𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
814 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
qajeelfamoota-buuuraa-maqaalee-fi-sifaata-rabbii.pdf
2 MB
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Maasha Allah sin #Darbin kitaaba hedduu bareedaadha buusaa dubbisaa🙏🙏🙏
Buusi dubbisi
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf👉 @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa
👉 @Library_Islaamaa
👆👆👆👆👆👆👆👆
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
1
الحمدُ لله، والصلاة والسلام على رسول الله وبعد :-

⚠️ Warra kuffaaraa (akka fakkeenyaatti yahuudaaf Kiristaanota) yeroo ayyaana isaanii kan akka cuuphaa, qillee, inquxaaxaashii masqala,irreecha fi kkf irratti akka muslimaatti

Wajjin kabajuun,
Ergaa “Baga Geessan” dabarsuun
Gammachuu ibsuun
Isaan fakkaachuun
Waan isaan ayyaana sanarratti gargaaraman dhiyeessuun akka shari'aa Rabbiitti haraamaafi dhorkaadha.

Ragaa Isaa yoo feete fudhu kunoo Rabbi Ol ta'e Akkas Jedha:

(يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ لَا تَتَّخِذُوا۟ ٱلْيَهُودَ وَٱلنَّصَٰرَىٰٓ أَوْلِيَآءَۘ بَعْضُهُمْ أَوْلِيَآءُ بَعْضٍۚ وَمَن يَتَوَلَّهُم مِّنكُمْ فَإِنَّهُۥ مِنْهُمْۗ إِنَّ ٱللَّهَ لَا يَهْدِى ٱلْقَوْمَ ٱلظَّٰلِمِينَ)

“Yaa warra amantan! Yahuudotaafi Kiristaanotas jaalallee keessoo hin godhatinaa Gariin isaanii jaalallee gariiti Isin irraa namni jaalallee isaan godhate, inni isaanuma irraayyi Dhugumatti, Rabbiin ummata miidhaa hojjattoota hin qajeelchu”

🖇️ Isaanitti fakkaacchuu: uffaata keessatti, dubbii keessatti, kanniin isaan adda itti bahan sanatti fakkaachuun haraama dha.

عن ابن عبد الله ابن عمر رضي الله عنه قال: قال رسول الله ﷺ :(( مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُم)) رواه أبو داود قال الألباني حسن صحيح.  

“Namtichi orma tokkotti fakkaate isaanuma irraayyii, isaaniin addaan hin jiru"

🚫 Dabalataanis bakka isaan ayyaana itti kabajan irratti argamuunis hin danda'mu.

قال الله تعالى: (وَٱلَّذِينَ لَا يَشْهَدُونَ ٱلزُّورَ وَإِذَا مَرُّوا۟ بِٱللَّغْوِ مَرُّوا۟ كِرَامًا )

“Ammas (gabrooni Rabbii) isaan ragaa cubbuu hin baaneefi yeroo tapha bira qaxxaamuranis kabajaadhaan qaxxaamuraniidha”

قال ابن القيم رحمه الله
« ولا يجوز للمسلمين حضور أعياد المشركين باتفاق أهل العلم الذين »

📘 أحكام أهل الذمة 1 /723-724)

"Ayyaana Mushrikootaa irratti hirmaachuun akka hin eeyamamne Ulamayiin islaamaa irratti walii galaniiru"

قال عمر بن الخطاب رضي الله عنه أنه قال : (لا تدخلوا على المشركين في كنائسهم يوم عيدهم فإن السخطة تنزل عليهم) وروى البيهقي

“Bakka ayyaana warra mushrikaa hin seeniinaa bakka sanatti dunni ykn dheekkamsi Rabbii nu buuti”

قال تعالى: (وَقَدْ نَزَّلَ عَلَيْكُمْ فِى ٱلْكِتَٰبِ أَنْ إِذَا سَمِعْتُمْ ءَايَٰتِ ٱللَّهِ يُكْفَرُ بِهَا وَيُسْتَهْزَأُ بِهَا فَلَا تَقْعُدُوا۟ مَعَهُمْ حَتَّىٰ يَخُوضُوا۟ فِى حَدِيثٍ غَيْرِهِۦٓۚ إِنَّكُمْ إِذًا مِّثْلُهُمْۗ إِنَّ ٱللَّهَ جَامِعُ ٱلْمُنَٰفِقِينَ وَٱلْكَٰفِرِينَ فِى جَهَنَّمَ جَمِيعا)

"Dhugumatti, kitaaba keessatti “yeroo keeyyattoota Rabbii kan isaanitti kafaramuufi isaanitti qoofamu dhageessan, hanga isaan haasa’a biraa keessa seenanitti isaan waliin hin taa’inaa” jechuun (Rabbiin) isin irratti buuseera Yoos isinis fakkaattota isaaniiti Dhugumatti, Rabbiin munaafiqootaafi kaafiroota jahannam keessatti walitti qabaadha”

قال عمر بن الخطاب رضي الله عنه
(اجْتَنِبُوا أَعْدَاءَ اللَّهِ فِي عِيدِهِمْ)
[السنن الكبرى للبيهقي - ١٨٨٦٢

(Ayyaana warra diina Allahuu ta'an irraa faggaadhaa)

🖇️ Muslimni tokko kan inni jaalallee godhatee qabachuu qabu muslimoota dha.

( إِنَّمَا وَلِيُّكُمُ ٱللَّهُ وَرَسُولُهُۥ وَٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ ٱلَّذِينَ يُقِيمُونَ ٱلصَّلَوٰةَ وَيُؤْتُونَ ٱلزَّكَوٰةَ وَهُمْ رَٰكِعُونَ وَمَن يَتَوَلَّ ٱللَّهَ وَرَسُولَهُۥ وَٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ فَإِنَّ حِزْبَ ٱللَّهِ هُمُ ٱلْغَٰلِبُونَ)

"Jaalalloon keessan Allaahu, ergamaa Rabbiiti, worra amane, isaan (amanan) sunuu ka salaata dhaaban, ka zakaallee keennatan, isaannan shari'aa Rabbiitii uf gadi-qaboo ka ta'an. Namni Allaahuu jaalalloo godhate, ergamaa isaallee namni jaalalloo godhate, worra mu'umintootaallee namni jaalalloo godhate namni sun jama'aa Rabbii irraayyii, isaantu injifato'o”

♻️ Yaa obbolaa islaamaa!!
Islaamummaa keetiin booni kun siif gahaa dha Rabbis kanaani kan inni ol si kaasu!!

قال عمر رضي الله عنه :"نحن قوم أعزَّنا الله بالإسلام فمهما ابتغينا العزَّة في غيره أذلَّنا الله".

🛰 @ifaislaamaa

🌍 Telegram yookin WhatsApp

facebook.com/Ifaislaamaa
♻️#Takkaa_dhageessee🤭

#Namni_hundi wayta ganama hirribaa ka’u hanga tokko ni dheerata.😂😂😂😂

Guyyaa guyyaa wayta dhaabbannuufi yeroo deemnu guulli harkisa lafaa jabaadha. Qaamni keenya guutuun gara lafaa waan gad harkifamuuf, lafeewwan qaama keenya keessa jiran hundi walitti maxxanu. Wayta rafnu ammoo kallattiin guula harkisa lafaa ni jijjiirama. Akka yeroo deemnuu ykn dhaabbannuu graaviitiin gama miilaa nu harkisu hin jiru. Wayta ciisnu lafeen hundi kallattima jirurraa harkifama. Yeroo kana lafeewwan walitti maxxanan hundi adda sissiiqu. Dhangala’aan akka lafeen wal hin rigne qaama keenya keessatti uumame ammoo heddummaatee lafeewwan jiddutti dhangala’a. haala kanaan halkan guutuu rafaa bullee ganama wayta hirribaa kaanu, qaamni keenya seentimeetira 0.7 hanga 1.7 ni dheerata. Osoma hedduus hin turin akkuma xiqqoo tarkaanfanneen dhangala’aan lafeewwan jidduu seene jidduu bahuu eegala. Hoggasuma dheerinni keenya bakka duraatti deebi’a.😁😁

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa.
🌹👇👇👇👇👇🌹
👉 @Library_Islaamaa
👉 @Library_Islaamaa
🌹👆👆👆👆👆👆🌹
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
👍1
Alhamdulillah
#Jawar, #Baqqalaa fi #Hamzaa_Booranaa amma bahanii jiru!😍 #Baga_gammanne!

Waggoota 27 booda mana hidhaa yoo bahan #Mandelan
akkas jedhan,"Ani asii bahee warra na miidhaa turan
deebihee nan miidha yoon tahe,jibbitoota koo nan jibba
yoon tahe mooraa kana ala jiraadhus hidhaan jira". 🙏


#Nelson_mandela
♻️ Namoota sin miidhaa turan jaalalaan moo'adhaa jechuumaaf jenne 🙏

Baga gammanne🙏🙏
Ustaaz Xaalibuu
Munshid Abuu Mujaahid
🌹#Nashiidaa_haaraa
🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼
Ustaaz #Xaalibuu leenca kiyya yaa ustaaz xaalibuu warra shiraatu hidhe inni badii hin qabuu😢😢

🌹Yaa Rabbi nu furi 🤲🤲

#Warri_shiraa shirri jaraa shiruma hoongoo malee hin milkooftanuu tasumaa🙅‍♂🙅‍♂🙅‍♂

#Free_Ustaaz_Xaalibuu_Ridallah
Night Mode.apk
538.2 KB
👌Application kun yeroo, halkan bilbila keessan fayyadamtan ifni bilbila keessanii akka isin hin miineef gargaara.

👌Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu. 🙏🙏
🌹ASSALAMU ALYKUM,Wr,wb Jirtuu?? JIRRA jedhaa 😊 Mee Namni si waliin jirra jettan 🖐 👈tuqaa🙏
#Galatoomaa - Hiikkaan Google Saffisaa jira

AFaan Oromoo Jechootni/Gaaleewwan/Himootni Kuma 85 ol hiikkame
Tartiiba hiikkaa Google Afaan Oromoo yoo barbaaddan link asiin gadii irraa ilaalaa
https://www.afaan-oromoo.com/tartiiba-hiikkaa-gugilii-afaan-oromoo/
#Hoonga'aan suma qofa. #Ati_jaraa_wajjin ji'arra hin baane ykn nuu wajjin Bukhaarii hin qaraane.
👇👇👇👇👇👇👇👇
Dardara wahiitu aalima kitaaba #Bukhaarii qaraasisutti dhufee "ati as taa'ii Bukhaarii qaraasisi warri dhihaa ji'arra bahaa jiru" jedhe. Aalimichis "maaltu raajiidha ree?🤷‍♂ #Uumamatu_uumamatti dhaqqabe; nutimmoo gara #uumaa keenyaa dhaqqabuu feena. Garuu hoonga'aan suma qofa. Ati jaraa wajjin ji'arra hin baane ykn nuu wajjin #Bukhaarii_hin_qaraane" jedheen.😳😁😁😁
**
Hoongoon hundaa olii addunyaafi aakhiraa khassaruudha. Ergamtuu jallinaa Rabbi nu hin godhin. Rabbiin nu haa tiksu.🤲🤲🤲