112: Dubartiin nikaaha if hidhuu ni dandeessii?
Gaafii: Obboleettiin teenya takka akka jettutti, akkanumatti matuma ufiitiin kaatee gurbaa tokko jala deemtee if heerumsiiste. Wallee nikaan kee baaxila jeβaniinii Saudii dhuftee nikaaha uf goote. Amma eega waa babbarattee rakkoo ufitti dhageesse.
Deebisaa: Yaa gaabrittii Rabbii, osoo abbaan kee akaakoon kee, adeerri kee, obboleessi kee, ilmoo sii gahe yoo qabaattes osoo lafa jiranuu nikaan ati gaafa duraa of goote sun baaxili. Wanni sirra jiru isa san irraa tawbachuudha. Gurbaan ammoo nikaaha naa qabdi jechutti si beeka, haalli inni itti nikaaha si godhate kun garuu baaxila.
Karaa qaaditti dhihaattee isa kana faskii ufirraa godhuu dandeessa. Nikaalleen hin jiruu inni garuu nikaaha naaf qabditti fudhata. Kan warri keessan nikaaha si godhan kun ammoo ka lammeessaadhaa nama nikaaha si godhe san addaan baradhu.
Abbaa kankee yoo taβe nikaaha duraa san akkam ufirraa gooteeti? Yoo sun badiidha jechuu ufitti beeyte isa san irraa toowabattee, hamma haydiin takkarra lama sadi sitti dhuftutti ni eeyda.
Eega gadaamessaa kee xahaaratteen boodatti yoo abbaan kankee nikaaha si godhe nikaan kankee kanuma boodaa kana. Ka duraa baaxilii bakka hin jiru.
β Dr. Liwaaβulislaamπ΅

π1
kaayyoo-jireenyi-tuni-fi-ilmi-namaa-itti-uumamaniif.pdf
1.9 MB
ππππππππ
Kaayyoo jireenyi kun uumamteef maali??π€«π€«
#dubbisi kitaaba keessaa argattaa β
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
πΉππππππΉ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
πΉπππππππΉ
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ

Bineesa ilmoo takka yeroo lama dhalu argitanii beeytuu? ilmoon takka akkamitti yeroo 2 dhalatti? tun dubbii baasaati. barruu ajaaβibaa kana link kanarraa dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/kaangaaroo-afcda4abe8e
Medium
Bineensa ilmoo takka yeroo lama dhalu!
Bineensi kun Kaangaaroo jedhama. Sanyiin bineensa kanaa baayβinaan Awustraaliyaa keessatti argama. Bineensi kun sanyii jedhamu keessattiβ¦
Islaamni Itiyoopiyaatti-1450
ββ³β΄βββ³β΄ββ³β΄ββ³β
Islaamni nabi Muhammad(SAW) itti ergamanii fi Itiyoopiyaan kan walbarani wagga 1450 hadhaa baati rajab keessa. Sahaboonni gara Itiyoopiyaa godaanani kan dhufani barra nabiyyumma wagga 5ffa irratti ture. Kana jechun osoo Nabiyichi makka irraa gara madinaatti hingodaanin waggaa 7 fi baati muraasa dura ture. Kana jeechun kaalaandarri hijra oso tokko jedhee hin jalqabin wagga torba dura jechudha.
Kaalandarri hijra sochi ji'aa irratti hundaahun lakkaawu kan eegale nabiyyiin Rabbi(saw) Makkaa irraa gara Madinaa yeroo godaanani irraayyi. Kana jechun Islaamni gara biyya keenya kan seene hijraan dura waggaa 7 dura jechuudha. Akka lakkofsa hijraati guyyaan harra baati Rajab guyya 1ffaa bara 1443 dha. Eega Ifaan islaama biyya keenya qaqqabee waggaa 1450, yoo immo baati waliitti butnee waggaa 1451ffa ta'aa jechudha. Alhamdulillah.

107: Eegaan salaata fixeen najisa firratti argee maaliin godha?
Gaafii: Eegan salaatee salaata fixadheen boodattin najisa ufirratti arkee salaanni kiyya sun akkami?
Deebisaa: Najaasaa si tuyxe yoo salaata keessatti yaadatte salaatuma keessattillee ufirraa baasuu dandeessa. Yoo dhalaa taate dhalaan huccuu ufirraa fuutee salaatuu waan hin dandeenneef jecha salaata cabsitee huccuu ufirraa jijjiiruu qabdi. Yoo dhiira taate ammoo, akka jaakkeettaa, akka koota gubbaadhaa, akka kophee haa taβuu waan najisaa salaatuma keessatti ufirraa baasee salaata isaa bakkuma jiru irraa itti fuufuu dandaβa.
Kunis daliilli dalagama Nabii keenyaati ο·Ί. Isaanii salaatatti jiru jibriil itti dhufee kopheen tee najisa qabdi jeβee itti himnaan Nabiin Rabbii ο·Ί salaatuma keessatti ufirraa baasanii salaata itti fuufan. Yoo najaasaan ati jettu tun ta fincaanii, ta udaanii, si wajjiin turtee quba qabdu, fakkeenyaaf saβaa lamaafi sadii si wajjiin teessee danta dhabaan ka salaattuun taate salaata kee san deebisuudha qabda.
Najaasaan ati quba hin qabne yoo si tuqxe ammoo eega salaattee yoo ufirratti agarte san salaata hin deebiftuu Rabbi sirraa haa qeebalu.

