Interview Questions Ao.pdf
1002.2 KB
Interview Question (Afgaaffii, gaafannoo qacarrii hojiif taasifaman)
👤 Getu Abera
✍Kitaaba hedduu bareedaadha #qacarriin silas #Xoophiya keessan jiruu buusaa dubbisaa 😁😁😁
📚 ᴀꜰᴀᴀɴ ᴏʀᴏᴍᴏᴏ ᴘᴅꜰ
💾 1.0MB
sʜᴀʀᴇ💯sʜᴀʀᴇ💯sʜᴀʀᴇ
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
🌹👇👇👇👇👇🌹
👉 @Library_Islaamaa
👉 @Library_Islaamaa
🌹👆👆👆👆👆👆🌹
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

👍1
fayyaa sammuu.pdf
1.1 MB
🌹🌹📚📚📚📚📚🌹🌹
SIN darbin Kitaaba hedduu bareedaadha Akkuma maqaasaa #fayyaa_sammuu wanni caalu hin jiru buusaa dubbisaa😍😍👍👍

114: Dalagaan biyyaa baanee dalaynu haraam qabaa?
Gaafii: Nuti warri ala baanee waa carraaqnu kun khayrii dalaguu feena. Carraaqnee sadaqachuus ni feena. Garuu horiin keessan haraami nuun je’an. Ka masjiidaaf erginullee nurraa qeebaluu didan.
Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, ta duraatii ati waan dalagdu sumaatu uf beeka. Yoo sigaggaalummaa ka hojjattu taate, yoo mallaqni kee ka ribaa ta’e, yoo faana laaltuu taate, waan Rabbiin jibbu yoo ta’e horiin kee haraami.
Yoo hurkama kee taate ammoo, hurkaa kee itti fayyadamuu, nama fayyaduu, sadaqachuu, hajjiin dhaquu ni dandeessa. Namni horiin hurkaa keetii haraam siin je’u wallaalaadha. Nabiin ﷺ akki je’e irra caalaan dalagaa waan namni hurkee carraaqqatu. Horiin kee horii halaalii sadaqadhu.
✅Dr. Liwaa’ulislaam🎵

🌷 haqa jaalalaa 🌷🌹
Nama jaallachuu miti haqa jaalala sanii eeguutu hedduu nama dhiba...
Si jaallataaf nama si taasise...
Si jaallataaf islaamummaa si badhaase...
Si jaallataaf hamtuurraa si tiyse...
Si jaallataaf hammeenya khee siif dhoyse...
Si jaallataaf diliilee tee irra siif dabre...
Si jaallataaf........
Atis yoo isa jaallatte isaaf amanami haqa jaalala isaa tiysiif...

👍2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

"Waa'ee namaa dubbattanii yeroo teysan hin gubinaa. Nama hamachuun balaadha. Koottaa! Waa'ee Rabbii dubbadhaa. Rabbi yaadachuun rahmata."
Umar ibn al-Khaxxaab
قال الفاروق عمر بن الخطاب رضى الله عنه : لا تشغلوا أنفسكم بذكر الناس، فإنه بلاء، وعليكم بذكر الله تعالى فإنه رحمة.
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

♻️Namoota murtiin ajaa’ibaa itti murame.🤔
✅Yakki dachii tanarratti raawwatamu, ilmaan Nabi Aadam (AS) irraa eegalame. Eega ilmaan Nabi Aadam lameen wal ajjeesanii yakka guddicha raawwatanii booda, gochi kun daran babal’achaa itti fufe. Ilmi namaatis akka namoonni yakka hin raawwanneef seera adda addaa tumatee ittiin muree murteessuu eegalus, yakki daranuu babal’ate malee waa hin hir’anne.
✍Biyyoonni hedduun yakka hundaafuu adabbii garagaraa qabu. Fakkeenyaaf biyyoonni nama nama ajjeese du’aan adaban ni jiru. Kanneen umrii guutuu itti murteessanis ni jiru.
✍Biyyoonni gariin ammoo murtii bara jireenyaa jechuun seera addaa tumatanii lafaa qabu.
Murtii bara jireenyaa jechuun murtii addaati. Murtiin akkanaa kun biyya keenya keessatti waan hin beekamneef, nama hedduuf waan haaraya tahuu dandaya. #Fakkeenyaaf namni tokko nama tokko yoo ajjeese hidhaan umrii guutuu itti murtaaye haa jennu. Kanaafuu namni kun haga gaafa du’uutti manuma hidhaa keessa turuu qaba jechuudha. Garuu seera ol iyyannoottu jira. Namni tokko eega hidhaan umrii guutuu itti murteeffamee booda, ol iyyannoo gaafatanii murtiin akka fooyyeffamuuf, ykn akka bilisaan lakkifaman gaafatu. Sababa ol iyyannoo kanaaf jecha biyyoonni hedduu lubbuu nama tokkoo bara jireenyaatiin herreguu jalqaban. Akka seeraafi heera biyyoota gariitti, namni tokko yakka ajjeechaatiin himatamee yoo hidhaan umrii guutuu itti murame, ol iyyannoo dhiheeyfachuuf jalqaba waggaa 7 hidhamuu qaba. Kanaafuu amata 7 eega hidhamee booda ol iyyannoo dhiheeyfatee furmaata argachuu mala.
✍Namni kun yoo lubbuu nama hedduu galaafate, ol iyyannoon isaa wagga heddu booda tahuu danda’a. #Fakkeenyaaf namni kun osoo nama 10 ajjeesee hidhamee, Yoo hidhaa umrii guutuu takka qofa itti muran waggaa 7 booda ol iyyannoo dhiheeffatee bahuu mala. Kanaaf lubbuu inni galaafate kurnaniifuu kopha kophatti hidhaa umrii guutuu itti muran. Nama tokkoof hidhaa umrii guutuu, nama 2ffaatiifis hidhaa umrii guutuu, nama 3ffaatiifis hidhaa umrii guutuu. Haala Kanaan hidhaa bara jireenyaa 10 itti murteessan. Namichi kun eega waggaa 7 hidhamee booda lubbuu nama 1ffaa irra ajjeefameetiif ol iyyannoo gaafata. Tarii saniif furmaata argatee bilisaan akka lakkifamu murteeffamuufii dandaya. Garuu achi boodas nama 9tu hafaaf. Ammas eega wagga 7 hidhamee booda, nama 2ffaatiif ol iyyannoo gaafata. Haala kanaaf eega wagga 70 hidhamee booda, tarii bilisaan lakkifamuu mala. amma mee kanatti aansuun namoota haala Kanaan murtiin ajaa’ibaa itti murteeffame muraasa haa ilaalluu.
1ffaa. #Teerii_Nikolaas (Lammii Ameerikaati. Hidhaa bara jireenyaa 162 fi waggaa 93 ol iyyannoo malee)🤨🙆♂
✅Namichi kun lubbuu namoota 161 galaafate.😔 Akkasumas yakka shoorarkeessummaa fi balaa dhoohinsaa magaalaa Oklaahomaa keessatti raawwateen waggaan kun hundi itti murame. Osoo ol iyyannoon isaa kan bara jireenyaa 162 fudhatama argateehuu, namichi kun dabalataan waggaa 93 kan ol iyyannoo malee hidhamuu qabutu jira. Kanaafuu umrii isaa guutuu manuma hidhaa tura jechuudha.😳
2ffaa.#Abdallaah_Barguutii (Lammii Falasxiin, hidhaa bara jireenyaa 67 fi hidhaa waggaa 5,200 ol iyyannoo malee)😢
Namni kun hoogganaa garee Hamaas kan birgeedii Qassaamiiti. Israa’el nama kana loltoota 66 balaa boombiitiin na jalaa ajjeese jettee himatte. Lubbuu loltoota hundaatiif mataa mataan bara jireenyaa 67 eega itti murteen booda; hidhaa waggaa 5,200tis itti murtiissite. Wanti kun baacoo fakkaata. Garuu waan qabatamaan argamerrahi. Namni kun mana kophaa keessatti kan hidhame yoo ta’u, firaafi ahliin isaatis isa ziyaaruun hin hayyamamuuf.😭
3ffaa. #Gaarii_Rijweey ( Lammii Ameerikaa, Hidhaa bara jireenyaa 49, san keessaa 48'f ol iyyannoo dhiheeffachuu hin dandayu.🥴
Namichi kun dubartoota 71 bara 1982 irraa kaasee haga bara 1998titti ajjeesuu isaa amaneera. Dubartoonni inni ajjeese tunniin warra sagaagalummaarratti hirmaatan ta’uu isaaniillee himeera. Namichi kun yeroo tokko qofa ol iyyannoo dhiheeffatuu dandaya.
Itti fufa...........

