I'tikaafaπΉπΉ
Haati Mu'mintootaa Aa'ishaan "ergamaan Rabbiiο·Ί Ramadaana kurnan boodaa I'tikaafa(Masjidatti gala) ture" jatte. [Bukhaarii 2033]
- I'tikaafa jechaan Ibaadaaf Masjidatti galuudha. Hanga kurnan boodaa kun dhumuu Ibaadaaf Masjidaa bahuu dhabuudha. Akka tasaa yoo namni dhukkubsate gaafatuun, yoo namni du'e gaggeysuufi haajaa jabduuf Masjidaa bahuun humaa rakkoo hin qabu. #I'tikaafni dirqama osoo hin taane #Sunnaa dha. Dhiiraafi Haawwanis galuu ni dandahan.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

π1
Haati Mu'mintootaa Aa'ishaan " Yaa Ergamaa Rabbii ! ο·Ί Gartee halkan Leylatul-qadri yoon beeke, maalin keessatti jedha" jattee Nabiyyii gaafatte. "G dabruu jaalatta! Irra naaf dabri.
ΨΉΩ ΨΉΨ§Ψ¦Ψ΄Ψ©Ω Ψ±ΨΆΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΩ ΨΉΩΩΨ§ ΩΨ§ΩΨͺ: ((ΩΩΨͺΩ: ΩΨ§ Ψ±Ψ³ΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΨ Ψ£Ψ±Ψ£ΩΨͺΩ Ψ₯ΩΩ ΨΉΩΩ ΨͺΩ Ψ£ΩΩΩ ΩΩΩΨ©Ω ΩΩΩΨ©Ω Ψ§ΩΩΨ―ΩΨ±Ψ Ω Ψ§ Ψ£ΩΩΩ ΩΩΩΨ§Ψ ΩΨ§Ω: ΩΩΩΩ: Ψ§ΩΩΩΩΩΩΩ ΩΩ Ψ₯ΩΩΩΩ ΨΉΩΩΩΩΩ ΨͺΨΨ¨ΩΩ Ψ§ΩΨΉΩΩΩΨ ΩΨ§ΨΉΩΩ ΨΉΩΩΩΩ))
Akka yeroo birootti hin laalinaa, guyyaafi halkan Ramadaanaa caaloommina addaa qaban. Keessattuu Ramadaana kurnan boodaa kana Rabbiin badhaasa hedduu nuuf qopheyse. Halkan takkittii tan ji'a kuma caaltu kurnan boodaa kana keessatti dhoyse. Namni Ibaadaan halkan san qunname waa milkaawee! Xiqquma carraaqnee, guddoo akka arkannu nu taasise. Tola Rabbii keenyaa kana himnee fixuu hin dandeenyu. Dalagaa gaarii hojjannu hunda boru dacha-dachaan galata galfamuuf jiraanna. Kanaaf kurnan boodaa kana Ibaadaan saammadhaa.
Halkaniis guyyaas warra gama Rabbii deebi'u tahaa.

β
Anoo Deemuuf Ka'eπ
βββββββββ
Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee
π·π·π·π·π·π·π·π·
Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee
π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄
Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa
π·π·π·π·π·π·π·
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
#Kurnan gara dhumaa
π²π²π²π²π²π²π²
Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa
ππππππππ
Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii
πΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏ
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessiiπ€²π€²
β»οΈπΉπΉβ»οΈβ»οΈπΉπΉβ»οΈ
#please join&share
πππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
βββββββββ
Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee
π·π·π·π·π·π·π·π·
Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee
π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄
Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa
π·π·π·π·π·π·π·
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
#Kurnan gara dhumaa
π²π²π²π²π²π²π²
Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa
ππππππππ
Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii
πΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏ
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessiiπ€²π€²
β»οΈπΉπΉβ»οΈβ»οΈπΉπΉβ»οΈ
#please join&share
πππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β€4π4π’3π1
#Yaa_Allaah! #Nuu_laaffisi
β»οΈπΉπΉπΉ πΉπΉπΉβ»οΈ
πΉπΉ
ππ
β¬Ashral-awaakiriin keessa du'aa'ii tana heddummeessaa.β
β¬Rasuulli keenya SAW, harka caalu kurnan boodaa kana kessa duβaa'ii tana heddummeessan.π
ππ
Ψ§ΩΩΩΩΩΩΩ ΩΩ Ψ₯ΩΩΩΩΩΩ ΨΉΩΩΩΩΩΩ ΨͺΩΨΩΨ¨ΩΩ Ψ§ΩΨΉΩΩΩΩΩ ΩΩΨ§ΨΉΩΩΩ ΨΉΩΩΩΩΨ§.π€²π€²
β«"Allaahumma innaka Afuwwun Tuhibbul Afwa, fa'afu annaa"

.........25,26,27.....
β»οΈπΉπΉπΉπΉπΉπΉβ»οΈ
Anoo karaa bu'ee
Kinoo isin biraa
Yeroon koo dhumaara
Qophaa'utti~n jiraa π€·ββ
πππππ
Yaa nama dhugumaan
Natti fayyadamtee
Rabbitu siif guuta
Waan ati haajamtee
Anoo nan deebi'a
Waggaadhan naanna'ee
Kan wal hin argines
Ajalli isaa ga'ee π’
Kan wal arginuulleen
Ammaaf nagaattii
Qiyaamaa nan dhufa
Fayyadamnaan nattii
Nuun jedhaara kinoo
#Soomanni baranaa
Yaa jamaa musliimaa
Maal jettu jaranaa
Gammachuun simannus
Beelamni ga'eeraa
Maalin gaggeessinu
Deemuudhaf ka'eeraa
Isa bara dhufuu
Rabbitu harkaa qabaa
Lubbuudhan jiraatee
Eenyutu qaqqabaa
Osoo bira hin geenye
Ramadaana dhufuu
Guyyaan isaa geenyan
Hedduudha kan kufuu π₯Ί
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii
πΏπΏπΏπΏπΏ
Jennee haa kadhannuu
Cimsinee du'aayii
Fayyaaf umrii wajjiin
Ibaadan nu faayii π€²
π±π±π±π±π±
Dilii teenya maraa
Yaa rabbi nuuf dhiisii
Har'a addunyatti
Milkiidhan nu kiisii
Jaannatal firdoowsiin
Bor nu gammachiisii
Jennee haa kadhannuu
Jechuu fedheetanii
Dhiifama naaf godhaa
Xumureera aniiπππ
ππππππππ
πΉ
πΉπΉπΉπΉπΉ
#JOINπ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
β»οΈπΉπΉπΉπΉπΉπΉβ»οΈ
Anoo karaa bu'ee
Kinoo isin biraa
Yeroon koo dhumaara
Qophaa'utti~n jiraa π€·ββ
πππππ
Yaa nama dhugumaan
Natti fayyadamtee
Rabbitu siif guuta
Waan ati haajamtee
Anoo nan deebi'a
Waggaadhan naanna'ee
Kan wal hin argines
Ajalli isaa ga'ee π’
Kan wal arginuulleen
Ammaaf nagaattii
Qiyaamaa nan dhufa
Fayyadamnaan nattii
Nuun jedhaara kinoo
#Soomanni baranaa
Yaa jamaa musliimaa
Maal jettu jaranaa
Gammachuun simannus
Beelamni ga'eeraa
Maalin gaggeessinu
Deemuudhaf ka'eeraa
Isa bara dhufuu
Rabbitu harkaa qabaa
Lubbuudhan jiraatee
Eenyutu qaqqabaa
Osoo bira hin geenye
Ramadaana dhufuu
Guyyaan isaa geenyan
Hedduudha kan kufuu π₯Ί
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii
πΏπΏπΏπΏπΏ
Jennee haa kadhannuu
Cimsinee du'aayii
Fayyaaf umrii wajjiin
Ibaadan nu faayii π€²
π±π±π±π±π±
Dilii teenya maraa
Yaa rabbi nuuf dhiisii
Har'a addunyatti
Milkiidhan nu kiisii
Jaannatal firdoowsiin
Bor nu gammachiisii
Jennee haa kadhannuu
Jechuu fedheetanii
Dhiifama naaf godhaa
Xumureera aniiπππ
ππππππππ
πΉ
πΉπΉπΉπΉπΉ
#JOINπ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
β€8π4π’3π1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

