shawwal erga yoomii 5ykn 6 taha jedhee yoon xiqqoo yaadu ๐ค๐ค
.
.
.
.
Ahaaa #Qaammee dhaan wal natti fakkate hin jedhu seetee๐๐๐๐๐๐
Broo #kolfitee maa dhiifta #Share godhika๐๐๐

๐4โค1
แตแแน แขแต
Sadat
แตแแน แขแต?
EId xiqqoo๐คโโ
โ Please #caqasaa
Hin jiru wanni Eid shawwal jedhamu Islaamummaa keessa๐ซโ๏ธ
#JOIN
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
EId xiqqoo๐คโโ
โ Please #caqasaa
Hin jiru wanni Eid shawwal jedhamu Islaamummaa keessa๐ซโ๏ธ
#JOIN
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
๐2
#kabaja_haadholii
๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ
Yoomuu sin kabajna
Isin waan hundaa oli
Dhufa waggaa eegnee
Hin kabajnu haadholii
Kabaja haadholii
Warri waggaaan odeessu
Kabaja sin qabdaniif
Argineerra hamma geessu
Gadi fageenyaan nuuf ibse
Islaamummaan waa'ee jaraa
Hin hordofnu,hin dhageenyu
Oduu warra dharaa๐๐
#love ,respect ,for them all
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ
Yoomuu sin kabajna
Isin waan hundaa oli
Dhufa waggaa eegnee
Hin kabajnu haadholii
Kabaja haadholii
Warri waggaaan odeessu
Kabaja sin qabdaniif
Argineerra hamma geessu
Gadi fageenyaan nuuf ibse
Islaamummaan waa'ee jaraa
Hin hordofnu,hin dhageenyu
Oduu warra dharaa๐๐
#love ,respect ,for them all
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โค2
#Eid_shawwalโโ
Nuun jedhe rabbiinii
Al_yawma akmaltu..
Baasaa haaraa baasuun
Diinii keenyaan maltu๐ซ
Diinii Rabbiin guutee
Akka waan hirdhatee
Guutuuf maaf dhamaanaa
Sammuu keenya teenyee
Xiinxalaanii mitii
Diiniin kan guutamu
Rabbiin nun taasisin
Bowwaa azaabaatti nama bor gatamuu๐ฅ
Rabbiin keenya tokkumaa
Lama,sadii mitii
#Eidiin keenya lamaa
Sadii,afur mitii๐ซ
Shawwaal #Eiidiin qabu
#Nabiyyin (s a w)nuun dhaamnee
Baasaa haaraa baafnee
Dhaloota akkan dhaalchifnee
Biyyaa duniyaarra
Waggaa kuman turruu
Faallaa #Quraanaaf Hadiisaa
Hin hordofin yaa tiruuโค
Hanga lubbuun jirru
Rabbiin dallansiisuu
Rahmatasaa jiruu ,qixaaxa isaa dhaaluu
Inni nu haa tiksuuu(*2)
Inni nu haa diduu(*2)
Aamiin galatoomaa๐๐
โป๏ธ #Copy_paste with out credit is impossible ๐ โโ
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ

Hordofaa ni hordofnaa
@Library_Islaamaa
Kottaa! Ni hordofnaa
An siniifan dhaamaa๐
๐๐๐๐
Argachuu barbaannaan
Galaana kitaabaa
Hanga feete argatta
Tuullaa hanga tabbaa๐
@Library_Islaamaa
Dhaloota barsiisaa
Sammuu jaraa qaree
Karaatti garsiisaa
Kottaa! #JOIN godhaa
@Library_Islaamaa
Miseensa tahaafi
Kinoo yeroon ammaa
Nashiidaas barbaannaan
Battalatti argattaa
Qoosaafaa๐ barbaannan
Channelichaaf gataa๐
Hunduu guutee jira
Dhufa keessan eegaa
Dhuftanii waan dhabdan
Yoo jiraate mee gaa๐
Join yeroo gootuu
Hin dagatin #sheerii
Jazaa itti argattaa
Obbolaa keef ergii๐
If you want to be
Success in your life
Follow day to day
Islamic message ๐
๐น๐น
๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น
โป๏ธ๐น๐น๐นโป๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Kottaa! Ni hordofnaa
An siniifan dhaamaa๐
๐๐๐๐
Argachuu barbaannaan
Galaana kitaabaa
Hanga feete argatta
Tuullaa hanga tabbaa๐
@Library_Islaamaa
Dhaloota barsiisaa
Sammuu jaraa qaree
Karaatti garsiisaa
Kottaa! #JOIN godhaa
@Library_Islaamaa
Miseensa tahaafi
Kinoo yeroon ammaa
Nashiidaas barbaannaan
Battalatti argattaa
Qoosaafaa๐ barbaannan
Channelichaaf gataa๐
Hunduu guutee jira
Dhufa keessan eegaa
Dhuftanii waan dhabdan
Yoo jiraate mee gaa๐
Join yeroo gootuu
Hin dagatin #sheerii
Jazaa itti argattaa
Obbolaa keef ergii๐
If you want to be
Success in your life
Follow day to day
Islamic message ๐
๐น๐น
๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น
โป๏ธ๐น๐น๐นโป๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐4โค2๐1
Qaroomina Islaa.pdf
1.3 MB
๐๐๐๐๐๐๐
Maasha Allah kitaaba
Hedduu bareedadha buusaa dubbbisaa โ
Page xiqqodha
โป๏ธ๐น๐น๐น๐นโป๏ธ
๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Maasha Allah kitaaba
Hedduu bareedadha buusaa dubbbisaa โ
Page xiqqodha
โป๏ธ๐น๐น๐น๐นโป๏ธ
๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐2๐ฅฐ1
โ #Yaa_Lubbuu_kiyya_Rizqiin Erga soomanni bahee ati nyaattuuf dhugdu kun Halaali mo haraami? Irraa gaafatamuu deemtaa qubaqabdaa๐ข๐ข
โ Yaa Obboleewwan kiyya qaali Erga soomanni bahee....
โก๏ธ Akkamitti Oolaa jirra
โก๏ธ Maaliin oolaa jirra
โก๏ธ Maali dhugaa,nyaataa oolaa jirra
โช๏ธwalumaagala guyyaan keenya maaliin ifee, dhihaa jira of haa gaafannu obboleewwan kiyya qaalii.
Baarakallah.
โ Namuu beekus wallaalus guyyaarraa gara #qabrii deema kanaafuu #Osoo_hin_qoratamin_of_haa_qorannu kun dhaamsa kootii barakallah .
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โป๏ธ๐๐๐๐๐โป๏ธ
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ

๐ตWarreen #University/College_seentaniif dhamsa kiyya.โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
โช๏ธDhamsa kana osoo gaafa University seennu nuuf himamee je'eetin amma taa'ee yaadaโผ mee dubbisaa isin fayyaduu malaaโผ
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
---------
1โฃ Dorgomaa sadarkaa gandaa(Local competition) irra gara dorgamaa sadarkaa biyyolessaa (National competition) waan dabartaniif ammumaan itti qophaayuu feesisa. Akkaata dur itti qu'achaa turtan foyyessuu fi san caalaa sa'aa tessan sirritti itti fayyadamtanii hojjachuu qabdan.
2โฃYeroo barattan gosa barnoota isin filattan waa lama laalaa filadhaa. โคต๏ธ
1, Gosa barnoota san ni feeta, 2, Gosa barnoota san dandeettii isaa nin qabaa wa jedhu laalaa filadha. Yoo kana gootan ufittis ni gammaddan jijjiiramas ni fiddan jedheetiin yaada. Field namni hoggaa filatte namni siif gammadu ykn kan namni akka filattu jaalatu oson tahin, kan ufii jaalattu baradhu hanga fedhellee gosti barnoota sun gad bu'aa jedhamee yaadamullee. Murtiin bakka kanatti ati murteffattu jireenya kee kan fuldura irrattis dhiibbaa qaba. Be carefulโผ jecha Afaan English tokko si yaadachiisa #Make_your_passion_your_profession" waan jaalattu hojii godhadhu akka jechuuti.
โ Ammoo yoo filannaa kee male field ati in #feene sitti kennan fudhadhu baradhu maaltu beeka field sanaan milkaahuu dandeessa.
โป๏ธ Kan si dhibu๐ง #Hiriyaa_koo (WKU)waliin turre inni #biologi barbaade garuu kan jarri itti kennan #Mathematics ๐ฅบ๐ wallahi hiriyaa koo sana wojjin biiroo University san keessa deemnee jijjiiruufi jennee dadhabne๐ Achi booda maal jedhe seete ''Dhiisi natti haa hafu inuman baradha jedhe'' achi booda fedhuma isaatiin barate wallahii mucaan sun Akka #College_mathematics 1ffa bahee #badhaafame ๐ณ๐ณ kanaaf atis.....
3โฃ. University hoggaa seenuuf deemtu yoo #dandeesse โโโ
1)Laptop (PC) Bareedaa bitadhu.
2) Isa yoo dadhabde mobile bareeda bitadhu.
3) Yoo mibile dadhabdes ofis dhiphistee, maatis hin rakkisin mobile #Nokia qabadhu. Ani ija kootiin nama Rakkinarraa osoo mobila duraa hatamnaan wagga 1 mobila male bahee wajjin Eebbifamne jira Wallaahii ,maarree atis waa'ee #mobila ofin dhiphisin. ๐
4โฃ Yuniversitiin nama itti fayyadameef dhugumaan iddoo barnootaati barnoota gosa hedduu barachuu dandessa. Online irrattis waa hedduu fayyadamuu dandessa.
5โฃ Yunivarsitiin Bakka biraa caalaa barnoota Diin #Islaama barachuufis mijjaawa dha. Baradhu hoggaa baate ni sheenoytaa.
6โฃ. Choose your friends wisely. Waahila sirra jabaa kan isaa dorgamtutti saahibi. Gariin namaa sheyxaanuma gogaa ilma namaa uffatee deemuu irraa fagaadhuโผ
Dhumarrattis
"Make your passion your profession" isiniin ja'a.
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ

Qabaa Jireenya Keetii Beeki!
Namicha Hiyyeessa Tokkotu Sangaa Tokko Qaba Ture Jireenyi Itti Ulfaannan Sangaa Isaa Gabaa Geessee Gurguratee Utuu Deebi'uu Mana Dhugaatiitti Goree Isa Booda Dhugee Machaa'ee Manatti Galuuf Karaa Irra Bu'e Utuu Deemuu Waan Mana Ga'e Itti Fakkaatee Karaa Irra Ciise. Achitti Saamtun Itti Dhufanii Qabeenya Isaa Hunda Harkaa Fudhatanii Rifeensa Isaa Irra Haadanii Sokkan.
Machiin Irraa Galee Gaafa Ka'u Qarshiin Isaa Harka Hin Jiru. Iyyuuf Gaafa Mataa Qabatu ๐โโ Rifeensi Irra Hin Jiru.๐งโ๐ฆฒ๐ Isa Booda Kun Ana Miti Jedhee Deebi'ee Rafe!!! ๐ฉ
๐๐๐๐๐๐๐๐
#Kanaaf Qabaa Jireenya Keetii Beeki! Akkamitti Akka Bobbaatee Galtuu Fi Daandiin Filannoo Keetii Gara Kamitti Akka Si Geessu Hubadhu! Kufaatitti Akka Si Hin Geessine Eeggadhu Jechuudhumaafi.๐

โค4๐2๐1
#Gorsa_Qur'aanaa๐น
๐๐๐๐๐
โ . "Akka isii jibrii isii erga footee jabeessiteen booda diiginsa diigdee hin taโinaa"
๏ดฟููููุง ุชูููููููุง ููุงููููุชูู ููููุถูุชู ุบูุฒููููุง ู ููู ุจูุนูุฏ ูููููุฉ ุฃูููููุงุซูุง๏ดพ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
โ Dubbiin Dalagaa Dalaguu Qofaa miti.๐ฅบ
โ Dubbiin Jabduun Dalagaa Dalagamte Akka Hin badne wanta Balleessuu fii Nama jalaa Diigu irraa Eeggachuudha.
ุงุจู_ุงูููู ุฑุญู ู ุงููู ุชุนุงูู ๐
โ Ji'a Ramadaanaa keessa Hojiilee Kheeyrii Hojjetaa turre san Akka Of Duraa hin balleessine! Jechumaafi๐๐๐
โป๏ธโป๏ธ๐น๐น ๐น๐นโป๏ธโป๏ธ
๐น๐น ๐น๐น
๐๐
#JOIN_SHARE