Audio
๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค
Maasha Allah Akkuman eda siniif beellame kinoo #Nashiidaa_Ustaaz_Raayya_daqiiqaa 6 kinoo qabadhee dhufeera๐๐
Please Join and share with #Credit๐๐
Allahu akbarโฅ๏ธ
Allahu akbarโฅ๏ธ
Allahu akbarโฅ๏ธ
โโโโโโโโ
๐๐ช๐ช๐ฉ๐ช๐ช ๐๐จ๐๐ ๐๐ช๐ช๐๐๐๐๐ช๐ช๐
๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ

๐3
#FAAYIDAA_FII_HIKMAA
โฅ๏ธโฅ๏ธSOOMANAAโฅ๏ธโฅ๏ธ
โป๏ธ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒโป๏ธ
1โฃ-Jaalala Rabbii barbaachaaf waan
lubbuun feetu dhiisuu nama barsiisa๐
2โฃ-Lubbuu ufii qabuu fii toohachuu nama
barsiisa, murannoo, ciminaa fi obsarratti
nama leenjisa.๐ช
3โฃ-Sodaa Rabbiiti nama barsiisa.โ
sanirraa hubatamutti.
4โฃ-Haalaaf amala nama tolcha.โฅ๏ธ
5โฃ-Nama barsiisa guddina qananii Rabbiin namaaf kennee nyaata, dhugaatii fi jaartii isaa keysatti.โ
6โฃ-Akka namni yeroo bal'oo argatee ibaadaa fi zikrii Rabbii heddummeessu namaaf mijjeessa.๐
7โฃ- Qalbii laaffisee akka milkiif qophooytu godha.
8โฃ-Qara (oowwa) fedhii lubbuuti namarraa laaffisa.
9โฃ-Qochumaa garaa namaatii qulqulleessa,qaama nama bareecha.
๐-Muslima sagantaan jiraachuufi yeroo
karoorfatanii kabajuu barsiisa.โ
1โฃ1โฃ-Mul'isa guddaa gamtoominaafii
tokkummaa ummata muslimaa mul'isuudha,hundee diin isaanii jabeysanii
qabachuu isaanii kan ibsu.
1โฃ2โฃ-Qabaataa fi dhabaan waliinwajji akka
beelawanii dheebotan godha, kun ammo
akka waliif rifatanii walgargaaranii tola walitti oolan godha.๐
๐ฃ๐๐ข๐ ๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐๐ข๐ช ๐ฃ๐ช ๐๐ค๐๐๐ ๐ฎ๐๐ #Allah๐คฒ๐คฒ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
#please join&share

โค2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
I'tikaafa๐น๐น
Haati Mu'mintootaa Aa'ishaan "ergamaan Rabbii๏ทบ Ramadaana kurnan boodaa I'tikaafa(Masjidatti gala) ture" jatte. [Bukhaarii 2033]
- I'tikaafa jechaan Ibaadaaf Masjidatti galuudha. Hanga kurnan boodaa kun dhumuu Ibaadaaf Masjidaa bahuu dhabuudha. Akka tasaa yoo namni dhukkubsate gaafatuun, yoo namni du'e gaggeysuufi haajaa jabduuf Masjidaa bahuun humaa rakkoo hin qabu. #I'tikaafni dirqama osoo hin taane #Sunnaa dha. Dhiiraafi Haawwanis galuu ni dandahan.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

๐1
Haati Mu'mintootaa Aa'ishaan " Yaa Ergamaa Rabbii ! ๏ทบ Gartee halkan Leylatul-qadri yoon beeke, maalin keessatti jedha" jattee Nabiyyii gaafatte. "G dabruu jaalatta! Irra naaf dabri.
ุนู ุนุงุฆุดุฉู ุฑุถููู ุงูููู ุนููุง ูุงูุช: ((ููุชู: ูุง ุฑุณููู ุงูููุ ุฃุฑุฃูุชู ุฅูู ุนูู ุชู ุฃููู ูููุฉู ูููุฉู ุงููุฏูุฑุ ู ุง ุฃููู ูููุงุ ูุงู: ูููู: ุงููููููู ูู ุฅูููู ุนููููู ุชุญุจูู ุงูุนูููุ ูุงุนูู ุนูููู))
Akka yeroo birootti hin laalinaa, guyyaafi halkan Ramadaanaa caaloommina addaa qaban. Keessattuu Ramadaana kurnan boodaa kana Rabbiin badhaasa hedduu nuuf qopheyse. Halkan takkittii tan ji'a kuma caaltu kurnan boodaa kana keessatti dhoyse. Namni Ibaadaan halkan san qunname waa milkaawee! Xiqquma carraaqnee, guddoo akka arkannu nu taasise. Tola Rabbii keenyaa kana himnee fixuu hin dandeenyu. Dalagaa gaarii hojjannu hunda boru dacha-dachaan galata galfamuuf jiraanna. Kanaaf kurnan boodaa kana Ibaadaan saammadhaa.
Halkaniis guyyaas warra gama Rabbii deebi'u tahaa.

โ
Anoo Deemuuf Ka'e๐ญ
โโโโโโโโโ
Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee
๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท
Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee
๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด
Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa
๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
#Kurnan gara dhumaa
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa
๐๐๐๐๐๐๐๐
Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii๐คฒ๐คฒ
โป๏ธ๐น๐นโป๏ธโป๏ธ๐น๐นโป๏ธ
#please join&share
๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โโโโโโโโโ
Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee
๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท
Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee
๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด
Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa
๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
#Kurnan gara dhumaa
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa
๐๐๐๐๐๐๐๐
Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii๐คฒ๐คฒ
โป๏ธ๐น๐นโป๏ธโป๏ธ๐น๐นโป๏ธ
#please join&share
๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โค4๐4๐ข3๐1
#Yaa_Allaah! #Nuu_laaffisi
โป๏ธ๐น๐น๐น ๐น๐น๐นโป๏ธ
๐น๐น
๐๐
โฌAshral-awaakiriin keessa du'aa'ii tana heddummeessaa.โ
โฌRasuulli keenya SAW, harka caalu kurnan boodaa kana kessa duโaa'ii tana heddummeessan.๐
๐๐
ุงููููููู ูู ุฅูููููู ุนูููููู ุชูุญูุจูู ุงูุนููููู ููุงุนููู ุนููููุง.๐คฒ๐คฒ
โซ"Allaahumma innaka Afuwwun Tuhibbul Afwa, fa'afu annaa"

.........25,26,27.....
โป๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐นโป๏ธ
Anoo karaa bu'ee
Kinoo isin biraa
Yeroon koo dhumaara
Qophaa'utti~n jiraa ๐คทโโ
๐๐๐๐๐
Yaa nama dhugumaan
Natti fayyadamtee
Rabbitu siif guuta
Waan ati haajamtee
Anoo nan deebi'a
Waggaadhan naanna'ee
Kan wal hin argines
Ajalli isaa ga'ee ๐ข
Kan wal arginuulleen
Ammaaf nagaattii
Qiyaamaa nan dhufa
Fayyadamnaan nattii
Nuun jedhaara kinoo
#Soomanni baranaa
Yaa jamaa musliimaa
Maal jettu jaranaa
Gammachuun simannus
Beelamni ga'eeraa
Maalin gaggeessinu
Deemuudhaf ka'eeraa
Isa bara dhufuu
Rabbitu harkaa qabaa
Lubbuudhan jiraatee
Eenyutu qaqqabaa
Osoo bira hin geenye
Ramadaana dhufuu
Guyyaan isaa geenyan
Hedduudha kan kufuu ๐ฅบ
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
Jennee haa kadhannuu
Cimsinee du'aayii
Fayyaaf umrii wajjiin
Ibaadan nu faayii ๐คฒ
๐ฑ๐ฑ๐ฑ๐ฑ๐ฑ
Dilii teenya maraa
Yaa rabbi nuuf dhiisii
Har'a addunyatti
Milkiidhan nu kiisii
Jaannatal firdoowsiin
Bor nu gammachiisii
Jennee haa kadhannuu
Jechuu fedheetanii
Dhiifama naaf godhaa
Xumureera anii๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น
๐น๐น๐น๐น๐น
#JOIN๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐นโป๏ธ
Anoo karaa bu'ee
Kinoo isin biraa
Yeroon koo dhumaara
Qophaa'utti~n jiraa ๐คทโโ
๐๐๐๐๐
Yaa nama dhugumaan
Natti fayyadamtee
Rabbitu siif guuta
Waan ati haajamtee
Anoo nan deebi'a
Waggaadhan naanna'ee
Kan wal hin argines
Ajalli isaa ga'ee ๐ข
Kan wal arginuulleen
Ammaaf nagaattii
Qiyaamaa nan dhufa
Fayyadamnaan nattii
Nuun jedhaara kinoo
#Soomanni baranaa
Yaa jamaa musliimaa
Maal jettu jaranaa
Gammachuun simannus
Beelamni ga'eeraa
Maalin gaggeessinu
Deemuudhaf ka'eeraa
Isa bara dhufuu
Rabbitu harkaa qabaa
Lubbuudhan jiraatee
Eenyutu qaqqabaa
Osoo bira hin geenye
Ramadaana dhufuu
Guyyaan isaa geenyan
Hedduudha kan kufuu ๐ฅบ
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
Jennee haa kadhannuu
Cimsinee du'aayii
Fayyaaf umrii wajjiin
Ibaadan nu faayii ๐คฒ
๐ฑ๐ฑ๐ฑ๐ฑ๐ฑ
Dilii teenya maraa
Yaa rabbi nuuf dhiisii
Har'a addunyatti
Milkiidhan nu kiisii
Jaannatal firdoowsiin
Bor nu gammachiisii
Jennee haa kadhannuu
Jechuu fedheetanii
Dhiifama naaf godhaa
Xumureera anii๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น
๐น๐น๐น๐น๐น
#JOIN๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โค8๐4๐ข3๐1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
โ#ZAKAA_FIXIRII #NAAMUUSAAF
#HEERA_ISIIโโโ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โEgaa zakaa fixrii #jechuun sadaqaa yeroo
soomana ramadaanaa xumuran dhuma
isaarratti keennamtu jechuudha.
#Faaydaan Isiitis dogoggoraafii badii irraa soomana
namaaf qulqulleysiti.๐
๐๐๐๐

#Zakaan fixriidhaa muslima hundarratti
dirqama ๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โIsiin midhaan suguda tokkoo (k.g 2: 40)
yoo kiiloo lamaaf cinaa godhan haalaan
gaariidha.) nama tokkorraa baasuu barbaachisa.
โ Hadiisatti Abdallaa ibnu umar (r.a.) akki
jedhe " Nabiin (s.a.w.) tokko tokkoo muslimtootaa irratti zakkaa fixrii tan
ramadaanaa dirqama godhe, hunduma &
muslimaarratti bilisa tahuu gabra tahuu, dhiira tahuu dubartii tahuu, guddaa tahuu xiqqaa tahuu, suguda (kooboo) takka
timirarraa yookaan garburraa nama tokkorraa
kafalama jedhe. "
โJecha bukhaarii keessatti nabiin s.a.w. zakaa fixrii dirqama godhe โฆjedhee hadiisa oofee
achi keessatti.. osoo namni gara salaata iidaa
hinbaane duratti akka kennamtu ajaje" jedhe. ๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