#Ramadaan yaa jia Rahmataa🌹
Tokko,lama jedhee
Utuu lakkaa'u guyyaanii
Si simachuuf qophoofnee
Yaa shahrulqur'aanii📚
🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀
Jia barakaa qabu
Baraa #Ramadaannii
Qophaa'a haa qophoofnu
Gamtaaf adda addaanii
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Gumaata Rabbii guddaa
Isatu nu badhaasee
Jia hundarra caalchisee
Isatu ol nuuf kaasee
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Kayrii jia sanaa
Namni badhaafame
Inni sadarkaansaa
Dhugaan ol kaafamee
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀♻️
Yaa Rabbi ittin nugahi
Yaa arjaa qaroon qabne
Rizqiis nuu kenni mee
Mootii kennuun sin dhibne🤲🤲🤲🤲🤲🤲
✅Egaa.....
#Yaa_obboleewwan_koo....
👇👇👇👇👇
Ibaadaa jabeessaa
Yoo feetan gammachuu
Jalaa baraaramuuf
Cinqii mana lachuu......
Salaata salaataa
Quraana qara'aa
Galaa guyya jabduu
Isatu nuuf ta'aa
Rabbitti irkadha
Inni qofti ga'aa........
Ilaalee taajjabee
Waanuma hubadhee
Wallaala kootirraa
Hangana dubbadhee....
Anoo rabbiif jecha
Bar isin jaaladhaa
Bakka jirtanitti
Du'aayii naaf kadhaa🤲
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👍👇👇👇👇👍
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👆👆👆👆👆👆👆
Tokko,lama jedhee
Utuu lakkaa'u guyyaanii
Si simachuuf qophoofnee
Yaa shahrulqur'aanii📚
🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀
Jia barakaa qabu
Baraa #Ramadaannii
Qophaa'a haa qophoofnu
Gamtaaf adda addaanii
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Gumaata Rabbii guddaa
Isatu nu badhaasee
Jia hundarra caalchisee
Isatu ol nuuf kaasee
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Kayrii jia sanaa
Namni badhaafame
Inni sadarkaansaa
Dhugaan ol kaafamee
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀♻️
Yaa Rabbi ittin nugahi
Yaa arjaa qaroon qabne
Rizqiis nuu kenni mee
Mootii kennuun sin dhibne🤲🤲🤲🤲🤲🤲
✅Egaa.....
#Yaa_obboleewwan_koo....
👇👇👇👇👇
Ibaadaa jabeessaa
Yoo feetan gammachuu
Jalaa baraaramuuf
Cinqii mana lachuu......
Salaata salaataa
Quraana qara'aa
Galaa guyya jabduu
Isatu nuuf ta'aa
Rabbitti irkadha
Inni qofti ga'aa........
Ilaalee taajjabee
Waanuma hubadhee
Wallaala kootirraa
Hangana dubbadhee....
Anoo rabbiif jecha
Bar isin jaaladhaa
Bakka jirtanitti
Du'aayii naaf kadhaa🤲
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👍👇👇👇👇👍
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👆👆👆👆👆👆👆
❤2👎1👏1
Soomana Ramadaanaa.pdf
855.9 KB
🌹🌹🌹♻️🌹🌹🌹♻️🌹♻️🌹♻️♻️🌹
Waa'ee soomanaa maal beekna laata?????
Bornoota soomanaa akka gaariitti irraa waan argattaniif buusaa dubbisa osoo Ramadanni hin seenne ✅✅
Guyyaa 4 qofatu hafe Ramadaana simachuuf kanaaf Akka Rabbi itttin nu gahu du'aa godhaa waan soomana keenya balleessaa ammalle waan ittiin Ramadaana simannu guutuun guututti irra arganna maashallah 👍
#Buusi_dubibisi
An siin gahe utuu dubbisuu dandeessu soomanni kee akka si dura hin badne👌👌
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa
👉 @Library_Islaamaa
👆👆👆👆👆👆👆👆
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

