π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
812 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
Night Mode.apk
538.2 KB
πŸ‘ŒApplication kun yeroo, halkan bilbila keessan fayyadamtan ifni bilbila keessanii akka isin hin miineef gargaara.

πŸ‘ŒAppicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu. βœπŸ™πŸ™
#Hoonga'aan suma qofa. #Ati_jaraa_wajjin ji'arra hin baane ykn nuu wajjin Bukhaarii hin qaraane.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ…Dardara wahiitu aalima kitaaba #Bukhaarii qaraasisutti dhufee "ati as taa'ii Bukhaarii qaraasisi warri dhihaa ji'arra bahaa jiru" jedhe. Aalimichis "maaltu raajiidha ree?πŸ€·β€β™‚ #Uumamatu_uumamatti dhaqqabe; nutimmoo gara #uumaa keenyaa dhaqqabuu feena.βœ… Garuu hoonga'aan suma qofa. Ati jaraa wajjin ji'arra hin baane ykn nuu wajjin #Bukhaarii_hin_qaraane" jedheen.😳😁😁😁
**
βœ…Hoongoon hundaa olii addunyaafi aakhiraa khassaruudha. Ergamtuu jallinaa Rabbi nu hin godhin. Rabbiin nu haa tiksu.🀲🀲🀲
Interview Questions Ao.pdf
1002.2 KB
Interview Question (Afgaaffii, gaafannoo qacarrii hojiif taasifaman)
πŸ‘€ Getu Abera

✍Kitaaba hedduu bareedaadha #qacarriin silas #Xoophiya keessan jiruu buusaa dubbisaa 😁😁😁

πŸ“š α΄€κœ°α΄€α΄€Ι΄ ᴏʀᴏᴍᴏᴏ α΄˜α΄…κœ°
πŸ’Ύ 1.0MB
sΚœα΄€Κ€α΄‡πŸ’―sΚœα΄€Κ€α΄‡πŸ’―sΚœα΄€Κ€α΄‡
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaada,qeeqaaf gaaffiifπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒΉ
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸŒΉπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸŒΉ
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
πŸ‘1
fayyaa sammuu.pdf
1.1 MB
πŸŒΉπŸŒΉπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸŒΉπŸŒΉ

SIN darbin Kitaaba hedduu bareedaadha Akkuma maqaasaa #fayyaa_sammuu wanni caalu hin jiru buusaa dubbisaaπŸ˜πŸ˜πŸ‘πŸ‘

Yaada,qeeqaaf gaaffiifπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒΉ
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸŒΉπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸŒΉ
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
πŸ‘1
114: Dalagaan biyyaa baanee dalaynu haraam qabaa?

Gaafii: Nuti warri ala baanee waa carraaqnu kun khayrii dalaguu feena. Carraaqnee sadaqachuus ni feena. Garuu horiin keessan haraami nuun je’an. Ka masjiidaaf erginullee nurraa qeebaluu didan.
 
Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, ta duraatii ati waan dalagdu sumaatu uf beeka. Yoo sigaggaalummaa ka hojjattu taate, yoo mallaqni kee ka ribaa ta’e, yoo faana laaltuu taate, waan Rabbiin jibbu yoo ta’e horiin kee haraami.

Yoo hurkama kee taate ammoo, hurkaa kee itti fayyadamuu, nama fayyaduu, sadaqachuu, hajjiin dhaquu ni dandeessa. Namni horiin hurkaa keetii haraam siin je’u wallaalaadha. Nabiin ο·Ί akki je’e irra caalaan dalagaa waan namni hurkee carraaqqatu. Horiin kee horii halaalii sadaqadhu.

 βœ…Dr. Liwaa’ulislaam🎡
🌷 haqa jaalalaa 🌷🌹
Nama jaallachuu miti haqa jaalala sanii eeguutu hedduu nama dhiba...

Si jaallataaf nama si taasise...
Si jaallataaf islaamummaa si badhaase...
Si jaallataaf hamtuurraa si tiyse...
Si jaallataaf hammeenya khee siif dhoyse...
Si jaallataaf diliilee tee irra siif dabre...

Si jaallataaf........
Atis yoo isa jaallatte isaaf amanami haqa jaalala isaa tiysiif...
πŸ‘2