π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
812 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
Alhamdulillah
#Jawar, #Baqqalaa fi #Hamzaa_Booranaa amma bahanii jiru!😍 #Baga_gammanne!

✍Waggoota 27 booda mana hidhaa yoo bahan #Mandelan
akkas jedhan,"Ani asii bahee warra na miidhaa turan
deebihee nan miidha yoon tahe,jibbitoota koo nan jibba
yoon tahe mooraa kana ala jiraadhus hidhaan jira". πŸ™


#Nelson_mandela
♻️ Namoota sin miidhaa turan jaalalaan moo'adhaa jechuumaaf jenne πŸ™

Baga gammanneπŸ™πŸ™
Ustaaz Xaalibuu
Munshid Abuu Mujaahid
🌹#Nashiidaa_haaraa
🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼
Ustaaz #Xaalibuu leenca kiyya yaa ustaaz xaalibuu warra shiraatu hidhe inni badii hin qabuu😒😒

🌹Yaa Rabbi nu furi 🀲🀲

#Warri_shiraa shirri jaraa shiruma hoongoo malee hin milkooftanuu tasumaaπŸ™…β€β™‚πŸ™…β€β™‚πŸ™…β€β™‚

#Free_Ustaaz_Xaalibuu_Ridallah✍✍
Night Mode.apk
538.2 KB
πŸ‘ŒApplication kun yeroo, halkan bilbila keessan fayyadamtan ifni bilbila keessanii akka isin hin miineef gargaara.

πŸ‘ŒAppicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu. βœπŸ™πŸ™
#Hoonga'aan suma qofa. #Ati_jaraa_wajjin ji'arra hin baane ykn nuu wajjin Bukhaarii hin qaraane.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ…Dardara wahiitu aalima kitaaba #Bukhaarii qaraasisutti dhufee "ati as taa'ii Bukhaarii qaraasisi warri dhihaa ji'arra bahaa jiru" jedhe. Aalimichis "maaltu raajiidha ree?πŸ€·β€β™‚ #Uumamatu_uumamatti dhaqqabe; nutimmoo gara #uumaa keenyaa dhaqqabuu feena.βœ… Garuu hoonga'aan suma qofa. Ati jaraa wajjin ji'arra hin baane ykn nuu wajjin #Bukhaarii_hin_qaraane" jedheen.😳😁😁😁
**
βœ…Hoongoon hundaa olii addunyaafi aakhiraa khassaruudha. Ergamtuu jallinaa Rabbi nu hin godhin. Rabbiin nu haa tiksu.🀲🀲🀲
Interview Questions Ao.pdf
1002.2 KB
Interview Question (Afgaaffii, gaafannoo qacarrii hojiif taasifaman)
πŸ‘€ Getu Abera

✍Kitaaba hedduu bareedaadha #qacarriin silas #Xoophiya keessan jiruu buusaa dubbisaa 😁😁😁

πŸ“š α΄€κœ°α΄€α΄€Ι΄ ᴏʀᴏᴍᴏᴏ α΄˜α΄…κœ°
πŸ’Ύ 1.0MB
sΚœα΄€Κ€α΄‡πŸ’―sΚœα΄€Κ€α΄‡πŸ’―sΚœα΄€Κ€α΄‡
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaada,qeeqaaf gaaffiifπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒΉ
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸŒΉπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸŒΉ
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
πŸ‘1
fayyaa sammuu.pdf
1.1 MB
πŸŒΉπŸŒΉπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸŒΉπŸŒΉ

SIN darbin Kitaaba hedduu bareedaadha Akkuma maqaasaa #fayyaa_sammuu wanni caalu hin jiru buusaa dubbisaaπŸ˜πŸ˜πŸ‘πŸ‘

Yaada,qeeqaaf gaaffiifπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒΉ
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸŒΉπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸŒΉ
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
πŸ‘1