👍3❤1👎1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dubbii #jawaar yaa'ii waliigalaa KFO irratti dubbate.
"Yoo kana gootan malee isin diigna' Wayyaanenis , Badhaadhinnis nu diigu hin dandeenye. Abadan, Abadan nu diiguu hin danda'an. Oromoo gonkumaa sodaachisuun hin danda'amu.
Ani mataa kiyyaan yoo KFO keessaa baate malee, yoo kana goote malee akkana siin goonu. Duunee argamna malee waan itti amanne irraa hin deebinu.
Badhaadhinni ABO walakkaadhaa ol fudhatanii, ABO diiguu hin dandeenye. ABO'n diigameera? hin diigamne.
komii gujii, boorana, wallaggaa irraa ka'u ni dhageenna, ni sirreesina. Waan anjedhe fudhattan malee, Shawaan as keessa baasa, Arsiin as keessaa baasa, Wallaggan, Gujiin as keessaa baasa jetta taanan, situ baha malee Gujiin bahuutti hin jiru, Arsiin bahutti hin jiru.
An yeroo OMN keessa turetti wanti na aarsu, kana gootu malee mallaqa Harargee irra dhufu sirraa murra, mallaqa Wallaggaa irraa dhufu sirraa murra, murtu muri malee, jaarmiyaan Oromoo gonkumaa hin muramu. Diigamnu diigamna malee harka hin kenninu.''
👇👇👇👇👇👇👇👇

👍4❤3😁2👎1
✅ Assalamu akykum wr wb obbolewwan kiyya dhiiraaf dubraa marti keessan bakka jirtan maratti nageenyi rabbi sin irra haa jiraatu 🤝
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
✅ Insha Allah guyyaa 3n hafe kanatti #barnoota waa'ee Ramadaanaa kennina jenna mee isin maal jetten ??
✅ni taha👍
✅hin tahu 👎
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
✅ Insha Allah guyyaa 3n hafe kanatti #barnoota waa'ee Ramadaanaa kennina jenna mee isin maal jetten ??
✅ni taha👍
✅hin tahu 👎
👍5
Hattuu komaturee
Hattuun duruu hattuudha
Maal ishee hamaturee
Hattuun duruu yartuudha
Maal ishee himaturee?
Shira kee fayyadamtee
Hattus #youtube raayyaa
Tola dhamaata malee
Ni taataa ustaaz raayyaa?
Leenci duruu leenca
Oomaa waraabessaan dheessuu
Shira feete shirtus
Ustaaz raayyaan dandeessu💪
Homaa miti leenca koo😢
Atumti dheeradhu umrii
Warra daba si yaadu
Itti haa duudu gurrii
Youtube isaa hattus
Beekumsasaa hatteeree
Nan milkaaha seetee
Mala kana malteeree
Beekumsaaf beekamtiinsaa
Isa goonaan qaxalee
Hattuu kanatu finiinsee
Gubee ishee waxale
Maaliif dagatte Uumaa kee
Isa bishaan ittichee
Eeganaa nama godhee
Tolchee si biqilchee!?
Sabni koo gumaa baasaa
Guyyaan isaaf deebisaa
Hattu inaaffaan du'i😀
Millona 50 ni gaha youtube isaa 🙏🙏🙏
Allaahu akbar!!!!
By RD
Telegraama keenyatti makamuuf kana cuqaasi👇👇👇👇👇👇

👍8❤4
في صوم شهر رمضان
Maalummaa Soomana Ramadaanaa
صوم شهر رمضان ركن من أركان الإسلام، وفرض من فروض الله، معلوم من الدين بالضرورة، يدل عليه الكتاب والسنة والإجماع
Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa taheedha, dirqama islaamaa kan quraanaa, hadiisaa fii ijmaa'aan mirkanaayee jiru.
فأما الكتاب: فقوله تعالى: يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا كُتِبَ عَلَيْكُمُ الصِّيَامُ كَمَا كُتِبَ عَلَى الَّذِينَ مِن قَبْلِكُمْ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُونَ. البقرة:183
Qur'aana irraa jecha Rabbii oltaheeti ''isin yaa warri amantan soomanni akkuma warra isin duraa irratti barreefametti isin irrattiis barreefamee jira. akka Rabbi sodaattaniif jecha.'' Suuraa baqaraa 183
إلى قوله: شَهْرُ رَمَضَانَ الَّذِي أُنْزِلَ فِيهِ الْقُرْآنُ هُدىً لِلنَّاسِ وَبَيِّنَاتٍ مِنَ الْهُدَى وَالْفُرْقَانِ فَمَنْ شَهِدَ مِنْكُمُ الشَّهْرَ فَلْيَصُمْهُ. البقرة: 185
Hanga jecha Rabbii ol taheetti ''baatii Ramadaanaati kan isa keessaa Qur'aanni qajeelchaa ilmaan namaatii fii ibsaa qajeelloofii haqarraa kan tahe buufame. Namni baatii kana biyya jiru haa soomanuu, isinirraa namni dhukkubsataa yookaan karaa deemsarraa jiru (soomana haa furuu) guyyaalee biro irraa lakkaawwachuutu (qadaa kafaluutu) isarratti jira..." Suuraa baqaraa 185
وأما السنة: فقد قال النبي ﷺ: «بني الإسلام على خمس...»وذكر منها: «صوم رمضان» متفق عليه. والأحاديث في ذلك كثيرة
Hadiisarraayis jecha nabii keenyaati s.a.w "islaamummaan waa shanirratti ijaaramte... jedheeti hadiisa oofee achi keessatti "soomana ramadaanaati" jedhe, (Bukhaariif muslimtu odeesse). Hadiisowwan waayee kanaarratti hedduutu jira.
وأجمع المسلمون على وجوب صوم رمضان، فمن أنكر وجوب صومه كفر
Muslimtoonnis soomanni Ramadaanaa dirqama tahurratti waliif galan, namni waajibummaa isaa morme kaafira tahurrattis waliif galan.
متى فرض صيام رمضان؟
Soomanni Ramadaanaa yoom fardii godhame?
فرض صيام شهر رمضان في السنة الثانية من الهجرة، وصام رسول الله ﷺ: تسع رمضانات
Soomanni ramadaanaa waggaa lammeessaa hijraatti fardii godhame, Nabiin s.a.w ramadaana sagal soomane.

👍3🥰1
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ?? pinned «في صوم شهر رمضان Maalummaa Soomana Ramadaanaa صوم شهر رمضان ركن من أركان الإسلام، وفرض من فروض الله، معلوم من الدين بالضرورة، يدل عليه الكتاب والسنة والإجماع Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa taheedha, dirqama islaamaa…»
Hiikkaa soomanaa
الصيام لغة: الإمساك. قال الله تعالى: إِنِّي نَذَرْتُ لِلرَّحْمَنِ صَوْمًا. مريم:26 أي:إمساكا وصمتاً
Soomanni akkaa hiikkaa afaaniitti of qabuudha. Fakkenyaaf Rabbiin s.w akkana jedhe ''innii nazartu lirrahmaani sowman'' hiikkaan "Ani of qabuu rahmaaniif qodhaa godhee jira" jechuudha.
وشرعا: التعبد لله تعالى بالإمساك عن المفطرات يوما كامًلا من طلوع الفجر الصادق إلى غروب الشمس بشرط النية
Hikkaan soomanaa akka shari'aatti: Guyyaa guutuu fajriin bahurraa kaasee hanga aduun seentutti waan sooma fururraa (nyaata, dhugaatii, walqunnqmtii saalaa) irraa of qabuudha. ibaadaa Rabbii itti niyyatanii.

