π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
811 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
Duuti utuu nun argin
Duniyaarra teenyee
Ramadaana baranaa
Baguma nagaan geenyeeπŸ™

Waggaa gahuu kana
Salphaan godhinaa mee mee
Namni dur lubbuun jiru
Meeqaaf meeqatu deemeeπŸ˜₯πŸ˜₯πŸ˜₯

Maatii,ollaf,fira kee
Kan dur jiru sibiraa
Mee of cinaa laali
Meerre si bira jiraa😭

Rakkoo kee achi gati
Jedhi #Alhamdulillaahii
Waaggaa gahuun keetuu
Galata ilaahiiπŸ‘πŸ‘πŸ‘
β™»οΈπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉβ™»οΈβ™»οΈπŸŒΉπŸŒΉβ™»οΈ
πŸ™ ❀❀❀❀ πŸ™
πŸ‘3
Hadiisa Ramadaanaa.pdf
910.4 KB
Hadiisa Ramadaanaa.pdf'
πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉβ™»οΈβ™»οΈπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉ

Wuyi kitaaba Ajab nama jechisiisu kunoo Akkam bareedaa Halluu garagaraan kan faayamee barreeffame hadiisaa Ramadaanaa kinoo akkam nama hawwata dubbisuuf
kanaan bareeffame dafii buusi sin darbin πŸ‘πŸ‘πŸ‘βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…

Kan birootiif

‡️‡️‡️

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
πŸ‘3❀2
#Zikrii_Ramadaana_4ffaa

Soomni ilma namaatiif bu'aa guddaa qaba ogeessonni fayyaa hedduunis qorannoon ragaa bahaniiru
Kana malees ji'a leenjii nama muslimaati kanaaf rabbiin worra irraa fayyadamu nu haa taasisu

@Ehsan_tube join godhaa
πŸ‘4
#Kennaa_Ramadaana_5ffaa

Sadarkaalee soomanni qabu keessaa
1 Rabbiin S.W mindaa ykn galata soomaa ofitti hirkisee anatu nama soome mindessa jedhe
2 Gosoowwan sabrii sadan sooma  keessatti wol gahu.
3 Soomni guyyaa qiyaamaa nama isa soomeef mangudummaa dhufaaf
4 Soomanni waan nama isa soomeef araaramaa fi galata gurguddoodhaan  rabbiin waadaa nama soomeef galedha.
5 Soomni dilii ykn badii namarraa haqxi.
6 Soomni gaachana ibiddarra nama soome deebisa.
7 Sooma baay'isuun sababaa jennata galuu namaf ta'a.
8 Afuurri nama Soomuu rabbiin biratti shiittoo caala urgaa'a.

Kun sadarkaa nama soomaneeti rabbiin worra haqaan soomee toltuu baatii kana keessaa booji'atu nu haa taasisu.

@Ehsan_tube join godhaa
πŸ‘3
#Bot dinqisiisaa kana fayyadamtee beektaa???

βœ… Nashiidaa buufachuuf jettee Mb isaa guddaa tahee si rakkisee beekaa πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”

✍Furmaanni isaa kunooti jedha @Library_Islaamaa πŸ™πŸ™

♻️ Bot asii gadiitti argitan #nashiidaa mega beyti isaa guddaa tahe #forward itti godhoota . fkn nashidaa mb 20 mg (1) godhaπŸ˜€ Ajaaiba jedhikaπŸ‘πŸ‘πŸ‘

Bot kinoo πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@m2vbot

Akkaataa itti fayyadama isaa
1,boticha seenuun #start goota
2,nashida buufachuu barbaadde #forward itti godhuun inni immoo mb isaa xiqqeesse deebise siif erga sana booda isa inni deebisee siif erge #download gochuu qofaπŸ™

βœ…dabalataan video gara Audio tti deebisuus ni dandahaβœ…
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€
Yaada,qeeqaaf gaaffiifπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒΉ
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸŒΉπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸŒΉ
❀3πŸ‘2
#Galatoomaa_Dubartoonni πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™

Guyyaa aduu saafaan
Abiddarra Ooltanii
Soomana nu fursiiftan
Galatoomaa dubartoonni

Isin haadha hundaatii
Jalqaba jiruu keenyaa
Osoo ka kaffalamuu
Kaffallee hin dandeenyu beenyaa β™₯️

Aduu gubaa kanaan
Osoo soomantanii
Nyaata nuu qopheessitani
Harkaa fuula gubattanii😒

Nuttin dallaninaa
Nu warra dhiiraatti
Adaraa nun himatinaa
Fuula rabbii duratti😭😭

Garaa nuu bal'adhaa
Akka bishaan galaanaa
Rahmata siniif haa godhu
Rabbi gooftaan olaanaa~n

Aaamiin🀲🀲🀲🀲🀲

Via:#Raa-Daa tin
πŸ“šβ™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯οΈπŸ“šπŸ“š
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
πŸ‘4❀2
#kennaa_Ramadaan_6ffaa

Sahl ibn sa'aad RA Ergamaa rabbii SAW irraa yemmuu odeessu
Jennata keessa balbala tokkotu jiraa kan maqaan isaa #RAYYAAN jedhamu jennata kana worra soomet seena guyyaa qiyaamaa eessa jiru worreen sooman jechuun waamamu hogga jarri sernan ni cufama.
Jara male namni tokkollee hin seenu
Bukhaarii fi Muslimtu Gabaase.

Kun sadarkaa nama soomaneeti rabbiin worra haqaan soomee balbala RAYYAANitti waliin waamamu nu haa taasisu.

@Ehsan_tube join godhaa
πŸ‘5❀3
#kennaa_Ramadaan_7ffaa


Ramadaanni Boojuudha
#Sheyikh_Ibn_Usayimin_Rahimahullaah
Akkas jedhan:
Baatiin Ramadaanaa ji'a boojuu fi Hojiin hundi kan buutee qabuudha.
Booji'adhaa Ibaadaadhaan Salaata baay'isaa,Qur'aana qara'uu baay'isaa ammallee zikriis heddummeessaa, Irra namaaf darbuu baay'isaa,Toltuu hojjachuus baay'isaa Diinummaa fi jibbaa balleessaa kanaan booji'adhaa
Rabbiin worra haala kanaan booji'atu nu haa taasisu

@Ehsan_tube join godhaa
πŸ‘2
@m2vbot
Convert To Voice
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️

Marhab yaa Ramadaan
Nashiida kan isin affeereera qaqqaliwwan koo baga Rabbiin waggan isin gahe
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
πŸ‘4
#kennaa_Ramadaan_8ffaa

Ergamaan Rabbii rahmannii fi nageenyi isaanirra haa jiraatu << Namni salaata TARAAWIIHAA imaama waliin eegalee wajjin xumure akka nama halkan guutuu dhaabbataa buleetti isaaf lakkaawama>> jedhan rabbiin worra guyyaa soomaan halkan dhaabbii fi ibaadadhaan dabarsu nu haa taasisu.

@Ehsan_tube join godhaa
#Kennaa_Ramadaanaa_9ffaa

Allaahu Akbar kun fakkeenya guddaa Addunyaa kanaati rabbii karaa fedheen ilma namaatiif dandeetti isaa ibsa

βœ…waldaan kubbaa miilaa Ingiliiz Primiyer liigiin Ingiliiz dabalatee guutuu Ingiliiz keessatti seera haaraa Labseera.

βœ… Ji'a kabajamaa sooma raamadaana kana keessa taphattoota osoo soomanni tapha taphataniif mirga haaraa kenneera

βœ… waldaan kubbaa miilaa Ingiliiz akka beeksisetti yoo aduun seentu(sa'atiin sooma itti hiikan geessu) Abbootiin murtii taphattoota osoo soomanni taphataniif akka jarri faxaran(sooma jaraa hiikan) akka heeyyamaniifi tapha yeroo sanaaf akka adda citu seera haaraa baaseera.

Biyyi isheen Ethiopia kunimmoo waggaa raamadaanaa eegde barattoota soomanni akka jarri hin salaanneef dhorkaa baastee uummata gidduutti dubbii uumti.

Diiniin kun siichi bakka halkanii fi guyyaan gahe ga'uuf taa'a.
Nabi muhammad Sallallaahu alayhii Wosallim tasliimaa

@Ehsan_tube
πŸ‘2
SADARKAA #SOOMANAAA
𝙖𝙠𝙠𝙖 π™¬π™–π™‘π™žπ™ž π™œπ™–π™‘π™–π™–π™©π™©π™žβœβœ
πŸŒΉπŸƒπŸ‚πŸƒπŸπŸπŸŽ‹πŸπŸŒΉ

β˜‘οΈgalanni soomanaa lakkoofsaan malettii heddummaatee galfama.
β˜‘οΈsoomanni haalaa amala hamaa hundarraa nama tiiksa.🌱
β˜‘οΈNamni soomanaa yeroo soomana isaa
furuu fii guyyaa fuula Rabbii isaa dhaqus
soomana isaatiin nigammada.
β˜‘οΈFooleen afaan nama soomanaa Rabbi
biratti hafuura miskiirra urgooyti.πŸ”Š
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

JoinπŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
#Waan_nama_soomanu_ibaadarratti_gargaaru.
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺

1⃣Sodaa Rabbii Qabaachuu fi hamtuu
hundarraa uf eeguu.βœ…
2⃣Qaraatii qur'aanaa Heddummeessuu, πŸ“–
Zikrii fii kadhaa Rabbii heddumeysuu.πŸ“š
3⃣Saahibban fofokkataa irraa fagachuu. πŸ‘Œ
4⃣Masgiidatti maxxanuu fii salaata
jamaa'aa irratti uf tiiysuu.hanga
dandeessetti yeroo hedduu masjiidatti
argamuu yaalii godhi. Masjiida teessee
sunnaa salaattee, zikrii gootee, Rabbi
kadhattee, qur'aana qaraatee, yoo jette
Sawaaba hedduu walitti tuulatte, badii
dhagayuufii arguu jalaayis nagaya baate.πŸ’
5⃣Waan fedhii lubbuu namatti kakaasuu
fii waan qalbii nama goggoysu laaluu irraa
fagaachuu.kunis hedduudha fakkeenyaaf:-
filmii fii suuraa baalagummaa fokkataa
daw'achuu, kanneen televijiina, vidiyoo,
intarneeta, YouTube ,#tiktok, fesbuuk, whatsup,
tuweytir, iskaybe, baaltook,fi kkf irraatti
badii gadi dhiifamtee facaafamtu
daaw'achuun haalaan dhoowwaadha. πŸ„
6⃣-Dogogoraa fi badii irraa fagaachuu.πŸ₯€
7⃣- Nama hamachurraa uf eeguu, farada
(lukkee) tahurraa, kijibarraa, nama xiqqeysu
fii k.k.f. irraa Arraba ufii tiiysuu .πŸͺ΄
8⃣-yeroon qaalii tahuu isii beekanii itti
fayyadamuu.🌷
9⃣-guddina kabajaa baatii tanaa beekanii eeggachuu.
πŸ”Ÿ-ummata gaggaarii dur kan ibaadaa
irratti jajjaboo turan seenaa isaanii barachuu
fii jala deemuu.πŸ“
1⃣1⃣-Lubbuu ufii qorachuu
1⃣2⃣-Towbaa irra deddeebi'anii haarawoomsuu.πŸ‡
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
#JOIN
ِ β™»οΈπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡β™»οΈ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🌹🌹Yaadi mee....πŸ€”πŸ€”πŸ€”
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
βœ…Meeqatu osoo #Ramadaana kana gahuu hawwuu ka hin argatin carraa kana nu arganne.πŸ˜”
✍Jaalleewwan teenna qabrii keessatti harka isaanii boraafataniiru. 😒✍Nuti garuu kunoo ni jirra.

βœ… Ramadaana geennee guyyaa 10 soomne. Taraawihas salaanne.
✍Kuni carraa guddaadha rabbiin galatoomfadhu.kennaa waan ta'eef itti gammadaa. Kanaa oli carraa guddaa qabnaa?"Alhamdulillaahi" jedhaa.
✍Gammachuudhan keesummaa keessan kabajaa. Kabajaa isaa eegaatii keesummeessaa. Keesummaan kuni jannata keessani.ibiddarraa kan bilisa isin baasuudha. Kennaa keessani. wantee keessani. Badhaasa keessani. Simannaa isaa godhameef boru fuula rabbiitti kan ragaa nuu bahu. Keesummaan keenya keesummummaan nu wajjiin kan turu guyyaa muraasa waan ta'eef haqa isaa eegaafii.πŸ‘πŸ‘
Yaa Rabbi nu gargaari🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲

πŸ“Œ T.me/ahmedin99
πŸ‘1
Hadiisa Abii Sa'iid al-Khudriin odeyseen ergamaan Rabbiiο·Ί "nama karaa Rabbii irratti guyyaa tokko Soommane, fuula isaa amata torbaatama ibidda irraa Rabbiin fageessa" jedhe. [Bukhaarii : 2840 | Muslim : 1153]

- Kun Soommana dirqamaafi kan Sunnaatis ni hammata. Bu'aa Soommanni qabu kan himame keessaa tokko ibiddarraa fageeffamuudha. "Karaa Rabbii irratti" jechuun akka Rabbiin jaalatutti jechuma. Niyyaa tolanii waan Rabbiin itti nama ajaje raawwatanii, tan irraa nama baqachiise ammoo irraa fagaatanii Soommanuudha.



NUURALHUDAA

Soora Qalbii Muslimaa
✍Ilaahanaa yaa Abbaa baasaa rakkinaa
-waa wallaaluun yeroo hunda siin yakkinaa
-Nu nassarri guyyaa borii
Salphinaa
β™»οΈπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉβœ…
Aaamiin yaa Allah 🀲🀲🀲
❀2πŸ‘1