๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
811 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
SADARKAA #SOOMANAAA
๐™–๐™ ๐™ ๐™– ๐™ฌ๐™–๐™ก๐™ž๐™ž ๐™œ๐™–๐™ก๐™–๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™žโœโœ
๐ŸŒน๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ๐Ÿ๐ŸŽ‹๐Ÿ๐ŸŒน

โ˜‘๏ธgalanni soomanaa lakkoofsaan malettii heddummaatee galfama.
โ˜‘๏ธsoomanni haalaa amala hamaa hundarraa nama tiiksa.๐ŸŒฑ
โ˜‘๏ธNamni soomanaa yeroo soomana isaa
furuu fii guyyaa fuula Rabbii isaa dhaqus
soomana isaatiin nigammada.
โ˜‘๏ธFooleen afaan nama soomanaa Rabbi
biratti hafuura miskiirra urgooyti.๐Ÿ”Š
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

Join๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
#Waan_nama_soomanu_ibaadarratti_gargaaru.
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ

1โƒฃSodaa Rabbii Qabaachuu fi hamtuu
hundarraa uf eeguu.โœ…
2โƒฃQaraatii qur'aanaa Heddummeessuu, ๐Ÿ“–
Zikrii fii kadhaa Rabbii heddumeysuu.๐Ÿ“š
3โƒฃSaahibban fofokkataa irraa fagachuu. ๐Ÿ‘Œ
4โƒฃMasgiidatti maxxanuu fii salaata
jamaa'aa irratti uf tiiysuu.hanga
dandeessetti yeroo hedduu masjiidatti
argamuu yaalii godhi. Masjiida teessee
sunnaa salaattee, zikrii gootee, Rabbi
kadhattee, qur'aana qaraatee, yoo jette
Sawaaba hedduu walitti tuulatte, badii
dhagayuufii arguu jalaayis nagaya baate.๐Ÿ’
5โƒฃWaan fedhii lubbuu namatti kakaasuu
fii waan qalbii nama goggoysu laaluu irraa
fagaachuu.kunis hedduudha fakkeenyaaf:-
filmii fii suuraa baalagummaa fokkataa
daw'achuu, kanneen televijiina, vidiyoo,
intarneeta, YouTube ,#tiktok, fesbuuk, whatsup,
tuweytir, iskaybe, baaltook,fi kkf irraatti
badii gadi dhiifamtee facaafamtu
daaw'achuun haalaan dhoowwaadha. ๐Ÿ„
6โƒฃ-Dogogoraa fi badii irraa fagaachuu.๐Ÿฅ€
7โƒฃ- Nama hamachurraa uf eeguu, farada
(lukkee) tahurraa, kijibarraa, nama xiqqeysu
fii k.k.f. irraa Arraba ufii tiiysuu .๐Ÿชด
8โƒฃ-yeroon qaalii tahuu isii beekanii itti
fayyadamuu.๐ŸŒท
9โƒฃ-guddina kabajaa baatii tanaa beekanii eeggachuu.
๐Ÿ”Ÿ-ummata gaggaarii dur kan ibaadaa
irratti jajjaboo turan seenaa isaanii barachuu
fii jala deemuu.๐Ÿ“
1โƒฃ1โƒฃ-Lubbuu ufii qorachuu
1โƒฃ2โƒฃ-Towbaa irra deddeebi'anii haarawoomsuu.๐Ÿ‡
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
#JOIN
ู โ™ป๏ธ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โ™ป๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐ŸŒน๐ŸŒนYaadi mee....๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”
๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ
โœ…Meeqatu osoo #Ramadaana kana gahuu hawwuu ka hin argatin carraa kana nu arganne.๐Ÿ˜”
โœJaalleewwan teenna qabrii keessatti harka isaanii boraafataniiru. ๐Ÿ˜ขโœNuti garuu kunoo ni jirra.

โœ… Ramadaana geennee guyyaa 10 soomne. Taraawihas salaanne.
โœKuni carraa guddaadha rabbiin galatoomfadhu.kennaa waan ta'eef itti gammadaa. Kanaa oli carraa guddaa qabnaa?"Alhamdulillaahi" jedhaa.
โœGammachuudhan keesummaa keessan kabajaa. Kabajaa isaa eegaatii keesummeessaa. Keesummaan kuni jannata keessani.ibiddarraa kan bilisa isin baasuudha. Kennaa keessani. wantee keessani. Badhaasa keessani. Simannaa isaa godhameef boru fuula rabbiitti kan ragaa nuu bahu. Keesummaan keenya keesummummaan nu wajjiin kan turu guyyaa muraasa waan ta'eef haqa isaa eegaafii.๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Yaa Rabbi nu gargaari๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

๐Ÿ“Œ T.me/ahmedin99
๐Ÿ‘1
Hadiisa Abii Sa'iid al-Khudriin odeyseen ergamaan Rabbii๏ทบ "nama karaa Rabbii irratti guyyaa tokko Soommane, fuula isaa amata torbaatama ibidda irraa Rabbiin fageessa" jedhe. [Bukhaarii : 2840 | Muslim : 1153]

- Kun Soommana dirqamaafi kan Sunnaatis ni hammata. Bu'aa Soommanni qabu kan himame keessaa tokko ibiddarraa fageeffamuudha. "Karaa Rabbii irratti" jechuun akka Rabbiin jaalatutti jechuma. Niyyaa tolanii waan Rabbiin itti nama ajaje raawwatanii, tan irraa nama baqachiise ammoo irraa fagaatanii Soommanuudha.



NUURALHUDAA

Soora Qalbii Muslimaa
โœIlaahanaa yaa Abbaa baasaa rakkinaa
-waa wallaaluun yeroo hunda siin yakkinaa
-Nu nassarri guyyaa borii
Salphinaa
โ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนโœ…
Aaamiin yaa Allah ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
โค2๐Ÿ‘1
๐ŸŒน#Guddina-sadarkaa
๐ŸŒนRAMADAANAA๐ŸŒน
โœMurasa kinoo๐Ÿ‘‡
1โƒฃInni ji'a #qur'aanni isa keessatti buufame
tahuu, kun waan jiini kun ittii sadarkaa guddaa argate keessaa kan hangafaati.๐ŸŒน
2โƒฃIsa keessa hulaan jannataa ni banamti.๐Ÿ›ฃ
3โƒฃhulaan ibidda jahannam nicufamti.๐Ÿ“›
4โƒฃIsa keeysa sheyxaanni nihidhamti, ๐Ÿ‘ฝ
5โƒฃIsa keessa halhan murtii tu jira. Isiin ji'a kuma tokkorra caalti.๐Ÿ™
6โƒฃ-nami iimaanaa fii abdii Rabbiitiin soomane araarama argata.โœ…
7โƒฃ-namni iimaanaa fii abdii Rabbiitiin dhaabbate (#salaate) araarama argata.
8โƒฃ-Namni iimaanaa fii abdii rabbiitiin
leylatulqadri dhaabbate (salaate) araarama
argata.๐ŸŒฑ
9โƒฃ-umraan isa kessaa hajji nabiin wajji
godhatetti qixxoyti.โœ
1โƒฃ0โƒฃ-Ibidda jahannamirraa namni bilisoomfamu ramadaana keessa heddudha.๐Ÿ‘
ูšู  1โƒฃ1โƒฃ-inni boojuu (Badhaasa) mu'iminaati.โœ…
๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด
โœ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนโœ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa ๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰@Library_Islaamaa ๐Ÿ‘ˆ
๐ŸคŒ๐ŸคŒ๐ŸคŒ๐ŸคŒ๐ŸคŒ๐ŸคŒโ™ฅ๏ธ โ™ฅ๏ธ
โค7๐Ÿ‘1
๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€
Hadiisa #Ramadaanaa. Tuqi dubbisi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœHadiisa Abuu Hureyraan odeyseen ergamaan Rabbii Muhammad๏ทบ "nama cubbuu dubbachuufi itti dalaguu hin dhiisin(kan hamtuu irraa hin fagaatin) nyaataafi dhugaatii dhiisuu isaarraa Rabbiin haajaa hin qabu." Jedhe.
๐Ÿชด๐Ÿชด๐Ÿชด๐Ÿชด๐Ÿชด๐Ÿชด๐Ÿชด๐Ÿชด
[Bukhaarii 1903]


- Hadiisni kun, Soommanni nyaataafi dhugaatii dhiisuu qofaaf akka hin dhufin ibsa. Hamtuu irraa fagaachuun waan Soommana keenya guutuu godhaati. Arraba keenya gad dhiisnee jechoota haqa hin tahin dubbachuun, ragaa sobaa namarratti bahuun, hamaafi arrabsoon Soommana keenya miidha. Akkasuma badii Rabbiin keenya irraa nu fageessetti dhihaachuun, warra Rabbitti Kafaretti fakkaachuun hin tahu. Nyaataafi dhugaatii irraa if qabuun cinatti yoo waan fokkottuu laganne qofa Rabbi Soommana nurraa Qeebala.
 ๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด

#NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด
โœ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนโœ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa ๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰@Library_Islaamaa ๐Ÿ‘ˆ
โ™ฅ๏ธ
โค5๐Ÿ‘2
Alaqsaan faajjii keenyaa
Kan ittii beekamnu
Alaqsaan akka tuqamu
Eenyuufuu hin eeyyamnu!

Xiiqiin dammarra mi'oofti
Tola dhamaatanii
Bara dhufaa darbaa
Nutti wal waamtani!


Rabbitu nuuf hime
Hojii yahuudotaa
Dhugaan jaraan tahu
Jarri kijibdootaa!

Sarara diimaa keenya
Nu duraa hin tuqinaa
Aqsaan mana keenyaa
Nu duraan gubinaa!

Guyyaa dhufee darbuun
Roobsitus rasaasaa
Nama jaraa dubbatu
Dhabanus asaasaa

Ittuu itti caalaa deemu
Hin deebian duubaa
Misaaela kan kees
Hin likkeessan huubaa~n

Shahiidummaa fedhu
Kanaaf mimirqaanu
Jennatasaa kajeelu
Firdawsi isa ol aanu

Yaa rabbi yaa abbaa haqaa
Hanga yoom mataan nucabaa
Nuu birmadhu adaraa
Nuu qabi qabaa jabaa

Dubbii filisxeenotaa
Kana mee nuu laalii
Zaalima nurraa cabsii
Yaa Rabbii koo gaarii
๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
๐Ÿ‘5โค1
Audio
Maasha Allah oduu gammachiisaa Nashiidaa #Ustaaz-Raayyaa-Abbaamaccaa #vol 35 daqiiqaa tokko haga guutuu qabannee dhiyaannutti akka dhamdhamattaniif isin affeereera๐Ÿ™๐Ÿ™

Guutuu isaa yeroo xiqqoo booda argachuuf #Join godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
โค13๐Ÿ‘8๐Ÿฅฐ2
Audio
๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค

Maasha Allah Akkuman eda siniif beellame kinoo #Nashiidaa_Ustaaz_Raayya_daqiiqaa 6 kinoo qabadhee dhufeera๐Ÿ‘๐Ÿ‘

Please Join and share with #Credit๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ
Allahu akbarโ™ฅ๏ธ
Allahu akbarโ™ฅ๏ธ
Allahu akbarโ™ฅ๏ธ
โœโœโœโœโœโœโœโœ
๐™œ๐™ช๐™ช๐™ฉ๐™ช๐™ช ๐™ž๐™จ๐™–๐™– ๐™—๐™ช๐™ช๐™›๐™–๐™˜๐™๐™ช๐™ช๐™›
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘3
#FAAYIDAA_FII_HIKMAA
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธSOOMANAAโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
โ™ป๏ธ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒโ™ป๏ธ
1โƒฃ-Jaalala Rabbii barbaachaaf waan
lubbuun feetu dhiisuu nama barsiisa๐Ÿ‘Œ
2โƒฃ-Lubbuu ufii qabuu fii toohachuu nama
barsiisa, murannoo, ciminaa fi obsarratti
nama leenjisa.๐Ÿ’ช
3โƒฃ-Sodaa Rabbiiti nama barsiisa.โœ
sanirraa hubatamutti.
4โƒฃ-Haalaaf amala nama tolcha.โ™ฅ๏ธ
5โƒฃ-Nama barsiisa guddina qananii Rabbiin namaaf kennee nyaata, dhugaatii fi jaartii isaa keysatti.โœ
6โƒฃ-Akka namni yeroo bal'oo argatee ibaadaa fi zikrii Rabbii heddummeessu namaaf mijjeessa.๐Ÿ‘
7โƒฃ- Qalbii laaffisee akka milkiif qophooytu godha.
8โƒฃ-Qara (oowwa) fedhii lubbuuti namarraa laaffisa.
9โƒฃ-Qochumaa garaa namaatii qulqulleessa,qaama nama bareecha.
๐Ÿ”Ÿ-Muslima sagantaan jiraachuufi yeroo
karoorfatanii kabajuu barsiisa.โœ…
1โƒฃ1โƒฃ-Mul'isa guddaa gamtoominaafii
tokkummaa ummata muslimaa mul'isuudha,hundee diin isaanii jabeysanii
qabachuu isaanii kan ibsu.
1โƒฃ2โƒฃ-Qabaataa fi dhabaan waliinwajji akka
beelawanii dheebotan godha, kun ammo
akka waliif rifatanii walgargaaranii tola walitti oolan godha.๐Ÿ™
๐™ฃ๐™–๐™ข๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™– ๐™›๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™™๐™–๐™ข๐™ช ๐™ฃ๐™ช ๐™œ๐™ค๐™™๐™๐™ž ๐™ฎ๐™–๐™– #Allah๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
#please join&share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
โค2
I'tikaafa๐ŸŒน๐ŸŒน

Haati Mu'mintootaa Aa'ishaan "ergamaan Rabbii๏ทบ Ramadaana kurnan boodaa I'tikaafa(Masjidatti gala) ture" jatte. [Bukhaarii 2033]

- I'tikaafa jechaan Ibaadaaf Masjidatti galuudha. Hanga kurnan boodaa kun dhumuu Ibaadaaf Masjidaa bahuu dhabuudha. Akka tasaa yoo namni dhukkubsate gaafatuun, yoo namni du'e gaggeysuufi haajaa jabduuf Masjidaa bahuun humaa rakkoo hin qabu. #I'tikaafni dirqama osoo hin taane #Sunnaa dha. Dhiiraafi Haawwanis galuu ni dandahan.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
๐Ÿ‘1
Haati Mu'mintootaa Aa'ishaan " Yaa Ergamaa Rabbii ! ๏ทบ Gartee halkan Leylatul-qadri yoon beeke, maalin keessatti jedha" jattee Nabiyyii gaafatte. "G dabruu jaalatta! Irra naaf dabri.

‏ุนู† ุนุงุฆุดุฉูŽ ุฑุถููŠูŽ ุงู„ู„ู‡ู ุนู†ู‡ุง ู‚ุงู„ุช: ((ู‚ู„ุชู: ูŠุง ุฑุณูˆู„ูŽ ุงู„ู„ู‡ุŒ ุฃุฑุฃูŠุชูŽ ุฅู†ู’ ุนู„ู…ุชู ุฃูŠูŽู‘ ู„ูŠู„ุฉู ู„ูŠู„ุฉู ุงู„ู‚ุฏู’ุฑุ› ู…ุง ุฃู‚ูˆู„ ููŠู‡ุงุŸ ู‚ุงู„: ู‚ูˆู„ูŠ: ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ูู…ูŽู‘ ุฅู†ูŽู‘ูƒ ุนูููˆูŒู‘ ุชุญุจูู‘ ุงู„ุนููˆูŽุŒ ูุงุนูู ุนู†ูู‘ูŠ))

Akka yeroo birootti hin laalinaa, guyyaafi halkan Ramadaanaa caaloommina addaa qaban. Keessattuu Ramadaana kurnan boodaa kana Rabbiin badhaasa hedduu nuuf qopheyse. Halkan takkittii tan ji'a kuma caaltu kurnan boodaa kana keessatti dhoyse. Namni Ibaadaan halkan san qunname waa milkaawee! Xiqquma carraaqnee, guddoo akka arkannu nu taasise. Tola Rabbii keenyaa kana himnee fixuu hin dandeenyu. Dalagaa gaarii hojjannu hunda boru dacha-dachaan galata galfamuuf jiraanna. Kanaaf kurnan boodaa kana Ibaadaan saammadhaa.
Halkaniis guyyaas warra gama Rabbii deebi'u tahaa.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
โœ… Anoo Deemuuf Ka'e๐Ÿ˜ญ
โœโœโœโœโœโœโœโœโœ
Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee
๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee
๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด
Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa
๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
#Kurnan gara dhumaa
๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ
Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa
๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’
Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii
๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
โ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธ
#please join&share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
โค4๐Ÿ‘4๐Ÿ˜ข3๐Ÿ˜1