#Galatoomaa_Dubartoonni ๐๐๐๐
Guyyaa aduu saafaan
Abiddarra Ooltanii
Soomana nu fursiiftan
Galatoomaa dubartoonni
Isin haadha hundaatii
Jalqaba jiruu keenyaa
Osoo ka kaffalamuu
Kaffallee hin dandeenyu beenyaa โฅ๏ธ
Aduu gubaa kanaan
Osoo soomantanii
Nyaata nuu qopheessitani
Harkaa fuula gubattanii๐ข
Nuttin dallaninaa
Nu warra dhiiraatti
Adaraa nun himatinaa
Fuula rabbii duratti๐ญ๐ญ
Garaa nuu bal'adhaa
Akka bishaan galaanaa
Rahmata siniif haa godhu
Rabbi gooftaan olaanaa~n
Aaamiin๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
Via:#Raa-Daa tin
๐โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ๐๐
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
Guyyaa aduu saafaan
Abiddarra Ooltanii
Soomana nu fursiiftan
Galatoomaa dubartoonni
Isin haadha hundaatii
Jalqaba jiruu keenyaa
Osoo ka kaffalamuu
Kaffallee hin dandeenyu beenyaa โฅ๏ธ
Aduu gubaa kanaan
Osoo soomantanii
Nyaata nuu qopheessitani
Harkaa fuula gubattanii๐ข
Nuttin dallaninaa
Nu warra dhiiraatti
Adaraa nun himatinaa
Fuula rabbii duratti๐ญ๐ญ
Garaa nuu bal'adhaa
Akka bishaan galaanaa
Rahmata siniif haa godhu
Rabbi gooftaan olaanaa~n
Aaamiin๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
Via:#Raa-Daa tin
๐โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ๐๐
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
๐4โค2
#kennaa_Ramadaan_6ffaa
Sahl ibn sa'aad RA Ergamaa rabbii SAW irraa yemmuu odeessu
Jennata keessa balbala tokkotu jiraa kan maqaan isaa #RAYYAAN jedhamu jennata kana worra soomet seena guyyaa qiyaamaa eessa jiru worreen sooman jechuun waamamu hogga jarri sernan ni cufama.
Jara male namni tokkollee hin seenu
Bukhaarii fi Muslimtu Gabaase.
Kun sadarkaa nama soomaneeti rabbiin worra haqaan soomee balbala RAYYAANitti waliin waamamu nu haa taasisu.
@Ehsan_tube join godhaa

๐5โค3
#kennaa_Ramadaan_7ffaa
Ramadaanni Boojuudha
#Sheyikh_Ibn_Usayimin_Rahimahullaah
Akkas jedhan:
Baatiin Ramadaanaa ji'a boojuu fi Hojiin hundi kan buutee qabuudha.
Booji'adhaa Ibaadaadhaan Salaata baay'isaa,Qur'aana qara'uu baay'isaa ammallee zikriis heddummeessaa, Irra namaaf darbuu baay'isaa,Toltuu hojjachuus baay'isaa Diinummaa fi jibbaa balleessaa kanaan booji'adhaa
Rabbiin worra haala kanaan booji'atu nu haa taasisu

๐2
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Akkasitti jirra kinoo ammanaaf na cinqitaa yaa garaa koo๐๐๐
๐3โค1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yaa Rabbii balbala jennataa #Rayyaan jedhamu nuseensisi soomana keenya nurraa qeebali๐คฒ๐คฒ๐คฒ
๐๐๐๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐2
@m2vbot
Convert To Voice
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
Marhab yaa Ramadaan
Nashiida kan isin affeereera qaqqaliwwan koo baga Rabbiin waggan isin gahe
โ โ โ โ โ โ โ โ โ
Marhab yaa Ramadaan
Nashiida kan isin affeereera qaqqaliwwan koo baga Rabbiin waggan isin gahe
โ โ โ โ โ โ โ โ โ
๐4
#kennaa_Ramadaan_8ffaa
Ergamaan Rabbii rahmannii fi nageenyi isaanirra haa jiraatu << Namni salaata TARAAWIIHAA imaama waliin eegalee wajjin xumure akka nama halkan guutuu dhaabbataa buleetti isaaf lakkaawama>> jedhan rabbiin worra guyyaa soomaan halkan dhaabbii fi ibaadadhaan dabarsu nu haa taasisu.

