This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
โ#ZAKAA_FIXIRII #NAAMUUSAAF
#HEERA_ISIIโโโ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โEgaa zakaa fixrii #jechuun sadaqaa yeroo
soomana ramadaanaa xumuran dhuma
isaarratti keennamtu jechuudha.
#Faaydaan Isiitis dogoggoraafii badii irraa soomana
namaaf qulqulleysiti.๐
๐๐๐๐
@Library_Islaamaa

๐1
#Zakaan fixriidhaa muslima hundarratti
dirqama ๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โIsiin midhaan suguda tokkoo (k.g 2: 40)
yoo kiiloo lamaaf cinaa godhan haalaan
gaariidha.) nama tokkorraa baasuu barbaachisa.
โ Hadiisatti Abdallaa ibnu umar (r.a.) akki
jedhe " Nabiin (s.a.w.) tokko tokkoo muslimtootaa irratti zakkaa fixrii tan
ramadaanaa dirqama godhe, hunduma &
muslimaarratti bilisa tahuu gabra tahuu, dhiira tahuu dubartii tahuu, guddaa tahuu xiqqaa tahuu, suguda (kooboo) takka
timirarraa yookaan garburraa nama tokkorraa
kafalama jedhe. "
โJecha bukhaarii keessatti nabiin s.a.w. zakaa fixrii dirqama godhe โฆjedhee hadiisa oofee
achi keessatti.. osoo namni gara salaata iidaa
hinbaane duratti akka kennamtu ajaje" jedhe. ๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ

Ifxaarri muslimootaa
Gaafa ta'u rasaasa
Iyyeen dubbadha malee
Akkamittan asaasa!
Finxaaleyyiin nu dhaantee
Jarattiin harka xurii
Gaafa haaromsuu yaaltu
Seenaa Abbaa'shee durii
Obboleessi muslimaa
Gaafa na waamu iyyee
Sodaadhee irraan hafu
Du'eetan ta'a biyyee
Dhimmi obbolaa muslimaa
Gondaris ta'u jimmaa
Muslimoota addunyaa
Mara isaaniifuu dhimmaa
Osoo nu kulkuluu
Godaannisni mooxaa
Maal taate yaa gondar
Maaf akkas nu goota?
Galaana tuqxu taanaan
Odolli nagaan taatuu
Hin milkooftu abadan
Islaama hin tuqin raatuu
Abjuun guyyaa abjoottan
Sirni Atsee kan kalee
Abadan siin dhugoomu
Qilleensa abootta malee
Kaleessa nu tuqxanii
Murtii dhabuun keessani
Homaa sin hin jiilchine
Kunoo asirra geessani
Ajjeechaa jumlaa gondar~eenyunuu haa raawwatu
Faannoos haa taatu liyyuu
Haga haqa argatutti
Nagaa hin taatu biyyuu
Warri kalee keessummaa
Sahaabota simanne
Nuti ilmaan Najjaashii
Deebii dhabuun himannee...
Karaa nagaan hiriirree
Iyyannee kootummaani
Seera yoon kabachiisin
Dammaqee mootummaani
Dhiibamuun muslimootaa
Booda isiniif hin toltuu
Hubadhaa Rabbi guddaaf
Gabroota isaatiin loltuu
Qaama keenyaa dhiibamuu
Dandeenyee akkamiin teenya
Ammas dambaliin yaanee~addunyaa dhageessifna
Haqaaf sagalee keenya
Qeerransa ofitti kaafte
Tuqxee ijoollee Bilaali
Tokkummaan dambali'ee
Akka yaa'u ilaali!
Ilmaan Imaamu Ahmad
Duruu goota dhalchinaa
Majlisnis nuuf dammaqaa
Yartuu likkii galchinaa!
โ๏ธ.... Riyaad Raayyaa tiin
#share_godhaaโฃ๏ธ
๐๐

