๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
811 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dubbii #jawaar yaa'ii waliigalaa KFO irratti dubbate.

"Yoo kana gootan malee isin diigna' Wayyaanenis , Badhaadhinnis nu diigu hin dandeenye. Abadan, Abadan nu diiguu hin danda'an. Oromoo gonkumaa sodaachisuun hin danda'amu.

Ani mataa kiyyaan yoo KFO keessaa baate malee, yoo kana goote malee akkana siin goonu. Duunee argamna malee waan itti amanne irraa hin deebinu.

Badhaadhinni ABO walakkaadhaa ol fudhatanii, ABO diiguu hin dandeenye. ABO'n diigameera? hin diigamne.

komii gujii, boorana, wallaggaa irraa ka'u ni dhageenna, ni sirreesina. Waan anjedhe fudhattan malee, Shawaan as keessa baasa, Arsiin as keessaa baasa, Wallaggan, Gujiin as keessaa baasa jetta taanan, situ baha malee Gujiin bahuutti hin jiru, Arsiin bahutti hin jiru.

An yeroo OMN keessa turetti wanti na aarsu, kana gootu malee mallaqa Harargee irra dhufu sirraa murra, mallaqa Wallaggaa irraa dhufu sirraa murra, murtu muri malee, jaarmiyaan Oromoo gonkumaa hin muramu. Diigamnu diigamna malee harka hin kenninu.''

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘4โค3๐Ÿ˜2๐Ÿ‘Ž1
โœ… Assalamu akykum wr wb obbolewwan kiyya dhiiraaf dubraa marti keessan bakka jirtan maratti nageenyi rabbi sin irra haa jiraatu ๐Ÿค
๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ
โœ… Insha Allah guyyaa 3n hafe kanatti #barnoota waa'ee Ramadaanaa kennina jenna mee isin maal jetten ??
โœ…ni taha๐Ÿ‘
โœ…hin tahu ๐Ÿ‘Ž
๐Ÿ‘5
Hattuu komaturee

Hattuun duruu hattuudha
Maal ishee hamaturee
Hattuun duruu yartuudha
Maal ishee himaturee?

Shira kee fayyadamtee
Hattus #youtube raayyaa
Tola dhamaata malee
Ni taataa ustaaz raayyaa?

Leenci duruu leenca
Oomaa waraabessaan dheessuu
Shira feete shirtus
Ustaaz raayyaan dandeessu๐Ÿ’ช

Homaa miti leenca koo๐Ÿ˜ข
Atumti dheeradhu umrii
Warra daba si yaadu
Itti haa duudu gurrii

Youtube isaa hattus
Beekumsasaa hatteeree
Nan milkaaha seetee
Mala kana malteeree

Beekumsaaf beekamtiinsaa
Isa goonaan qaxalee
Hattuu kanatu finiinsee
Gubee ishee waxale

Maaliif dagatte Uumaa kee
Isa bishaan ittichee
Eeganaa nama godhee
Tolchee si biqilchee!?

Sabni koo gumaa baasaa
Guyyaan isaaf deebisaa
Hattu inaaffaan du'i๐Ÿ˜€
Millona 50 ni gaha youtube isaa ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Allaahu akbar!!!!

By RD

Telegraama keenyatti makamuuf kana cuqaasi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘8โค4
ููŠ ุตูˆู… ุดู‡ุฑ ุฑู…ุถุงู†

Maalummaa Soomana Ramadaanaa


ุตูˆู… ุดู‡ุฑ ุฑู…ุถุงู† ุฑูƒู† ู…ู† ุฃุฑูƒุงู† ุงู„ุฅุณู„ุงู…ุŒ ูˆูุฑุถ ู…ู† ูุฑูˆุถ ุงู„ู„ู‡ุŒ ู…ุนู„ูˆู… ู…ู† ุงู„ุฏูŠู† ุจุงู„ุถุฑูˆุฑุฉุŒ ูŠุฏู„ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ูƒุชุงุจ ูˆุงู„ุณู†ุฉ ูˆุงู„ุฅุฌู…ุงุน

Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa taheedha, dirqama islaamaa kan quraanaa, hadiisaa fii ijmaa'aan mirkanaayee jiru.

ูุฃู…ุง ุงู„ูƒุชุงุจ: ูู‚ูˆู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰: ูŠูŽุง ุฃูŽูŠูู‘ู‡ูŽุง ุงู„ูŽู‘ุฐููŠู†ูŽ ุขู…ูŽู†ููˆุง ูƒูุชูุจูŽ ุนูŽู„ูŽูŠู’ูƒูู…ู ุงู„ุตูู‘ูŠูŽุงู…ู ูƒูŽู…ูŽุง ูƒูุชูุจูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ูŽู‘ุฐููŠู†ูŽ ู…ูู† ู‚ูŽุจู’ู„ููƒูู…ู’ ู„ูŽุนูŽู„ูŽู‘ูƒูู…ู’ ุชูŽุชูŽู‘ู‚ููˆู†ูŽ. ุงู„ุจู‚ุฑุฉ:183

Qur'aana irraa jecha Rabbii oltaheeti ''isin yaa warri amantan soomanni akkuma warra isin duraa irratti barreefametti isin irrattiis barreefamee jira. akka Rabbi sodaattaniif jecha.'' Suuraa baqaraa 183

ุฅู„ู‰ ู‚ูˆู„ู‡: ุดูŽู‡ู’ุฑู ุฑูŽู…ูŽุถูŽุงู†ูŽ ุงู„ูŽู‘ุฐููŠ ุฃูู†ู’ุฒูู„ูŽ ูููŠู‡ู ุงู„ู’ู‚ูุฑู’ุขู†ู ู‡ูุฏู‰ู‹ ู„ูู„ู†ูŽู‘ุงุณู ูˆูŽุจูŽูŠูู‘ู†ูŽุงุชู ู…ูู†ูŽ ุงู„ู’ู‡ูุฏูŽู‰ ูˆูŽุงู„ู’ููุฑู’ู‚ูŽุงู†ู ููŽู…ูŽู†ู’ ุดูŽู‡ูุฏูŽ ู…ูู†ู’ูƒูู…ู ุงู„ุดูŽู‘ู‡ู’ุฑูŽ ููŽู„ู’ูŠูŽุตูู…ู’ู‡ู. ุงู„ุจู‚ุฑุฉ: 185
Hanga jecha Rabbii ol taheetti ''baatii Ramadaanaati kan isa keessaa Qur'aanni qajeelchaa ilmaan namaatii fii ibsaa qajeelloofii haqarraa kan tahe buufame. Namni baatii kana biyya jiru haa soomanuu, isinirraa namni dhukkubsataa yookaan karaa deemsarraa jiru (soomana haa furuu) guyyaalee biro irraa lakkaawwachuutu (qadaa kafaluutu) isarratti jira..." Suuraa baqaraa 185

ูˆุฃู…ุง ุงู„ุณู†ุฉ: ูู‚ุฏ ู‚ุงู„ ุงู„ู†ุจูŠ ๏ทบ: ยซุจู†ูŠ ุงู„ุฅุณู„ุงู… ุนู„ู‰ ุฎู…ุณ...ยปูˆุฐูƒุฑ ู…ู†ู‡ุง: ยซุตูˆู… ุฑู…ุถุงู†ยป ู…ุชูู‚ ุนู„ูŠู‡. ูˆุงู„ุฃุญุงุฏูŠุซ ููŠ ุฐู„ูƒ ูƒุซูŠุฑุฉ
Hadiisarraayis jecha nabii keenyaati s.a.w "islaamummaan waa shanirratti ijaaramte... jedheeti hadiisa oofee achi keessatti "soomana ramadaanaati" jedhe, (Bukhaariif muslimtu odeesse). Hadiisowwan waayee kanaarratti hedduutu jira.

ูˆุฃุฌู…ุน ุงู„ู…ุณู„ู…ูˆู† ุนู„ู‰ ูˆุฌูˆุจ ุตูˆู… ุฑู…ุถุงู†ุŒ  ูู…ู† ุฃู†ูƒุฑ ูˆุฌูˆุจ ุตูˆู…ู‡ ูƒูุฑ
Muslimtoonnis soomanni Ramadaanaa dirqama tahurratti waliif galan, namni waajibummaa isaa morme kaafira tahurrattis waliif galan.


ู…ุชู‰ ูุฑุถ ุตูŠุงู… ุฑู…ุถุงู†ุŸ
Soomanni Ramadaanaa yoom fardii godhame?

ูุฑุถ ุตูŠุงู… ุดู‡ุฑ ุฑู…ุถุงู† ููŠ ุงู„ุณู†ุฉ ุงู„ุซุงู†ูŠุฉ ู…ู† ุงู„ู‡ุฌุฑุฉุŒ ูˆุตุงู… ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ๏ทบ: ุชุณุน ุฑู…ุถุงู†ุงุช
Soomanni ramadaanaa waggaa lammeessaa hijraatti fardii godhame, Nabiin s.a.w ramadaana sagal soomane.
๐Ÿ‘3๐Ÿฅฐ1
๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰?? pinned ยซููŠ ุตูˆู… ุดู‡ุฑ ุฑู…ุถุงู† Maalummaa Soomana Ramadaanaa ุตูˆู… ุดู‡ุฑ ุฑู…ุถุงู† ุฑูƒู† ู…ู† ุฃุฑูƒุงู† ุงู„ุฅุณู„ุงู…ุŒ ูˆูุฑุถ ู…ู† ูุฑูˆุถ ุงู„ู„ู‡ุŒ ู…ุนู„ูˆู… ู…ู† ุงู„ุฏูŠู† ุจุงู„ุถุฑูˆุฑุฉุŒ ูŠุฏู„ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ูƒุชุงุจ ูˆุงู„ุณู†ุฉ ูˆุงู„ุฅุฌู…ุงุน Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa taheedha, dirqama islaamaaโ€ฆยป
Hiikkaa soomanaa


ุงู„ุตูŠุงู… ู„ุบุฉ: ุงู„ุฅู…ุณุงูƒ. ู‚ุงู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰: ุฅูู†ูู‘ูŠ ู†ูŽุฐูŽุฑู’ุชู ู„ูู„ุฑูŽู‘ุญู’ู…ูŽู†ู ุตูŽูˆู’ู…ู‹ุง. ู…ุฑูŠู…:26 ุฃูŠ:ุฅู…ุณุงูƒุง ูˆุตู…ุชุงู‹

Soomanni akkaa hiikkaa afaaniitti of qabuudha. Fakkenyaaf Rabbiin s.w akkana jedhe ''innii nazartu lirrahmaani sowman'' hiikkaan "Ani of qabuu rahmaaniif qodhaa godhee jira" jechuudha.

ูˆุดุฑุนุง: ุงู„ุชุนุจุฏ ู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ุจุงู„ุฅู…ุณุงูƒ ุนู† ุงู„ู…ูุทุฑุงุช ูŠูˆู…ุง ูƒุงู…ู‹ู„ุง ู…ู† ุทู„ูˆุน ุงู„ูุฌุฑ ุงู„ุตุงุฏู‚ ุฅู„ู‰ ุบุฑูˆุจ ุงู„ุดู…ุณ ุจุดุฑุท ุงู„ู†ูŠุฉ
Hikkaan soomanaa akka shari'aatti: Guyyaa guutuu fajriin bahurraa kaasee hanga aduun seentutti waan sooma fururraa (nyaata, dhugaatii, walqunnqmtii saalaa) irraa of qabuudha. ibaadaa Rabbii itti niyyatanii.
Harameeyni ilaalcha Bakkalchaa (Ji'aa) tiin Ramadaanni Edana ni jalqabama moo hin jalqabamuu Ergaa ilaalanii booda akka Ummata hubachiisuuf qophii xumuran dubbatan. Nutis ijaa gurra bannee achi eegaa jirra๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
๐Ÿ‘1
Haasida Jinniif Insii
Abuu Mujaahid
As wr wb #hundi keessan baga geessan baga geenye Nashiidaa bareedduu buufadhaa dhageefadhaa ittiin booharaa
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Baga geessan baga geenye

Baatii halkan tokkoosaa
Caalu baatii kumarraa
Baga geessanin jedha
Alfa alfa marraa๐Ÿ™โ€Œโ€Œ
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Bu'aa ba'ii jireenyaa
Hundumasaa dandeenyee
Osoo duuti nun argin
Baguma itti geenyee
๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ
Namni waggaa darbe
Lubbuun jiru si biraa
Garuu kan hardha-n jirre
Meeqaaf meeqa yaa firaa
๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ
Kanuma yaadadhuutii
Jedhi #Alhamdulillaahii
Carraa dabalataati
Siif kenne ilaahii~n
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Dhabaafi dhibee kan kees
Kaaliqatti ol iyyadhuu
Ibaadaatti mirqaani
Isa gargaarsifadhuu

๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Rabbiin Aalama hundaa
Inni abbaan bara baraa
Ittiin nu haa gahugaa
Ramadaana baranaa

โœโœโœโœโœโœโœโœ
๐Ÿ‘5โค2
Duuti utuu nun argin
Duniyaarra teenyee
Ramadaana baranaa
Baguma nagaan geenyee๐Ÿ™

Waggaa gahuu kana
Salphaan godhinaa mee mee
Namni dur lubbuun jiru
Meeqaaf meeqatu deemee๐Ÿ˜ฅ๐Ÿ˜ฅ๐Ÿ˜ฅ

Maatii,ollaf,fira kee
Kan dur jiru sibiraa
Mee of cinaa laali
Meerre si bira jiraa๐Ÿ˜ญ

Rakkoo kee achi gati
Jedhi #Alhamdulillaahii
Waaggaa gahuun keetuu
Galata ilaahii๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
โ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธ
๐Ÿ™ โคโคโคโค ๐Ÿ™
๐Ÿ‘3
Hadiisa Ramadaanaa.pdf
910.4 KB
Hadiisa Ramadaanaa.pdf'
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

Wuyi kitaaba Ajab nama jechisiisu kunoo Akkam bareedaa Halluu garagaraan kan faayamee barreeffame hadiisaa Ramadaanaa kinoo akkam nama hawwata dubbisuuf
kanaan bareeffame dafii buusi sin darbin ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…

Kan birootiif

โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘3โค2
#Kennaa_Ramadaana_5ffaa

Sadarkaalee soomanni qabu keessaa
1 Rabbiin S.W mindaa ykn galata soomaa ofitti hirkisee anatu nama soome mindessa jedhe
2 Gosoowwan sabrii sadan sooma  keessatti wol gahu.
3 Soomni guyyaa qiyaamaa nama isa soomeef mangudummaa dhufaaf
4 Soomanni waan nama isa soomeef araaramaa fi galata gurguddoodhaan  rabbiin waadaa nama soomeef galedha.
5 Soomni dilii ykn badii namarraa haqxi.
6 Soomni gaachana ibiddarra nama soome deebisa.
7 Sooma baay'isuun sababaa jennata galuu namaf ta'a.
8 Afuurri nama Soomuu rabbiin biratti shiittoo caala urgaa'a.

Kun sadarkaa nama soomaneeti rabbiin worra haqaan soomee toltuu baatii kana keessaa booji'atu nu haa taasisu.

@Ehsan_tube join godhaa
๐Ÿ‘3
#Bot dinqisiisaa kana fayyadamtee beektaa???

โœ… Nashiidaa buufachuuf jettee Mb isaa guddaa tahee si rakkisee beekaa ๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”

โœFurmaanni isaa kunooti jedha @Library_Islaamaa ๐Ÿ™๐Ÿ™

โ™ป๏ธ Bot asii gadiitti argitan #nashiidaa mega beyti isaa guddaa tahe #forward itti godhoota . fkn nashidaa mb 20 mg (1) godha๐Ÿ˜€ Ajaaiba jedhika๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

Bot kinoo ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@m2vbot

Akkaataa itti fayyadama isaa
1,boticha seenuun #start goota
2,nashida buufachuu barbaadde #forward itti godhuun inni immoo mb isaa xiqqeesse deebise siif erga sana booda isa inni deebisee siif erge #download gochuu qofa๐Ÿ™

โœ…dabalataan video gara Audio tti deebisuus ni dandahaโœ…
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐ŸŒน
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐ŸŒน๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐ŸŒน
โค3๐Ÿ‘2
#Galatoomaa_Dubartoonni ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Guyyaa aduu saafaan
Abiddarra Ooltanii
Soomana nu fursiiftan
Galatoomaa dubartoonni

Isin haadha hundaatii
Jalqaba jiruu keenyaa
Osoo ka kaffalamuu
Kaffallee hin dandeenyu beenyaa โ™ฅ๏ธ

Aduu gubaa kanaan
Osoo soomantanii
Nyaata nuu qopheessitani
Harkaa fuula gubattanii๐Ÿ˜ข

Nuttin dallaninaa
Nu warra dhiiraatti
Adaraa nun himatinaa
Fuula rabbii duratti๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Garaa nuu bal'adhaa
Akka bishaan galaanaa
Rahmata siniif haa godhu
Rabbi gooftaan olaanaa~n

Aaamiin๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

Via:#Raa-Daa tin
๐Ÿ“šโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘4โค2