π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
812 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
Baga gammaddan hund obboleewwan kiyya kan Bu'aa qorumsa keessanii agartan πŸ–πŸ–
Wallahii hedduun sin jaaladha ❀ only for the sake of Allah πŸ‘Œ

Namni Gammaddan mee warri gammadan πŸ‘
πŸ‘11❀1
Hasan Al Basriin (rahimahullaah) waa’ee #yeroo yoo haasawu akkana jedhe,

βœβ€œGuyyaan hundi β€˜Yaa ilma aadam, An uumama haarawa. Waan dalagduufi jireenya kee irrattis ragaa sitti baha. Kanaafuu si jalaa deemuu kiyyaan dura natti fayyadami. Guyyaa qiyaamaa malee anii fi ati walitti hin deebinu’ nuun jetti” jedhe.
Dhugaadha. yeroon nuti amma of harkaa qabnu yeroo haarawa nuuf kennamte. Tan boru dhuftus guyyaa haarawaa fi yeroo haarawa.

βœ…Kanaafuu nu harkaa baatee guyyaa boruu ragaa nutti ta’uu isiitiin dura ammuma dhaqqabannee bu’aa irraa haa buufannuu.
πŸ‘2
πŸ˜„πŸ˜„ seeqachiisaπŸ˜„

βœ… Jaal tokko maal jedhe seete?πŸ€”"Namoota jiruu kee keessatti akka #Oxygen qulqulluu of godhanii si xureessuuf yaalan ati immoo #haydroojinii itti dabalii #bishaan godhii achi booda....



Miilaan dhiqadhu jedhe πŸ’ͺπŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
Nashiidaa #Ustaaz_Raayyaa_Abbaamaccaa haarawa 35 irraa kan fudhannedha😭😭

Sagalee hidhamtootaa😭


✍Gubaan biyya sanaa maal akka fakkaatu
Nama arge beeka hanga inni ulfaatuu
Yeroo Ammaa diilalla gubbaarra hammaatuuuuu
Qorri isaas owwi isaas nagaa namaan laatuu
Addunyaan nu argaa Akka jarri taatu

Wanni uffatan dhibee qorranii waywaatuu
Laastika marattee fakkaattee maraatuuπŸ˜₯
Iyyaa har'a gayan waggaa lama guutuu 😭

Nama dhagahaa rafu waaman hin owwaatuu
Namuu achi keessa waywaatu harkaa bannaan garri

Yaa Rabbi nu jaarii hojii kayrii irratti nu gargaarii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
πŸ‘5
Audio
#Maasha Allah😁😁Oduu gammachiisaaπŸ‘πŸ‘

nashiidaa #Ustaaz Raayyaa haarawa 35 kinoo ammumma seenii buufadhu πŸ‘πŸ‘πŸ‘
Sagalee hidhamtootaa😭

Buufachuuf kana cuqaasi
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒΉ
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸŒΉπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸŒΉ
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
πŸ‘8❀7πŸ₯°3
Barattoonni qormaata #Entrance fudhattani sini hin #dhufne hundaaf πŸ™

✍Warroonni isiniif hin milkoofnes ammoo Rabbiin obsa isiniif haa kennu jireenyi irra lafaa tun jiruu qormaataati, qormaata ammoo gaaf tokko ni milkoofta gaaf tokko ammoo milkaa'uu dhabuu dandeessa. garuu irra deddeebi'anii yaaluudhaan wanti hin danda'amne hin jiru. Altakka siif milkaa'uu dhabeef ammoo "an homaa hin beeku, Ani namaa gadi, an eessaayyuu gahuu hin danda'u, maal maal..." Jettee sammuu Kee hin dhiphisin. Dhugaadha hiriyyoonni Kee baayyeen sibiraa darbaniiru ta'a garuu homaa miti Kun wanta Rabbiin namaaf hireedha, hundi darban jechuun ammoo hundi baratee ni milkaa'a jechuu miti, Barnoonni yuuniversiitii seenuun qofa miti, akkaaf bakka fedhettuu Barnoonni barnootuma. Koolleejjii seentee barattus barnootuma, waluma qixa baatee dorgomta. Kanaaf abdii hin kutatiniitiin hamma danda'ameen oftasgabbeessuu yaali eegas waan godhuu qabdu itti yaadii murteeffadhu! Kuni hundi sitti ulfaata taanaan cal jedhii obsaan dubbisii ammas irra deebi'ii qormooticha fudhadhuutii yaali.

Kanarratti mee seenaa ajaa'ibaa tokko siif haa fudhadhuu.
Barataa cimaa ture hanga kutaa kudha 12ffatti akka walii gala mana barumsaatti namni Isa dursu hin jiru kutaa 10ffatti qabxii 10A fiduun gara kutaa itti aanutti darbe kutaa kudha 12ffatti ammoo 545 fide garuu akka carraa ta'ee fied inni barbaadu 'medicine' bara sana ammoo 550 irraa fudhata qabxii 5f medicine dhabe eegas yuuniversiitii jimmaatti ramadamee 'Dental medicine' barachutti seene garuu itti hin tolle, osoma achi jiru qormaata entrance irra deebi'ee guutee 602 fide ammas akka carraa bara 2012 waan fudhateef bara kana sirni barnootaa waan jijjiirameef gara yuuniversiitii deemaniiti kan field filatan, innis achumaan carraan university finfinnee gahee seenee freshman course barachuu jalqabe ammas carraa marsaa lammaffaaf dorgome qormaanni COC waan jalaa gadi bu'eef hin milkoofne. Field biraa kennaniif innis ammas osoo Abdii hin kutin carraa sadaffaaf osoma Barumsa baratu entrance irra deebi'ee guutee eegas bara 2013tti entrance Yeroo sadaffaaf fudhatee 570 fide. Yeroo sadaffaa ammoo carraan Arsii university Isa gahe , asittis freshman course bifa haaraan irra deebi'ee barachuu itti fufe eegas COC llee milkaa'ee waan barbaadu argatee Amma kinoo barataa medicine waggaa lammaaffati,πŸ‘ maqaa isaa ammoo waan dhahuu hin barbaanneef dhiise.

✍Kanaaf yoo yaalan wanti hin danda'amne hin jiruπŸ‘Œ kan jedheef. Kanaaf warri carraa tokkoffaa kanaan hin milkaa'in irra deddeebi'aatii yaalaa ykn ammoo daandii Isa biraa filadhaatii milkaa'ina keessan itti fufsiisaa.
Warroonni Amma milkooftanis ammoo barnoota keessatti haalaan jabaadhaa, gufuuleen nama muudatan as qofaa miti waan ta'eef, keessattuu yuuniversiitii keessatti rakkoolee Fi qormaanni nama muudatan baayyee dha waan ta'eef gammachuu Yeroo muraasaa qofa akka isin jalaa hin taanee jabaadhaa dorgommii keessan itti fufaa.
✍ViaπŸ‘‡
milkaainajireenyaa
❀6πŸ‘2
Dubartoota keenya❀

March 8 eeganii
Jarri sin yaadatanii
Guyyaan hafe kaani
Kan eenyuuti yaadani?

Dubartiin haadha keenya
Deessuu hayyuuf beekaa
Guyyuma hunduma
Ni kabaja beekaa~n


Faranjiin fajajjuun
Nuttin himtu kanaa
Kabaja #dubartoota
Maal nutti himti jaranaaπŸ€”

Islaamumman nu barsiise
Waa'ee kabaja jaraa
Bara haga baraa
Ni kabajna jaraaπŸ‘

β™»οΈβ™»οΈπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉβ™»οΈβ™»οΈ
❀3
Network biyya keenyaaπŸ˜€

Akka taate taatee
Charge kan kee guuttee
Fb ilaaluuf garaan kee dharraatee
Network argachuuf gaara gubbaa baatee(*2)πŸ˜€

maal kana qofaree
Kanaan yoom dhaabbatte
Gaara irra taatees
Ol kaatee dhaabatteeπŸ˜€


Akkuma tahettuu
Fayyadamtee deemta
Akka WiFi
Yoo tasa argatteef
Barbaaduuf wifeπŸ˜‚

Akkasiin jiraanna
Jiruu akka kanaa
Rabbi nuuf haa sirreessu
Isuma AbdannaaπŸ™

πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉβ™»οΈβ™»οΈβ™»οΈπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉ
PDF Walaloowwan Islmaamaa .doc
355.5 KB
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Kitaaba bareedaa wolaloodhaan guutame Dubbisa a
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“–πŸ“–πŸ“–πŸ“–πŸ“–πŸ“–πŸ“–πŸ“–
Join godhuuf πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
πŸ‘3
#Oduu_Simbirtuu

Qabxiinn seesaa yuunivarsitii ifoome


Barattoota marsaa 1ffaa qoraman

Natural Dhiira 363, Dhalaa 351

Dhuunfaa Dhiiraafi Dhalaa 300

Naannoowwan guddataa jiraniifi horsiisee bultootaa Dhiira 351, Dhalaa 339

Dhuunfaa dhiiraaf dhalaa 300

Warroota gurri hin dhageenyeef saala lamaanuu 300

Dhuunfaa 300

Social science (irra deebi'anii warra qoraman) saala lamaanuu 380

Dhuunfaa 300

Saayinsii Hawaasaa dhiira 264 dhalaa 254

Dhuunfaa 250

Qaro dhabeeyyii saala lamaanuu 200
Dhuunfaa 200

Naannoowwan guddataa jiraniifi horsiisee bultoota dhiira 254, dhalaa 250
Dhuunfaa 250

Dhageettii warra hin qabneef saala lamaanuu 250

Dhuunfaa 250

Saayinsii hawaasaa (irra deebiin warra qoraman) saala lamaanuu 280

Dhuunfaa 250
#HubadhuπŸ‘Œ Qabxii siivikii hin dabalatu barnoota 6 qofa keessaatiiπŸ™πŸ™
π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘Ÿπ‘Žπ‘Ž π‘”π‘Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘–π‘– !!!!!!

Miseensa keenya tahuuf kana cuqaasi
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒΉ
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸŒΉπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸŒΉ
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
πŸ‘5
Forwarded from Love
Oduu cabsaaπŸ™πŸ™πŸ™πŸ™

βœ…Qabxiin seensa yuniversity ifoome πŸ™πŸ™
πŸŒΉπŸŒΉπ‘π‘Žπ‘Ÿπ‘Ÿπ‘Žπ‘Ž π‘”π‘Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘–π‘–πŸŒΉπŸŒΉ
Ilaaluuf kana cuqaasi
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
HubachiisaaπŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œ

✍Natural warri marsaa jalqaba qoramtan 600 keessaati kan isin ilaallattan #Civic hafee jechuudha
βœ…Natural warri marsaa 2ffaa qoramtan 700 keessaatii

✍Socali warri marsaa #jalqabaa 500 keessati
Warri marsaa 2ffaa 600 keessaati qabxiin oliitti ibsame jechuudha🌹

Siniif ife jedheen yaada πŸ™
QABXII SEENSAA KAMTU 600 KAMTU 700 keessa kan jedhu Haala salphaan beekuuf kanarraa laalaa baayyee ifaadha✍✍✍✍✍✍✍
Carraa gaariiπŸ‘πŸ‘
πŸ‘3πŸ₯°2
#Barattootni sababa.qabxiin sin duraa hafeef #gaddaa jirtaaniif
Seenaan kun hedduu sin fayyada
πŸ™

⏩ namni fakkii gadii irratti argitan kun maqaan isaa #Jack #ma ykn afaan chaayinaatiin #ma #yun jedhama. hundeessaafi hogganaa dhaabbata Alibabaa(Alibaba foundation)ti.

✍Qabeenyi isaa yeroo kanatti biliyoona 63.9$ doolara US yoo ta'u qabeenyaan akka addunyaatti sadarkaa 22ffaa akka biyya #Chaayinaatti 1𝐟𝐟𝐚𝐚𝐝𝐑𝐚

βœ…Kan nama ajaa'ibsiisu immoo har'a sadarkaa kana osoo hin gahin dura:-
Dhaabbata barsiisota Hangzhou seenuuf si'a lama qormaata fudhatee marsaa lamaanuu kufeeraπŸ€·β€β™‚.
✍bara 1988 afaan ingiliziitiin(in English) digrii jalqabaa erga xumuree yuniversiitii Harvardii seenuuf si'a 10 gaafatee hundumaa hin milkoofneef.πŸ™…β€β™‚
Ammas #Jack ma dhaabbilee garaagaraa 30f akka isa qacaranu iyyannoo galfatus hin milkoofneef.🀷Dhaabbata KFC jedhamutti Jack ma wajjiin Namootni 24 gaafannoof deemanii 23 fudhatamanii Jack man qofti hafee ture.πŸ™†πŸ™†β€β™‚πŸ˜‚πŸ˜‚

βœ… Ajaa'iba garuuπŸ€”πŸ€”πŸ€”

Utuu #Anaaf #si tahee hoo??? garaa muranna mitii eee dhugaan jirtu akkasuma

Inni garuu Abdii hin kutanne dandeettii qabutti fayyadamuun hojii mataa isaa hojjatee yeroo gabaabduu keessatti Abba #qabeenyaa Chaayinaa tahuu dandahe πŸ‘Œ

𝐀π₯π₯ 𝐭𝐑𝐒𝐧𝐠 𝐒𝐬 π©π¨π¬π¬π’π›πž 𝐞𝐱𝐜𝐞𝐩𝐭 𝐭𝐑𝐞 𝐰𝐨𝐫𝐝 𝐒𝐦𝐦𝐩𝐨𝐬𝐬𝐒𝐛π₯𝐞!!!!

wanti hunduu ni danda'ama jecha Dictinory kessaa #hindandahamu jedhu maleβœ…

Seenaa #Jack ma irraa barumsa akka argattani nan Amana.
Jireenya keeti keessatti wantootni abdii si kutachiisan hedduun si qunamuu dandaa'a. Garuu abdii hin kutatin.πŸ™
πŸ“šπŸŒΉπŸ“šπŸŒΉπŸ“šπŸŒΉπŸ“šπŸŒΉ
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
πŸ‘6
Kun maaliif taheπŸ˜₯

Sammuu barataa dhukkubsanii
Qaxalee~n barataa as hafanii
Mataa buusanii yoo taahani
Eenyuun barsiisuuf dhamaataniiπŸ€”πŸ€”

Yaa hojii keessan dhara qofaa
Nama biyya jijjiru kuffistani
Cocollee barataa hanbistanii
Biyya maalii guddistanii?

Barnoota barnoota jechaa
Afuuftanii
Ilmaan hiyyeessaa garaa gubatanii
Jiruu itti hadheessitanii
Akkamiin haa jiraatanii?


Nuti Rabbumaan qabna
Isa abba hiyyeessaa
Furmaata isarka eega
Martuu harkasaa keessaa.
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
πŸ‘6