#Kennaa_Ramadaanaa_9ffaa
Allaahu Akbar kun fakkeenya guddaa Addunyaa kanaati rabbii karaa fedheen ilma namaatiif dandeetti isaa ibsa
โ waldaan kubbaa miilaa Ingiliiz Primiyer liigiin Ingiliiz dabalatee guutuu Ingiliiz keessatti seera haaraa Labseera.
โ Ji'a kabajamaa sooma raamadaana kana keessa taphattoota osoo soomanni tapha taphataniif mirga haaraa kenneera
โ waldaan kubbaa miilaa Ingiliiz akka beeksisetti yoo aduun seentu(sa'atiin sooma itti hiikan geessu) Abbootiin murtii taphattoota osoo soomanni taphataniif akka jarri faxaran(sooma jaraa hiikan) akka heeyyamaniifi tapha yeroo sanaaf akka adda citu seera haaraa baaseera.
Biyyi isheen Ethiopia kunimmoo waggaa raamadaanaa eegde barattoota soomanni akka jarri hin salaanneef dhorkaa baastee uummata gidduutti dubbii uumti.
Diiniin kun siichi bakka halkanii fi guyyaan gahe ga'uuf taa'a.
Nabi muhammad Sallallaahu alayhii Wosallim tasliimaa
@Ehsan_tube

SADARKAA #SOOMANAAA
๐๐ ๐ ๐ ๐ฌ๐๐ก๐๐ ๐๐๐ก๐๐๐ฉ๐ฉ๐โโ
๐น๐๐๐๐๐๐๐๐น
โ๏ธgalanni soomanaa lakkoofsaan malettii heddummaatee galfama.
โ๏ธsoomanni haalaa amala hamaa hundarraa nama tiiksa.๐ฑ
โ๏ธNamni soomanaa yeroo soomana isaa
furuu fii guyyaa fuula Rabbii isaa dhaqus
soomana isaatiin nigammada.
โ๏ธFooleen afaan nama soomanaa Rabbi
biratti hafuura miskiirra urgooyti.๐
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Join๐๐๐๐

#Waan_nama_soomanu_ibaadarratti_gargaaru.
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
1โฃSodaa Rabbii Qabaachuu fi hamtuu
hundarraa uf eeguu.โ
2โฃQaraatii qur'aanaa Heddummeessuu, ๐
Zikrii fii kadhaa Rabbii heddumeysuu.๐
3โฃSaahibban fofokkataa irraa fagachuu. ๐
4โฃMasgiidatti maxxanuu fii salaata
jamaa'aa irratti uf tiiysuu.hanga
dandeessetti yeroo hedduu masjiidatti
argamuu yaalii godhi. Masjiida teessee
sunnaa salaattee, zikrii gootee, Rabbi
kadhattee, qur'aana qaraatee, yoo jette
Sawaaba hedduu walitti tuulatte, badii
dhagayuufii arguu jalaayis nagaya baate.๐
5โฃWaan fedhii lubbuu namatti kakaasuu
fii waan qalbii nama goggoysu laaluu irraa
fagaachuu.kunis hedduudha fakkeenyaaf:-
filmii fii suuraa baalagummaa fokkataa
daw'achuu, kanneen televijiina, vidiyoo,
intarneeta, YouTube ,#tiktok, fesbuuk, whatsup,
tuweytir, iskaybe, baaltook,fi kkf irraatti
badii gadi dhiifamtee facaafamtu
daaw'achuun haalaan dhoowwaadha. ๐
6โฃ-Dogogoraa fi badii irraa fagaachuu.๐ฅ
7โฃ- Nama hamachurraa uf eeguu, farada
(lukkee) tahurraa, kijibarraa, nama xiqqeysu
fii k.k.f. irraa Arraba ufii tiiysuu .๐ชด
8โฃ-yeroon qaalii tahuu isii beekanii itti
fayyadamuu.๐ท
9โฃ-guddina kabajaa baatii tanaa beekanii eeggachuu.
๐-ummata gaggaarii dur kan ibaadaa
irratti jajjaboo turan seenaa isaanii barachuu
fii jala deemuu.๐
1โฃ1โฃ-Lubbuu ufii qorachuu
1โฃ2โฃ-Towbaa irra deddeebi'anii haarawoomsuu.๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
#JOIN
ู โป๏ธ๐๐๐๐โป๏ธ

๐น๐นYaadi mee....๐ค๐ค๐ค
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
โ Meeqatu osoo #Ramadaana kana gahuu hawwuu ka hin argatin carraa kana nu arganne.๐
โJaalleewwan teenna qabrii keessatti harka isaanii boraafataniiru. ๐ขโNuti garuu kunoo ni jirra.
โ Ramadaana geennee guyyaa 10 soomne. Taraawihas salaanne.
โKuni carraa guddaadha rabbiin galatoomfadhu.kennaa waan ta'eef itti gammadaa. Kanaa oli carraa guddaa qabnaa?"Alhamdulillaahi" jedhaa.
โGammachuudhan keesummaa keessan kabajaa. Kabajaa isaa eegaatii keesummeessaa. Keesummaan kuni jannata keessani.ibiddarraa kan bilisa isin baasuudha. Kennaa keessani. wantee keessani. Badhaasa keessani. Simannaa isaa godhameef boru fuula rabbiitti kan ragaa nuu bahu. Keesummaan keenya keesummummaan nu wajjiin kan turu guyyaa muraasa waan ta'eef haqa isaa eegaafii.๐๐
Yaa Rabbi nu gargaari๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
๐ T.me/ahmedin99

Telegram
Ahmedin Jebel - แ แแแฒแ แแ แ
แญแ
แญแแ แจแ แแแฒแ แแ แ แจแดแแแซแ แแ
แแ!
๐1
Hadiisa Abii Sa'iid al-Khudriin odeyseen ergamaan Rabbii๏ทบ "nama karaa Rabbii irratti guyyaa tokko Soommane, fuula isaa amata torbaatama ibidda irraa Rabbiin fageessa" jedhe. [Bukhaarii : 2840 | Muslim : 1153]
- Kun Soommana dirqamaafi kan Sunnaatis ni hammata. Bu'aa Soommanni qabu kan himame keessaa tokko ibiddarraa fageeffamuudha. "Karaa Rabbii irratti" jechuun akka Rabbiin jaalatutti jechuma. Niyyaa tolanii waan Rabbiin itti nama ajaje raawwatanii, tan irraa nama baqachiise ammoo irraa fagaatanii Soommanuudha.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

โIlaahanaa yaa Abbaa baasaa rakkinaa
-waa wallaaluun yeroo hunda siin yakkinaa
-Nu nassarri guyyaa borii
Salphinaa
โป๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐นโ
Aaamiin yaa Allah ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
-waa wallaaluun yeroo hunda siin yakkinaa
-Nu nassarri guyyaa borii
Salphinaa
โป๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐นโ
Aaamiin yaa Allah ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
โค2๐1
๐น#Guddina-sadarkaa
๐นRAMADAANAA๐น
โMurasa kinoo๐
1โฃInni ji'a #qur'aanni isa keessatti buufame
tahuu, kun waan jiini kun ittii sadarkaa guddaa argate keessaa kan hangafaati.๐น
2โฃIsa keessa hulaan jannataa ni banamti.๐ฃ
3โฃhulaan ibidda jahannam nicufamti.๐
4โฃIsa keeysa sheyxaanni nihidhamti, ๐ฝ
5โฃIsa keessa halhan murtii tu jira. Isiin ji'a kuma tokkorra caalti.๐
6โฃ-nami iimaanaa fii abdii Rabbiitiin soomane araarama argata.โ
7โฃ-namni iimaanaa fii abdii Rabbiitiin dhaabbate (#salaate) araarama argata.
8โฃ-Namni iimaanaa fii abdii rabbiitiin
leylatulqadri dhaabbate (salaate) araarama
argata.๐ฑ
9โฃ-umraan isa kessaa hajji nabiin wajji
godhatetti qixxoyti.โ
1โฃ0โฃ-Ibidda jahannamirraa namni bilisoomfamu ramadaana keessa heddudha.๐
ูู 1โฃ1โฃ-inni boojuu (Badhaasa) mu'iminaati.โ
๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด
โ๐น๐น๐น๐น๐นโ
๐๐๐๐
๐ @Library_Islaamaa ๐
๐@Library_Islaamaa ๐
๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐คโฅ๏ธ โฅ๏ธ

