🛑Oduu Ammee!
naannawa hundatti ji'i hin muldhannee waan ta'eef boor guyyaa 30ffaa Ramadaanaa yoo ta'u Iidal-fixriin guyyaa wiixataa akka ta'e beekameera.
@library_islaamaa
naannawa hundatti ji'i hin muldhannee waan ta'eef boor guyyaa 30ffaa Ramadaanaa yoo ta'u Iidal-fixriin guyyaa wiixataa akka ta'e beekameera.
@library_islaamaa
👍6
Baga geessan baga geenye
Tika Rabbiitiin teenyee
Sooma hiikaa baranaa
Baga geessan kan na beektan kan nan beeknee
🌹🌹🌹
Soomana baranaa
Nagaadhaan xumurtanii
Baga hardha geessan
Umriidhaan turtanii✍
Kan milkii nuuf haa tahu
Sooma hiikaan baranaa
Dhufee manaa nun dhabiin
Aamiin jedhaa jaranaa🤷♂️
Eiida milkiin dhufee
Gammachuu nuu fidu
Rahmaanin kadhanna
Inni naman didu🤲🤲
Warra bara hedduu
Kayrii carraaqqatu
Faayamee bareedee
Miindaasas argatu
Tahuu haa kadhannu
Rabbii mootii Aalaamaa
Kadhadhaa haa kadhannu
Inni kadhaa qeebalaa🌹
🌹🌹🌹🌹 🌹🌹🌹
🌹🌹
@Library_Islaamaa

👍1
#Barnoota_seera_Eidaa.🌹
🌲🌲🌲🌲🌲🌲
Akkuma beekamutti ummata islaamaa
biratti iida lamaatu jira. Isaanis iida fixrii
(soomsn furaa) fii iidul adhaa (iida arafaa) ti.
✅Isaan kuni lameen waggaa waggaan
deddeebi'u.
✅Salaanni iidaa waggaa 1ffaa hijraati
seeramte eegalamte.👏
✍Abuu dawuud anasirraa odeesse-nabiin
s.a.w. madiinatti gale (dhufe) warra madiinaa kan guyyaa lama kan iidaa ayyaaneffatanii taphatan qaban '' guyyaan
kabajdan kun lameen maali?" jedhee gaafannaan, zamana wallaalummaa kabajuu turree. Jedhaniin, nabiin s.a.w. akki
jedheen. Kana lameen ufirraa dhiisaa ayyaana isaan kana caalu lama rabbiin bakka isinii buusee jira guyyaa adhaatiifi
guyyaa fixrii..jedheen.
JOIN👇👇👇

#Namusa_yeroo_iida #salaatuuf_bahanii 🎤
✍Yeroo iida salaatuuf deeman naamusoonni
asii gadii kun eegamuu barbaachisa.
✍Qaama dhiqachuu
✍ uffata bareeda uffachuu,
✍namni dhiiraa qoftiin shittoo
✍godhachuu,(dubartiin yeroo manarraa gadi
baatu shittoo godhachuun dhoowwaadha).
✍Guyyaa iida fixrii osoo salaatatti hindeemne
waa nyaachuu, guyyaa iida #adhaa ammo
hanga salaatarraa deebi'anii nyaatarra
turuu fii yogguu salaatanii galan udhiyyaa
isaarraa nyaachuu..
✍Ganamaan gama dirree iidaa bahuufi yoo
dandayame miilaan deemanii dhaquu.
✍Karaa tokkoon salaata dhaqanii karaa
birootiin galuu
✍Namni dhiiraa sagalee ol fuudhee waliiwajjiin takbiiraa jechuu nidandaya.
✅Abdallaah ibnu umar irraa inni sagalee
olkaasee takbiirtaa jedha, warri masgiidaatis jalaa dhagayeeti takbiiraa
jedha " jechaatu odeeffamee jira waan
taheef.
Nama irraa fayyadamu Rabbi nu haa godhu 🤲
Maddi :kitaaba soomana Ramadaanaa
Barreessaan;garee
ulamaaii
#JOIN👇👇

Hadiisa Abuu Ayyuub al-Ansaariin odeyseen ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "namni Ramadaana Soommanee eeganaa Jaha Shawwaal irraa itti aanse, akka nama amata guutuu Soommaneeti" ja'e. [Muslim : 1164]
- Shawwaal ji'a Ramadaanatti aanee dhufu kanarraa guyyaa 6 Soommanuun Sunnaa dha. Soommana Ramadaanaa waliin akka nama amata guutuu Soommanaa bahetti Ajrii arkanna. Soommana 6n Shawwaal kana walitti aansinee ykn adda babaasnee Soommanuu dandeenya.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

👍2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Worri ji'a ramadaanaa qofa salataa ji'a kaani hin salaannee isin rabbiin hin gabbarree ji'a sana gabbarruu yaatan malee islaamni ji'a ramadaana qofa hin salaatu yeroon kamuu isaaf walqixaa waan taheef
#Qaalawiinsi_jiruu_isin_hin_yaachisin...!
قال تعالى : { وَفِي السَّمَاءِ رِزْقُكُمْ وَمَا تُوعَدُونَ }
➾Rabbiin yeroo meeshaan rakasaa isin horataa ture...yeroo meeshaan qaalawe isin horachuu hin dadhabuu.
Rabbiin Rizqii gabroottan isaa ufirratti qabee jira waan ta'eef.
{ ومَا مِن دَابَّةٍ في الأرضِ إلَّا عَلى اللهِ رِزقُهَا }
{Waan dachee tanarra sosso'aa hunda..Rizqiin isaanii ana bira jedha..}Rabbiin.
" ولن تموتَ نفسٌ حتى تستوفي كاملَ رزقها ".
➾Lubbuun osoo qoodni ishee asirraa hin dhumatin duutu takkallee hin jirtu.
➾Miliyoona meeqatu..kiisii duwwaa, mindaa malee, guyyaa hunda osoo maal nyaadha?! jedhee hin yaadin oolee bulaa jira...!
فلماذا تقلقون ؟!
#Maaliif_gadditan#Maaltu_isin_yaachisa ?
➾Osoo ati garaa haadha keetii keessa jirtu qoodni jiruu teetii sii barreeffame jechuun salphaa sitti fakkaataa!..?
➾Rabbiin akka ati mataa olqabattee jiraattu sirraa barbaada.
➾Akka ati onnee guutuun Rizqii halaalaa barbaadattu sirraa barbaada.
➾mallaqa yartuu tanaaf jettee ufin xiqqeeysin.
➾Waan Rabbiin ufirratti siif qabeef jettee mataan kee sin bowwaafatin.
➾Sodaa fi gadda jidduu Hawaasaatti hin facasin.
وأحسنوا الظنَّ بالله عزَّ وجلَّ ،
➾Rabbii guddatee ol ta'etti sehaa tolaa.
➾Jiruu teessan tasgabiidhaan keessa jiraadhaa!.
➾Rabbii keessanitti akkana jedhaa warwaadhaa;
༄🤲Yaa Rabbi qoodni keenya sammii keessa yoo taate gadi nuuf buusi,
اللَّهُمَّ إن كان رزقنا في السماء فأنزله ،
༄Dachee keessa yoo jiraate ol nuuf baasi,
وإن كان في الأرض فأخرجه ،
༄Yoo fagoo nurraa jiraates as nuuf kaleessi,
وإن كان بعيداً فقرِّبه ،
༄Yoo kaluu keenya jiraates, yaa Rabbi nuuf laaffisi,
وإن كان قريباً فيسره ،
༄Yoo nu jalaa xiqqaattes isima nuuf guddisi,
وإن كان قليلاً فكثره ،
༄Yoo guddoo taates barakaa keessa nuuf kaahi. Jedhaa Rabbitti warwaadhaa.
#Join👇👇
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

👍4
#Yaa_Rabbi_Istiqaamaa
#nuuf_kenni🤲🥺🥺
♻️Wanti hunduu iddoo isaatitti deebi'ee jira.✍
➡️Shexaanni gadi dhiifameera.👺
↪️warri Ramadaanni seennaan Soomana eegale soomana xumureera.
•⏩Minxaafiin dachaafameera.
➡️Qur'aanni cufameera.📚
➡️Jama'aan masjiida duraan gutee alatti wal yaase hafee masjiidni saffaa tokkoo lamatti deebi'eera.
➡️Warri Cubbuu mu'eeffate cubbuu isaa deebi'ee dhandhamuu eegaleera.
➡️Yoo majiida seentu namootuma osoo Ramadaanni hin deebi'in gara masjiidaa deddeebi'an malee namoota haarawa hin argitu.....🤷♂
➡️Namoonni Ramadaana keessaa waan jijjiiraman fakkaatan Ramadaanni baanaan jijjiirama waakkatan!!.
🔄Waggaa walitti deebina jedhanii salaata,Soomana, Quraanafi gara masjiidaa deddeebi'u nagaya itti dhaamatan.👌
✍Wanti hunduu bakka dur turetti deebi'eera!😔
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Caalaan jia hundaa
Gallaan ramadaanni
Istiqaamaa dhabnee
Laafnaan ibaadaanii
Akka waan gaheetti
Rabbiin ibaaduunii
Akka waan hafeetti
Dhukkubaafi duunii
Ibaadaa laaffifnee
Uf duuba deebinee
Masjida dur guunne
Amma maaliif guune!?
Ni gaha jedhamee
Rabbiif gabroomuuni
Ni gaha jedhamee
Masjiida deemuunii!
Azaaniin jedhamnaan
Dur hoo itti fiignaa
Amma maatu taanaan
Waadaa rabbii diignaa
Rabbiin gabbaruunii
Amma gaafa du'aa
Isa ibaaduunii
Yoomuun qabu gu'aa
Kana tahuu beeknee
Isatti haa deebinuu
Rabbiin haa kadhannu
Isarraan dheessinuu
Yaa rabbii yaa Allah
Nuuf kenni istiqaamaa
Qur'aanni osoo jiruu
Nun taasisin jaamaa
Ibaadaan nu cimsii
Nuuf kenni sabaataa
Akkaataa nu godhi
Hin qabnu akkaataa
🤲🤲🤲🤲🤲
𝑔𝑎𝑙𝑎𝑡𝑜𝑜𝑚𝑎𝑎𝑎
#JOIN👇👇👇
@Library_Islaamaa
Gallaan ramadaanni
Istiqaamaa dhabnee
Laafnaan ibaadaanii
Akka waan gaheetti
Rabbiin ibaaduunii
Akka waan hafeetti
Dhukkubaafi duunii
Ibaadaa laaffifnee
Uf duuba deebinee
Masjida dur guunne
Amma maaliif guune!?
Ni gaha jedhamee
Rabbiif gabroomuuni
Ni gaha jedhamee
Masjiida deemuunii!
Azaaniin jedhamnaan
Dur hoo itti fiignaa
Amma maatu taanaan
Waadaa rabbii diignaa
Rabbiin gabbaruunii
Amma gaafa du'aa
Isa ibaaduunii
Yoomuun qabu gu'aa
Kana tahuu beeknee
Isatti haa deebinuu
Rabbiin haa kadhannu
Isarraan dheessinuu
Yaa rabbii yaa Allah
Nuuf kenni istiqaamaa
Qur'aanni osoo jiruu
Nun taasisin jaamaa
Ibaadaan nu cimsii
Nuuf kenni sabaataa
Akkaataa nu godhi
Hin qabnu akkaataa
🤲🤲🤲🤲🤲
𝑔𝑎𝑙𝑎𝑡𝑜𝑜𝑚𝑎𝑎𝑎
#JOIN👇👇👇
@Library_Islaamaa
👍8
Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟

😂 Qoosaa😂😂
Jaal tokko maal jedhe seete?🤔
Broo #Shawwal barana meeqaan baha jedhe ?
Maal jechuu yaadde naan gallen jedheen
Lakki jechi koo 5 moo 6 jechuu kooti jedhe 😁😁
Aboo maal taate #shawwal erga yoomii 5ykn 6 taha jedhee yoon xiqqoo yaadu 🤔🤔
.
.
.
.
Ahaaa #Qaammee dhaan wal natti fakkate hin jedhu seetee😂😂😂😂😂😂
Broo #kolfitee maa dhiifta #Share godhika👍👍👍

😁4❤1
ትንሹ ኢድ
Sadat
ትንሹ ኢድ?
EId xiqqoo🤔❌❌
✅Please #caqasaa
Hin jiru wanni Eid shawwal jedhamu Islaamummaa keessa🚫⛔️
#JOIN
👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
EId xiqqoo🤔❌❌
✅Please #caqasaa
Hin jiru wanni Eid shawwal jedhamu Islaamummaa keessa🚫⛔️
#JOIN
👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
👍2
#kabaja_haadholii
👨🍼👨🍼👨🍼👨🍼👨🍼👨🍼
Yoomuu sin kabajna
Isin waan hundaa oli
Dhufa waggaa eegnee
Hin kabajnu haadholii
Kabaja haadholii
Warri waggaaan odeessu
Kabaja sin qabdaniif
Argineerra hamma geessu
Gadi fageenyaan nuuf ibse
Islaamummaan waa'ee jaraa
Hin hordofnu,hin dhageenyu
Oduu warra dharaa👏👏
#love ,respect ,for them all
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
👨🍼👨🍼👨🍼👨🍼👨🍼👨🍼
Yoomuu sin kabajna
Isin waan hundaa oli
Dhufa waggaa eegnee
Hin kabajnu haadholii
Kabaja haadholii
Warri waggaaan odeessu
Kabaja sin qabdaniif
Argineerra hamma geessu
Gadi fageenyaan nuuf ibse
Islaamummaan waa'ee jaraa
Hin hordofnu,hin dhageenyu
Oduu warra dharaa👏👏
#love ,respect ,for them all
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
❤2
#Eid_shawwal❌❌
Nuun jedhe rabbiinii
Al_yawma akmaltu..
Baasaa haaraa baasuun
Diinii keenyaan maltu🚫
Diinii Rabbiin guutee
Akka waan hirdhatee
Guutuuf maaf dhamaanaa
Sammuu keenya teenyee
Xiinxalaanii mitii
Diiniin kan guutamu
Rabbiin nun taasisin
Bowwaa azaabaatti nama bor gatamuu😥
Rabbiin keenya tokkumaa
Lama,sadii mitii
#Eidiin keenya lamaa
Sadii,afur mitii🚫
Shawwaal #Eiidiin qabu
#Nabiyyin (s a w)nuun dhaamnee
Baasaa haaraa baafnee
Dhaloota akkan dhaalchifnee
Biyyaa duniyaarra
Waggaa kuman turruu
Faallaa #Quraanaaf Hadiisaa
Hin hordofin yaa tiruu❤
Hanga lubbuun jirru
Rabbiin dallansiisuu
Rahmatasaa jiruu ,qixaaxa isaa dhaaluu
Inni nu haa tiksuuu(*2)
Inni nu haa diduu(*2)
Aamiin galatoomaa👏👏
♻️ #Copy_paste with out credit is impossible 🙅♂
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Hordofaa ni hordofnaa
@Library_Islaamaa
Kottaa! Ni hordofnaa
An siniifan dhaamaa🙏
👍👍👍👍
Argachuu barbaannaan
Galaana kitaabaa
Hanga feete argatta
Tuullaa hanga tabbaa📚
@Library_Islaamaa
Dhaloota barsiisaa
Sammuu jaraa qaree
Karaatti garsiisaa
Kottaa! #JOIN godhaa
@Library_Islaamaa
Miseensa tahaafi
Kinoo yeroon ammaa
Nashiidaas barbaannaan
Battalatti argattaa
Qoosaafaa😁 barbaannan
Channelichaaf gataa😁
Hunduu guutee jira
Dhufa keessan eegaa
Dhuftanii waan dhabdan
Yoo jiraate mee gaa😊
Join yeroo gootuu
Hin dagatin #sheerii
Jazaa itti argattaa
Obbolaa keef ergii👏
If you want to be
Success in your life
Follow day to day
Islamic message 👏
🌹🌹
🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
♻️🌹🌹🌹♻️
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Kottaa! Ni hordofnaa
An siniifan dhaamaa🙏
👍👍👍👍
Argachuu barbaannaan
Galaana kitaabaa
Hanga feete argatta
Tuullaa hanga tabbaa📚
@Library_Islaamaa
Dhaloota barsiisaa
Sammuu jaraa qaree
Karaatti garsiisaa
Kottaa! #JOIN godhaa
@Library_Islaamaa
Miseensa tahaafi
Kinoo yeroon ammaa
Nashiidaas barbaannaan
Battalatti argattaa
Qoosaafaa😁 barbaannan
Channelichaaf gataa😁
Hunduu guutee jira
Dhufa keessan eegaa
Dhuftanii waan dhabdan
Yoo jiraate mee gaa😊
Join yeroo gootuu
Hin dagatin #sheerii
Jazaa itti argattaa
Obbolaa keef ergii👏
If you want to be
Success in your life
Follow day to day
Islamic message 👏
🌹🌹
🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
♻️🌹🌹🌹♻️
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👏4❤2👍1
Qaroomina Islaa.pdf
1.3 MB
📚📚📚📚📚📚📚
Maasha Allah kitaaba
Hedduu bareedadha buusaa dubbbisaa ✍
Page xiqqodha
♻️🌹🌹🌹🌹♻️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Maasha Allah kitaaba
Hedduu bareedadha buusaa dubbbisaa ✍
Page xiqqodha
♻️🌹🌹🌹🌹♻️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍2🥰1
✍ #Yaa_Lubbuu_kiyya_Rizqiin Erga soomanni bahee ati nyaattuuf dhugdu kun Halaali mo haraami? Irraa gaafatamuu deemtaa qubaqabdaa😢😢
✅ Yaa Obboleewwan kiyya qaali Erga soomanni bahee....
➡️ Akkamitti Oolaa jirra
➡️ Maaliin oolaa jirra
➡️ Maali dhugaa,nyaataa oolaa jirra
↪️walumaagala guyyaan keenya maaliin ifee, dhihaa jira of haa gaafannu obboleewwan kiyya qaalii.
Baarakallah.
✅ Namuu beekus wallaalus guyyaarraa gara #qabrii deema kanaafuu #Osoo_hin_qoratamin_of_haa_qorannu kun dhaamsa kootii barakallah .
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
♻️📚📚📚📚📚♻️
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️

🔵Warreen #University/College_seentaniif dhamsa kiyya.⤵️⤵️⤵️⤵️
↪️Dhamsa kana osoo gaafa University seennu nuuf himamee je'eetin amma taa'ee yaada‼ mee dubbisaa isin fayyaduu malaa‼
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
---------
1⃣ Dorgomaa sadarkaa gandaa(Local competition) irra gara dorgamaa sadarkaa biyyolessaa (National competition) waan dabartaniif ammumaan itti qophaayuu feesisa. Akkaata dur itti qu'achaa turtan foyyessuu fi san caalaa sa'aa tessan sirritti itti fayyadamtanii hojjachuu qabdan.
2⃣Yeroo barattan gosa barnoota isin filattan waa lama laalaa filadhaa. ⤵️
1, Gosa barnoota san ni feeta, 2, Gosa barnoota san dandeettii isaa nin qabaa wa jedhu laalaa filadha. Yoo kana gootan ufittis ni gammaddan jijjiiramas ni fiddan jedheetiin yaada. Field namni hoggaa filatte namni siif gammadu ykn kan namni akka filattu jaalatu oson tahin, kan ufii jaalattu baradhu hanga fedhellee gosti barnoota sun gad bu'aa jedhamee yaadamullee. Murtiin bakka kanatti ati murteffattu jireenya kee kan fuldura irrattis dhiibbaa qaba. Be careful‼ jecha Afaan English tokko si yaadachiisa #Make_your_passion_your_profession" waan jaalattu hojii godhadhu akka jechuuti.
✍ Ammoo yoo filannaa kee male field ati in #feene sitti kennan fudhadhu baradhu maaltu beeka field sanaan milkaahuu dandeessa.
♻️ Kan si dhibu🧐 #Hiriyaa_koo (WKU)waliin turre inni #biologi barbaade garuu kan jarri itti kennan #Mathematics 🥺😁 wallahi hiriyaa koo sana wojjin biiroo University san keessa deemnee jijjiiruufi jennee dadhabne👏 Achi booda maal jedhe seete ''Dhiisi natti haa hafu inuman baradha jedhe'' achi booda fedhuma isaatiin barate wallahii mucaan sun Akka #College_mathematics 1ffa bahee #badhaafame 😳😳 kanaaf atis.....
3⃣. University hoggaa seenuuf deemtu yoo #dandeesse ✍✍✍
1)Laptop (PC) Bareedaa bitadhu.
2) Isa yoo dadhabde mobile bareeda bitadhu.
3) Yoo mibile dadhabdes ofis dhiphistee, maatis hin rakkisin mobile #Nokia qabadhu. Ani ija kootiin nama Rakkinarraa osoo mobila duraa hatamnaan wagga 1 mobila male bahee wajjin Eebbifamne jira Wallaahii ,maarree atis waa'ee #mobila ofin dhiphisin. 👏
4⃣ Yuniversitiin nama itti fayyadameef dhugumaan iddoo barnootaati barnoota gosa hedduu barachuu dandessa. Online irrattis waa hedduu fayyadamuu dandessa.
5⃣ Yunivarsitiin Bakka biraa caalaa barnoota Diin #Islaama barachuufis mijjaawa dha. Baradhu hoggaa baate ni sheenoytaa.
6⃣. Choose your friends wisely. Waahila sirra jabaa kan isaa dorgamtutti saahibi. Gariin namaa sheyxaanuma gogaa ilma namaa uffatee deemuu irraa fagaadhu‼
Dhumarrattis
"Make your passion your profession" isiniin ja'a.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️

Qabaa Jireenya Keetii Beeki!
Namicha Hiyyeessa Tokkotu Sangaa Tokko Qaba Ture Jireenyi Itti Ulfaannan Sangaa Isaa Gabaa Geessee Gurguratee Utuu Deebi'uu Mana Dhugaatiitti Goree Isa Booda Dhugee Machaa'ee Manatti Galuuf Karaa Irra Bu'e Utuu Deemuu Waan Mana Ga'e Itti Fakkaatee Karaa Irra Ciise. Achitti Saamtun Itti Dhufanii Qabeenya Isaa Hunda Harkaa Fudhatanii Rifeensa Isaa Irra Haadanii Sokkan.
Machiin Irraa Galee Gaafa Ka'u Qarshiin Isaa Harka Hin Jiru. Iyyuuf Gaafa Mataa Qabatu 🙆♂ Rifeensi Irra Hin Jiru.🧑🦲😂 Isa Booda Kun Ana Miti Jedhee Deebi'ee Rafe!!! 😩
😂😂😂😂😂😂😂😂
#Kanaaf Qabaa Jireenya Keetii Beeki! Akkamitti Akka Bobbaatee Galtuu Fi Daandiin Filannoo Keetii Gara Kamitti Akka Si Geessu Hubadhu! Kufaatitti Akka Si Hin Geessine Eeggadhu Jechuudhumaafi.🙏

❤4😁2👍1