π2
Bineesa ilmoo takka yeroo lama dhalu argitanii beeytuu? ilmoon takka akkamitti yeroo 2 dhalatti? tun dubbii baasaati. barruu ajaaβibaa kana link kanarraa dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/kaangaaroo-afcda4abe8e
Medium
Bineensa ilmoo takka yeroo lama dhalu!
Bineensi kun Kaangaaroo jedhama. Sanyiin bineensa kanaa baayβinaan Awustraaliyaa keessatti argama. Bineensi kun sanyii jedhamu keessattiβ¦
π2
Dachii irra dhaabbannee deemnu, ta qotannee irraa soorannu, ta mana irratti ijaarrannu, gaafa jiruu addunyaa xumurree godaannu ammoo tan itti awwaalamnu tana waliin haa ilaallu. https://blog.nuuralhudaa.com/lafa-dachii-b862b2e8e556
Medium
Lafa/Dachii
Dachii irra dhaabbannee deemnu, ta qotannee irraa soorannu, ta mana irratti ijaarrannu, gaafa jiruu addunyaa xumurree godaannu ammoo tanβ¦
Dirqiin Kiristaanessuu 1.pdf
1 MB
Dirqiin kiristaanessuu motummoota habashaatiin muslimoota irratti raawwatame. Barruu gabaabaa kana dubbisaa. Barnoota baay'ee uf keessaa qaba β
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω ΩΩΩΩΩ Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
ππππππππππ

β€1
Uumamni nuti Afaan Oromootiin Addeessa, Jiβa ykn Baatii jennee waamnu, kan Afaan Ingiliffaan Moon jedhamtu tun takka qofa akka hin taane beekuu qabna. Addeessi nuti arginu tun addeessa lafaati. Plaaneetonni biroo kanneen akka Jubbitarii fi Saatarniitis Addeessa mataa isaanii akka qaban hoo beektuu? barruu guutuu link kana tuquun dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/addeessa-68290cf47199
Medium
Addeessa
Rabbiin hawaa kana haala ajaaβibaatiin uume. Uumamni isaa hirβina takkallee hin qabu. Hunduu tartiiba isaa eegee karaa ofii keessa yaaβaβ¦
π1
Guyyaa kanatti wantoota godhaman keessaa, saree tokkoo fi reβee takka qaluudha. Kana booda dargaggoota jajjaboo magaalatti lama fiduun dhiiga saree fi Reβee kana akka ofitti diban godhan. Itti aansuun ammoo dhiiga san aananiin ofirraa dhiqan. Dargaggoonni kunniin lamaan dura buβanii, ummanni Roomaa ammoo isaan duuba deemuun magaalattii naannaβu. Dargaggoonni kunniin namoota fuuldura isaanii qaxxaamuran hunda alangeedhaan dhahu. ayyaanni Valentines Day jedhamu kun haala kanaan eegalame. link kana banaa barruu guutuu dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/guyyaa-jaalalleewwanii-95dfd9a27d86
Medium
Guyyaa Jaalalleewwanii
Rabbiin waan hundaa olitti Islaamummaa karaa godhee nuuf filate. Islaamummaa tanas karaa Nabi Muhammadiin ο·Ί guutuu nuuf godhe. Qurβaannisβ¦
πΉπΉππππππβ»οΈ
Please irraa of haa qusannu πππ
#Valentine_day is absolutely forbidden in #islamπ
#INSTANT_VIEW tuqi dubbisiπππ

Say no to #Valentine_day
β Muslimni dhugaa Ramadanaaf qophaa'a male #Valentine_day hin kabaju π
β Yoo dur hin beekin amma bartee jirta irraa dhorgami π

Forwarded from Love
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaaππ
πΉπΉππππππΉπΉ

Uumama mataan irraa muramee qaamni hafe qofti sochoβu argitanii beektuu? Lukkuu Mormi irraa muramee waggaa tokkoo ol jiraateen hoo maal jettu? link kana tuqaa barruu ajaaβibaa kana dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/lukkuu-morma-hin-qabne-3ffe31fc5b60
Medium
Lukkuu morma hin qabne
Uumama mataan irraa muramee qaamni hafe qofti sochoβu argitanii beektuu? Eeyyan Lukkuu ykn horiin eega gorraβamee booda, akkasumas bofniβ¦
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Rabbi kiyya ati isa nabi yuunusiin garaa qurxummiitii baase sani Rabbii kiyya!ati isa Nabi yuusufiin boolla keessaa baasee ammallee mana hidhaatii baase sana yaa Rabbi saatii ammaa kanatti obboleewwaan keenya mana #hidhaa_sawdii keessatti Rakkataa jiranuuf furmaata nuuf fidi yaa Allahπππ
π€²π€²π€²π€²π€²π€²
π€²π€²π€²π€²π€²π€²
π4
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM