π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
812 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
#Kana_qubaqabduuπŸ€”πŸ€­

✍🌹🌹🌹🌹🌹🌹✍

βœ…Guyyaan tokko sa’aatii 24 jedhama #dhugaan jiru garuu Guyyaan tokko
#saatii digdamii sadiif #daiiqaa shantamii #jahaaf second #Afur 23:56:4πŸ™
πŸ‘1
Dirqiin Kiristaanessuu 1.pdf
1 MB
Dirqiin kiristaanessuu motummoota habashaatiin muslimoota irratti raawwatame. Barruu gabaabaa kana dubbisaa. Barnoota baay'ee uf keessaa qaba ✍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu

πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
❀1
Uumamni nuti Afaan Oromootiin Addeessa, Ji’a ykn Baatii jennee waamnu, kan Afaan Ingiliffaan Moon jedhamtu tun takka qofa akka hin taane beekuu qabna. Addeessi nuti arginu tun addeessa lafaati. Plaaneetonni biroo kanneen akka Jubbitarii fi Saatarniitis Addeessa mataa isaanii akka qaban hoo beektuu? barruu guutuu link kana tuquun dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/addeessa-68290cf47199
πŸ‘1
Guyyaa kanatti wantoota godhaman keessaa, saree tokkoo fi re’ee takka qaluudha. Kana booda dargaggoota jajjaboo magaalatti lama fiduun dhiiga saree fi Re’ee kana akka ofitti diban godhan. Itti aansuun ammoo dhiiga san aananiin ofirraa dhiqan. Dargaggoonni kunniin lamaan dura bu’anii, ummanni Roomaa ammoo isaan duuba deemuun magaalattii naanna’u. Dargaggoonni kunniin namoota fuuldura isaanii qaxxaamuran hunda alangeedhaan dhahu. ayyaanni Valentines Day jedhamu kun haala kanaan eegalame. link kana banaa barruu guutuu dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/guyyaa-jaalalleewwanii-95dfd9a27d86
πŸŒΉπŸŒΉπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ€πŸ€β™»οΈ
Please irraa of haa qusannu πŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œ

#Valentine_day is absolutely forbidden in #islamπŸ‘Œ

#INSTANT_VIEW tuqi dubbisiπŸ‘πŸ‘πŸ‘
Rabbi kiyya ati isa nabi yuunusiin garaa qurxummiitii baase sani Rabbii kiyya!ati isa Nabi yuusufiin boolla keessaa baasee ammallee mana hidhaatii baase sana yaa Rabbi saatii ammaa kanatti obboleewwaan keenya mana #hidhaa_sawdii keessatti Rakkataa jiranuuf furmaata nuuf fidi yaa Allah😭😭😭
🀲🀲🀲🀲🀲🀲
πŸ‘4
KANA Qubaqabduuu??

βœ… Ethio telecom second tokkotti namoota kuma Afurtamii tokkoof dhibba saddeet (41,800)keessumeessuu akka danda'u beektuuu🧐
βœ…kan olii kun bilbila qofaa yoo tahu Bilbila ,message ,data immo guyyaa tokkotti nama billion 2.7 keessumeessuu danda'a🧐
✍Hojjata teele nan se'einaa kanin dubbiserraan sinii qoode 😊😁

For moreπŸ‘‡
@Library_Islaamaa
πŸ‘8
Maasha Allah kana booda yaada keessan ibsachuuf haalli mijateeraπŸ‘πŸ‘πŸ‘
✍Akkamitti jettee??? Kinoo akkuma suuraa olii irraa Mul'atu like,dislike fi stiker hedduu akkuma fb kan ofirraa qabu yoo tahu isinis Al tokko qofa #touch godhuun like godhu dandeessuuπŸ‘πŸ‘

♻️HUB;Telegram plus asumaan #update godhachuu hin dagatinaa hedduu bareedaadha πŸ™πŸ™
πŸ‘5πŸ‘1😱1
Maasha Allah kana booda yaada keessan ibsachuuf haalli mijateeraπŸ‘πŸ‘πŸ‘
✍Akkamitti jettee??? Kinoo akkuma suuraa olii irraa Mul'atu like,dislike fi stiker hedduu akkuma fb kan ofirraa qabu yoo tahu isinis Al tokko qofa #touch godhuun like godhu dandeessuuπŸ‘πŸ‘

♻️HUB;Telegram plus asumaan #update godhachuu hin dagatinaa hedduu bareedaadha πŸ™πŸ™
❀6πŸ‘5πŸ₯°2
Sodaa hin qabnu πŸ’ͺ

Ilaamee yaa Amerika
Yaa xaxxuu dabaaf shiraa
Mee maal kee fidakaa
Rabbiino nu waliin jiraa

Utuu nutti fokkortuu
Dhaba keenya laaltee
Jabaa jabaa olii
Kaaliqa kee dagattee?

Kunoo fuulli nu ifee
Abbaayaa ifsannee
Dhamaatii bara hedduu
Firiisaa argannee

Galatni ka Rabbiiti
Kan dhuma hin qabne
Warri quba nu qabu
Maaf ofitti-n qabnee?

Nu milkeesse kaa Rabbiin
Inni abbaa galataa
Hunduu isumarka
Hunduu isaaf galataa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
πŸ‘4
πŸŒΉπŸ€DUBBISUU!πŸ“–πŸ“šπŸ™

βœ…Dubbisuun dirqama
Bu'uura jiruudha
Waan hin beekne baruun
Kaaniifis hiruudha!
Tuullaa dilbii beekumsaa
Ofirratti jigsuudha,
Qaroo waliin qaroomuuf
Sammuu ofii tiksuudha!
Nama guutuu ta'uuf
Tolfachuuf tarkaanfii

✍Har'uma dubbisuuf
Jalqabi tattaaffii.πŸ€·β€β™‚
Buna dhugaas haa ta'u
Feetanis jimaa qaamaa
Dubbisuu amaleeffadhaa
Kanan isiniif dhaamaa!πŸ™

♻️Kan #dubbisetu bara
Eenyummaa firaaf ormaa
Boonee qomasaa dhiibees
Haqa sabasaaf mormaa!


Qarshii araadatti baafnuun
#Kitaaba yoo bitanne,
Beekumsa dabalachuun
Sammuudhaan ol siqanne!.

Utubaaf dagaleedha
ljaaree gad sidhaabaa
Jireenya kee keessatti
Ta'i hiriyaa kitaabaa!πŸ“šβœ

♻️Fb irraa kan fudhanneedha mana Rukuttaa hin qabuu, nama Rukuttaa hin qabu hin jedhinaa jechumaafi😏😁

πŸŒΉπŸ“šπŸ“šπŸŒΉπŸŒΉπŸ“šπŸ“šπŸ€
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
πŸ‘1