Hattuu komaturee
Hattuun duruu hattuudha
Maal ishee hamaturee
Hattuun duruu yartuudha
Maal ishee himaturee?
Shira kee fayyadamtee
Hattus #youtube raayyaa
Tola dhamaata malee
Ni taataa ustaaz raayyaa?
Leenci duruu leenca
Oomaa waraabessaan dheessuu
Shira feete shirtus
Ustaaz raayyaan dandeessu๐ช
Homaa miti leenca koo๐ข
Atumti dheeradhu umrii
Warra daba si yaadu
Itti haa duudu gurrii
Youtube isaa hattus
Beekumsasaa hatteeree
Nan milkaaha seetee
Mala kana malteeree
Beekumsaaf beekamtiinsaa
Isa goonaan qaxalee
Hattuu kanatu finiinsee
Gubee ishee waxale
Maaliif dagatte Uumaa kee
Isa bishaan ittichee
Eeganaa nama godhee
Tolchee si biqilchee!?
Sabni koo gumaa baasaa
Guyyaan isaaf deebisaa
Hattu inaaffaan du'i๐
Millona 50 ni gaha youtube isaa ๐๐๐
Allaahu akbar!!!!
By RD
Telegraama keenyatti makamuuf kana cuqaasi๐๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa

๐8โค4
ูู ุตูู
ุดูุฑ ุฑู
ุถุงู
Maalummaa Soomana Ramadaanaa
ุตูู ุดูุฑ ุฑู ุถุงู ุฑูู ู ู ุฃุฑูุงู ุงูุฅุณูุงู ุ ููุฑุถ ู ู ูุฑูุถ ุงูููุ ู ุนููู ู ู ุงูุฏูู ุจุงูุถุฑูุฑุฉุ ูุฏู ุนููู ุงููุชุงุจ ูุงูุณูุฉ ูุงูุฅุฌู ุงุน
Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa taheedha, dirqama islaamaa kan quraanaa, hadiisaa fii ijmaa'aan mirkanaayee jiru.
ูุฃู ุง ุงููุชุงุจ: ููููู ุชุนุงูู: ููุง ุฃููููููุง ุงูููุฐูููู ุขู ููููุง ููุชูุจู ุนูููููููู ู ุงูุตููููุงู ู ููู ูุง ููุชูุจู ุนูููู ุงูููุฐูููู ู ูู ููุจูููููู ู ููุนููููููู ู ุชูุชููููููู. ุงูุจูุฑุฉ:183
Qur'aana irraa jecha Rabbii oltaheeti ''isin yaa warri amantan soomanni akkuma warra isin duraa irratti barreefametti isin irrattiis barreefamee jira. akka Rabbi sodaattaniif jecha.'' Suuraa baqaraa 183
ุฅูู ูููู: ุดูููุฑู ุฑูู ูุถูุงูู ุงูููุฐูู ุฃูููุฒููู ููููู ุงููููุฑูุขูู ููุฏูู ููููููุงุณู ููุจููููููุงุชู ู ููู ุงููููุฏูู ููุงููููุฑูููุงูู ููู ููู ุดูููุฏู ู ูููููู ู ุงูุดููููุฑู ููููููุตูู ููู. ุงูุจูุฑุฉ: 185
Hanga jecha Rabbii ol taheetti ''baatii Ramadaanaati kan isa keessaa Qur'aanni qajeelchaa ilmaan namaatii fii ibsaa qajeelloofii haqarraa kan tahe buufame. Namni baatii kana biyya jiru haa soomanuu, isinirraa namni dhukkubsataa yookaan karaa deemsarraa jiru (soomana haa furuu) guyyaalee biro irraa lakkaawwachuutu (qadaa kafaluutu) isarratti jira..." Suuraa baqaraa 185
ูุฃู ุง ุงูุณูุฉ: ููุฏ ูุงู ุงููุจู ๏ทบ: ยซุจูู ุงูุฅุณูุงู ุนูู ุฎู ุณ...ยปูุฐูุฑ ู ููุง: ยซุตูู ุฑู ุถุงูยป ู ุชูู ุนููู. ูุงูุฃุญุงุฏูุซ ูู ุฐูู ูุซูุฑุฉ
Hadiisarraayis jecha nabii keenyaati s.a.w "islaamummaan waa shanirratti ijaaramte... jedheeti hadiisa oofee achi keessatti "soomana ramadaanaati" jedhe, (Bukhaariif muslimtu odeesse). Hadiisowwan waayee kanaarratti hedduutu jira.
ูุฃุฌู ุน ุงูู ุณูู ูู ุนูู ูุฌูุจ ุตูู ุฑู ุถุงูุ ูู ู ุฃููุฑ ูุฌูุจ ุตูู ู ููุฑ
Muslimtoonnis soomanni Ramadaanaa dirqama tahurratti waliif galan, namni waajibummaa isaa morme kaafira tahurrattis waliif galan.
ู ุชู ูุฑุถ ุตูุงู ุฑู ุถุงูุ
Soomanni Ramadaanaa yoom fardii godhame?
ูุฑุถ ุตูุงู ุดูุฑ ุฑู ุถุงู ูู ุงูุณูุฉ ุงูุซุงููุฉ ู ู ุงููุฌุฑุฉุ ูุตุงู ุฑุณูู ุงููู ๏ทบ: ุชุณุน ุฑู ุถุงูุงุช
Soomanni ramadaanaa waggaa lammeessaa hijraatti fardii godhame, Nabiin s.a.w ramadaana sagal soomane.

๐3๐ฅฐ1
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? pinned ยซูู ุตูู
ุดูุฑ ุฑู
ุถุงู Maalummaa Soomana Ramadaanaa ุตูู
ุดูุฑ ุฑู
ุถุงู ุฑูู ู
ู ุฃุฑูุงู ุงูุฅุณูุงู
ุ ููุฑุถ ู
ู ูุฑูุถ ุงูููุ ู
ุนููู
ู
ู ุงูุฏูู ุจุงูุถุฑูุฑุฉุ ูุฏู ุนููู ุงููุชุงุจ ูุงูุณูุฉ ูุงูุฅุฌู
ุงุน Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa taheedha, dirqama islaamaaโฆยป
Hiikkaa soomanaa
ุงูุตูุงู ูุบุฉ: ุงูุฅู ุณุงู. ูุงู ุงููู ุชุนุงูู: ุฅููููู ููุฐูุฑูุชู ูููุฑููุญูู ููู ุตูููู ูุง. ู ุฑูู :26 ุฃู:ุฅู ุณุงูุง ูุตู ุชุงู
Soomanni akkaa hiikkaa afaaniitti of qabuudha. Fakkenyaaf Rabbiin s.w akkana jedhe ''innii nazartu lirrahmaani sowman'' hiikkaan "Ani of qabuu rahmaaniif qodhaa godhee jira" jechuudha.
ูุดุฑุนุง: ุงูุชุนุจุฏ ููู ุชุนุงูู ุจุงูุฅู ุณุงู ุนู ุงูู ูุทุฑุงุช ููู ุง ูุงู ููุง ู ู ุทููุน ุงููุฌุฑ ุงูุตุงุฏู ุฅูู ุบุฑูุจ ุงูุดู ุณ ุจุดุฑุท ุงูููุฉ
Hikkaan soomanaa akka shari'aatti: Guyyaa guutuu fajriin bahurraa kaasee hanga aduun seentutti waan sooma fururraa (nyaata, dhugaatii, walqunnqmtii saalaa) irraa of qabuudha. ibaadaa Rabbii itti niyyatanii.