โค7๐1
๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ
Hadiisa #Ramadaanaa. Tuqi dubbisi๐๐
โHadiisa Abuu Hureyraan odeyseen ergamaan Rabbii Muhammad๏ทบ "nama cubbuu dubbachuufi itti dalaguu hin dhiisin(kan hamtuu irraa hin fagaatin) nyaataafi dhugaatii dhiisuu isaarraa Rabbiin haajaa hin qabu." Jedhe.
๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด
[Bukhaarii 1903]
- Hadiisni kun, Soommanni nyaataafi dhugaatii dhiisuu qofaaf akka hin dhufin ibsa. Hamtuu irraa fagaachuun waan Soommana keenya guutuu godhaati. Arraba keenya gad dhiisnee jechoota haqa hin tahin dubbachuun, ragaa sobaa namarratti bahuun, hamaafi arrabsoon Soommana keenya miidha. Akkasuma badii Rabbiin keenya irraa nu fageessetti dhihaachuun, warra Rabbitti Kafaretti fakkaachuun hin tahu. Nyaataafi dhugaatii irraa if qabuun cinatti yoo waan fokkottuu laganne qofa Rabbi Soommana nurraa Qeebala.
๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด
#NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด
โ๐น๐น๐น๐น๐นโ
๐๐๐๐
๐ @Library_Islaamaa ๐
๐@Library_Islaamaa ๐
โฅ๏ธ
Hadiisa #Ramadaanaa. Tuqi dubbisi๐๐
โ

โค5๐2
Alaqsaan faajjii keenyaa
Kan ittii beekamnu
Alaqsaan akka tuqamu
Eenyuufuu hin eeyyamnu!
Xiiqiin dammarra mi'oofti
Tola dhamaatanii
Bara dhufaa darbaa
Nutti wal waamtani!
Rabbitu nuuf hime
Hojii yahuudotaa
Dhugaan jaraan tahu
Jarri kijibdootaa!
Sarara diimaa keenya
Nu duraa hin tuqinaa
Aqsaan mana keenyaa
Nu duraan gubinaa!
Guyyaa dhufee darbuun
Roobsitus rasaasaa
Nama jaraa dubbatu
Dhabanus asaasaa
Ittuu itti caalaa deemu
Hin deebian duubaa
Misaaela kan kees
Hin likkeessan huubaa~n
Shahiidummaa fedhu
Kanaaf mimirqaanu
Jennatasaa kajeelu
Firdawsi isa ol aanu
Yaa rabbi yaa abbaa haqaa
Hanga yoom mataan nucabaa
Nuu birmadhu adaraa
Nuu qabi qabaa jabaa
Dubbii filisxeenotaa
Kana mee nuu laalii
Zaalima nurraa cabsii
Yaa Rabbii koo gaarii
๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
Kan ittii beekamnu
Alaqsaan akka tuqamu
Eenyuufuu hin eeyyamnu!
Xiiqiin dammarra mi'oofti
Tola dhamaatanii
Bara dhufaa darbaa
Nutti wal waamtani!
Rabbitu nuuf hime
Hojii yahuudotaa
Dhugaan jaraan tahu
Jarri kijibdootaa!
Sarara diimaa keenya
Nu duraa hin tuqinaa
Aqsaan mana keenyaa
Nu duraan gubinaa!
Guyyaa dhufee darbuun
Roobsitus rasaasaa
Nama jaraa dubbatu
Dhabanus asaasaa
Ittuu itti caalaa deemu
Hin deebian duubaa
Misaaela kan kees
Hin likkeessan huubaa~n
Shahiidummaa fedhu
Kanaaf mimirqaanu
Jennatasaa kajeelu
Firdawsi isa ol aanu
Yaa rabbi yaa abbaa haqaa
Hanga yoom mataan nucabaa
Nuu birmadhu adaraa
Nuu qabi qabaa jabaa
Dubbii filisxeenotaa
Kana mee nuu laalii
Zaalima nurraa cabsii
Yaa Rabbii koo gaarii
๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
๐5โค1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Audio
Maasha Allah oduu gammachiisaa Nashiidaa #Ustaaz-Raayyaa-Abbaamaccaa #vol 35 daqiiqaa tokko haga guutuu qabannee dhiyaannutti akka dhamdhamattaniif isin affeereera๐๐
Guutuu isaa yeroo xiqqoo booda argachuuf #Join godhaa๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Guutuu isaa yeroo xiqqoo booda argachuuf #Join godhaa๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โค13๐8๐ฅฐ2
Audio
๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค
Maasha Allah Akkuman eda siniif beellame kinoo #Nashiidaa_Ustaaz_Raayya_daqiiqaa 6 kinoo qabadhee dhufeera๐๐
Please Join and share with #Credit๐๐
Allahu akbarโฅ๏ธ
Allahu akbarโฅ๏ธ
Allahu akbarโฅ๏ธ
โโโโโโโโ
๐๐ช๐ช๐ฉ๐ช๐ช ๐๐จ๐๐ ๐๐ช๐ช๐๐๐๐๐ช๐ช๐
๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ

๐3
#FAAYIDAA_FII_HIKMAA
โฅ๏ธโฅ๏ธSOOMANAAโฅ๏ธโฅ๏ธ
โป๏ธ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒโป๏ธ
1โฃ-Jaalala Rabbii barbaachaaf waan
lubbuun feetu dhiisuu nama barsiisa๐
2โฃ-Lubbuu ufii qabuu fii toohachuu nama
barsiisa, murannoo, ciminaa fi obsarratti
nama leenjisa.๐ช
3โฃ-Sodaa Rabbiiti nama barsiisa.โ
sanirraa hubatamutti.
4โฃ-Haalaaf amala nama tolcha.โฅ๏ธ
5โฃ-Nama barsiisa guddina qananii Rabbiin namaaf kennee nyaata, dhugaatii fi jaartii isaa keysatti.โ
6โฃ-Akka namni yeroo bal'oo argatee ibaadaa fi zikrii Rabbii heddummeessu namaaf mijjeessa.๐
7โฃ- Qalbii laaffisee akka milkiif qophooytu godha.
8โฃ-Qara (oowwa) fedhii lubbuuti namarraa laaffisa.
9โฃ-Qochumaa garaa namaatii qulqulleessa,qaama nama bareecha.
๐-Muslima sagantaan jiraachuufi yeroo
karoorfatanii kabajuu barsiisa.โ
1โฃ1โฃ-Mul'isa guddaa gamtoominaafii
tokkummaa ummata muslimaa mul'isuudha,hundee diin isaanii jabeysanii
qabachuu isaanii kan ibsu.
1โฃ2โฃ-Qabaataa fi dhabaan waliinwajji akka
beelawanii dheebotan godha, kun ammo
akka waliif rifatanii walgargaaranii tola walitti oolan godha.๐
๐ฃ๐๐ข๐ ๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐๐ข๐ช ๐ฃ๐ช ๐๐ค๐๐๐ ๐ฎ๐๐ #Allah๐คฒ๐คฒ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
#please join&share

โค2