🌹🌹Yaadi mee....🤔🤔🤔
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
✅Meeqatu osoo #Ramadaana kana gahuu hawwuu ka hin argatin carraa kana nu arganne.😔
✍Jaalleewwan teenna qabrii keessatti harka isaanii boraafataniiru. 😢✍Nuti garuu kunoo ni jirra.
✅ Ramadaana geennee guyyaa 10 soomne. Taraawihas salaanne.
✍Kuni carraa guddaadha rabbiin galatoomfadhu.kennaa waan ta'eef itti gammadaa. Kanaa oli carraa guddaa qabnaa?"Alhamdulillaahi" jedhaa.
✍Gammachuudhan keesummaa keessan kabajaa. Kabajaa isaa eegaatii keesummeessaa. Keesummaan kuni jannata keessani.ibiddarraa kan bilisa isin baasuudha. Kennaa keessani. wantee keessani. Badhaasa keessani. Simannaa isaa godhameef boru fuula rabbiitti kan ragaa nuu bahu. Keesummaan keenya keesummummaan nu wajjiin kan turu guyyaa muraasa waan ta'eef haqa isaa eegaafii.👏👏
Yaa Rabbi nu gargaari🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
📌 T.me/ahmedin99

Telegram
Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል
ይህ ይፋዊ የአሕመዲን ጀበል የቴሌግራም ገፅ ነው!
👍1
Hadiisa Abii Sa'iid al-Khudriin odeyseen ergamaan Rabbiiﷺ "nama karaa Rabbii irratti guyyaa tokko Soommane, fuula isaa amata torbaatama ibidda irraa Rabbiin fageessa" jedhe. [Bukhaarii : 2840 | Muslim : 1153]
- Kun Soommana dirqamaafi kan Sunnaatis ni hammata. Bu'aa Soommanni qabu kan himame keessaa tokko ibiddarraa fageeffamuudha. "Karaa Rabbii irratti" jechuun akka Rabbiin jaalatutti jechuma. Niyyaa tolanii waan Rabbiin itti nama ajaje raawwatanii, tan irraa nama baqachiise ammoo irraa fagaatanii Soommanuudha.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

✍Ilaahanaa yaa Abbaa baasaa rakkinaa
-waa wallaaluun yeroo hunda siin yakkinaa
-Nu nassarri guyyaa borii
Salphinaa
♻️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹✅
Aaamiin yaa Allah 🤲🤲🤲
-waa wallaaluun yeroo hunda siin yakkinaa
-Nu nassarri guyyaa borii
Salphinaa
♻️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹✅
Aaamiin yaa Allah 🤲🤲🤲
❤2👍1
🌹#Guddina-sadarkaa
🌹RAMADAANAA🌹
✍Murasa kinoo👇
1⃣Inni ji'a #qur'aanni isa keessatti buufame
tahuu, kun waan jiini kun ittii sadarkaa guddaa argate keessaa kan hangafaati.🌹
2⃣Isa keessa hulaan jannataa ni banamti.🛣
3⃣hulaan ibidda jahannam nicufamti.📛
4⃣Isa keeysa sheyxaanni nihidhamti, 👽
5⃣Isa keessa halhan murtii tu jira. Isiin ji'a kuma tokkorra caalti.🙏
6⃣-nami iimaanaa fii abdii Rabbiitiin soomane araarama argata.✅
7⃣-namni iimaanaa fii abdii Rabbiitiin dhaabbate (#salaate) araarama argata.
8⃣-Namni iimaanaa fii abdii rabbiitiin
leylatulqadri dhaabbate (salaate) araarama
argata.🌱
9⃣-umraan isa kessaa hajji nabiin wajji
godhatetti qixxoyti.✍
1⃣0⃣-Ibidda jahannamirraa namni bilisoomfamu ramadaana keessa heddudha.👏
ٚ٠ 1⃣1⃣-inni boojuu (Badhaasa) mu'iminaati.✅
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
✍🌹🌹🌹🌹🌹✍
👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa 👈
👉@Library_Islaamaa 👈
🤌🤌🤌🤌🤌🤌♥️ ♥️

❤7👍1
🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀
Hadiisa #Ramadaanaa. Tuqi dubbisi👇👇
✍Hadiisa Abuu Hureyraan odeyseen ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "nama cubbuu dubbachuufi itti dalaguu hin dhiisin(kan hamtuu irraa hin fagaatin) nyaataafi dhugaatii dhiisuu isaarraa Rabbiin haajaa hin qabu." Jedhe.
🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴
[Bukhaarii 1903]
- Hadiisni kun, Soommanni nyaataafi dhugaatii dhiisuu qofaaf akka hin dhufin ibsa. Hamtuu irraa fagaachuun waan Soommana keenya guutuu godhaati. Arraba keenya gad dhiisnee jechoota haqa hin tahin dubbachuun, ragaa sobaa namarratti bahuun, hamaafi arrabsoon Soommana keenya miidha. Akkasuma badii Rabbiin keenya irraa nu fageessetti dhihaachuun, warra Rabbitti Kafaretti fakkaachuun hin tahu. Nyaataafi dhugaatii irraa if qabuun cinatti yoo waan fokkottuu laganne qofa Rabbi Soommana nurraa Qeebala.
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
#NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
✍🌹🌹🌹🌹🌹✍
👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa 👈
👉@Library_Islaamaa 👈
♥️
Hadiisa #Ramadaanaa. Tuqi dubbisi👇👇
✍

❤5👍2
Alaqsaan faajjii keenyaa
Kan ittii beekamnu
Alaqsaan akka tuqamu
Eenyuufuu hin eeyyamnu!
Xiiqiin dammarra mi'oofti
Tola dhamaatanii
Bara dhufaa darbaa
Nutti wal waamtani!
Rabbitu nuuf hime
Hojii yahuudotaa
Dhugaan jaraan tahu
Jarri kijibdootaa!
Sarara diimaa keenya
Nu duraa hin tuqinaa
Aqsaan mana keenyaa
Nu duraan gubinaa!
Guyyaa dhufee darbuun
Roobsitus rasaasaa
Nama jaraa dubbatu
Dhabanus asaasaa
Ittuu itti caalaa deemu
Hin deebian duubaa
Misaaela kan kees
Hin likkeessan huubaa~n
Shahiidummaa fedhu
Kanaaf mimirqaanu
Jennatasaa kajeelu
Firdawsi isa ol aanu
Yaa rabbi yaa abbaa haqaa
Hanga yoom mataan nucabaa
Nuu birmadhu adaraa
Nuu qabi qabaa jabaa
Dubbii filisxeenotaa
Kana mee nuu laalii
Zaalima nurraa cabsii
Yaa Rabbii koo gaarii
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Kan ittii beekamnu
Alaqsaan akka tuqamu
Eenyuufuu hin eeyyamnu!
Xiiqiin dammarra mi'oofti
Tola dhamaatanii
Bara dhufaa darbaa
Nutti wal waamtani!
Rabbitu nuuf hime
Hojii yahuudotaa
Dhugaan jaraan tahu
Jarri kijibdootaa!
Sarara diimaa keenya
Nu duraa hin tuqinaa
Aqsaan mana keenyaa
Nu duraan gubinaa!
Guyyaa dhufee darbuun
Roobsitus rasaasaa
Nama jaraa dubbatu
Dhabanus asaasaa
Ittuu itti caalaa deemu
Hin deebian duubaa
Misaaela kan kees
Hin likkeessan huubaa~n
Shahiidummaa fedhu
Kanaaf mimirqaanu
Jennatasaa kajeelu
Firdawsi isa ol aanu
Yaa rabbi yaa abbaa haqaa
Hanga yoom mataan nucabaa
Nuu birmadhu adaraa
Nuu qabi qabaa jabaa
Dubbii filisxeenotaa
Kana mee nuu laalii
Zaalima nurraa cabsii
Yaa Rabbii koo gaarii
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
👍5❤1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Audio
Maasha Allah oduu gammachiisaa Nashiidaa #Ustaaz-Raayyaa-Abbaamaccaa #vol 35 daqiiqaa tokko haga guutuu qabannee dhiyaannutti akka dhamdhamattaniif isin affeereera🙏🙏
Guutuu isaa yeroo xiqqoo booda argachuuf #Join godhaa👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Guutuu isaa yeroo xiqqoo booda argachuuf #Join godhaa👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
❤13👍8🥰2
Audio
🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤
Maasha Allah Akkuman eda siniif beellame kinoo #Nashiidaa_Ustaaz_Raayya_daqiiqaa 6 kinoo qabadhee dhufeera👏👏
Please Join and share with #Credit👌👌
Allahu akbar♥️
Allahu akbar♥️
Allahu akbar♥️
✍✍✍✍✍✍✍✍
𝙜𝙪𝙪𝙩𝙪𝙪 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙗𝙪𝙪𝙛𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪𝙛
👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

👍3
#FAAYIDAA_FII_HIKMAA
♥️♥️SOOMANAA♥️♥️
♻️🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲♻️
1⃣-Jaalala Rabbii barbaachaaf waan
lubbuun feetu dhiisuu nama barsiisa👌
2⃣-Lubbuu ufii qabuu fii toohachuu nama
barsiisa, murannoo, ciminaa fi obsarratti
nama leenjisa.💪
3⃣-Sodaa Rabbiiti nama barsiisa.✍
sanirraa hubatamutti.
4⃣-Haalaaf amala nama tolcha.♥️
5⃣-Nama barsiisa guddina qananii Rabbiin namaaf kennee nyaata, dhugaatii fi jaartii isaa keysatti.✍
6⃣-Akka namni yeroo bal'oo argatee ibaadaa fi zikrii Rabbii heddummeessu namaaf mijjeessa.👏
7⃣- Qalbii laaffisee akka milkiif qophooytu godha.
8⃣-Qara (oowwa) fedhii lubbuuti namarraa laaffisa.
9⃣-Qochumaa garaa namaatii qulqulleessa,qaama nama bareecha.
🔟-Muslima sagantaan jiraachuufi yeroo
karoorfatanii kabajuu barsiisa.✅
1⃣1⃣-Mul'isa guddaa gamtoominaafii
tokkummaa ummata muslimaa mul'isuudha,hundee diin isaanii jabeysanii
qabachuu isaanii kan ibsu.
1⃣2⃣-Qabaataa fi dhabaan waliinwajji akka
beelawanii dheebotan godha, kun ammo
akka waliif rifatanii walgargaaranii tola walitti oolan godha.🙏
𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖 𝙛𝙖𝙮𝙮𝙖𝙙𝙖𝙢𝙪 𝙣𝙪 𝙜𝙤𝙙𝙝𝙞 𝙮𝙖𝙖 #Allah🤲🤲
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
#please join&share

❤2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
I'tikaafa🌹🌹
Haati Mu'mintootaa Aa'ishaan "ergamaan Rabbiiﷺ Ramadaana kurnan boodaa I'tikaafa(Masjidatti gala) ture" jatte. [Bukhaarii 2033]
- I'tikaafa jechaan Ibaadaaf Masjidatti galuudha. Hanga kurnan boodaa kun dhumuu Ibaadaaf Masjidaa bahuu dhabuudha. Akka tasaa yoo namni dhukkubsate gaafatuun, yoo namni du'e gaggeysuufi haajaa jabduuf Masjidaa bahuun humaa rakkoo hin qabu. #I'tikaafni dirqama osoo hin taane #Sunnaa dha. Dhiiraafi Haawwanis galuu ni dandahan.

Haati Mu'mintootaa Aa'ishaan " Yaa Ergamaa Rabbii ! ﷺ Gartee halkan Leylatul-qadri yoon beeke, maalin keessatti jedha" jattee Nabiyyii gaafatte. "G dabruu jaalatta! Irra naaf dabri.
عن عائشةَ رضِيَ اللهُ عنها قالت: ((قلتُ: يا رسولَ الله، أرأيتَ إنْ علمتُ أيَّ ليلةٍ ليلةُ القدْر؛ ما أقول فيها؟ قال: قولي: اللَّهُمَّ إنَّك عفُوٌّ تحبُّ العفوَ، فاعفُ عنِّي))
Akka yeroo birootti hin laalinaa, guyyaafi halkan Ramadaanaa caaloommina addaa qaban. Keessattuu Ramadaana kurnan boodaa kana Rabbiin badhaasa hedduu nuuf qopheyse. Halkan takkittii tan ji'a kuma caaltu kurnan boodaa kana keessatti dhoyse. Namni Ibaadaan halkan san qunname waa milkaawee! Xiqquma carraaqnee, guddoo akka arkannu nu taasise. Tola Rabbii keenyaa kana himnee fixuu hin dandeenyu. Dalagaa gaarii hojjannu hunda boru dacha-dachaan galata galfamuuf jiraanna. Kanaaf kurnan boodaa kana Ibaadaan saammadhaa.
Halkaniis guyyaas warra gama Rabbii deebi'u tahaa.

✅ Anoo Deemuuf Ka'e😭
✍✍✍✍✍✍✍✍✍
Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
#Kurnan gara dhumaa
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa
💐💐💐💐💐💐💐💐
Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii🤲🤲
♻️🌹🌹♻️♻️🌹🌹♻️
#please join&share
👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
✍✍✍✍✍✍✍✍✍
Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
#Kurnan gara dhumaa
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa
💐💐💐💐💐💐💐💐
Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii🤲🤲
♻️🌹🌹♻️♻️🌹🌹♻️
#please join&share
👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
❤4👍4😢3😁1
#Yaa_Allaah! #Nuu_laaffisi
♻️🌹🌹🌹 🌹🌹🌹♻️
🌹🌹
👇👇
➬Ashral-awaakiriin keessa du'aa'ii tana heddummeessaa.✅
➬Rasuulli keenya SAW, harka caalu kurnan boodaa kana kessa du’aa'ii tana heddummeessan.🙏
👇👇
اللَّهُمَّ إِنَّكَ عَفُوٌّ تُحِبُّ العّفْوَ فَاعْفُ عَنِّا.🤲🤲
➫"Allaahumma innaka Afuwwun Tuhibbul Afwa, fa'afu annaa"

.........25,26,27.....
♻️🌹🌹🌹🌹🌹🌹♻️
Anoo karaa bu'ee
Kinoo isin biraa
Yeroon koo dhumaara
Qophaa'utti~n jiraa 🤷♂
🍃🍃🍃🍃🍃
Yaa nama dhugumaan
Natti fayyadamtee
Rabbitu siif guuta
Waan ati haajamtee
Anoo nan deebi'a
Waggaadhan naanna'ee
Kan wal hin argines
Ajalli isaa ga'ee 😢
Kan wal arginuulleen
Ammaaf nagaattii
Qiyaamaa nan dhufa
Fayyadamnaan nattii
Nuun jedhaara kinoo
#Soomanni baranaa
Yaa jamaa musliimaa
Maal jettu jaranaa
Gammachuun simannus
Beelamni ga'eeraa
Maalin gaggeessinu
Deemuudhaf ka'eeraa
Isa bara dhufuu
Rabbitu harkaa qabaa
Lubbuudhan jiraatee
Eenyutu qaqqabaa
Osoo bira hin geenye
Ramadaana dhufuu
Guyyaan isaa geenyan
Hedduudha kan kufuu 🥺
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii
🌿🌿🌿🌿🌿
Jennee haa kadhannuu
Cimsinee du'aayii
Fayyaaf umrii wajjiin
Ibaadan nu faayii 🤲
🌱🌱🌱🌱🌱
Dilii teenya maraa
Yaa rabbi nuuf dhiisii
Har'a addunyatti
Milkiidhan nu kiisii
Jaannatal firdoowsiin
Bor nu gammachiisii
Jennee haa kadhannuu
Jechuu fedheetanii
Dhiifama naaf godhaa
Xumureera anii👏👏👏
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
#JOIN👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️🌹🌹🌹🌹🌹🌹♻️
Anoo karaa bu'ee
Kinoo isin biraa
Yeroon koo dhumaara
Qophaa'utti~n jiraa 🤷♂
🍃🍃🍃🍃🍃
Yaa nama dhugumaan
Natti fayyadamtee
Rabbitu siif guuta
Waan ati haajamtee
Anoo nan deebi'a
Waggaadhan naanna'ee
Kan wal hin argines
Ajalli isaa ga'ee 😢
Kan wal arginuulleen
Ammaaf nagaattii
Qiyaamaa nan dhufa
Fayyadamnaan nattii
Nuun jedhaara kinoo
#Soomanni baranaa
Yaa jamaa musliimaa
Maal jettu jaranaa
Gammachuun simannus
Beelamni ga'eeraa
Maalin gaggeessinu
Deemuudhaf ka'eeraa
Isa bara dhufuu
Rabbitu harkaa qabaa
Lubbuudhan jiraatee
Eenyutu qaqqabaa
Osoo bira hin geenye
Ramadaana dhufuu
Guyyaan isaa geenyan
Hedduudha kan kufuu 🥺
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii
🌿🌿🌿🌿🌿
Jennee haa kadhannuu
Cimsinee du'aayii
Fayyaaf umrii wajjiin
Ibaadan nu faayii 🤲
🌱🌱🌱🌱🌱
Dilii teenya maraa
Yaa rabbi nuuf dhiisii
Har'a addunyatti
Milkiidhan nu kiisii
Jaannatal firdoowsiin
Bor nu gammachiisii
Jennee haa kadhannuu
Jechuu fedheetanii
Dhiifama naaf godhaa
Xumureera anii👏👏👏
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
#JOIN👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
❤8👍4😢3👏1