Harameeyni ilaalcha Bakkalchaa (Ji'aa) tiin Ramadaanni Edana ni jalqabama moo hin jalqabamuu Ergaa ilaalanii booda akka Ummata hubachiisuuf qophii xumuran dubbatan. Nutis ijaa gurra bannee achi eegaa jirra๐๐๐๐
๐1
Maasha Allah Baga geessan baga geenye๐๐๐
โsanbata xiqqaa borii Ramadaanni tokko jedhee eegala,kanaaf taraawwiin galgala kana salaatama jechuudhaโโ
#share-share
๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โsanbata xiqqaa borii Ramadaanni tokko jedhee eegala,kanaaf taraawwiin galgala kana salaatama jechuudhaโโ
#share-share
๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Haasida Jinniif Insii
Abuu Mujaahid
As wr wb #hundi keessan baga geessan baga geenye Nashiidaa bareedduu buufadhaa dhageefadhaa ittiin booharaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Baga geessan baga geenye
Baatii halkan tokkoosaa
Caalu baatii kumarraa
Baga geessanin jedha
Alfa alfa marraa๐โโ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Bu'aa ba'ii jireenyaa
Hundumasaa dandeenyee
Osoo duuti nun argin
Baguma itti geenyee
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
Namni waggaa darbe
Lubbuun jiru si biraa
Garuu kan hardha-n jirre
Meeqaaf meeqa yaa firaa
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
Kanuma yaadadhuutii
Jedhi #Alhamdulillaahii
Carraa dabalataati
Siif kenne ilaahii~n
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Dhabaafi dhibee kan kees
Kaaliqatti ol iyyadhuu
Ibaadaatti mirqaani
Isa gargaarsifadhuu
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Rabbiin Aalama hundaa
Inni abbaan bara baraa
Ittiin nu haa gahugaa
Ramadaana baranaa
โโโโโโโโ
Baatii halkan tokkoosaa
Caalu baatii kumarraa
Baga geessanin jedha
Alfa alfa marraa๐โโ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Bu'aa ba'ii jireenyaa
Hundumasaa dandeenyee
Osoo duuti nun argin
Baguma itti geenyee
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
Namni waggaa darbe
Lubbuun jiru si biraa
Garuu kan hardha-n jirre
Meeqaaf meeqa yaa firaa
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
Kanuma yaadadhuutii
Jedhi #Alhamdulillaahii
Carraa dabalataati
Siif kenne ilaahii~n
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Dhabaafi dhibee kan kees
Kaaliqatti ol iyyadhuu
Ibaadaatti mirqaani
Isa gargaarsifadhuu
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Rabbiin Aalama hundaa
Inni abbaan bara baraa
Ittiin nu haa gahugaa
Ramadaana baranaa
โโโโโโโโ
๐5โค2
Ramadan_karim_ummata_muslma_hundi_keeysaan_baga_Geeysan.mp3
1.6 MB
Shahral qur'aanu ahlan
Shahral gufraanu ahlan
Shahral towbaa ahlan
โโโโโโโ
โ Dhugaan siin jedha akka kootti #nashiidan kun adda hedduu tokko natti tole wlh buusi caqasi ๐
Kan biroof๐๐
@Library_Islaamaa
Shahral gufraanu ahlan
Shahral towbaa ahlan
โโโโโโโ
โ Dhugaan siin jedha akka kootti #nashiidan kun adda hedduu tokko natti tole wlh buusi caqasi ๐
Kan biroof๐๐
@Library_Islaamaa
โค4๐3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Duuti utuu nun argin
Duniyaarra teenyee
Ramadaana baranaa
Baguma nagaan geenyee๐
Waggaa gahuu kana
Salphaan godhinaa mee mee
Namni dur lubbuun jiru
Meeqaaf meeqatu deemee๐ฅ๐ฅ๐ฅ
Maatii,ollaf,fira kee
Kan dur jiru sibiraa
Mee of cinaa laali
Meerre si bira jiraa๐ญ
Rakkoo kee achi gati
Jedhi #Alhamdulillaahii
Waaggaa gahuun keetuu
Galata ilaahii๐๐๐
โป๏ธ๐น๐น๐นโป๏ธโป๏ธ๐น๐นโป๏ธ
๐ โคโคโคโค ๐
Duniyaarra teenyee
Ramadaana baranaa
Baguma nagaan geenyee๐
Waggaa gahuu kana
Salphaan godhinaa mee mee
Namni dur lubbuun jiru
Meeqaaf meeqatu deemee๐ฅ๐ฅ๐ฅ
Maatii,ollaf,fira kee
Kan dur jiru sibiraa
Mee of cinaa laali
Meerre si bira jiraa๐ญ
Rakkoo kee achi gati
Jedhi #Alhamdulillaahii
Waaggaa gahuun keetuu
Galata ilaahii๐๐๐
โป๏ธ๐น๐น๐นโป๏ธโป๏ธ๐น๐นโป๏ธ
๐ โคโคโคโค ๐
๐3
Hadiisa Ramadaanaa.pdf
910.4 KB
Hadiisa Ramadaanaa.pdf'
๐น๐น๐นโป๏ธโป๏ธ๐น๐น๐น
Wuyi kitaaba Ajab nama jechisiisu kunoo Akkam bareedaa Halluu garagaraan kan faayamee barreeffame hadiisaa Ramadaanaa kinoo akkam nama hawwata dubbisuuf
kanaan bareeffame dafii buusi sin darbin ๐๐๐โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
Kan birootiif
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐๐

๐3โค2
#Zikrii_Ramadaana_4ffaa
Soomni ilma namaatiif bu'aa guddaa qaba ogeessonni fayyaa hedduunis qorannoon ragaa bahaniiru
Kana malees ji'a leenjii nama muslimaati kanaaf rabbiin worra irraa fayyadamu nu haa taasisu
@Ehsan_tube join godhaa

๐4
#Kennaa_Ramadaana_5ffaa
Sadarkaalee soomanni qabu keessaa
1 Rabbiin S.W mindaa ykn galata soomaa ofitti hirkisee anatu nama soome mindessa jedhe
2 Gosoowwan sabrii sadan sooma keessatti wol gahu.
3 Soomni guyyaa qiyaamaa nama isa soomeef mangudummaa dhufaaf
4 Soomanni waan nama isa soomeef araaramaa fi galata gurguddoodhaan rabbiin waadaa nama soomeef galedha.
5 Soomni dilii ykn badii namarraa haqxi.
6 Soomni gaachana ibiddarra nama soome deebisa.
7 Sooma baay'isuun sababaa jennata galuu namaf ta'a.
8 Afuurri nama Soomuu rabbiin biratti shiittoo caala urgaa'a.
Kun sadarkaa nama soomaneeti rabbiin worra haqaan soomee toltuu baatii kana keessaa booji'atu nu haa taasisu.

