This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Duuti utuu nun argin
Duniyaarra teenyee
Ramadaana baranaa
Baguma nagaan geenyeeπ
Waggaa gahuu kana
Salphaan godhinaa mee mee
Namni dur lubbuun jiru
Meeqaaf meeqatu deemeeπ₯π₯π₯
Maatii,ollaf,fira kee
Kan dur jiru sibiraa
Mee of cinaa laali
Meerre si bira jiraaπ
Rakkoo kee achi gati
Jedhi #Alhamdulillaahii
Waaggaa gahuun keetuu
Galata ilaahiiπππ
β»οΈπΉπΉπΉβ»οΈβ»οΈπΉπΉβ»οΈ
π β€β€β€β€ π
Duniyaarra teenyee
Ramadaana baranaa
Baguma nagaan geenyeeπ
Waggaa gahuu kana
Salphaan godhinaa mee mee
Namni dur lubbuun jiru
Meeqaaf meeqatu deemeeπ₯π₯π₯
Maatii,ollaf,fira kee
Kan dur jiru sibiraa
Mee of cinaa laali
Meerre si bira jiraaπ
Rakkoo kee achi gati
Jedhi #Alhamdulillaahii
Waaggaa gahuun keetuu
Galata ilaahiiπππ
β»οΈπΉπΉπΉβ»οΈβ»οΈπΉπΉβ»οΈ
π β€β€β€β€ π
π3
Hadiisa Ramadaanaa.pdf
910.4 KB
Hadiisa Ramadaanaa.pdf'
πΉπΉπΉβ»οΈβ»οΈπΉπΉπΉ
Wuyi kitaaba Ajab nama jechisiisu kunoo Akkam bareedaa Halluu garagaraan kan faayamee barreeffame hadiisaa Ramadaanaa kinoo akkam nama hawwata dubbisuuf
kanaan bareeffame dafii buusi sin darbin πππβ β β β β β β β β β β β β β β
Kan birootiif
‡οΈβ€΅οΈβ€΅οΈ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ππππππππ

π3β€2
#Zikrii_Ramadaana_4ffaa
Soomni ilma namaatiif bu'aa guddaa qaba ogeessonni fayyaa hedduunis qorannoon ragaa bahaniiru
Kana malees ji'a leenjii nama muslimaati kanaaf rabbiin worra irraa fayyadamu nu haa taasisu
@Ehsan_tube join godhaa

π4
#Kennaa_Ramadaana_5ffaa
Sadarkaalee soomanni qabu keessaa
1 Rabbiin S.W mindaa ykn galata soomaa ofitti hirkisee anatu nama soome mindessa jedhe
2 Gosoowwan sabrii sadan sooma keessatti wol gahu.
3 Soomni guyyaa qiyaamaa nama isa soomeef mangudummaa dhufaaf
4 Soomanni waan nama isa soomeef araaramaa fi galata gurguddoodhaan rabbiin waadaa nama soomeef galedha.
5 Soomni dilii ykn badii namarraa haqxi.
6 Soomni gaachana ibiddarra nama soome deebisa.
7 Sooma baay'isuun sababaa jennata galuu namaf ta'a.
8 Afuurri nama Soomuu rabbiin biratti shiittoo caala urgaa'a.
Kun sadarkaa nama soomaneeti rabbiin worra haqaan soomee toltuu baatii kana keessaa booji'atu nu haa taasisu.

#Bot dinqisiisaa kana fayyadamtee beektaa???
β Nashiidaa buufachuuf jettee Mb isaa guddaa tahee si rakkisee beekaa π€π€π€π€π€
βFurmaanni isaa kunooti jedha @Library_Islaamaa ππ
β»οΈ Bot asii gadiitti argitan #nashiidaa mega beyti isaa guddaa tahe #forward itti godhoota . fkn nashidaa mb 20 mg (1) godhaπ Ajaaiba jedhikaπππ
Bot kinoo πππ
@m2vbot
Akkaataa itti fayyadama isaa
1,boticha seenuun #start goota
2,nashida buufachuu barbaadde #forward itti godhuun inni immoo mb isaa xiqqeesse deebise siif erga sana booda isa inni deebisee siif erge #download gochuu qofaπ
β dabalataan video gara Audio tti deebisuus ni dandahaβ
πππππππππ
Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
πΉππππππΉ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
πΉπππππππΉ

β€3π2
#Galatoomaa_Dubartoonni ππππ
Guyyaa aduu saafaan
Abiddarra Ooltanii
Soomana nu fursiiftan
Galatoomaa dubartoonni
Isin haadha hundaatii
Jalqaba jiruu keenyaa
Osoo ka kaffalamuu
Kaffallee hin dandeenyu beenyaa β₯οΈ
Aduu gubaa kanaan
Osoo soomantanii
Nyaata nuu qopheessitani
Harkaa fuula gubattaniiπ’
Nuttin dallaninaa
Nu warra dhiiraatti
Adaraa nun himatinaa
Fuula rabbii durattiππ
Garaa nuu bal'adhaa
Akka bishaan galaanaa
Rahmata siniif haa godhu
Rabbi gooftaan olaanaa~n
Aaamiinπ€²π€²π€²π€²π€²
Via:#Raa-Daa tin
πβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈππ
πππππ
@Library_Islaamaa
Guyyaa aduu saafaan
Abiddarra Ooltanii
Soomana nu fursiiftan
Galatoomaa dubartoonni
Isin haadha hundaatii
Jalqaba jiruu keenyaa
Osoo ka kaffalamuu
Kaffallee hin dandeenyu beenyaa β₯οΈ
Aduu gubaa kanaan
Osoo soomantanii
Nyaata nuu qopheessitani
Harkaa fuula gubattaniiπ’
Nuttin dallaninaa
Nu warra dhiiraatti
Adaraa nun himatinaa
Fuula rabbii durattiππ
Garaa nuu bal'adhaa
Akka bishaan galaanaa
Rahmata siniif haa godhu
Rabbi gooftaan olaanaa~n
Aaamiinπ€²π€²π€²π€²π€²
Via:#Raa-Daa tin
πβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈππ
πππππ
@Library_Islaamaa
π4β€2
#kennaa_Ramadaan_6ffaa
Sahl ibn sa'aad RA Ergamaa rabbii SAW irraa yemmuu odeessu
Jennata keessa balbala tokkotu jiraa kan maqaan isaa #RAYYAAN jedhamu jennata kana worra soomet seena guyyaa qiyaamaa eessa jiru worreen sooman jechuun waamamu hogga jarri sernan ni cufama.
Jara male namni tokkollee hin seenu
Bukhaarii fi Muslimtu Gabaase.
Kun sadarkaa nama soomaneeti rabbiin worra haqaan soomee balbala RAYYAANitti waliin waamamu nu haa taasisu.

π5β€3
#kennaa_Ramadaan_7ffaa
Ramadaanni Boojuudha
#Sheyikh_Ibn_Usayimin_Rahimahullaah
Akkas jedhan:
Baatiin Ramadaanaa ji'a boojuu fi Hojiin hundi kan buutee qabuudha.
Booji'adhaa Ibaadaadhaan Salaata baay'isaa,Qur'aana qara'uu baay'isaa ammallee zikriis heddummeessaa, Irra namaaf darbuu baay'isaa,Toltuu hojjachuus baay'isaa Diinummaa fi jibbaa balleessaa kanaan booji'adhaa
Rabbiin worra haala kanaan booji'atu nu haa taasisu

π2
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Akkasitti jirra kinoo ammanaaf na cinqitaa yaa garaa kooπππ
π3β€1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yaa Rabbii balbala jennataa #Rayyaan jedhamu nuseensisi soomana keenya nurraa qeebaliπ€²π€²π€²
ππππππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ππππππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π2
@m2vbot
Convert To Voice
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
Marhab yaa Ramadaan
Nashiida kan isin affeereera qaqqaliwwan koo baga Rabbiin waggan isin gahe
β β β β β β β β β

#kennaa_Ramadaan_8ffaa
Ergamaan Rabbii rahmannii fi nageenyi isaanirra haa jiraatu << Namni salaata TARAAWIIHAA imaama waliin eegalee wajjin xumure akka nama halkan guutuu dhaabbataa buleetti isaaf lakkaawama>> jedhan rabbiin worra guyyaa soomaan halkan dhaabbii fi ibaadadhaan dabarsu nu haa taasisu.

#Kennaa_Ramadaanaa_9ffaa
Allaahu Akbar kun fakkeenya guddaa Addunyaa kanaati rabbii karaa fedheen ilma namaatiif dandeetti isaa ibsa
β waldaan kubbaa miilaa Ingiliiz Primiyer liigiin Ingiliiz dabalatee guutuu Ingiliiz keessatti seera haaraa Labseera.
β Ji'a kabajamaa sooma raamadaana kana keessa taphattoota osoo soomanni tapha taphataniif mirga haaraa kenneera
β waldaan kubbaa miilaa Ingiliiz akka beeksisetti yoo aduun seentu(sa'atiin sooma itti hiikan geessu) Abbootiin murtii taphattoota osoo soomanni taphataniif akka jarri faxaran(sooma jaraa hiikan) akka heeyyamaniifi tapha yeroo sanaaf akka adda citu seera haaraa baaseera.
Biyyi isheen Ethiopia kunimmoo waggaa raamadaanaa eegde barattoota soomanni akka jarri hin salaanneef dhorkaa baastee uummata gidduutti dubbii uumti.
Diiniin kun siichi bakka halkanii fi guyyaan gahe ga'uuf taa'a.
Nabi muhammad Sallallaahu alayhii Wosallim tasliimaa
@Ehsan_tube

SADARKAA #SOOMANAAA
ππ π π π¬ππ‘ππ πππ‘πππ©π©πββ
πΉππππππππΉ
βοΈgalanni soomanaa lakkoofsaan malettii heddummaatee galfama.
βοΈsoomanni haalaa amala hamaa hundarraa nama tiiksa.π±
βοΈNamni soomanaa yeroo soomana isaa
furuu fii guyyaa fuula Rabbii isaa dhaqus
soomana isaatiin nigammada.
βοΈFooleen afaan nama soomanaa Rabbi
biratti hafuura miskiirra urgooyti.π
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Joinππππ

#Waan_nama_soomanu_ibaadarratti_gargaaru.
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
1β£Sodaa Rabbii Qabaachuu fi hamtuu
hundarraa uf eeguu.β
2β£Qaraatii qur'aanaa Heddummeessuu, π
Zikrii fii kadhaa Rabbii heddumeysuu.π
3β£Saahibban fofokkataa irraa fagachuu. π
4β£Masgiidatti maxxanuu fii salaata
jamaa'aa irratti uf tiiysuu.hanga
dandeessetti yeroo hedduu masjiidatti
argamuu yaalii godhi. Masjiida teessee
sunnaa salaattee, zikrii gootee, Rabbi
kadhattee, qur'aana qaraatee, yoo jette
Sawaaba hedduu walitti tuulatte, badii
dhagayuufii arguu jalaayis nagaya baate.π
5β£Waan fedhii lubbuu namatti kakaasuu
fii waan qalbii nama goggoysu laaluu irraa
fagaachuu.kunis hedduudha fakkeenyaaf:-
filmii fii suuraa baalagummaa fokkataa
daw'achuu, kanneen televijiina, vidiyoo,
intarneeta, YouTube ,#tiktok, fesbuuk, whatsup,
tuweytir, iskaybe, baaltook,fi kkf irraatti
badii gadi dhiifamtee facaafamtu
daaw'achuun haalaan dhoowwaadha. π
6β£-Dogogoraa fi badii irraa fagaachuu.π₯
7β£- Nama hamachurraa uf eeguu, farada
(lukkee) tahurraa, kijibarraa, nama xiqqeysu
fii k.k.f. irraa Arraba ufii tiiysuu .πͺ΄
8β£-yeroon qaalii tahuu isii beekanii itti
fayyadamuu.π·
9β£-guddina kabajaa baatii tanaa beekanii eeggachuu.
π-ummata gaggaarii dur kan ibaadaa
irratti jajjaboo turan seenaa isaanii barachuu
fii jala deemuu.π
1β£1β£-Lubbuu ufii qorachuu
1β£2β£-Towbaa irra deddeebi'anii haarawoomsuu.π
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
#JOIN
Ω β»οΈππππβ»οΈ

πΉπΉYaadi mee....π€π€π€
πΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏ
β Meeqatu osoo #Ramadaana kana gahuu hawwuu ka hin argatin carraa kana nu arganne.π
βJaalleewwan teenna qabrii keessatti harka isaanii boraafataniiru. π’βNuti garuu kunoo ni jirra.
β Ramadaana geennee guyyaa 10 soomne. Taraawihas salaanne.
βKuni carraa guddaadha rabbiin galatoomfadhu.kennaa waan ta'eef itti gammadaa. Kanaa oli carraa guddaa qabnaa?"Alhamdulillaahi" jedhaa.
βGammachuudhan keesummaa keessan kabajaa. Kabajaa isaa eegaatii keesummeessaa. Keesummaan kuni jannata keessani.ibiddarraa kan bilisa isin baasuudha. Kennaa keessani. wantee keessani. Badhaasa keessani. Simannaa isaa godhameef boru fuula rabbiitti kan ragaa nuu bahu. Keesummaan keenya keesummummaan nu wajjiin kan turu guyyaa muraasa waan ta'eef haqa isaa eegaafii.ππ
Yaa Rabbi nu gargaariπ€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²
π T.me/ahmedin99

Telegram
Ahmedin Jebel - α ααα²α αα α
αα
ααα α¨α ααα²α αα α α¨α΄ααα«α αα
αα!
π1
Hadiisa Abii Sa'iid al-Khudriin odeyseen ergamaan Rabbiiο·Ί "nama karaa Rabbii irratti guyyaa tokko Soommane, fuula isaa amata torbaatama ibidda irraa Rabbiin fageessa" jedhe. [Bukhaarii : 2840 | Muslim : 1153]
- Kun Soommana dirqamaafi kan Sunnaatis ni hammata. Bu'aa Soommanni qabu kan himame keessaa tokko ibiddarraa fageeffamuudha. "Karaa Rabbii irratti" jechuun akka Rabbiin jaalatutti jechuma. Niyyaa tolanii waan Rabbiin itti nama ajaje raawwatanii, tan irraa nama baqachiise ammoo irraa fagaatanii Soommanuudha.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

βIlaahanaa yaa Abbaa baasaa rakkinaa
-waa wallaaluun yeroo hunda siin yakkinaa
-Nu nassarri guyyaa borii
Salphinaa
β»οΈπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉβ
Aaamiin yaa Allah π€²π€²π€²

β€2π1
πΉ#Guddina-sadarkaa
πΉRAMADAANAAπΉ
βMurasa kinooπ
1β£Inni ji'a #qur'aanni isa keessatti buufame
tahuu, kun waan jiini kun ittii sadarkaa guddaa argate keessaa kan hangafaati.πΉ
2β£Isa keessa hulaan jannataa ni banamti.π£
3β£hulaan ibidda jahannam nicufamti.π
4β£Isa keeysa sheyxaanni nihidhamti, π½
5β£Isa keessa halhan murtii tu jira. Isiin ji'a kuma tokkorra caalti.π
6β£-nami iimaanaa fii abdii Rabbiitiin soomane araarama argata.β
7β£-namni iimaanaa fii abdii Rabbiitiin dhaabbate (#salaate) araarama argata.
8β£-Namni iimaanaa fii abdii rabbiitiin
leylatulqadri dhaabbate (salaate) araarama
argata.π±
9β£-umraan isa kessaa hajji nabiin wajji
godhatetti qixxoyti.β
1β£0β£-Ibidda jahannamirraa namni bilisoomfamu ramadaana keessa heddudha.π
ΩΩ 1β£1β£-inni boojuu (Badhaasa) mu'iminaati.β
π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄
βπΉπΉπΉπΉπΉβ
ππππ
π @Library_Islaamaa π
π@Library_Islaamaa π
π€π€π€π€π€π€β₯οΈ β₯οΈ

β€7π1