โค3๐3
๐Oduu Ammee!
naannawa hundatti ji'i hin muldhannee waan ta'eef boor guyyaa 30ffaa Ramadaanaa yoo ta'u Iidal-fixriin guyyaa wiixataa akka ta'e beekameera.
@library_islaamaa
naannawa hundatti ji'i hin muldhannee waan ta'eef boor guyyaa 30ffaa Ramadaanaa yoo ta'u Iidal-fixriin guyyaa wiixataa akka ta'e beekameera.
@library_islaamaa
๐6
Baga geessan baga geenye
Tika Rabbiitiin teenyee
Sooma hiikaa baranaa
Baga geessan kan na beektan kan nan beeknee
๐น๐น๐น
Soomana baranaa
Nagaadhaan xumurtanii
Baga hardha geessan
Umriidhaan turtaniiโ
Kan milkii nuuf haa tahu
Sooma hiikaan baranaa
Dhufee manaa nun dhabiin
Aamiin jedhaa jaranaa๐คทโโ๏ธ
Eiida milkiin dhufee
Gammachuu nuu fidu
Rahmaanin kadhanna
Inni naman didu๐คฒ๐คฒ
Warra bara hedduu
Kayrii carraaqqatu
Faayamee bareedee
Miindaasas argatu
Tahuu haa kadhannu
Rabbii mootii Aalaamaa
Kadhadhaa haa kadhannu
Inni kadhaa qeebalaa๐น
๐น๐น๐น๐น ๐น๐น๐น
๐น๐น

#Barnoota_seera_Eidaa.๐น
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
Akkuma beekamutti ummata islaamaa
biratti iida lamaatu jira. Isaanis iida fixrii
(soomsn furaa) fii iidul adhaa (iida arafaa) ti.
โ Isaan kuni lameen waggaa waggaan
deddeebi'u.
โ Salaanni iidaa waggaa 1ffaa hijraati
seeramte eegalamte.๐
โAbuu dawuud anasirraa odeesse-nabiin
s.a.w. madiinatti gale (dhufe) warra madiinaa kan guyyaa lama kan iidaa ayyaaneffatanii taphatan qaban '' guyyaan
kabajdan kun lameen maali?" jedhee gaafannaan, zamana wallaalummaa kabajuu turree. Jedhaniin, nabiin s.a.w. akki
jedheen. Kana lameen ufirraa dhiisaa ayyaana isaan kana caalu lama rabbiin bakka isinii buusee jira guyyaa adhaatiifi
guyyaa fixrii..jedheen.
JOIN๐๐๐

#Namusa_yeroo_iida #salaatuuf_bahanii ๐ค
โYeroo iida salaatuuf deeman naamusoonni
asii gadii kun eegamuu barbaachisa.
โQaama dhiqachuu
โ uffata bareeda uffachuu,
โnamni dhiiraa qoftiin shittoo
โgodhachuu,(dubartiin yeroo manarraa gadi
baatu shittoo godhachuun dhoowwaadha).
โGuyyaa iida fixrii osoo salaatatti hindeemne
waa nyaachuu, guyyaa iida #adhaa ammo
hanga salaatarraa deebi'anii nyaatarra
turuu fii yogguu salaatanii galan udhiyyaa
isaarraa nyaachuu..
โGanamaan gama dirree iidaa bahuufi yoo
dandayame miilaan deemanii dhaquu.
โKaraa tokkoon salaata dhaqanii karaa
birootiin galuu
โNamni dhiiraa sagalee ol fuudhee waliiwajjiin takbiiraa jechuu nidandaya.
โ Abdallaah ibnu umar irraa inni sagalee
olkaasee takbiirtaa jedha, warri masgiidaatis jalaa dhagayeeti takbiiraa
jedha " jechaatu odeeffamee jira waan
taheef.
Nama irraa fayyadamu Rabbi nu haa godhu ๐คฒ
Maddi :kitaaba soomana Ramadaanaa
Barreessaan;garee
ulamaaii
#JOIN๐๐

Hadiisa Abuu Ayyuub al-Ansaariin odeyseen ergamaan Rabbii Muhammad๏ทบ "namni Ramadaana Soommanee eeganaa Jaha Shawwaal irraa itti aanse, akka nama amata guutuu Soommaneeti" ja'e. [Muslim : 1164]
- Shawwaal ji'a Ramadaanatti aanee dhufu kanarraa guyyaa 6 Soommanuun Sunnaa dha. Soommana Ramadaanaa waliin akka nama amata guutuu Soommanaa bahetti Ajrii arkanna. Soommana 6n Shawwaal kana walitti aansinee ykn adda babaasnee Soommanuu dandeenya.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

๐2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Worri ji'a ramadaanaa qofa salataa ji'a kaani hin salaannee isin rabbiin hin gabbarree ji'a sana gabbarruu yaatan malee islaamni ji'a ramadaana qofa hin salaatu yeroon kamuu isaaf walqixaa waan taheef
#Qaalawiinsi_jiruu_isin_hin_yaachisin...!
ูุงู ุชุนุงูู : { ููููู ุงูุณููู ูุงุกู ุฑูุฒูููููู ู ููู ูุง ุชููุนูุฏูููู }
โพRabbiin yeroo meeshaan rakasaa isin horataa ture...yeroo meeshaan qaalawe isin horachuu hin dadhabuu.
Rabbiin Rizqii gabroottan isaa ufirratti qabee jira waan ta'eef.
{ ูู ูุง ู ูู ุฏูุงุจููุฉู ูู ุงูุฃุฑุถู ุฅูููุง ุนููู ุงูููู ุฑูุฒููููุง }
{Waan dachee tanarra sosso'aa hunda..Rizqiin isaanii ana bira jedha..}Rabbiin.
" ููู ุชู ูุชู ููุณู ุญุชู ุชุณุชููู ูุงู ูู ุฑุฒููุง ".
โพLubbuun osoo qoodni ishee asirraa hin dhumatin duutu takkallee hin jirtu.
โพMiliyoona meeqatu..kiisii duwwaa, mindaa malee, guyyaa hunda osoo maal nyaadha?! jedhee hin yaadin oolee bulaa jira...!
ููู ุงุฐุง ุชููููู ุ!
#Maaliif_gadditan#Maaltu_isin_yaachisa ?
โพOsoo ati garaa haadha keetii keessa jirtu qoodni jiruu teetii sii barreeffame jechuun salphaa sitti fakkaataa!..?
โพRabbiin akka ati mataa olqabattee jiraattu sirraa barbaada.
โพAkka ati onnee guutuun Rizqii halaalaa barbaadattu sirraa barbaada.
โพmallaqa yartuu tanaaf jettee ufin xiqqeeysin.
โพWaan Rabbiin ufirratti siif qabeef jettee mataan kee sin bowwaafatin.
โพSodaa fi gadda jidduu Hawaasaatti hin facasin.
ูุฃุญุณููุง ุงูุธููู ุจุงููู ุนุฒูู ูุฌููู ุ
โพRabbii guddatee ol ta'etti sehaa tolaa.
โพJiruu teessan tasgabiidhaan keessa jiraadhaa!.
โพRabbii keessanitti akkana jedhaa warwaadhaa;
เผ๐คฒYaa Rabbi qoodni keenya sammii keessa yoo taate gadi nuuf buusi,
ุงููููููู ูู ุฅู ูุงู ุฑุฒููุง ูู ุงูุณู ุงุก ูุฃูุฒูู ุ
เผDachee keessa yoo jiraate ol nuuf baasi,
ูุฅู ูุงู ูู ุงูุฃุฑุถ ูุฃุฎุฑุฌู ุ
เผYoo fagoo nurraa jiraates as nuuf kaleessi,
ูุฅู ูุงู ุจุนูุฏุงู ููุฑููุจู ุ
เผYoo kaluu keenya jiraates, yaa Rabbi nuuf laaffisi,
ูุฅู ูุงู ูุฑูุจุงู ููุณุฑู ุ
เผYoo nu jalaa xiqqaattes isima nuuf guddisi,
ูุฅู ูุงู ููููุงู ููุซุฑู ุ
เผYoo guddoo taates barakaa keessa nuuf kaahi. Jedhaa Rabbitti warwaadhaa.
#Join๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น

๐4
#Yaa_Rabbi_Istiqaamaa
#nuuf_kenni๐คฒ๐ฅบ๐ฅบ
โป๏ธWanti hunduu iddoo isaatitti deebi'ee jira.โ
โก๏ธShexaanni gadi dhiifameera.๐บ
โช๏ธwarri Ramadaanni seennaan Soomana eegale soomana xumureera.
โขโฉMinxaafiin dachaafameera.
โก๏ธQur'aanni cufameera.๐
โก๏ธJama'aan masjiida duraan gutee alatti wal yaase hafee masjiidni saffaa tokkoo lamatti deebi'eera.
โก๏ธWarri Cubbuu mu'eeffate cubbuu isaa deebi'ee dhandhamuu eegaleera.
โก๏ธYoo majiida seentu namootuma osoo Ramadaanni hin deebi'in gara masjiidaa deddeebi'an malee namoota haarawa hin argitu.....๐คทโโ
โก๏ธNamoonni Ramadaana keessaa waan jijjiiraman fakkaatan Ramadaanni baanaan jijjiirama waakkatan!!.
๐Waggaa walitti deebina jedhanii salaata,Soomana, Quraanafi gara masjiidaa deddeebi'u nagaya itti dhaamatan.๐
โWanti hunduu bakka dur turetti deebi'eera!๐

Caalaan jia hundaa
Gallaan ramadaanni
Istiqaamaa dhabnee
Laafnaan ibaadaanii
Akka waan gaheetti
Rabbiin ibaaduunii
Akka waan hafeetti
Dhukkubaafi duunii
Ibaadaa laaffifnee
Uf duuba deebinee
Masjida dur guunne
Amma maaliif guune!?
Ni gaha jedhamee
Rabbiif gabroomuuni
Ni gaha jedhamee
Masjiida deemuunii!
Azaaniin jedhamnaan
Dur hoo itti fiignaa
Amma maatu taanaan
Waadaa rabbii diignaa
Rabbiin gabbaruunii
Amma gaafa du'aa
Isa ibaaduunii
Yoomuun qabu gu'aa
Kana tahuu beeknee
Isatti haa deebinuu
Rabbiin haa kadhannu
Isarraan dheessinuu
Yaa rabbii yaa Allah
Nuuf kenni istiqaamaa
Qur'aanni osoo jiruu
Nun taasisin jaamaa
Ibaadaan nu cimsii
Nuuf kenni sabaataa
Akkaataa nu godhi
Hin qabnu akkaataa
๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
๐๐๐๐๐ก๐๐๐๐๐๐
#JOIN๐๐๐
@Library_Islaamaa
Gallaan ramadaanni
Istiqaamaa dhabnee
Laafnaan ibaadaanii
Akka waan gaheetti
Rabbiin ibaaduunii
Akka waan hafeetti
Dhukkubaafi duunii
Ibaadaa laaffifnee
Uf duuba deebinee
Masjida dur guunne
Amma maaliif guune!?
Ni gaha jedhamee
Rabbiif gabroomuuni
Ni gaha jedhamee
Masjiida deemuunii!
Azaaniin jedhamnaan
Dur hoo itti fiignaa
Amma maatu taanaan
Waadaa rabbii diignaa
Rabbiin gabbaruunii
Amma gaafa du'aa
Isa ibaaduunii
Yoomuun qabu gu'aa
Kana tahuu beeknee
Isatti haa deebinuu
Rabbiin haa kadhannu
Isarraan dheessinuu
Yaa rabbii yaa Allah
Nuuf kenni istiqaamaa
Qur'aanni osoo jiruu
Nun taasisin jaamaa
Ibaadaan nu cimsii
Nuuf kenni sabaataa
Akkaataa nu godhi
Hin qabnu akkaataa
๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
๐๐๐๐๐ก๐๐๐๐๐๐
#JOIN๐๐๐
@Library_Islaamaa
๐8
Forwarded from Deleted Account
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
เผKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
โโโโโโโโโโโโโโโ
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
เผKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
โโโโโโโโโโโโโโโ
๐1
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
๐ Qoosaa๐๐
Jaal tokko maal jedhe seete?๐ค
Broo #Shawwal barana meeqaan baha jedhe ?
Maal jechuu yaadde naan gallen jedheen
Lakki jechi koo 5 moo 6 jechuu kooti jedhe ๐๐
Aboo maal taate #shawwal erga yoomii 5ykn 6 taha jedhee yoon xiqqoo yaadu ๐ค๐ค
.
.
.
.
Ahaaa #Qaammee dhaan wal natti fakkate hin jedhu seetee๐๐๐๐๐๐
Broo #kolfitee maa dhiifta #Share godhika๐๐๐

๐4โค1