Harameeyni ilaalcha Bakkalchaa (Ji'aa) tiin Ramadaanni Edana ni jalqabama moo hin jalqabamuu Ergaa ilaalanii booda akka Ummata hubachiisuuf qophii xumuran dubbatan. Nutis ijaa gurra bannee achi eegaa jirra🙏🙏🙏🙏
👍1
Maasha Allah Baga geessan baga geenye🙏🙏🙏
✍sanbata xiqqaa borii Ramadaanni tokko jedhee eegala,kanaaf taraawwiin galgala kana salaatama jechuudha✍✍
#share-share
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
✍sanbata xiqqaa borii Ramadaanni tokko jedhee eegala,kanaaf taraawwiin galgala kana salaatama jechuudha✍✍
#share-share
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Haasida Jinniif Insii
Abuu Mujaahid
As wr wb #hundi keessan baga geessan baga geenye Nashiidaa bareedduu buufadhaa dhageefadhaa ittiin booharaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Baga geessan baga geenye
Baatii halkan tokkoosaa
Caalu baatii kumarraa
Baga geessanin jedha
Alfa alfa marraa🙏
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Bu'aa ba'ii jireenyaa
Hundumasaa dandeenyee
Osoo duuti nun argin
Baguma itti geenyee
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
Namni waggaa darbe
Lubbuun jiru si biraa
Garuu kan hardha-n jirre
Meeqaaf meeqa yaa firaa
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
Kanuma yaadadhuutii
Jedhi #Alhamdulillaahii
Carraa dabalataati
Siif kenne ilaahii~n
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Dhabaafi dhibee kan kees
Kaaliqatti ol iyyadhuu
Ibaadaatti mirqaani
Isa gargaarsifadhuu
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Rabbiin Aalama hundaa
Inni abbaan bara baraa
Ittiin nu haa gahugaa
Ramadaana baranaa
✍✍✍✍✍✍✍✍
Baatii halkan tokkoosaa
Caalu baatii kumarraa
Baga geessanin jedha
Alfa alfa marraa🙏
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Bu'aa ba'ii jireenyaa
Hundumasaa dandeenyee
Osoo duuti nun argin
Baguma itti geenyee
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
Namni waggaa darbe
Lubbuun jiru si biraa
Garuu kan hardha-n jirre
Meeqaaf meeqa yaa firaa
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
Kanuma yaadadhuutii
Jedhi #Alhamdulillaahii
Carraa dabalataati
Siif kenne ilaahii~n
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Dhabaafi dhibee kan kees
Kaaliqatti ol iyyadhuu
Ibaadaatti mirqaani
Isa gargaarsifadhuu
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Rabbiin Aalama hundaa
Inni abbaan bara baraa
Ittiin nu haa gahugaa
Ramadaana baranaa
✍✍✍✍✍✍✍✍
👍5❤2
Ramadan_karim_ummata_muslma_hundi_keeysaan_baga_Geeysan.mp3
1.6 MB
Shahral qur'aanu ahlan
Shahral gufraanu ahlan
Shahral towbaa ahlan
✍✍✍✍✍✍✍
✅ Dhugaan siin jedha akka kootti #nashiidan kun adda hedduu tokko natti tole wlh buusi caqasi 🙏
Kan biroof👇👇
@Library_Islaamaa
Shahral gufraanu ahlan
Shahral towbaa ahlan
✍✍✍✍✍✍✍
✅ Dhugaan siin jedha akka kootti #nashiidan kun adda hedduu tokko natti tole wlh buusi caqasi 🙏
Kan biroof👇👇
@Library_Islaamaa
❤4👍3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Duuti utuu nun argin
Duniyaarra teenyee
Ramadaana baranaa
Baguma nagaan geenyee🙏
Waggaa gahuu kana
Salphaan godhinaa mee mee
Namni dur lubbuun jiru
Meeqaaf meeqatu deemee😥😥😥
Maatii,ollaf,fira kee
Kan dur jiru sibiraa
Mee of cinaa laali
Meerre si bira jiraa😭
Rakkoo kee achi gati
Jedhi #Alhamdulillaahii
Waaggaa gahuun keetuu
Galata ilaahii👏👏👏
♻️🌹🌹🌹♻️♻️🌹🌹♻️
🙏 ❤❤❤❤ 🙏
Duniyaarra teenyee
Ramadaana baranaa
Baguma nagaan geenyee🙏
Waggaa gahuu kana
Salphaan godhinaa mee mee
Namni dur lubbuun jiru
Meeqaaf meeqatu deemee😥😥😥
Maatii,ollaf,fira kee
Kan dur jiru sibiraa
Mee of cinaa laali
Meerre si bira jiraa😭
Rakkoo kee achi gati
Jedhi #Alhamdulillaahii
Waaggaa gahuun keetuu
Galata ilaahii👏👏👏
♻️🌹🌹🌹♻️♻️🌹🌹♻️
🙏 ❤❤❤❤ 🙏
👍3
Hadiisa Ramadaanaa.pdf
910.4 KB
Hadiisa Ramadaanaa.pdf'
🌹🌹🌹♻️♻️🌹🌹🌹
Wuyi kitaaba Ajab nama jechisiisu kunoo Akkam bareedaa Halluu garagaraan kan faayamee barreeffame hadiisaa Ramadaanaa kinoo akkam nama hawwata dubbisuuf
kanaan bareeffame dafii buusi sin darbin 👍👍👍✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Kan birootiif
⤵️⤵️⤵️
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚

👍3❤2
#Zikrii_Ramadaana_4ffaa
Soomni ilma namaatiif bu'aa guddaa qaba ogeessonni fayyaa hedduunis qorannoon ragaa bahaniiru
Kana malees ji'a leenjii nama muslimaati kanaaf rabbiin worra irraa fayyadamu nu haa taasisu
@Ehsan_tube join godhaa

👍4
#Kennaa_Ramadaana_5ffaa
Sadarkaalee soomanni qabu keessaa
1 Rabbiin S.W mindaa ykn galata soomaa ofitti hirkisee anatu nama soome mindessa jedhe
2 Gosoowwan sabrii sadan sooma keessatti wol gahu.
3 Soomni guyyaa qiyaamaa nama isa soomeef mangudummaa dhufaaf
4 Soomanni waan nama isa soomeef araaramaa fi galata gurguddoodhaan rabbiin waadaa nama soomeef galedha.
5 Soomni dilii ykn badii namarraa haqxi.
6 Soomni gaachana ibiddarra nama soome deebisa.
7 Sooma baay'isuun sababaa jennata galuu namaf ta'a.
8 Afuurri nama Soomuu rabbiin biratti shiittoo caala urgaa'a.
Kun sadarkaa nama soomaneeti rabbiin worra haqaan soomee toltuu baatii kana keessaa booji'atu nu haa taasisu.

#Bot dinqisiisaa kana fayyadamtee beektaa???
✅ Nashiidaa buufachuuf jettee Mb isaa guddaa tahee si rakkisee beekaa 🤔🤔🤔🤔🤔
✍Furmaanni isaa kunooti jedha @Library_Islaamaa 🙏🙏
♻️ Bot asii gadiitti argitan #nashiidaa mega beyti isaa guddaa tahe #forward itti godhoota . fkn nashidaa mb 20 mg (1) godha😀 Ajaaiba jedhika👍👍👍
Bot kinoo 👇👇👇
@m2vbot
Akkaataa itti fayyadama isaa
1,boticha seenuun #start goota
2,nashida buufachuu barbaadde #forward itti godhuun inni immoo mb isaa xiqqeesse deebise siif erga sana booda isa inni deebisee siif erge #download gochuu qofa🙏
✅dabalataan video gara Audio tti deebisuus ni dandaha✅
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
🌹👇👇👇👇👇🌹
👉 @Library_Islaamaa
👉 @Library_Islaamaa
🌹👆👆👆👆👆👆🌹

❤3👍2