β#ZAKAA_FIXIRII #NAAMUUSAAF
#HEERA_ISIIβββ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
βEgaa zakaa fixrii #jechuun sadaqaa yeroo
soomana ramadaanaa xumuran dhuma
isaarratti keennamtu jechuudha.
#Faaydaan Isiitis dogoggoraafii badii irraa soomana
namaaf qulqulleysiti.π
ππππ

#Zakaan fixriidhaa muslima hundarratti
dirqama ππ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉ
βIsiin midhaan suguda tokkoo (k.g 2: 40)
yoo kiiloo lamaaf cinaa godhan haalaan
gaariidha.) nama tokkorraa baasuu barbaachisa.
β Hadiisatti Abdallaa ibnu umar (r.a.) akki
jedhe " Nabiin (s.a.w.) tokko tokkoo muslimtootaa irratti zakkaa fixrii tan
ramadaanaa dirqama godhe, hunduma &
muslimaarratti bilisa tahuu gabra tahuu, dhiira tahuu dubartii tahuu, guddaa tahuu xiqqaa tahuu, suguda (kooboo) takka
timirarraa yookaan garburraa nama tokkorraa
kafalama jedhe. "
βJecha bukhaarii keessatti nabiin s.a.w. zakaa fixrii dirqama godhe β¦jedhee hadiisa oofee
achi keessatti.. osoo namni gara salaata iidaa
hinbaane duratti akka kennamtu ajaje" jedhe. πΉ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ

Ifxaarri muslimootaa
Gaafa ta'u rasaasa
Iyyeen dubbadha malee
Akkamittan asaasa!
Finxaaleyyiin nu dhaantee
Jarattiin harka xurii
Gaafa haaromsuu yaaltu
Seenaa Abbaa'shee durii
Obboleessi muslimaa
Gaafa na waamu iyyee
Sodaadhee irraan hafu
Du'eetan ta'a biyyee
Dhimmi obbolaa muslimaa
Gondaris ta'u jimmaa
Muslimoota addunyaa
Mara isaaniifuu dhimmaa
Osoo nu kulkuluu
Godaannisni mooxaa
Maal taate yaa gondar
Maaf akkas nu goota?
Galaana tuqxu taanaan
Odolli nagaan taatuu
Hin milkooftu abadan
Islaama hin tuqin raatuu
Abjuun guyyaa abjoottan
Sirni Atsee kan kalee
Abadan siin dhugoomu
Qilleensa abootta malee
Kaleessa nu tuqxanii
Murtii dhabuun keessani
Homaa sin hin jiilchine
Kunoo asirra geessani
Ajjeechaa jumlaa gondar~eenyunuu haa raawwatu
Faannoos haa taatu liyyuu
Haga haqa argatutti
Nagaa hin taatu biyyuu
Warri kalee keessummaa
Sahaabota simanne
Nuti ilmaan Najjaashii
Deebii dhabuun himannee...
Karaa nagaan hiriirree
Iyyannee kootummaani
Seera yoon kabachiisin
Dammaqee mootummaani
Dhiibamuun muslimootaa
Booda isiniif hin toltuu
Hubadhaa Rabbi guddaaf
Gabroota isaatiin loltuu
Qaama keenyaa dhiibamuu
Dandeenyee akkamiin teenya
Ammas dambaliin yaanee~addunyaa dhageessifna
Haqaaf sagalee keenya
Qeerransa ofitti kaafte
Tuqxee ijoollee Bilaali
Tokkummaan dambali'ee
Akka yaa'u ilaali!
Ilmaan Imaamu Ahmad
Duruu goota dhalchinaa
Majlisnis nuuf dammaqaa
Yartuu likkii galchinaa!
βοΈ.... Riyaad Raayyaa tiin
#share_godhaaβ£οΈ

β€3π3
πOduu Ammee!
naannawa hundatti ji'i hin muldhannee waan ta'eef boor guyyaa 30ffaa Ramadaanaa yoo ta'u Iidal-fixriin guyyaa wiixataa akka ta'e beekameera.
@library_islaamaa
naannawa hundatti ji'i hin muldhannee waan ta'eef boor guyyaa 30ffaa Ramadaanaa yoo ta'u Iidal-fixriin guyyaa wiixataa akka ta'e beekameera.
@library_islaamaa
π6
Baga geessan baga geenye
Tika Rabbiitiin teenyee
Sooma hiikaa baranaa
Baga geessan kan na beektan kan nan beeknee
πΉπΉπΉ
Soomana baranaa
Nagaadhaan xumurtanii
Baga hardha geessan
Umriidhaan turtaniiβ
Kan milkii nuuf haa tahu
Sooma hiikaan baranaa
Dhufee manaa nun dhabiin
Aamiin jedhaa jaranaaπ€·ββοΈ
Eiida milkiin dhufee
Gammachuu nuu fidu
Rahmaanin kadhanna
Inni naman diduπ€²π€²
Warra bara hedduu
Kayrii carraaqqatu
Faayamee bareedee
Miindaasas argatu
Tahuu haa kadhannu
Rabbii mootii Aalaamaa
Kadhadhaa haa kadhannu
Inni kadhaa qeebalaaπΉ
πΉπΉπΉπΉ πΉπΉπΉ

#Barnoota_seera_Eidaa.πΉ
π²π²π²π²π²π²
Akkuma beekamutti ummata islaamaa
biratti iida lamaatu jira. Isaanis iida fixrii
(soomsn furaa) fii iidul adhaa (iida arafaa) ti.
β Isaan kuni lameen waggaa waggaan
deddeebi'u.
β Salaanni iidaa waggaa 1ffaa hijraati
seeramte eegalamte.π
βAbuu dawuud anasirraa odeesse-nabiin
s.a.w. madiinatti gale (dhufe) warra madiinaa kan guyyaa lama kan iidaa ayyaaneffatanii taphatan qaban '' guyyaan
kabajdan kun lameen maali?" jedhee gaafannaan, zamana wallaalummaa kabajuu turree. Jedhaniin, nabiin s.a.w. akki
jedheen. Kana lameen ufirraa dhiisaa ayyaana isaan kana caalu lama rabbiin bakka isinii buusee jira guyyaa adhaatiifi
guyyaa fixrii..jedheen.
JOINπππ

#Namusa_yeroo_iida #salaatuuf_bahanii π€
βYeroo iida salaatuuf deeman naamusoonni
asii gadii kun eegamuu barbaachisa.
βQaama dhiqachuu
β uffata bareeda uffachuu,
βnamni dhiiraa qoftiin shittoo
βgodhachuu,(dubartiin yeroo manarraa gadi
baatu shittoo godhachuun dhoowwaadha).
βGuyyaa iida fixrii osoo salaatatti hindeemne
waa nyaachuu, guyyaa iida #adhaa ammo
hanga salaatarraa deebi'anii nyaatarra
turuu fii yogguu salaatanii galan udhiyyaa
isaarraa nyaachuu..
βGanamaan gama dirree iidaa bahuufi yoo
dandayame miilaan deemanii dhaquu.
βKaraa tokkoon salaata dhaqanii karaa
birootiin galuu
βNamni dhiiraa sagalee ol fuudhee waliiwajjiin takbiiraa jechuu nidandaya.
β Abdallaah ibnu umar irraa inni sagalee
olkaasee takbiirtaa jedha, warri masgiidaatis jalaa dhagayeeti takbiiraa
jedha " jechaatu odeeffamee jira waan
taheef.
Nama irraa fayyadamu Rabbi nu haa godhu π€²
Maddi :kitaaba soomana Ramadaanaa
Barreessaan;garee
ulamaaii
#JOINππ

Hadiisa Abuu Ayyuub al-Ansaariin odeyseen ergamaan Rabbii Muhammadο·Ί "namni Ramadaana Soommanee eeganaa Jaha Shawwaal irraa itti aanse, akka nama amata guutuu Soommaneeti" ja'e. [Muslim : 1164]
- Shawwaal ji'a Ramadaanatti aanee dhufu kanarraa guyyaa 6 Soommanuun Sunnaa dha. Soommana Ramadaanaa waliin akka nama amata guutuu Soommanaa bahetti Ajrii arkanna. Soommana 6n Shawwaal kana walitti aansinee ykn adda babaasnee Soommanuu dandeenya.

π2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM