π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
812 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
kaayyoo-jireenyi-tuni-fi-ilmi-namaa-itti-uumamaniif.pdf
1.9 MB
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š

Kaayyoo jireenyi kun uumamteef maali??🀫🀫
#dubbisi kitaaba keessaa argattaa ✍
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Yaada,qeeqaaf gaaffiifπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒΉ
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸŒΉπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸŒΉ
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
πŸ‘1
Islaamni Itiyoopiyaatti-1450

β„βœ³βœ΄β„β„βœ³βœ΄β„βœ³βœ΄β„βœ³β„

Islaamni nabi Muhammad(SAW) itti ergamanii fi Itiyoopiyaan kan walbarani wagga 1450 hadhaa baati rajab keessa. Sahaboonni gara Itiyoopiyaa godaanani kan dhufani barra nabiyyumma wagga 5ffa irratti ture. Kana jechun osoo Nabiyichi makka irraa gara madinaatti hingodaanin waggaa 7 fi baati muraasa dura ture. Kana jeechun kaalaandarri hijra oso tokko jedhee hin jalqabin wagga torba dura jechudha.

Kaalandarri hijra sochi ji'aa irratti hundaahun lakkaawu kan eegale nabiyyiin Rabbi(saw) Makkaa irraa gara Madinaa yeroo godaanani irraayyi. Kana jechun Islaamni gara biyya keenya kan seene hijraan dura waggaa 7 dura jechuudha. Akka lakkofsa hijraati guyyaan harra baati Rajab guyya 1ffaa bara 1443 dha. Eega Ifaan islaama biyya keenya qaqqabee waggaa 1450, yoo immo baati waliitti butnee waggaa 1451ffa ta'aa jechudha. Alhamdulillah.
107: Eegaan salaata fixeen najisa firratti argee maaliin godha?


Gaafii: Eegan salaatee salaata fixadheen boodattin najisa ufirratti arkee salaanni kiyya sun akkami?
 
Deebisaa: Najaasaa si tuyxe yoo salaata keessatti yaadatte salaatuma keessattillee ufirraa baasuu dandeessa. Yoo dhalaa taate dhalaan huccuu ufirraa fuutee salaatuu waan hin dandeenneef jecha salaata cabsitee huccuu ufirraa jijjiiruu qabdi. Yoo dhiira taate ammoo, akka jaakkeettaa, akka koota gubbaadhaa, akka kophee haa ta’uu waan najisaa salaatuma keessatti ufirraa baasee salaata isaa bakkuma jiru irraa itti fuufuu danda’a.

Kunis  daliilli dalagama Nabii keenyaati ο·Ί. Isaanii salaatatti jiru jibriil itti dhufee kopheen tee najisa qabdi je’ee itti himnaan Nabiin Rabbii ο·Ί salaatuma keessatti ufirraa baasanii salaata itti fuufan. Yoo najaasaan ati jettu tun ta fincaanii, ta udaanii, si wajjiin turtee quba qabdu, fakkeenyaaf sa’aa lamaafi sadii si wajjiin teessee danta dhabaan ka salaattuun taate salaata kee san deebisuudha qabda.

Najaasaan ati quba hin qabne yoo si tuqxe ammoo eega salaattee yoo ufirratti agarte san salaata hin deebiftuu Rabbi sirraa haa qeebalu.
 
βœ…Dr. Liwaa’ulislaam🎡
 
πŸ‘2
#Kana_qubaqabduuπŸ€”πŸ€­

✍🌹🌹🌹🌹🌹🌹✍

βœ…Guyyaan tokko sa’aatii 24 jedhama #dhugaan jiru garuu Guyyaan tokko
#saatii digdamii sadiif #daiiqaa shantamii #jahaaf second #Afur 23:56:4πŸ™
πŸ‘1
Dirqiin Kiristaanessuu 1.pdf
1 MB
Dirqiin kiristaanessuu motummoota habashaatiin muslimoota irratti raawwatame. Barruu gabaabaa kana dubbisaa. Barnoota baay'ee uf keessaa qaba ✍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu

πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
❀1
Uumamni nuti Afaan Oromootiin Addeessa, Ji’a ykn Baatii jennee waamnu, kan Afaan Ingiliffaan Moon jedhamtu tun takka qofa akka hin taane beekuu qabna. Addeessi nuti arginu tun addeessa lafaati. Plaaneetonni biroo kanneen akka Jubbitarii fi Saatarniitis Addeessa mataa isaanii akka qaban hoo beektuu? barruu guutuu link kana tuquun dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/addeessa-68290cf47199
πŸ‘1
Guyyaa kanatti wantoota godhaman keessaa, saree tokkoo fi re’ee takka qaluudha. Kana booda dargaggoota jajjaboo magaalatti lama fiduun dhiiga saree fi Re’ee kana akka ofitti diban godhan. Itti aansuun ammoo dhiiga san aananiin ofirraa dhiqan. Dargaggoonni kunniin lamaan dura bu’anii, ummanni Roomaa ammoo isaan duuba deemuun magaalattii naanna’u. Dargaggoonni kunniin namoota fuuldura isaanii qaxxaamuran hunda alangeedhaan dhahu. ayyaanni Valentines Day jedhamu kun haala kanaan eegalame. link kana banaa barruu guutuu dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/guyyaa-jaalalleewwanii-95dfd9a27d86
πŸŒΉπŸŒΉπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ€πŸ€β™»οΈ
Please irraa of haa qusannu πŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œ

#Valentine_day is absolutely forbidden in #islamπŸ‘Œ

#INSTANT_VIEW tuqi dubbisiπŸ‘πŸ‘πŸ‘
Rabbi kiyya ati isa nabi yuunusiin garaa qurxummiitii baase sani Rabbii kiyya!ati isa Nabi yuusufiin boolla keessaa baasee ammallee mana hidhaatii baase sana yaa Rabbi saatii ammaa kanatti obboleewwaan keenya mana #hidhaa_sawdii keessatti Rakkataa jiranuuf furmaata nuuf fidi yaa Allah😭😭😭
🀲🀲🀲🀲🀲🀲
πŸ‘4
KANA Qubaqabduuu??

βœ… Ethio telecom second tokkotti namoota kuma Afurtamii tokkoof dhibba saddeet (41,800)keessumeessuu akka danda'u beektuuu🧐
βœ…kan olii kun bilbila qofaa yoo tahu Bilbila ,message ,data immo guyyaa tokkotti nama billion 2.7 keessumeessuu danda'a🧐
✍Hojjata teele nan se'einaa kanin dubbiserraan sinii qoode 😊😁

For moreπŸ‘‡
@Library_Islaamaa
πŸ‘8