๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
810 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
Audio
Maasha Allah oduu gammachiisaa Nashiidaa #Ustaaz-Raayyaa-Abbaamaccaa #vol 35 daqiiqaa tokko haga guutuu qabannee dhiyaannutti akka dhamdhamattaniif isin affeereera๐Ÿ™๐Ÿ™

Guutuu isaa yeroo xiqqoo booda argachuuf #Join godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
โค13๐Ÿ‘8๐Ÿฅฐ2
Audio
๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค

Maasha Allah Akkuman eda siniif beellame kinoo #Nashiidaa_Ustaaz_Raayya_daqiiqaa 6 kinoo qabadhee dhufeera๐Ÿ‘๐Ÿ‘

Please Join and share with #Credit๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ
Allahu akbarโ™ฅ๏ธ
Allahu akbarโ™ฅ๏ธ
Allahu akbarโ™ฅ๏ธ
โœโœโœโœโœโœโœโœ
๐™œ๐™ช๐™ช๐™ฉ๐™ช๐™ช ๐™ž๐™จ๐™–๐™– ๐™—๐™ช๐™ช๐™›๐™–๐™˜๐™๐™ช๐™ช๐™›
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘3
#FAAYIDAA_FII_HIKMAA
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธSOOMANAAโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
โ™ป๏ธ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒโ™ป๏ธ
1โƒฃ-Jaalala Rabbii barbaachaaf waan
lubbuun feetu dhiisuu nama barsiisa๐Ÿ‘Œ
2โƒฃ-Lubbuu ufii qabuu fii toohachuu nama
barsiisa, murannoo, ciminaa fi obsarratti
nama leenjisa.๐Ÿ’ช
3โƒฃ-Sodaa Rabbiiti nama barsiisa.โœ
sanirraa hubatamutti.
4โƒฃ-Haalaaf amala nama tolcha.โ™ฅ๏ธ
5โƒฃ-Nama barsiisa guddina qananii Rabbiin namaaf kennee nyaata, dhugaatii fi jaartii isaa keysatti.โœ
6โƒฃ-Akka namni yeroo bal'oo argatee ibaadaa fi zikrii Rabbii heddummeessu namaaf mijjeessa.๐Ÿ‘
7โƒฃ- Qalbii laaffisee akka milkiif qophooytu godha.
8โƒฃ-Qara (oowwa) fedhii lubbuuti namarraa laaffisa.
9โƒฃ-Qochumaa garaa namaatii qulqulleessa,qaama nama bareecha.
๐Ÿ”Ÿ-Muslima sagantaan jiraachuufi yeroo
karoorfatanii kabajuu barsiisa.โœ…
1โƒฃ1โƒฃ-Mul'isa guddaa gamtoominaafii
tokkummaa ummata muslimaa mul'isuudha,hundee diin isaanii jabeysanii
qabachuu isaanii kan ibsu.
1โƒฃ2โƒฃ-Qabaataa fi dhabaan waliinwajji akka
beelawanii dheebotan godha, kun ammo
akka waliif rifatanii walgargaaranii tola walitti oolan godha.๐Ÿ™
๐™ฃ๐™–๐™ข๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™– ๐™›๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™™๐™–๐™ข๐™ช ๐™ฃ๐™ช ๐™œ๐™ค๐™™๐™๐™ž ๐™ฎ๐™–๐™– #Allah๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
#please join&share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
โค2
I'tikaafa๐ŸŒน๐ŸŒน

Haati Mu'mintootaa Aa'ishaan "ergamaan Rabbii๏ทบ Ramadaana kurnan boodaa I'tikaafa(Masjidatti gala) ture" jatte. [Bukhaarii 2033]

- I'tikaafa jechaan Ibaadaaf Masjidatti galuudha. Hanga kurnan boodaa kun dhumuu Ibaadaaf Masjidaa bahuu dhabuudha. Akka tasaa yoo namni dhukkubsate gaafatuun, yoo namni du'e gaggeysuufi haajaa jabduuf Masjidaa bahuun humaa rakkoo hin qabu. #I'tikaafni dirqama osoo hin taane #Sunnaa dha. Dhiiraafi Haawwanis galuu ni dandahan.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
๐Ÿ‘1
Haati Mu'mintootaa Aa'ishaan " Yaa Ergamaa Rabbii ! ๏ทบ Gartee halkan Leylatul-qadri yoon beeke, maalin keessatti jedha" jattee Nabiyyii gaafatte. "G dabruu jaalatta! Irra naaf dabri.

‏ุนู† ุนุงุฆุดุฉูŽ ุฑุถููŠูŽ ุงู„ู„ู‡ู ุนู†ู‡ุง ู‚ุงู„ุช: ((ู‚ู„ุชู: ูŠุง ุฑุณูˆู„ูŽ ุงู„ู„ู‡ุŒ ุฃุฑุฃูŠุชูŽ ุฅู†ู’ ุนู„ู…ุชู ุฃูŠูŽู‘ ู„ูŠู„ุฉู ู„ูŠู„ุฉู ุงู„ู‚ุฏู’ุฑุ› ู…ุง ุฃู‚ูˆู„ ููŠู‡ุงุŸ ู‚ุงู„: ู‚ูˆู„ูŠ: ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ูู…ูŽู‘ ุฅู†ูŽู‘ูƒ ุนูููˆูŒู‘ ุชุญุจูู‘ ุงู„ุนููˆูŽุŒ ูุงุนูู ุนู†ูู‘ูŠ))

Akka yeroo birootti hin laalinaa, guyyaafi halkan Ramadaanaa caaloommina addaa qaban. Keessattuu Ramadaana kurnan boodaa kana Rabbiin badhaasa hedduu nuuf qopheyse. Halkan takkittii tan ji'a kuma caaltu kurnan boodaa kana keessatti dhoyse. Namni Ibaadaan halkan san qunname waa milkaawee! Xiqquma carraaqnee, guddoo akka arkannu nu taasise. Tola Rabbii keenyaa kana himnee fixuu hin dandeenyu. Dalagaa gaarii hojjannu hunda boru dacha-dachaan galata galfamuuf jiraanna. Kanaaf kurnan boodaa kana Ibaadaan saammadhaa.
Halkaniis guyyaas warra gama Rabbii deebi'u tahaa.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
โœ… Anoo Deemuuf Ka'e๐Ÿ˜ญ
โœโœโœโœโœโœโœโœโœ
Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee
๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee
๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด
Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa
๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
#Kurnan gara dhumaa
๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ
Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa
๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’
Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii
๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
โ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธ
#please join&share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
โค4๐Ÿ‘4๐Ÿ˜ข3๐Ÿ˜1
#Yaa_Allaah! #Nuu_laaffisi
โ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธ
๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โžฌAshral-awaakiriin keessa du'aa'ii tana heddummeessaa.โœ…
โžฌRasuulli keenya SAW, harka caalu kurnan boodaa kana kessa duโ€™aa'ii tana heddummeessan.๐Ÿ™
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ูู…ูŽู‘ ุฅูู†ูŽู‘ูƒูŽ ุนูŽูููˆูŒู‘ ุชูุญูุจูู‘ ุงู„ุนู‘ูู’ูˆูŽ ููŽุงุนู’ูู ุนูŽู†ูู‘ุง.๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
โžซ"Allaahumma innaka Afuwwun Tuhibbul Afwa, fa'afu annaa"
.........25,26,27.....
โ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธ
Anoo karaa bu'ee
Kinoo isin biraa
Yeroon koo dhumaara
Qophaa'utti~n jiraa ๐Ÿคทโ€โ™‚
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
Yaa nama dhugumaan
Natti fayyadamtee
Rabbitu siif guuta
Waan ati haajamtee

Anoo nan deebi'a
Waggaadhan naanna'ee
Kan wal hin argines
Ajalli isaa ga'ee ๐Ÿ˜ข

Kan wal arginuulleen
Ammaaf nagaattii
Qiyaamaa nan dhufa
Fayyadamnaan nattii

Nuun jedhaara kinoo
#Soomanni baranaa
Yaa jamaa musliimaa
Maal jettu jaranaa

Gammachuun simannus
Beelamni ga'eeraa
Maalin gaggeessinu
Deemuudhaf ka'eeraa

Isa bara dhufuu
Rabbitu harkaa qabaa
Lubbuudhan jiraatee
Eenyutu qaqqabaa

Osoo bira hin geenye
Ramadaana dhufuu
Guyyaan isaa geenyan
Hedduudha kan kufuu ๐Ÿฅบ

Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii
๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ
Jennee haa kadhannuu
Cimsinee du'aayii
Fayyaaf umrii wajjiin
Ibaadan nu faayii ๐Ÿคฒ
๐ŸŒฑ๐ŸŒฑ๐ŸŒฑ๐ŸŒฑ๐ŸŒฑ
Dilii teenya maraa
Yaa rabbi nuuf dhiisii
Har'a addunyatti
Milkiidhan nu kiisii
Jaannatal firdoowsiin
Bor nu gammachiisii
Jennee haa kadhannuu
Jechuu fedheetanii
Dhiifama naaf godhaa
Xumureera anii๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
#JOIN๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โค8๐Ÿ‘4๐Ÿ˜ข3๐Ÿ‘1
โœ#ZAKAA_FIXIRII #NAAMUUSAAF
#HEERA_ISIIโœโœโœ
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

โœEgaa zakaa fixrii #jechuun sadaqaa yeroo
soomana ramadaanaa xumuran dhuma
isaarratti keennamtu jechuudha.

#Faaydaan Isiitis dogoggoraafii badii irraa soomana
namaaf qulqulleysiti.๐Ÿ‘
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘1