Anonymous Poll
95%
Eeyyeeπ
5%
Lakkiπ
π4β€2π1
Audio
#Maasha AllahππOduu gammachiisaaππ
nashiidaa #Ustaaz Raayyaa haarawa 35 kinoo ammumma seenii buufadhu πππ
Sagalee hidhamtootaaπ
Buufachuuf kana cuqaasi
ππππππππ
πΉππππππΉ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
πΉπππππππΉ
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ

π8β€7π₯°3
Barattoonni qormaata #Entrance fudhattani sini hin #dhufne hundaaf π
βWarroonni isiniif hin milkoofnes ammoo Rabbiin obsa isiniif haa kennu jireenyi irra lafaa tun jiruu qormaataati, qormaata ammoo gaaf tokko ni milkoofta gaaf tokko ammoo milkaa'uu dhabuu dandeessa. garuu irra deddeebi'anii yaaluudhaan wanti hin danda'amne hin jiru. Altakka siif milkaa'uu dhabeef ammoo "an homaa hin beeku, Ani namaa gadi, an eessaayyuu gahuu hin danda'u, maal maal..." Jettee sammuu Kee hin dhiphisin. Dhugaadha hiriyyoonni Kee baayyeen sibiraa darbaniiru ta'a garuu homaa miti Kun wanta Rabbiin namaaf hireedha, hundi darban jechuun ammoo hundi baratee ni milkaa'a jechuu miti, Barnoonni yuuniversiitii seenuun qofa miti, akkaaf bakka fedhettuu Barnoonni barnootuma. Koolleejjii seentee barattus barnootuma, waluma qixa baatee dorgomta. Kanaaf abdii hin kutatiniitiin hamma danda'ameen oftasgabbeessuu yaali eegas waan godhuu qabdu itti yaadii murteeffadhu! Kuni hundi sitti ulfaata taanaan cal jedhii obsaan dubbisii ammas irra deebi'ii qormooticha fudhadhuutii yaali.
Kanarratti mee seenaa ajaa'ibaa tokko siif haa fudhadhuu.
Barataa cimaa ture hanga kutaa kudha 12ffatti akka walii gala mana barumsaatti namni Isa dursu hin jiru kutaa 10ffatti qabxii 10A fiduun gara kutaa itti aanutti darbe kutaa kudha 12ffatti ammoo 545 fide garuu akka carraa ta'ee fied inni barbaadu 'medicine' bara sana ammoo 550 irraa fudhata qabxii 5f medicine dhabe eegas yuuniversiitii jimmaatti ramadamee 'Dental medicine' barachutti seene garuu itti hin tolle, osoma achi jiru qormaata entrance irra deebi'ee guutee 602 fide ammas akka carraa bara 2012 waan fudhateef bara kana sirni barnootaa waan jijjiirameef gara yuuniversiitii deemaniiti kan field filatan, innis achumaan carraan university finfinnee gahee seenee freshman course barachuu jalqabe ammas carraa marsaa lammaffaaf dorgome qormaanni COC waan jalaa gadi bu'eef hin milkoofne. Field biraa kennaniif innis ammas osoo Abdii hin kutin carraa sadaffaaf osoma Barumsa baratu entrance irra deebi'ee guutee eegas bara 2013tti entrance Yeroo sadaffaaf fudhatee 570 fide. Yeroo sadaffaa ammoo carraan Arsii university Isa gahe , asittis freshman course bifa haaraan irra deebi'ee barachuu itti fufe eegas COC llee milkaa'ee waan barbaadu argatee Amma kinoo barataa medicine waggaa lammaaffati,π maqaa isaa ammoo waan dhahuu hin barbaanneef dhiise.
βKanaaf yoo yaalan wanti hin danda'amne hin jiruπ kan jedheef. Kanaaf warri carraa tokkoffaa kanaan hin milkaa'in irra deddeebi'aatii yaalaa ykn ammoo daandii Isa biraa filadhaatii milkaa'ina keessan itti fufsiisaa.
Warroonni Amma milkooftanis ammoo barnoota keessatti haalaan jabaadhaa, gufuuleen nama muudatan as qofaa miti waan ta'eef, keessattuu yuuniversiitii keessatti rakkoolee Fi qormaanni nama muudatan baayyee dha waan ta'eef gammachuu Yeroo muraasaa qofa akka isin jalaa hin taanee jabaadhaa dorgommii keessan itti fufaa.
βViaπ
milkaainajireenyaa

β€6π2
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Dubartoota keenyaβ€
March 8 eeganii
Jarri sin yaadatanii
Guyyaan hafe kaani
Kan eenyuuti yaadani?
Dubartiin haadha keenya
Deessuu hayyuuf beekaa
Guyyuma hunduma
Ni kabaja beekaa~n
Faranjiin fajajjuun
Nuttin himtu kanaa
Kabaja #dubartoota
Maal nutti himti jaranaaπ€
Islaamumman nu barsiise
Waa'ee kabaja jaraa
Bara haga baraa
Ni kabajna jaraaπ
β»οΈβ»οΈπΉπΉπΉπΉβ»οΈβ»οΈ
March 8 eeganii
Jarri sin yaadatanii
Guyyaan hafe kaani
Kan eenyuuti yaadani?
Dubartiin haadha keenya
Deessuu hayyuuf beekaa
Guyyuma hunduma
Ni kabaja beekaa~n
Faranjiin fajajjuun
Nuttin himtu kanaa
Kabaja #dubartoota
Maal nutti himti jaranaaπ€
Islaamumman nu barsiise
Waa'ee kabaja jaraa
Bara haga baraa
Ni kabajna jaraaπ
β»οΈβ»οΈπΉπΉπΉπΉβ»οΈβ»οΈ
β€3
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Network biyya keenyaaπ
Akka taate taatee
Charge kan kee guuttee
Fb ilaaluuf garaan kee dharraatee
Network argachuuf gaara gubbaa baatee(*2)π
maal kana qofaree
Kanaan yoom dhaabbatte
Gaara irra taatees
Ol kaatee dhaabatteeπ
Akkuma tahettuu
Fayyadamtee deemta
Akka WiFi
Yoo tasa argatteef
Barbaaduuf wifeπ
Akkasiin jiraanna
Jiruu akka kanaa
Rabbi nuuf haa sirreessu
Isuma Abdannaaπ
πΉπΉπΉβ»οΈβ»οΈβ»οΈπΉπΉπΉ

PDF Walaloowwan Islmaamaa .doc
355.5 KB
πππππππππ
Kitaaba bareedaa wolaloodhaan guutame Dubbisa a
πππππππππππππππππππ
Join godhuuf ππππ
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ

π3
#Oduu_Simbirtuu
Qabxiinn seesaa yuunivarsitii ifoome
Barattoota marsaa 1ffaa qoraman
Natural Dhiira 363, Dhalaa 351
Dhuunfaa Dhiiraafi Dhalaa 300
Naannoowwan guddataa jiraniifi horsiisee bultootaa Dhiira 351, Dhalaa 339
Dhuunfaa dhiiraaf dhalaa 300
Warroota gurri hin dhageenyeef saala lamaanuu 300
Dhuunfaa 300
Social science (irra deebi'anii warra qoraman) saala lamaanuu 380
Dhuunfaa 300
Saayinsii Hawaasaa dhiira 264 dhalaa 254
Dhuunfaa 250
Qaro dhabeeyyii saala lamaanuu 200
Dhuunfaa 200
Naannoowwan guddataa jiraniifi horsiisee bultoota dhiira 254, dhalaa 250
Dhuunfaa 250
Dhageettii warra hin qabneef saala lamaanuu 250
Dhuunfaa 250
Saayinsii hawaasaa (irra deebiin warra qoraman) saala lamaanuu 280
Dhuunfaa 250
#Hubadhuπ Qabxii siivikii hin dabalatu barnoota 6 qofa keessaatiiππ
ππππππ ππππππ !!!!!!
Miseensa keenya tahuuf kana cuqaasi

π5
Forwarded from Love
Oduu cabsaaππππ
β Qabxiin seensa yuniversity ifoome ππ
πΉπΉππππππ πππππππΉπΉ
Ilaaluuf kana cuqaasi
ππππππ
β Qabxiin seensa yuniversity ifoome ππ
πΉπΉππππππ πππππππΉπΉ
Ilaaluuf kana cuqaasi
ππππππ
ππDabalataan waraqaa #Ministerri barnootaa barreesse kana dubbisaa sirriitti adda baaseera dubbisaaππ
Hubachiisaaππππ
βNatural warri marsaa jalqaba qoramtan 600 keessaati kan isin ilaallattan #Civic hafee jechuudha
β Natural warri marsaa 2ffaa qoramtan 700 keessaatii
βSocali warri marsaa #jalqabaa 500 keessati
Warri marsaa 2ffaa 600 keessaati qabxiin oliitti ibsame jechuudhaπΉ
Siniif ife jedheen yaada π

QABXII SEENSAA KAMTU 600 KAMTU 700 keessa kan jedhu Haala salphaan beekuuf kanarraa laalaa baayyee ifaadhaβββββββ
Carraa gaariiππ
Carraa gaariiππ
π3π₯°2
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Qabxiin bara kanaa
Akkam akkam ijoo
Ani nagaan sehaa
Ni maraatee dhiirooπππππ
Akkam akkam ijoo
Ani nagaan sehaa
Ni maraatee dhiirooπππππ
#Barattootni sababa.qabxiin sin duraa hafeef #gaddaa jirtaaniif
Seenaan kun hedduu sin fayyadaπ
β© namni fakkii gadii irratti argitan kun maqaan isaa #Jack #ma ykn afaan chaayinaatiin #ma #yun jedhama. hundeessaafi hogganaa dhaabbata Alibabaa(Alibaba foundation)ti.
βQabeenyi isaa yeroo kanatti biliyoona 63.9$ doolara US yoo ta'u qabeenyaan akka addunyaatti sadarkaa 22ffaa akka biyya #Chaayinaatti 1ππππππ‘π
β Kan nama ajaa'ibsiisu immoo har'a sadarkaa kana osoo hin gahin dura:-
Dhaabbata barsiisota Hangzhou seenuuf si'a lama qormaata fudhatee marsaa lamaanuu kufeeraπ€·ββ.
βbara 1988 afaan ingiliziitiin(in English) digrii jalqabaa erga xumuree yuniversiitii Harvardii seenuuf si'a 10 gaafatee hundumaa hin milkoofneef.π ββ
Ammas #Jack ma dhaabbilee garaagaraa 30f akka isa qacaranu iyyannoo galfatus hin milkoofneef.π€·Dhaabbata KFC jedhamutti Jack ma wajjiin Namootni 24 gaafannoof deemanii 23 fudhatamanii Jack man qofti hafee ture.ππββππ
β Ajaa'iba garuuπ€π€π€
Utuu #Anaaf #si tahee hoo??? garaa muranna mitii eee dhugaan jirtu akkasuma
Inni garuu Abdii hin kutanne dandeettii qabutti fayyadamuun hojii mataa isaa hojjatee yeroo gabaabduu keessatti Abba #qabeenyaa Chaayinaa tahuu dandahe π
ππ₯π₯ ππ‘π’π§π π’π¬ π©π¨π¬π¬π’ππ ππ±πππ©π ππ‘π π°π¨π«π π’π¦π¦π©π¨π¬π¬π’ππ₯π!!!!
wanti hunduu ni danda'ama jecha Dictinory kessaa #hindandahamu jedhu maleβ
Seenaa #Jack ma irraa barumsa akka argattani nan Amana.
Jireenya keeti keessatti wantootni abdii si kutachiisan hedduun si qunamuu dandaa'a. Garuu abdii hin kutatin.π
ππΉππΉππΉππΉ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ

π6
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Kun maaliif taheπ₯
Sammuu barataa dhukkubsanii
Qaxalee~n barataa as hafanii
Mataa buusanii yoo taahani
Eenyuun barsiisuuf dhamaataniiπ€π€
Yaa hojii keessan dhara qofaa
Nama biyya jijjiru kuffistani
Cocollee barataa hanbistanii
Biyya maalii guddistanii?
Barnoota barnoota jechaa
Afuuftanii
Ilmaan hiyyeessaa garaa gubatanii
Jiruu itti hadheessitanii
Akkamiin haa jiraatanii?
Nuti Rabbumaan qabna
Isa abba hiyyeessaa
Furmaata isarka eega
Martuu harkasaa keessaa.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Sammuu barataa dhukkubsanii
Qaxalee~n barataa as hafanii
Mataa buusanii yoo taahani
Eenyuun barsiisuuf dhamaataniiπ€π€
Yaa hojii keessan dhara qofaa
Nama biyya jijjiru kuffistani
Cocollee barataa hanbistanii
Biyya maalii guddistanii?
Barnoota barnoota jechaa
Afuuftanii
Ilmaan hiyyeessaa garaa gubatanii
Jiruu itti hadheessitanii
Akkamiin haa jiraatanii?
Nuti Rabbumaan qabna
Isa abba hiyyeessaa
Furmaata isarka eega
Martuu harkasaa keessaa.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
π6
Audio
#Nashiidaa #Haaraya_Abdooshe kinoo caqasaaππππ
ShareπΉπΉπΉπΉ
πππππππππ
Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
πΉππππππΉ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
πΉπππππππΉ
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
ShareπΉπΉπΉπΉ
πππππππππ
Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
πΉππππππΉ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
πΉπππππππΉ
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
π4
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Anoo si yaadeera.....π’
Erga gargar baanee
Waggaa tokko geenyee
Yaaddoon kee na miidhe
Si obsuu hin dandeenyee
Sekondiin daqiiqaa
Guyyaan torbii ta'ee
Tokko lama jechuun
Torbiinis naanna'ee
Wal arguuf geenyeerra
Kunoo waggaan ga'ee
Bareeda akka kee
Hin argine takkaa
Haalaaf amalli kee
Qalbii nama rakkaa
Waa garaa hin jabaattuu
Tasa garaa laaftaa
Jaalalaan moo'attee
Hunda qalbii raaftaa
Waggaatti al tokko
Naaf taatee keessummaa
Osoo si jaaladhuu
Si dhabus tasumaa
Amma wal arguufi
Alhamdulillaahi
Kan waliin nu gaheef
Galata ilaahi
Kan qabattee deemtun
Gumaata gurguddaa
Osoo adda hin qoodin
Isa xiqqaaf guddaa
Hundumaaf kennita
Nama qabuuf qalbii
Jaalallee koo dhugaa
Yaa badhaasa rabbii
Nama waliin oodus
Walitti araarsitaa
Jaalalaan moo'attee
Qalbii xahaarsitaa
Ahriibuu #ramadaan
Jaalallee koo haqaa
Qalbiin koo gammaddee
Si waamuudhaaf maqaaπ
πππππππππ
Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
πΉππππππΉ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
πΉπππππππΉ
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ

π3β€1
Anaan kan na dhibee
Kan bitaa na gale
Akki jiruu keenyaa
Kun waansaa naan galleeπ€
Atileetin illee
Meedaliaaf fiigaa
Qaala'insa jiruu kana
Maaltu fiigsaππ€π€
Fiigee hin dhaabbatu
Kun akka maraataa
Of duuban mil'atu
Fuulduratti kaataa
Ni jiraanna jennee
Asiif achi fiigna
Qaala'insi jiruu
Maaf nu tahe dingaa
Of dandeenya jennee
Cabsinee mukaaf citaa
Jiruun bara kanaa
Maaf akkas ni dhiitaaπ
Miskiinni rakkatee
Rakkatee bahaaf gala
Kaan carraa argate
Bahee biyya alaa
Gariin ammoo tahee
Qurxummiif irbaata
Gadadoo f rakkina
Mataasaatti baataπ₯
Jireenya mo'achuufi
Kana hunda kan taanu
Rakkannee himachuufuu
Dhabne kan nutti aanuπ
Uumaan hunda uume
Inni abbaa hiyyeessaa
Gahe jedhee
Nu haa baasu keessaa
Aamiin
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Kan bitaa na gale
Akki jiruu keenyaa
Kun waansaa naan galleeπ€
Atileetin illee
Meedaliaaf fiigaa
Qaala'insa jiruu kana
Maaltu fiigsaππ€π€
Fiigee hin dhaabbatu
Kun akka maraataa
Of duuban mil'atu
Fuulduratti kaataa
Ni jiraanna jennee
Asiif achi fiigna
Qaala'insi jiruu
Maaf nu tahe dingaa
Of dandeenya jennee
Cabsinee mukaaf citaa
Jiruun bara kanaa
Maaf akkas ni dhiitaaπ
Miskiinni rakkatee
Rakkatee bahaaf gala
Kaan carraa argate
Bahee biyya alaa
Gariin ammoo tahee
Qurxummiif irbaata
Gadadoo f rakkina
Mataasaatti baataπ₯
Jireenya mo'achuufi
Kana hunda kan taanu
Rakkannee himachuufuu
Dhabne kan nutti aanuπ
Uumaan hunda uume
Inni abbaa hiyyeessaa
Gahe jedhee
Nu haa baasu keessaa
Aamiin
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM