๐ท haqa jaalalaa ๐ท๐น
Nama jaallachuu miti haqa jaalala sanii eeguutu hedduu nama dhiba...
Si jaallataaf nama si taasise...
Si jaallataaf islaamummaa si badhaase...
Si jaallataaf hamtuurraa si tiyse...
Si jaallataaf hammeenya khee siif dhoyse...
Si jaallataaf diliilee tee irra siif dabre...
Si jaallataaf........
Atis yoo isa jaallatte isaaf amanami haqa jaalala isaa tiysiif...

๐2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

"Waa'ee namaa dubbattanii yeroo teysan hin gubinaa. Nama hamachuun balaadha. Koottaa! Waa'ee Rabbii dubbadhaa. Rabbi yaadachuun rahmata."
Umar ibn al-Khaxxaab
ูุงู ุงููุงุฑูู ุนู ุฑ ุจู ุงูุฎุทุงุจ ุฑุถู ุงููู ุนูู : ูุง ุชุดุบููุง ุฃููุณูู ุจุฐูุฑ ุงููุงุณุ ูุฅูู ุจูุงุกุ ูุนูููู ุจุฐูุฑ ุงููู ุชุนุงูู ูุฅูู ุฑุญู ุฉ.
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

โป๏ธNamoota murtiin ajaaโibaa itti murame.๐ค
โ Yakki dachii tanarratti raawwatamu, ilmaan Nabi Aadam (AS) irraa eegalame. Eega ilmaan Nabi Aadam lameen wal ajjeesanii yakka guddicha raawwatanii booda, gochi kun daran babalโachaa itti fufe. Ilmi namaatis akka namoonni yakka hin raawwanneef seera adda addaa tumatee ittiin muree murteessuu eegalus, yakki daranuu babalโate malee waa hin hirโanne.
โBiyyoonni hedduun yakka hundaafuu adabbii garagaraa qabu. Fakkeenyaaf biyyoonni nama nama ajjeese duโaan adaban ni jiru. Kanneen umrii guutuu itti murteessanis ni jiru.
โBiyyoonni gariin ammoo murtii bara jireenyaa jechuun seera addaa tumatanii lafaa qabu.
Murtii bara jireenyaa jechuun murtii addaati. Murtiin akkanaa kun biyya keenya keessatti waan hin beekamneef, nama hedduuf waan haaraya tahuu dandaya. #Fakkeenyaaf namni tokko nama tokko yoo ajjeese hidhaan umrii guutuu itti murtaaye haa jennu. Kanaafuu namni kun haga gaafa duโuutti manuma hidhaa keessa turuu qaba jechuudha. Garuu seera ol iyyannoottu jira. Namni tokko eega hidhaan umrii guutuu itti murteeffamee booda, ol iyyannoo gaafatanii murtiin akka fooyyeffamuuf, ykn akka bilisaan lakkifaman gaafatu. Sababa ol iyyannoo kanaaf jecha biyyoonni hedduu lubbuu nama tokkoo bara jireenyaatiin herreguu jalqaban. Akka seeraafi heera biyyoota gariitti, namni tokko yakka ajjeechaatiin himatamee yoo hidhaan umrii guutuu itti murame, ol iyyannoo dhiheeyfachuuf jalqaba waggaa 7 hidhamuu qaba. Kanaafuu amata 7 eega hidhamee booda ol iyyannoo dhiheeyfatee furmaata argachuu mala.
โNamni kun yoo lubbuu nama hedduu galaafate, ol iyyannoon isaa wagga heddu booda tahuu dandaโa. #Fakkeenyaaf namni kun osoo nama 10 ajjeesee hidhamee, Yoo hidhaa umrii guutuu takka qofa itti muran waggaa 7 booda ol iyyannoo dhiheeffatee bahuu mala. Kanaaf lubbuu inni galaafate kurnaniifuu kopha kophatti hidhaa umrii guutuu itti muran. Nama tokkoof hidhaa umrii guutuu, nama 2ffaatiifis hidhaa umrii guutuu, nama 3ffaatiifis hidhaa umrii guutuu. Haala Kanaan hidhaa bara jireenyaa 10 itti murteessan. Namichi kun eega waggaa 7 hidhamee booda lubbuu nama 1ffaa irra ajjeefameetiif ol iyyannoo gaafata. Tarii saniif furmaata argatee bilisaan akka lakkifamu murteeffamuufii dandaya. Garuu achi boodas nama 9tu hafaaf. Ammas eega wagga 7 hidhamee booda, nama 2ffaatiif ol iyyannoo gaafata. Haala kanaaf eega wagga 70 hidhamee booda, tarii bilisaan lakkifamuu mala. amma mee kanatti aansuun namoota haala Kanaan murtiin ajaaโibaa itti murteeffame muraasa haa ilaalluu.
1ffaa. #Teerii_Nikolaas (Lammii Ameerikaati. Hidhaa bara jireenyaa 162 fi waggaa 93 ol iyyannoo malee)๐คจ๐โโ
โ Namichi kun lubbuu namoota 161 galaafate.๐ Akkasumas yakka shoorarkeessummaa fi balaa dhoohinsaa magaalaa Oklaahomaa keessatti raawwateen waggaan kun hundi itti murame. Osoo ol iyyannoon isaa kan bara jireenyaa 162 fudhatama argateehuu, namichi kun dabalataan waggaa 93 kan ol iyyannoo malee hidhamuu qabutu jira. Kanaafuu umrii isaa guutuu manuma hidhaa tura jechuudha.๐ณ
2ffaa.#Abdallaah_Barguutii (Lammii Falasxiin, hidhaa bara jireenyaa 67 fi hidhaa waggaa 5,200 ol iyyannoo malee)๐ข
Namni kun hoogganaa garee Hamaas kan birgeedii Qassaamiiti. Israaโel nama kana loltoota 66 balaa boombiitiin na jalaa ajjeese jettee himatte. Lubbuu loltoota hundaatiif mataa mataan bara jireenyaa 67 eega itti murteen booda; hidhaa waggaa 5,200tis itti murtiissite. Wanti kun baacoo fakkaata. Garuu waan qabatamaan argamerrahi. Namni kun mana kophaa keessatti kan hidhame yoo taโu, firaafi ahliin isaatis isa ziyaaruun hin hayyamamuuf.๐ญ
3ffaa. #Gaarii_Rijweey ( Lammii Ameerikaa, Hidhaa bara jireenyaa 49, san keessaa 48'f ol iyyannoo dhiheeffachuu hin dandayu.๐ฅด
Namichi kun dubartoota 71 bara 1982 irraa kaasee haga bara 1998titti ajjeesuu isaa amaneera. Dubartoonni inni ajjeese tunniin warra sagaagalummaarratti hirmaatan taโuu isaaniillee himeera. Namichi kun yeroo tokko qofa ol iyyannoo dhiheeffatuu dandaya.
Itti fufa...........

112: Dubartiin nikaaha if hidhuu ni dandeessii?
Gaafii: Obboleettiin teenya takka akka jettutti, akkanumatti matuma ufiitiin kaatee gurbaa tokko jala deemtee if heerumsiiste. Wallee nikaan kee baaxila jeโaniinii Saudii dhuftee nikaaha uf goote. Amma eega waa babbarattee rakkoo ufitti dhageesse.
Deebisaa: Yaa gaabrittii Rabbii, osoo abbaan kee akaakoon kee, adeerri kee, obboleessi kee, ilmoo sii gahe yoo qabaattes osoo lafa jiranuu nikaan ati gaafa duraa of goote sun baaxili. Wanni sirra jiru isa san irraa tawbachuudha. Gurbaan ammoo nikaaha naa qabdi jechutti si beeka, haalli inni itti nikaaha si godhate kun garuu baaxila.
Karaa qaaditti dhihaattee isa kana faskii ufirraa godhuu dandeessa. Nikaalleen hin jiruu inni garuu nikaaha naaf qabditti fudhata. Kan warri keessan nikaaha si godhan kun ammoo ka lammeessaadhaa nama nikaaha si godhe san addaan baradhu.
Abbaa kankee yoo taโe nikaaha duraa san akkam ufirraa gooteeti? Yoo sun badiidha jechuu ufitti beeyte isa san irraa toowabattee, hamma haydiin takkarra lama sadi sitti dhuftutti ni eeyda.
Eega gadaamessaa kee xahaaratteen boodatti yoo abbaan kankee nikaaha si godhe nikaan kankee kanuma boodaa kana. Ka duraa baaxilii bakka hin jiru.
โ Dr. Liwaaโulislaam๐ต

๐1
kaayyoo-jireenyi-tuni-fi-ilmi-namaa-itti-uumamaniif.pdf
1.9 MB
๐๐๐๐๐๐๐๐
Kaayyoo jireenyi kun uumamteef maali??๐คซ๐คซ
#dubbisi kitaaba keessaa argattaa โ
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐ @Library_Islaamaabot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
๐น๐๐๐๐๐๐น
๐ @Library_Islaamaa
๐ @Library_Islaamaa
๐น๐๐๐๐๐๐๐น
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ

Bineesa ilmoo takka yeroo lama dhalu argitanii beeytuu? ilmoon takka akkamitti yeroo 2 dhalatti? tun dubbii baasaati. barruu ajaaโibaa kana link kanarraa dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/kaangaaroo-afcda4abe8e
Medium
Bineensa ilmoo takka yeroo lama dhalu!
Bineensi kun Kaangaaroo jedhama. Sanyiin bineensa kanaa baayโinaan Awustraaliyaa keessatti argama. Bineensi kun sanyii jedhamu keessattiโฆ
Islaamni Itiyoopiyaatti-1450
โโณโดโโโณโดโโณโดโโณโ
Islaamni nabi Muhammad(SAW) itti ergamanii fi Itiyoopiyaan kan walbarani wagga 1450 hadhaa baati rajab keessa. Sahaboonni gara Itiyoopiyaa godaanani kan dhufani barra nabiyyumma wagga 5ffa irratti ture. Kana jechun osoo Nabiyichi makka irraa gara madinaatti hingodaanin waggaa 7 fi baati muraasa dura ture. Kana jeechun kaalaandarri hijra oso tokko jedhee hin jalqabin wagga torba dura jechudha.
Kaalandarri hijra sochi ji'aa irratti hundaahun lakkaawu kan eegale nabiyyiin Rabbi(saw) Makkaa irraa gara Madinaa yeroo godaanani irraayyi. Kana jechun Islaamni gara biyya keenya kan seene hijraan dura waggaa 7 dura jechuudha. Akka lakkofsa hijraati guyyaan harra baati Rajab guyya 1ffaa bara 1443 dha. Eega Ifaan islaama biyya keenya qaqqabee waggaa 1450, yoo immo baati waliitti butnee waggaa 1451ffa ta'aa jechudha. Alhamdulillah.

107: Eegaan salaata fixeen najisa firratti argee maaliin godha?
Gaafii: Eegan salaatee salaata fixadheen boodattin najisa ufirratti arkee salaanni kiyya sun akkami?
Deebisaa: Najaasaa si tuyxe yoo salaata keessatti yaadatte salaatuma keessattillee ufirraa baasuu dandeessa. Yoo dhalaa taate dhalaan huccuu ufirraa fuutee salaatuu waan hin dandeenneef jecha salaata cabsitee huccuu ufirraa jijjiiruu qabdi. Yoo dhiira taate ammoo, akka jaakkeettaa, akka koota gubbaadhaa, akka kophee haa taโuu waan najisaa salaatuma keessatti ufirraa baasee salaata isaa bakkuma jiru irraa itti fuufuu dandaโa.
Kunis daliilli dalagama Nabii keenyaati ๏ทบ. Isaanii salaatatti jiru jibriil itti dhufee kopheen tee najisa qabdi jeโee itti himnaan Nabiin Rabbii ๏ทบ salaatuma keessatti ufirraa baasanii salaata itti fuufan. Yoo najaasaan ati jettu tun ta fincaanii, ta udaanii, si wajjiin turtee quba qabdu, fakkeenyaaf saโaa lamaafi sadii si wajjiin teessee danta dhabaan ka salaattuun taate salaata kee san deebisuudha qabda.
Najaasaan ati quba hin qabne yoo si tuqxe ammoo eega salaattee yoo ufirratti agarte san salaata hin deebiftuu Rabbi sirraa haa qeebalu.
โ Dr. Liwaaโulislaam๐ต
Gaafii: Eegan salaatee salaata fixadheen boodattin najisa ufirratti arkee salaanni kiyya sun akkami?
Deebisaa: Najaasaa si tuyxe yoo salaata keessatti yaadatte salaatuma keessattillee ufirraa baasuu dandeessa. Yoo dhalaa taate dhalaan huccuu ufirraa fuutee salaatuu waan hin dandeenneef jecha salaata cabsitee huccuu ufirraa jijjiiruu qabdi. Yoo dhiira taate ammoo, akka jaakkeettaa, akka koota gubbaadhaa, akka kophee haa taโuu waan najisaa salaatuma keessatti ufirraa baasee salaata isaa bakkuma jiru irraa itti fuufuu dandaโa.
Kunis daliilli dalagama Nabii keenyaati ๏ทบ. Isaanii salaatatti jiru jibriil itti dhufee kopheen tee najisa qabdi jeโee itti himnaan Nabiin Rabbii ๏ทบ salaatuma keessatti ufirraa baasanii salaata itti fuufan. Yoo najaasaan ati jettu tun ta fincaanii, ta udaanii, si wajjiin turtee quba qabdu, fakkeenyaaf saโaa lamaafi sadii si wajjiin teessee danta dhabaan ka salaattuun taate salaata kee san deebisuudha qabda.
Najaasaan ati quba hin qabne yoo si tuqxe ammoo eega salaattee yoo ufirratti agarte san salaata hin deebiftuu Rabbi sirraa haa qeebalu.
โ Dr. Liwaaโulislaam๐ต
๐2
Bineesa ilmoo takka yeroo lama dhalu argitanii beeytuu? ilmoon takka akkamitti yeroo 2 dhalatti? tun dubbii baasaati. barruu ajaaโibaa kana link kanarraa dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/kaangaaroo-afcda4abe8e
Medium
Bineensa ilmoo takka yeroo lama dhalu!
Bineensi kun Kaangaaroo jedhama. Sanyiin bineensa kanaa baayโinaan Awustraaliyaa keessatti argama. Bineensi kun sanyii jedhamu keessattiโฆ
๐2
Dachii irra dhaabbannee deemnu, ta qotannee irraa soorannu, ta mana irratti ijaarrannu, gaafa jiruu addunyaa xumurree godaannu ammoo tan itti awwaalamnu tana waliin haa ilaallu. https://blog.nuuralhudaa.com/lafa-dachii-b862b2e8e556
Medium
Lafa/Dachii
Dachii irra dhaabbannee deemnu, ta qotannee irraa soorannu, ta mana irratti ijaarrannu, gaafa jiruu addunyaa xumurree godaannu ammoo tanโฆ
Dirqiin Kiristaanessuu 1.pdf
1 MB
Dirqiin kiristaanessuu motummoota habashaatiin muslimoota irratti raawwatame. Barruu gabaabaa kana dubbisaa. Barnoota baay'ee uf keessaa qaba โ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
ููุง ููุฑููุฏู ู ููููู ู ุฌูุฒูุงูุกู ููููุง ุดููููุฑูุง
๐ Channel kana irraa๐
๐ Kitaabban
๐ต Nashiidaa haaraya
๐ Kolfaaf
โ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

โค1
Uumamni nuti Afaan Oromootiin Addeessa, Jiโa ykn Baatii jennee waamnu, kan Afaan Ingiliffaan Moon jedhamtu tun takka qofa akka hin taane beekuu qabna. Addeessi nuti arginu tun addeessa lafaati. Plaaneetonni biroo kanneen akka Jubbitarii fi Saatarniitis Addeessa mataa isaanii akka qaban hoo beektuu? barruu guutuu link kana tuquun dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/addeessa-68290cf47199
Medium
Addeessa
Rabbiin hawaa kana haala ajaaโibaatiin uume. Uumamni isaa hirโina takkallee hin qabu. Hunduu tartiiba isaa eegee karaa ofii keessa yaaโaโฆ
๐1
Guyyaa kanatti wantoota godhaman keessaa, saree tokkoo fi reโee takka qaluudha. Kana booda dargaggoota jajjaboo magaalatti lama fiduun dhiiga saree fi Reโee kana akka ofitti diban godhan. Itti aansuun ammoo dhiiga san aananiin ofirraa dhiqan. Dargaggoonni kunniin lamaan dura buโanii, ummanni Roomaa ammoo isaan duuba deemuun magaalattii naannaโu. Dargaggoonni kunniin namoota fuuldura isaanii qaxxaamuran hunda alangeedhaan dhahu. ayyaanni Valentines Day jedhamu kun haala kanaan eegalame. link kana banaa barruu guutuu dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/guyyaa-jaalalleewwanii-95dfd9a27d86
Medium
Guyyaa Jaalalleewwanii
Rabbiin waan hundaa olitti Islaamummaa karaa godhee nuuf filate. Islaamummaa tanas karaa Nabi Muhammadiin ๏ทบ guutuu nuuf godhe. Qurโaannisโฆ
๐น๐น๐๐๐๐๐๐โป๏ธ
Please irraa of haa qusannu ๐๐๐
#Valentine_day is absolutely forbidden in #islam๐
#INSTANT_VIEW tuqi dubbisi๐๐๐

Say no to #Valentine_day
โ Muslimni dhugaa Ramadanaaf qophaa'a male #Valentine_day hin kabaju ๐
โ Yoo dur hin beekin amma bartee jirta irraa dhorgami ๐

Forwarded from Love
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โ As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaa๐๐
๐น๐น๐๐๐๐๐๐น๐น

Uumama mataan irraa muramee qaamni hafe qofti sochoโu argitanii beektuu? Lukkuu Mormi irraa muramee waggaa tokkoo ol jiraateen hoo maal jettu? link kana tuqaa barruu ajaaโibaa kana dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/lukkuu-morma-hin-qabne-3ffe31fc5b60
Medium
Lukkuu morma hin qabne
Uumama mataan irraa muramee qaamni hafe qofti sochoโu argitanii beektuu? Eeyyan Lukkuu ykn horiin eega gorraโamee booda, akkasumas bofniโฆ