Say no to #Valentine_day
β Muslimni dhugaa Ramadanaaf qophaa'a male #Valentine_day hin kabaju π
β Yoo dur hin beekin amma bartee jirta irraa dhorgami π

Forwarded from Love
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaaππ
πΉπΉππππππΉπΉ

Uumama mataan irraa muramee qaamni hafe qofti sochoβu argitanii beektuu? Lukkuu Mormi irraa muramee waggaa tokkoo ol jiraateen hoo maal jettu? link kana tuqaa barruu ajaaβibaa kana dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/lukkuu-morma-hin-qabne-3ffe31fc5b60
Medium
Lukkuu morma hin qabne
Uumama mataan irraa muramee qaamni hafe qofti sochoβu argitanii beektuu? Eeyyan Lukkuu ykn horiin eega gorraβamee booda, akkasumas bofniβ¦
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Rabbi kiyya ati isa nabi yuunusiin garaa qurxummiitii baase sani Rabbii kiyya!ati isa Nabi yuusufiin boolla keessaa baasee ammallee mana hidhaatii baase sana yaa Rabbi saatii ammaa kanatti obboleewwaan keenya mana #hidhaa_sawdii keessatti Rakkataa jiranuuf furmaata nuuf fidi yaa Allahπππ
π€²π€²π€²π€²π€²π€²
π€²π€²π€²π€²π€²π€²
π4
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

KANA Qubaqabduuu??
β Ethio telecom second tokkotti namoota kuma Afurtamii tokkoof dhibba saddeet (41,800)keessumeessuu akka danda'u beektuuuπ§
β kan olii kun bilbila qofaa yoo tahu Bilbila ,message ,data immo guyyaa tokkotti nama billion 2.7 keessumeessuu danda'aπ§
βHojjata teele nan se'einaa kanin dubbiserraan sinii qoode ππ
For moreπ
@Library_Islaamaa

π8
Maasha Allah kana booda yaada keessan ibsachuuf haalli mijateeraπππ
βAkkamitti jettee??? Kinoo akkuma suuraa olii irraa Mul'atu like,dislike fi stiker hedduu akkuma fb kan ofirraa qabu yoo tahu isinis Al tokko qofa #touch godhuun like godhu dandeessuuππ
β»οΈHUB;Telegram plus asumaan #update godhachuu hin dagatinaa hedduu bareedaadha ππ

π5π1π±1

β€6π5π₯°2
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Sodaa hin qabnu πͺ
Ilaamee yaa Amerika
Yaa xaxxuu dabaaf shiraa
Mee maal kee fidakaa
Rabbiino nu waliin jiraa
Utuu nutti fokkortuu
Dhaba keenya laaltee
Jabaa jabaa olii
Kaaliqa kee dagattee?
Kunoo fuulli nu ifee
Abbaayaa ifsannee
Dhamaatii bara hedduu
Firiisaa argannee
Galatni ka Rabbiiti
Kan dhuma hin qabne
Warri quba nu qabu
Maaf ofitti-n qabnee?
Nu milkeesse kaa Rabbiin
Inni abbaa galataa
Hunduu isumarka
Hunduu isaaf galataa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Ilaamee yaa Amerika
Yaa xaxxuu dabaaf shiraa
Mee maal kee fidakaa
Rabbiino nu waliin jiraa
Utuu nutti fokkortuu
Dhaba keenya laaltee
Jabaa jabaa olii
Kaaliqa kee dagattee?
Kunoo fuulli nu ifee
Abbaayaa ifsannee
Dhamaatii bara hedduu
Firiisaa argannee
Galatni ka Rabbiiti
Kan dhuma hin qabne
Warri quba nu qabu
Maaf ofitti-n qabnee?
Nu milkeesse kaa Rabbiin
Inni abbaa galataa
Hunduu isumarka
Hunduu isaaf galataa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
π4
πΉπDUBBISUU!πππ
β Dubbisuun dirqama
Bu'uura jiruudha
Waan hin beekne baruun
Kaaniifis hiruudha!
Tuullaa dilbii beekumsaa
Ofirratti jigsuudha,
Qaroo waliin qaroomuuf
Sammuu ofii tiksuudha!
Nama guutuu ta'uuf
Tolfachuuf tarkaanfii
βHar'uma dubbisuuf
Jalqabi tattaaffii.π€·ββ
Buna dhugaas haa ta'u
Feetanis jimaa qaamaa
Dubbisuu amaleeffadhaa
Kanan isiniif dhaamaa!π
β»οΈKan #dubbisetu bara
Eenyummaa firaaf ormaa
Boonee qomasaa dhiibees
Haqa sabasaaf mormaa!
Qarshii araadatti baafnuun
#Kitaaba yoo bitanne,
Beekumsa dabalachuun
Sammuudhaan ol siqanne!.
Utubaaf dagaleedha
ljaaree gad sidhaabaa
Jireenya kee keessatti
Ta'i hiriyaa kitaabaa!πβ
β»οΈFb irraa kan fudhanneedha mana Rukuttaa hin qabuu, nama Rukuttaa hin qabu hin jedhinaa jechumaafiππ
πΉπππΉπΉπππ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ

π1
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Buβaan qormaata kutaa 12ffaa bara 2013 ifoome Qormaaticha fudhachuuf barattoota galmaβaan kuma dhibba 6 fi kuma 17 fi 991 keessaa %96 kan taβaan qormaaticha marsaa lamaan fudhataniiru. Waliigalan kumni dhibbi 2 fi kumni 77 kan taβan dubartoota jedhameera. Soororsiβ¦
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/buaan-qormaata-seensa-yuunvarsiitii-bara-2013-ifoome/

Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C
Buβaan qormaata kutaa 12ffaa bara 2013 ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Sababoota garagaraatin dheeratee kan ture buβaan qormaata kutaa 12ffaa bara 2013 ifoomuu Ejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa beeksiseera.Qormaaticha fudhachuuf barattoota galmaβaan kuma dhibba
π1
Carraa gaarii obboleewwan koo bot kanaan laalladhaaπππππππ
@moestudentbot
#Hub. Bot πkana seenii registerion number kee itti galchii laali

Qabxiin barattoota kutaa 12fffaa ifoome.
Karaalee armaan gadii keessaa tokko fayyadamuun ilaaluu dandeessuu.
1) marsariitii eejensii madaallii qormaataa biyyoolessaa.....
ππππππ
result.neaea.gov.et
2) marsariitii ministeera barnoota fayyadamuun:
πππππππ
result.ethernet.edu.et
3) Telegram Bot:
ππππππ
@moestudentbot
4) 9444 SMS α‘- bakka message barraa'utti lakkoofsa ID keessan barreessuun gara 9444 tti erguun ilaallachuu dandeessu.
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuun hiriyoota keessan gara kanatti affeeruu hin dagatinaa.
πππππππ
https://t.me/Library_Islaamaa

π5β€2π1
Warri Eda hin laallattin kara bot kanaan amma sirriitti hojjataa jira βππ
@moestudentbot
@moestudentbot
π1
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
Baga gammaddan hund obboleewwan kiyya kan Bu'aa qorumsa keessanii agartan ππ
Wallahii hedduun sin jaaladha β€ only for the sake of Allah π
Namni Gammaddan mee warri gammadan π

π11β€1
Hasan Al Basriin (rahimahullaah) waaβee #yeroo yoo haasawu akkana jedhe,
ββGuyyaan hundi βYaa ilma aadam, An uumama haarawa. Waan dalagduufi jireenya kee irrattis ragaa sitti baha. Kanaafuu si jalaa deemuu kiyyaan dura natti fayyadami. Guyyaa qiyaamaa malee anii fi ati walitti hin deebinuβ nuun jettiβ jedhe.
Dhugaadha. yeroon nuti amma of harkaa qabnu yeroo haarawa nuuf kennamte. Tan boru dhuftus guyyaa haarawaa fi yeroo haarawa.
β Kanaafuu nu harkaa baatee guyyaa boruu ragaa nutti taβuu isiitiin dura ammuma dhaqqabannee buβaa irraa haa buufannuu.

π2
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
ππ seeqachiisaπ
β Jaal tokko maal jedhe seete?π€"Namoota jiruu kee keessatti akka #Oxygen qulqulluu of godhanii si xureessuuf yaalan ati immoo #haydroojinii itti dabalii #bishaan godhii achi booda....
Miilaan dhiqadhu jedhe πͺππππ