112: Dubartiin nikaaha if hidhuu ni dandeessii?
Gaafii: Obboleettiin teenya takka akka jettutti, akkanumatti matuma ufiitiin kaatee gurbaa tokko jala deemtee if heerumsiiste. Wallee nikaan kee baaxila je’aniinii Saudii dhuftee nikaaha uf goote. Amma eega waa babbarattee rakkoo ufitti dhageesse.
Deebisaa: Yaa gaabrittii Rabbii, osoo abbaan kee akaakoon kee, adeerri kee, obboleessi kee, ilmoo sii gahe yoo qabaattes osoo lafa jiranuu nikaan ati gaafa duraa of goote sun baaxili. Wanni sirra jiru isa san irraa tawbachuudha. Gurbaan ammoo nikaaha naa qabdi jechutti si beeka, haalli inni itti nikaaha si godhate kun garuu baaxila.
Karaa qaaditti dhihaattee isa kana faskii ufirraa godhuu dandeessa. Nikaalleen hin jiruu inni garuu nikaaha naaf qabditti fudhata. Kan warri keessan nikaaha si godhan kun ammoo ka lammeessaadhaa nama nikaaha si godhe san addaan baradhu.
Abbaa kankee yoo ta’e nikaaha duraa san akkam ufirraa gooteeti? Yoo sun badiidha jechuu ufitti beeyte isa san irraa toowabattee, hamma haydiin takkarra lama sadi sitti dhuftutti ni eeyda.
Eega gadaamessaa kee xahaaratteen boodatti yoo abbaan kankee nikaaha si godhe nikaan kankee kanuma boodaa kana. Ka duraa baaxilii bakka hin jiru.

kaayyoo-jireenyi-tuni-fi-ilmi-namaa-itti-uumamaniif.pdf
1.9 MB
📚📚📚📚📚📚📚📚
Kaayyoo jireenyi kun uumamteef maali??🤫🤫
#dubbisi kitaaba keessaa argattaa ✍
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
🌹👇👇👇👇👇🌹
👉 @Library_Islaamaa
👉 @Library_Islaamaa
🌹👆👆👆👆👆👆🌹
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Kaayyoo jireenyi kun uumamteef maali??🤫🤫
#dubbisi kitaaba keessaa argattaa ✍
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
🌹👇👇👇👇👇🌹
👉 @Library_Islaamaa
👉 @Library_Islaamaa
🌹👆👆👆👆👆👆🌹
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
👍1
Bineesa ilmoo takka yeroo lama dhalu argitanii beeytuu? ilmoon takka akkamitti yeroo 2 dhalatti? tun dubbii baasaati. barruu ajaa’ibaa kana link kanarraa dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/kaangaaroo-afcda4abe8e
Medium
Bineensa ilmoo takka yeroo lama dhalu!
Bineensi kun Kaangaaroo jedhama. Sanyiin bineensa kanaa baay’inaan Awustraaliyaa keessatti argama. Bineensi kun sanyii jedhamu keessatti…
Islaamni Itiyoopiyaatti-1450
❄✳✴❄❄✳✴❄✳✴❄✳❄
Islaamni nabi Muhammad(SAW) itti ergamanii fi Itiyoopiyaan kan walbarani wagga 1450 hadhaa baati rajab keessa. Sahaboonni gara Itiyoopiyaa godaanani kan dhufani barra nabiyyumma wagga 5ffa irratti ture. Kana jechun osoo Nabiyichi makka irraa gara madinaatti hingodaanin waggaa 7 fi baati muraasa dura ture. Kana jeechun kaalaandarri hijra oso tokko jedhee hin jalqabin wagga torba dura jechudha.
Kaalandarri hijra sochi ji'aa irratti hundaahun lakkaawu kan eegale nabiyyiin Rabbi(saw) Makkaa irraa gara Madinaa yeroo godaanani irraayyi. Kana jechun Islaamni gara biyya keenya kan seene hijraan dura waggaa 7 dura jechuudha. Akka lakkofsa hijraati guyyaan harra baati Rajab guyya 1ffaa bara 1443 dha. Eega Ifaan islaama biyya keenya qaqqabee waggaa 1450, yoo immo baati waliitti butnee waggaa 1451ffa ta'aa jechudha. Alhamdulillah.

107: Eegaan salaata fixeen najisa firratti argee maaliin godha?
Gaafii: Eegan salaatee salaata fixadheen boodattin najisa ufirratti arkee salaanni kiyya sun akkami?
Deebisaa: Najaasaa si tuyxe yoo salaata keessatti yaadatte salaatuma keessattillee ufirraa baasuu dandeessa. Yoo dhalaa taate dhalaan huccuu ufirraa fuutee salaatuu waan hin dandeenneef jecha salaata cabsitee huccuu ufirraa jijjiiruu qabdi. Yoo dhiira taate ammoo, akka jaakkeettaa, akka koota gubbaadhaa, akka kophee haa ta’uu waan najisaa salaatuma keessatti ufirraa baasee salaata isaa bakkuma jiru irraa itti fuufuu danda’a.
Kunis daliilli dalagama Nabii keenyaati ﷺ. Isaanii salaatatti jiru jibriil itti dhufee kopheen tee najisa qabdi je’ee itti himnaan Nabiin Rabbii ﷺ salaatuma keessatti ufirraa baasanii salaata itti fuufan. Yoo najaasaan ati jettu tun ta fincaanii, ta udaanii, si wajjiin turtee quba qabdu, fakkeenyaaf sa’aa lamaafi sadii si wajjiin teessee danta dhabaan ka salaattuun taate salaata kee san deebisuudha qabda.
Najaasaan ati quba hin qabne yoo si tuqxe ammoo eega salaattee yoo ufirratti agarte san salaata hin deebiftuu Rabbi sirraa haa qeebalu.
✅Dr. Liwaa’ulislaam🎵
Gaafii: Eegan salaatee salaata fixadheen boodattin najisa ufirratti arkee salaanni kiyya sun akkami?
Deebisaa: Najaasaa si tuyxe yoo salaata keessatti yaadatte salaatuma keessattillee ufirraa baasuu dandeessa. Yoo dhalaa taate dhalaan huccuu ufirraa fuutee salaatuu waan hin dandeenneef jecha salaata cabsitee huccuu ufirraa jijjiiruu qabdi. Yoo dhiira taate ammoo, akka jaakkeettaa, akka koota gubbaadhaa, akka kophee haa ta’uu waan najisaa salaatuma keessatti ufirraa baasee salaata isaa bakkuma jiru irraa itti fuufuu danda’a.
Kunis daliilli dalagama Nabii keenyaati ﷺ. Isaanii salaatatti jiru jibriil itti dhufee kopheen tee najisa qabdi je’ee itti himnaan Nabiin Rabbii ﷺ salaatuma keessatti ufirraa baasanii salaata itti fuufan. Yoo najaasaan ati jettu tun ta fincaanii, ta udaanii, si wajjiin turtee quba qabdu, fakkeenyaaf sa’aa lamaafi sadii si wajjiin teessee danta dhabaan ka salaattuun taate salaata kee san deebisuudha qabda.
Najaasaan ati quba hin qabne yoo si tuqxe ammoo eega salaattee yoo ufirratti agarte san salaata hin deebiftuu Rabbi sirraa haa qeebalu.
✅Dr. Liwaa’ulislaam🎵
👍2
Bineesa ilmoo takka yeroo lama dhalu argitanii beeytuu? ilmoon takka akkamitti yeroo 2 dhalatti? tun dubbii baasaati. barruu ajaa’ibaa kana link kanarraa dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/kaangaaroo-afcda4abe8e
Medium
Bineensa ilmoo takka yeroo lama dhalu!
Bineensi kun Kaangaaroo jedhama. Sanyiin bineensa kanaa baay’inaan Awustraaliyaa keessatti argama. Bineensi kun sanyii jedhamu keessatti…
👍2
Dachii irra dhaabbannee deemnu, ta qotannee irraa soorannu, ta mana irratti ijaarrannu, gaafa jiruu addunyaa xumurree godaannu ammoo tan itti awwaalamnu tana waliin haa ilaallu. https://blog.nuuralhudaa.com/lafa-dachii-b862b2e8e556
Medium
Lafa/Dachii
Dachii irra dhaabbannee deemnu, ta qotannee irraa soorannu, ta mana irratti ijaarrannu, gaafa jiruu addunyaa xumurree godaannu ammoo tan…
Dirqiin Kiristaanessuu 1.pdf
1 MB
Dirqiin kiristaanessuu motummoota habashaatiin muslimoota irratti raawwatame. Barruu gabaabaa kana dubbisaa. Barnoota baay'ee uf keessaa qaba ✍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚

❤1
Uumamni nuti Afaan Oromootiin Addeessa, Ji’a ykn Baatii jennee waamnu, kan Afaan Ingiliffaan Moon jedhamtu tun takka qofa akka hin taane beekuu qabna. Addeessi nuti arginu tun addeessa lafaati. Plaaneetonni biroo kanneen akka Jubbitarii fi Saatarniitis Addeessa mataa isaanii akka qaban hoo beektuu? barruu guutuu link kana tuquun dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/addeessa-68290cf47199
Medium
Addeessa
Rabbiin hawaa kana haala ajaa’ibaatiin uume. Uumamni isaa hir’ina takkallee hin qabu. Hunduu tartiiba isaa eegee karaa ofii keessa yaa’a…
👍1
Guyyaa kanatti wantoota godhaman keessaa, saree tokkoo fi re’ee takka qaluudha. Kana booda dargaggoota jajjaboo magaalatti lama fiduun dhiiga saree fi Re’ee kana akka ofitti diban godhan. Itti aansuun ammoo dhiiga san aananiin ofirraa dhiqan. Dargaggoonni kunniin lamaan dura bu’anii, ummanni Roomaa ammoo isaan duuba deemuun magaalattii naanna’u. Dargaggoonni kunniin namoota fuuldura isaanii qaxxaamuran hunda alangeedhaan dhahu. ayyaanni Valentines Day jedhamu kun haala kanaan eegalame. link kana banaa barruu guutuu dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/guyyaa-jaalalleewwanii-95dfd9a27d86
Medium
Guyyaa Jaalalleewwanii
Rabbiin waan hundaa olitti Islaamummaa karaa godhee nuuf filate. Islaamummaa tanas karaa Nabi Muhammadiin ﷺ guutuu nuuf godhe. Qur’aannis…