Fidaaka Abii Wa Ummii
Idriis Abbishuu
Nashiidaa bareeda kana sin affeereeraa ittin bohaaraa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Join godhaa๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Join godhaa๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
DUBBISUU
๐Wantoota sammuun keenya akka gabbatan godhan keessaa inni tokko dubbisuudha
Namoonni baayโeen yommuu muukaโanโgameโyknโsocialmediaโfayyadamu.Akkasumas
namoota dubbisan yoo argan ni maraatta namana jedhu.Garuu isaan fayyaan waan jiran
isaanitti fakkaata.
๐Dubbisuun nama guutuu nama taasisa.Isa kanaaf ani ragaa guddaa taโuufii nan barbaada.
Sababni isaas dubbisuun hangam akka nama jijjiiiru waanan argeef.Lammii qaroomeefi isa
sammuu bilchaate qabu kan waanuma xiqqoon sobamuu hin dandeenye,isa ganamaafi
galgala kaayyoo ofii bira gahuuf tattaafatu ykn xaaxaโu uumuu kan dandeenyu lammiin
dubbisu yoo jiraate qofaadha.
๐Namootni bebbeekamoon addunyaa digrii hin qaban garuu waan dubbisaniif sadarkaa guddaa
irra gahaniiru.Fkn.Abrehaam liinkan yeroo tokko yeroo dubbatan kitaaba tokko
liqeeffachuuf jecha km12 akka lukaan deemaa turan himama.Mee yaadaa?Akkasumasj ohn
f.keeneedi hojiiisaa seenuun dura gaazexaawwan 40 dubbisa!Biilgeet,opraahwiiinfreey
kunneen hunduu dubbisa akka malee jaallatau.
โ Garuu yeroo dubbisnu kitaabota barbaachisoo malee kanneen faayidaa hin qabne irraa of
qusachuu qabna.
Galatoomaa๐น๐น๐น

โฃ๐๐ ๐๐๐โโโโ๐
๐๐ ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐
๐๐ ๐๐๐๐๐ฅ๐๐ฆ๐ข ๐๐ป๐
๐โฃ๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐ฆ๐ง๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ฎ ๐๐จ๐ ๐ ๐๐ง๐๐๐๐ก๐!
โ๏ธ๐โ๏ธ๐โ๏ธ๐โ๏ธ๐
@Library_Islaamaa
โฃ๐๐ ๐๐๐โโโโ๐
๐๐ ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐
๐๐ ๐๐๐๐๐ฅ๐๐ฆ๐ข ๐๐ป๐
๐โฃ๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐ฆ๐ง๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ฎ ๐๐จ๐ ๐ ๐๐ง๐๐๐๐ก๐!
โ๏ธ๐โ๏ธ๐โ๏ธ๐โ๏ธ๐
Asoosama Islaamaa
Hawaaja
Asoosama islaamaa kana dhageessee????
๐ค๐ค๐ฅ๐ฅ
Itti dabalami ๐๐๐
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ

๐2โค1
Aqiidaa Ahlussunnaa Wal jama'aa.pdf
442.5 KB
โโโโโโโโโ
Kitaaba bareedaa kana dubbisa Aqiidaa keessaan baradhaa
๐๐๐๐๐๐๐๐โ
Itti dabalami ๐๐๐
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ
Kitaaba bareedaa kana dubbisa Aqiidaa keessaan baradhaa
๐๐๐๐๐๐๐๐โ
Itti dabalami ๐๐๐
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ
Rahima
<unknown>
#Bohaartii_Nashiidaa
Nashiida #RAHIMA Jettu tanaa. Bohaaraa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Nashiida #RAHIMA Jettu tanaa. Bohaaraa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Forwarded from Gaggeessuuf Dubbissi Read to Lead
Hisnul muslim.pdf
1.6 MB
ใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธ
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Kitaaba bareedaa #Hisnul Muslim jedhamu Kan zikrii galgalaaf ganamaa akkasumas zikriiwwaan hedduu Kan qabudha buusaa dubbisaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Kitaaba bareedaa #Hisnul Muslim jedhamu Kan zikrii galgalaaf ganamaa akkasumas zikriiwwaan hedduu Kan qabudha buusaa dubbisaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐๐๐๐Kitaaba bareedaa waan du'aai tahe waliitti qabate Kan isin na gaafattan kinooti dubbisa
Maashallah โฅโฅ โฅโฅ join godhaa isinin jaalla!!!!
#Seenaa_bashannansiistuu
#Nugusa_Qaroo_fi_Namticha_Qaroo_tokko.
โNamtichatu mooticha tokko bira deemee walaloo afaan Arabaa takka dhiheesseefii jennaan,mootichi akka malee dinqisiifatee akkana jedheen jedhan;
๐ #Nugusa;Yoo hajamte Waan barbaadde na gaafadhu.
๐ค#Namticha;waan an barbaade ima naa kennitaa..?
๐ #Nugusa;Eeyyan siif kenna.
๐ค#Namticha;Diinaara hanga ani laakkofsa isaa Qurโaana keessatti maqaa dhahee akka naaf kennitu barbaada.
๐ #Nugusa;Hayyee jaaladhe.
๐คNamticha(weellisaa);Rabbiin Qurโaana isaa keessatti akkana jedha;
"ูุฅูููู ุฅูู ูุงุญุฏ"
๐ #Mooticha;Diinaara tokko kenneef.
๐ค#Namicha;Ammas Rabbiin Qurโaana keessatti akkana jedhe;
"ุซุงูู ุฃุซููู ุฅุฐ ูู ุง ูู ุงูุบุงุฑ"
๐ #Mooticha(Nugusa);Diinaara lama baasee kenneef.
๐ค#Namticha;Ammas aayata Qurโaanaa tana qara'e;
"ูุง ุชููููุง ุซูุงุซุฉ ุงูุชููุง ุฎูุฑุง ููู "
๐ #Nugusa;Diinaaara Sadi kenneef.
๐ค#Namicha;Ammas Aayata Qurโaanaa tana qara'e;
"ููุง ุซูุงุซุฉ ุฅูุง ูู ุฑุงุจุนูู "
๐ #Nugusa;Diinaara Afur ajajeef.
๐ค#Namicha;Aayata tana qara'e;
"ููุง ุฎู ุณุฉ ุฅูุง ูู ุณุงุฏุณูู "
๐ #Nugusa;Diinara Shanii fi jahas kenneef.
๐ค#Namicha;Ammas Aayata akkana jettu qara'e;
"ุงููู ุงูุฐู ุฎูู ุณุจุน ุณู ูุงุช"
๐ #Nugusa;Diinaarii torba kenneef.
๐ค#Namicha;Aayata akkana jettu qara'e;
"ููุญู ู ุนุฑุด ุฑุจู ููููู ููู ุฆุฐ ุซู ุงููุฉ"
๐ #Nugusa;Diinara saddeetii kenneef.
๐ค#Namicha;Aayata tana qara'eef;
"ููุงู ูู ุงูู ุฏููุฉ ุชุณุนุฉ ุฑูุท ููุณุฏูู ูู ุงูุฃุฑุถ"
๐ #Mooticha;Diinaarii Sagal kenneef.
๐ค#Namicha;Aayata tana qara'eef;
:"ุชูู ุนุดุฑุฉ ูุงู ูุฉ"
๐ #Mooticha;Diinaara kudhan baasee kenneef.

"ุฅูู ุฑุฃูุช ุฃุญุฏ ุนุดุฑ ูููุจุง"
๐ #Mooticha;Diinaara kudhatokko baasee kenneef.
๐ค#Namicha;Ammas aayata tana itti qara'e;
"ุฅู ุนุฏุฉ ุงูุดููุฑ ุนูุฏ ุงููู ุงุซูุง ุนุดุฑ ุดูุฑุง ูู ูุชุงุจ ุงููู"
๐ #Mooticha;Diinaarii kudhalamaa baasee kenneef.
๐ Mooticha;Dachaa waan amma qara'ee kana kennaafii as keessaa ari'aa jedheen.
๐ค#Namicha;maalan balleesse mootii koo?akkanatti waliif gallee sila?
๐ #Booda Aayata tana natti qara'ittaaf si sodaadhe jedheen;
"ูุฃุฑุณููุงู ุฅูู ู ุงุฆุฉ ุฃูู ุฃู ูุฒูุฏูู"
(#Kuma_Dhibbaa_fi_achii ol)jetti aayaan Qurโaanaa.
๐๐๐๐๐
#Qarri_Qara_hin_muru
Share godhaa๐

๐1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Subhaanallah Obboleewwaan kiyya irraa haa fayyadamnu zikrii kana haa baayyisnu yoo baayy'ate second 1-2 nurraa fudhata miindaan isaa garuu guddaadha yaa Rabbi nuu laaffisi ๐คฒ๐คฒ๐คฒ,๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Subhaanallah Obboleewwaan kiyya irraa haa fayyadamnu zikrii kana haa baayyisnu yoo baayy'ate second 1-2 nurraa fudhata miindaan isaa garuu guddaadha yaa Rabbi nuu laaffisi ๐คฒ๐คฒ๐คฒ,๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐2
Kana Beektu Laata?
Bineensi maqaan isaa Kaangarro jedhamu/tu dhuufuu dhuufuu akka hin dandenne beektu?๐๐
๐๐๐๐๐๐
Maal eegda man kolfite dhiiftaa join godhikaa ๐๐๐๐๐

Ajaa'ibsiisoo Addunyaa
Kana Beektuu???
๏ผMootichi azeetiksii beekkamaan moonteezuumaan haadha warraa 600 ol akka qabu
dubbatama!! ๐คญ๐คญ๐๐๐
Wanti biraa immoo isaan gammachisuuf jecha,chokoleetii baayyee akka nyaatu
himama.Isinbakka isaa buโaatii yaadaame ๐ค๐ค
An tokko hin qabuu innimmoo ๐ฉ๐ฉ๐ฉ๐๐๐๐๐
Kolfitee dhiiftaa Tuqika๐๐๐๐๐๐๐๐