#Bot dinqisiisaa kana fayyadamtee beektaa???
โ Nashiidaa buufachuuf jettee Mb isaa guddaa tahee si rakkisee beekaa ๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค
โFurmaanni isaa kunooti jedha @Library_Islaamaa ๐๐
โป๏ธ Bot asii gadiitti argitan #nashiidaa mega beyti isaa guddaa tahe #forward itti godhoota . fkn nashidaa mb 20 mg (1) godha๐ Ajaaiba jedhika๐๐๐
Bot kinoo ๐๐๐
@m2vbot
Akkaataa itti fayyadama isaa
1,boticha seenuun #start goota
2,nashida buufachuu barbaadde #forward itti godhuun inni immoo mb isaa xiqqeesse deebise siif erga sana booda isa inni deebisee siif erge #download gochuu qofa๐
โ dabalataan video gara Audio tti deebisuus ni dandahaโ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐ @Library_Islaamaabot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
๐น๐๐๐๐๐๐น
๐ @Library_Islaamaa
๐ @Library_Islaamaa
๐น๐๐๐๐๐๐๐น

โค3๐2
#Galatoomaa_Dubartoonni ๐๐๐๐
Guyyaa aduu saafaan
Abiddarra Ooltanii
Soomana nu fursiiftan
Galatoomaa dubartoonni
Isin haadha hundaatii
Jalqaba jiruu keenyaa
Osoo ka kaffalamuu
Kaffallee hin dandeenyu beenyaa โฅ๏ธ
Aduu gubaa kanaan
Osoo soomantanii
Nyaata nuu qopheessitani
Harkaa fuula gubattanii๐ข
Nuttin dallaninaa
Nu warra dhiiraatti
Adaraa nun himatinaa
Fuula rabbii duratti๐ญ๐ญ
Garaa nuu bal'adhaa
Akka bishaan galaanaa
Rahmata siniif haa godhu
Rabbi gooftaan olaanaa~n
Aaamiin๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
Via:#Raa-Daa tin
๐โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ๐๐
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
Guyyaa aduu saafaan
Abiddarra Ooltanii
Soomana nu fursiiftan
Galatoomaa dubartoonni
Isin haadha hundaatii
Jalqaba jiruu keenyaa
Osoo ka kaffalamuu
Kaffallee hin dandeenyu beenyaa โฅ๏ธ
Aduu gubaa kanaan
Osoo soomantanii
Nyaata nuu qopheessitani
Harkaa fuula gubattanii๐ข
Nuttin dallaninaa
Nu warra dhiiraatti
Adaraa nun himatinaa
Fuula rabbii duratti๐ญ๐ญ
Garaa nuu bal'adhaa
Akka bishaan galaanaa
Rahmata siniif haa godhu
Rabbi gooftaan olaanaa~n
Aaamiin๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
Via:#Raa-Daa tin
๐โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ๐๐
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
๐4โค2
#kennaa_Ramadaan_6ffaa
Sahl ibn sa'aad RA Ergamaa rabbii SAW irraa yemmuu odeessu
Jennata keessa balbala tokkotu jiraa kan maqaan isaa #RAYYAAN jedhamu jennata kana worra soomet seena guyyaa qiyaamaa eessa jiru worreen sooman jechuun waamamu hogga jarri sernan ni cufama.
Jara male namni tokkollee hin seenu
Bukhaarii fi Muslimtu Gabaase.
Kun sadarkaa nama soomaneeti rabbiin worra haqaan soomee balbala RAYYAANitti waliin waamamu nu haa taasisu.

๐5โค3
#kennaa_Ramadaan_7ffaa
Ramadaanni Boojuudha
#Sheyikh_Ibn_Usayimin_Rahimahullaah
Akkas jedhan:
Baatiin Ramadaanaa ji'a boojuu fi Hojiin hundi kan buutee qabuudha.
Booji'adhaa Ibaadaadhaan Salaata baay'isaa,Qur'aana qara'uu baay'isaa ammallee zikriis heddummeessaa, Irra namaaf darbuu baay'isaa,Toltuu hojjachuus baay'isaa Diinummaa fi jibbaa balleessaa kanaan booji'adhaa
Rabbiin worra haala kanaan booji'atu nu haa taasisu

๐2