โObboleeyyan yuusuf jireenya yuusuf balleessineerra jedhanii yaadan
Garuu Rabbiin s.w sababaa jaraatiin jireenya isaa isaaf bareeche isaaf tolche
โFir'awunaan muusaa ajjeese jedhee yaade garuu Rabbiin fira'wunaan ofii isaatiif akka inni muusaa ofitti qabee mana isaa keessatti guddisu isa godhe
โNamni tokkollee waan rabbiin siif dabarse kan sirraa fudhachuu danda'u fi
Bakka Rabbiin ingeessa siin jedherraa kan sidhaabuu danda'u tokkollee hinjiru
โNamni tokkollee kan si'eegu ykn kan eegumsa siifgodhu hinjiru Rabbiikee tokkicha yoo ta'e malee
โAti Rabbii keetti Niyyaa toli Abdii Rabbirraa hin muratin
โAti Waan gaarii namaaf yaadi hojiidhuma gaggaarii hojjadhu tokko tokkoon toltuu waan hojjatteetiin kan akka isaatiifi kan isaa olii argatta
Ati gammachuudhumaan jireenyakee jiraadhu
๐ธ-๐-๐-๐ธ-๐ ๐ธ-๐-๐ธโ
โObboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ

WANTOOTAAjAAโIBSIISOO
๏ผDeendrokiroonoloojiin(dendrochronology)saayinsii guddina biqiltootaa qooโatudha.
๏ผDhibbantaan 90 nyaanni nu nyaatnu biqiltoota 30 qofa irraa dhufa.
๏ผKaarotni jalqabaa bifti isaa daanguleessa(purple)dha.
๏ผRaafuun dhibbantaan 91 bishaanidha.
๏ผHagayya 10 bara 2015tti astiroonomeroonni nyaata hawaa keessatti guddate yeroo jalqabaatiif
nyaataniiru.
๏ผAkka qorannoo bara 2015 godhametti namoonni nyaata isaanii keessattii miโeessituu(spicy)
fayyadaman umrii dheeraa jiraatu.
๏ผIndoooneezhiyaan biya addunyaa edola baayโee qabaatuun 1ffaa taatedha.Baayโinniisaas
13,000oltaโa jedhamee tilmaamama.
๏ผKuubaafi kooriyaan kaabaa biyyoota addunyaa keessaa biyya kookaakoollaan(cocacola)itti
hin gurguramnedha.
๏ผBiyyoonni hordoftoota buudizimii kan taโan taayilaand,burmaa,sirilaankaa,kaambodiyaafi
laaโosayyaana waggaa isaanii guyyaa3f kabaju.
๏ผAwustraaliyaa keessatti lagni tokko maqaanisaaโgonkumaa gonkumaaโ(nevernever) jedhamu
nijira!
Ajaa'iba kun๐ค๐ค๐ค
๐ธ-๐-๐-๐ธ-๐ ๐ธ-๐-๐ธ

Dubbisi Akka nama zalaam jiraatuu,jiraadhu Akka nama bor du'uu
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Telegram
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต??
WANTOOTAAjAAโIBSIISOO
๏ผDeendrokiroonoloojiin(dendrochronology)saayinsii guddina biqiltootaa qooโatudha.
๏ผDhibbantaan 90 nyaanni nu nyaatnu biqiltoota 30 qofa irraa dhufa.
๏ผKaarotni jalqabaa bifti isaa daanguleessa(purple)dha.
๏ผRaafuun dhibbantaan 91 bishaanidha.โฆ

Forwarded from Gaggeessuuf Dubbissi Read to Lead
seena moo seera sodannu.pdf
4.2 MB
Osoo sin tahee kamiin sodaattu ๐ค๐
"Dubbisi jijjiirami erga jijjiiramtee booda nama jijjiirama barbaadu lammii Kee jijjiiri" kitaabicha keessaa Kan fudhatamedha
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโก
Yaadaaf ๐ @Sabaa_If_bot
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
@kuusaa_kitaabaa
@kuusaa_kitaabaa
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ

Forwarded from Gaggeessuuf Dubbissi Read to Lead (๐๐ซ๐ค๐จ๐จ๐ง ๐ค๐ข๐ฒ๐ฒ๐ ๐๐ฅ๐ฅ๐๐๐ก๐๐๐๐ก๐)
irreecha(1).pdf
928.6 KB
Yeroon yeroo irreecha taheef osoon taane dogongora jiru sirreessuufi innis kitaaba #seenaa_moo_seera_Sodaannu jedhu fuula 111 irratti Abban kitaabichaa waa'ee irreecha yaada mataa isaatiin dhuube barressee irreechi aadaadha jedhee Sun gonkumaa kijibasaatii๐๐๐ naa hubadhaa irreechi Amantiidha!! Kanaaf akkan dogongorre asumaan sin hubachiisuufi warri kitaabicha channel garagaraatti forward gootaanis Amaanaadha kannallee forward godhadhaa jzk
Dubbisa gaarii
Join godhikaa man๐๐ callisanii darbuun Aadmaleedha ๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ.
@Library_Islaamaa
@kuusaa_kitaabaa
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
Dubbisa gaarii
Join godhikaa man๐๐ callisanii darbuun Aadmaleedha ๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ.
@Library_Islaamaa
@kuusaa_kitaabaa
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
SUNNAWWAN GUYYA JIMMATAA
๐นQaama dhiqachuu
๐นilkaan siwaakachuu
๐นHuccuu baredduu uffachuu ๐๐
๐นDibataa shittoo dibachuu.โฑ
๐นYeroon gara masjiidaa demuu.โฑ
๐นQur'aana Sura kahaf qara'uu
โคSalawaata buusuu heddummeessuu !!!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ.
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
๐นQaama dhiqachuu
๐นilkaan siwaakachuu
๐นHuccuu baredduu uffachuu ๐๐
๐นDibataa shittoo dibachuu.โฑ
๐นYeroon gara masjiidaa demuu.โฑ
๐นQur'aana Sura kahaf qara'uu
โคSalawaata buusuu heddummeessuu !!!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ.
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
Fidaaka Abii Wa Ummii
Idriis Abbishuu
Nashiidaa bareeda kana sin affeereeraa ittin bohaaraa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Join godhaa๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Join godhaa๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
DUBBISUU
๐Wantoota sammuun keenya akka gabbatan godhan keessaa inni tokko dubbisuudha
Namoonni baayโeen yommuu muukaโanโgameโyknโsocialmediaโfayyadamu.Akkasumas
namoota dubbisan yoo argan ni maraatta namana jedhu.Garuu isaan fayyaan waan jiran
isaanitti fakkaata.
๐Dubbisuun nama guutuu nama taasisa.Isa kanaaf ani ragaa guddaa taโuufii nan barbaada.
Sababni isaas dubbisuun hangam akka nama jijjiiiru waanan argeef.Lammii qaroomeefi isa
sammuu bilchaate qabu kan waanuma xiqqoon sobamuu hin dandeenye,isa ganamaafi
galgala kaayyoo ofii bira gahuuf tattaafatu ykn xaaxaโu uumuu kan dandeenyu lammiin
dubbisu yoo jiraate qofaadha.
๐Namootni bebbeekamoon addunyaa digrii hin qaban garuu waan dubbisaniif sadarkaa guddaa
irra gahaniiru.Fkn.Abrehaam liinkan yeroo tokko yeroo dubbatan kitaaba tokko
liqeeffachuuf jecha km12 akka lukaan deemaa turan himama.Mee yaadaa?Akkasumasj ohn
f.keeneedi hojiiisaa seenuun dura gaazexaawwan 40 dubbisa!Biilgeet,opraahwiiinfreey
kunneen hunduu dubbisa akka malee jaallatau.
โ Garuu yeroo dubbisnu kitaabota barbaachisoo malee kanneen faayidaa hin qabne irraa of
qusachuu qabna.
Galatoomaa๐น๐น๐น

โฃ๐๐ ๐๐๐โโโโ๐
๐๐ ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐
๐๐ ๐๐๐๐๐ฅ๐๐ฆ๐ข ๐๐ป๐
๐โฃ๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐ฆ๐ง๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ฎ ๐๐จ๐ ๐ ๐๐ง๐๐๐๐ก๐!
โ๏ธ๐โ๏ธ๐โ๏ธ๐โ๏ธ๐
@Library_Islaamaa
โฃ๐๐ ๐๐๐โโโโ๐
๐๐ ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐
๐๐ ๐๐๐๐๐ฅ๐๐ฆ๐ข ๐๐ป๐
๐โฃ๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐ฆ๐ง๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ฎ ๐๐จ๐ ๐ ๐๐ง๐๐๐๐ก๐!
โ๏ธ๐โ๏ธ๐โ๏ธ๐โ๏ธ๐
Asoosama Islaamaa
Hawaaja
Asoosama islaamaa kana dhageessee????
๐ค๐ค๐ฅ๐ฅ
Itti dabalami ๐๐๐
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ
๐ค๐ค๐ฅ๐ฅ
Itti dabalami ๐๐๐
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ
๐2โค1
Aqiidaa Ahlussunnaa Wal jama'aa.pdf
442.5 KB
โโโโโโโโโ
Kitaaba bareedaa kana dubbisa Aqiidaa keessaan baradhaa
๐๐๐๐๐๐๐๐โ
Itti dabalami ๐๐๐
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ
Kitaaba bareedaa kana dubbisa Aqiidaa keessaan baradhaa
๐๐๐๐๐๐๐๐โ
Itti dabalami ๐๐๐
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ
Rahima
<unknown>
#Bohaartii_Nashiidaa
Nashiida #RAHIMA Jettu tanaa. Bohaaraa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Nashiida #RAHIMA Jettu tanaa. Bohaaraa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Forwarded from Gaggeessuuf Dubbissi Read to Lead
Hisnul muslim.pdf
1.6 MB
ใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธ
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Kitaaba bareedaa #Hisnul Muslim jedhamu Kan zikrii galgalaaf ganamaa akkasumas zikriiwwaan hedduu Kan qabudha buusaa dubbisaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Kitaaba bareedaa #Hisnul Muslim jedhamu Kan zikrii galgalaaf ganamaa akkasumas zikriiwwaan hedduu Kan qabudha buusaa dubbisaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐๐๐๐Kitaaba bareedaa waan du'aai tahe waliitti qabate Kan isin na gaafattan kinooti dubbisa
Maashallah โฅโฅ โฅโฅ join godhaa isinin jaalla!!!!
#Seenaa_bashannansiistuu
#Nugusa_Qaroo_fi_Namticha_Qaroo_tokko.
โNamtichatu mooticha tokko bira deemee walaloo afaan Arabaa takka dhiheesseefii jennaan,mootichi akka malee dinqisiifatee akkana jedheen jedhan;
๐ #Nugusa;Yoo hajamte Waan barbaadde na gaafadhu.
๐ค#Namticha;waan an barbaade ima naa kennitaa..?
๐ #Nugusa;Eeyyan siif kenna.
๐ค#Namticha;Diinaara hanga ani laakkofsa isaa Qurโaana keessatti maqaa dhahee akka naaf kennitu barbaada.
๐ #Nugusa;Hayyee jaaladhe.
๐คNamticha(weellisaa);Rabbiin Qurโaana isaa keessatti akkana jedha;
"ูุฅูููู ุฅูู ูุงุญุฏ"
๐ #Mooticha;Diinaara tokko kenneef.
๐ค#Namicha;Ammas Rabbiin Qurโaana keessatti akkana jedhe;
"ุซุงูู ุฃุซููู ุฅุฐ ูู ุง ูู ุงูุบุงุฑ"
๐ #Mooticha(Nugusa);Diinaara lama baasee kenneef.
๐ค#Namticha;Ammas aayata Qurโaanaa tana qara'e;
"ูุง ุชููููุง ุซูุงุซุฉ ุงูุชููุง ุฎูุฑุง ููู "
๐ #Nugusa;Diinaaara Sadi kenneef.
๐ค#Namicha;Ammas Aayata Qurโaanaa tana qara'e;
"ููุง ุซูุงุซุฉ ุฅูุง ูู ุฑุงุจุนูู "
๐ #Nugusa;Diinaara Afur ajajeef.
๐ค#Namicha;Aayata tana qara'e;
"ููุง ุฎู ุณุฉ ุฅูุง ูู ุณุงุฏุณูู "
๐ #Nugusa;Diinara Shanii fi jahas kenneef.
๐ค#Namicha;Ammas Aayata akkana jettu qara'e;
"ุงููู ุงูุฐู ุฎูู ุณุจุน ุณู ูุงุช"
๐ #Nugusa;Diinaarii torba kenneef.
๐ค#Namicha;Aayata akkana jettu qara'e;
"ููุญู ู ุนุฑุด ุฑุจู ููููู ููู ุฆุฐ ุซู ุงููุฉ"
๐ #Nugusa;Diinara saddeetii kenneef.
๐ค#Namicha;Aayata tana qara'eef;
"ููุงู ูู ุงูู ุฏููุฉ ุชุณุนุฉ ุฑูุท ููุณุฏูู ูู ุงูุฃุฑุถ"
๐ #Mooticha;Diinaarii Sagal kenneef.
๐ค#Namicha;Aayata tana qara'eef;
:"ุชูู ุนุดุฑุฉ ูุงู ูุฉ"
๐ #Mooticha;Diinaara kudhan baasee kenneef.

"ุฅูู ุฑุฃูุช ุฃุญุฏ ุนุดุฑ ูููุจุง"
๐ #Mooticha;Diinaara kudhatokko baasee kenneef.
๐ค#Namicha;Ammas aayata tana itti qara'e;
"ุฅู ุนุฏุฉ ุงูุดููุฑ ุนูุฏ ุงููู ุงุซูุง ุนุดุฑ ุดูุฑุง ูู ูุชุงุจ ุงููู"
๐ #Mooticha;Diinaarii kudhalamaa baasee kenneef.
๐ Mooticha;Dachaa waan amma qara'ee kana kennaafii as keessaa ari'aa jedheen.
๐ค#Namicha;maalan balleesse mootii koo?akkanatti waliif gallee sila?
๐ #Booda Aayata tana natti qara'ittaaf si sodaadhe jedheen;
"ูุฃุฑุณููุงู ุฅูู ู ุงุฆุฉ ุฃูู ุฃู ูุฒูุฏูู"
(#Kuma_Dhibbaa_fi_achii ol)jetti aayaan Qurโaanaa.
๐๐๐๐๐
#Qarri_Qara_hin_muru
Share godhaa๐

๐1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Subhaanallah Obboleewwaan kiyya irraa haa fayyadamnu zikrii kana haa baayyisnu yoo baayy'ate second 1-2 nurraa fudhata miindaan isaa garuu guddaadha yaa Rabbi nuu laaffisi ๐คฒ๐คฒ๐คฒ,๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Subhaanallah Obboleewwaan kiyya irraa haa fayyadamnu zikrii kana haa baayyisnu yoo baayy'ate second 1-2 nurraa fudhata miindaan isaa garuu guddaadha yaa Rabbi nuu laaffisi ๐คฒ๐คฒ๐คฒ,๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐2
Kana Beektu Laata?
Bineensi maqaan isaa Kaangarro jedhamu/tu dhuufuu dhuufuu akka hin dandenne beektu?๐๐
๐๐๐๐๐๐
Maal eegda man kolfite dhiiftaa join godhikaa ๐๐๐๐๐

Ajaa'ibsiisoo Addunyaa
Kana Beektuu???
๏ผMootichi azeetiksii beekkamaan moonteezuumaan haadha warraa 600 ol akka qabu
dubbatama!! ๐คญ๐คญ๐๐๐
Wanti biraa immoo isaan gammachisuuf jecha,chokoleetii baayyee akka nyaatu
himama.Isinbakka isaa buโaatii yaadaame ๐ค๐ค
An tokko hin qabuu innimmoo ๐ฉ๐ฉ๐ฉ๐๐๐๐๐
Kolfitee dhiiftaa Tuqika๐๐๐๐๐๐๐๐

Seenaa Nabiyyii S A W.pdf
1.6 MB
ใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธ
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Seenaa Rasuula Rabbii Nabi Muhammad s.a.w Dhalootaa hanga du'aa kunoo Dubbisaa irraas fayyadamaa buusanii dhiisuun Admaleedha!!

๐ฅฐ3๐2