Seenaa Nabiyyii S A W.pdf
1.6 MB
ใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธ
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Seenaa Rasuula Rabbii Nabi Muhammad s.a.w Dhalootaa hanga du'aa kunoo Dubbisaa irraas fayyadamaa buusanii dhiisuun Admaleedha!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Seenaa Rasuula Rabbii Nabi Muhammad s.a.w Dhalootaa hanga du'aa kunoo Dubbisaa irraas fayyadamaa buusanii dhiisuun Admaleedha!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐ฅฐ3๐2
ูุฃุฌูู ูุง ุฑุจ
โข ุงูู
ูุงุฑุฉ ุงูุฅูุดุงุฏูุฉ โข
๐พNashiidaa Bareedduu
Siif Jecha Yaa raabbiโก.
ูุฃุฌุงู ูุง ุฑุจ....
**Arabiffaan
๐ #ู ุญู ุฏ_ุงูู ููุท
Jum'aa gaarii
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Siif Jecha Yaa raabbiโก.
ูุฃุฌุงู ูุง ุฑุจ....
**Arabiffaan
๐ #ู ุญู ุฏ_ุงูู ููุท
Jum'aa gaarii
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๏BEEKKUMSA
๏ผNamoonni tokko tokko beekkumsi wantuma haaraa baratan hunda jedhu.Achiirraa kaโuun
social media irra ooluun beekkumsa seโu.
๏ผBeekkumsi miโa akka nyaataatti sammuu keetiif tajaajiludha.Akkuma garaan keessan
yommuu beelaโu nyaata barbaadu isinis kennitaniif sammuun keenyas nibeelaโa.nuti immoo
beekkumsa kennineefii gabbisuu qabna.Yoo hin taane taโe immoo sammuun keenya doomaa
dhufa.
โ Beekkumsa eessa irraa arganna?Gaaffii kanaaf deebiin jalqabaa fi inni ijoon kitaaba
dubbisuudha.Biyya kana keessatti aadaan dubbisu baayโee duubatti hafaadha.Manneen
kitaabaa baayโeenis hin jiranis.Yeroo baayโee kitaaba kan dubbisan namoota umriin
deemanidha.Yeroon kana jedhu dargaggeessi hin dubbisu jechu kootii miti.Sababniisaas
dargaggeessaafi daaโimman yeroo dubbisan waan argeef.
๏ผdhaamsi guddaan barattootaaf dabarsuu barbaadu beekkumsi kan argamu kitaaba dareettii
barannu waan taโeef waan biraa dubbisuun hinbarbaachisu warri jettan dareetti namni tokko
kitaaba daree qofa dubbisaa1ffaa bahun ykn averejjii olaanaa fiduun akka jagnummaatti of
ilaalta taโa.garuu na amani ati kaayyoon kee digriif waan taโeef gaafa digrii fixxes kitaaba
hin jaalatu.Ati kanuma daree hordofuu barbaadda.Garuu namoonni kitaabota adda addaa
dubbisan ofirra darbees biyyaa buโaa,wantoota xixiqqoonis sobamuuhin dandaโan.
Akkasumas fageessaniii yaaduu nidandaโu.
๏ผmee maatiin keessan ykn hiriyoonni keessan baayโeen isaanii waan dareetti barattaniin ala
yommuu dubbiftu yoo si argan;maalgodhaarta?,kana yoom birageettee?,maalsiigodha
ammatti?Fikkf yeroo jedhani sin hinmudannee?Garuu ijoolle dubbiftaniif dhaamsi kiyya
wantoota akkanaaf gurra hinkenninaa.
Galatooma Yoon Dogongore na ofkolchaa oolmaa gaariii!!!!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โโโโโโโโโ
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ

๐3
Forwarded from Soor-qalbiiอ แดฌแถ แตแตแถฐ แดผสณแตแตแตแต (Yออกeออกrออกoออกoออกsออกaออกnออก Oออกbออกsออกiออกnออกeออกeออกtออก)
โ โฌโฌโฌโฌโฌโฌ โดโชโต โฌโฌโฌโฌโฌโฌ โ
chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
๐โโ๐โโ๐โโ๐

๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
#Duniyaa
โHayyuun tokko gaafii wahii gaafatame;
" Wanti karaa Rabbii irratti irra nama qarqaaraa maali "?
" Yaaddoo duniyaa onnee tantee keessaa baasuudha " jedhee deebise jedhan.
Rabbiin irra guddaa yaada keennaa duniyaa hin godhin .

Hawaaja 2ffa
Asoosama islaamaa kutaa 2ffaa
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa1ffaa argachuuf๐https://t.me/Library_Islaamaa/84
Yaadaaf๐ @Library_Islaamaabot
Itti dabalami ๐๐๐
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa1ffaa argachuuf๐https://t.me/Library_Islaamaa/84
Yaadaaf๐ @Library_Islaamaabot
Itti dabalami ๐๐๐
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Asoosama.islaamaa kanatti gammaddanii??? Yoo si gammachiisee you be like