𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
816 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
🚫#Hubachiisa_cimaa⛔️

#Merry_Christmas

Assalamualyekum_wrahmattullahi_wabarakaatuhu 🤝 Obbolewwaan kiyya bakka jirtan maratti Nageenyi Rabbii isin irra haa jiraatu 🌹🌹
Akkuma beekamu Ummanni kiristaanaa fuuldura kana #Ayyaana tokko qabu.
Ayyaanichas kan jarri kabajuuf akka ilaalcha jaraatti #Guyyaa_dhaloota_Yesuus_kiristoos jechuun kan kabajanuudha.

Ammallee Akka amantii jaraatti nabi #Iisaa/Yesuus #Ilma_Rabbii jedhanii amanu #Na'uzubillah yaa Rabbi ati ilma godhatuu irraa qulqulluudha.
Kanaaf #Namni_muslimaa Ayyaana kana #baga_geessaan ykn #merry_Christmas jechuun gonkumaa dhoorgaadha

Sababni jarri Ayyaana kana guyyaa Rabbiin ilma itti argate jedhanii kabaju #Na'uuzubillah ati namni @muslimaa gaafa baga geesse jettu #deeggaraa akka jirtu agarsiisa Ammallee Ayyaanichi #Shirkiidha kanaaf irraa of haa qusannu yaaobboleewwaan iimaanaa 👌
🚫🚫🚫🚫🚫🚫🚫🚫🚫

#Ayyaanni_qilee Ayyaana #Shirkiiti shirkiin immoo badii gurguddaadha ❗️
#HUB...Namni maal naan jedha yoon bira dabre jettaaf Akka Rabbii keetiin walin dhabne⛔️⛔️

#Merry_Christmas
🚫🚫🚫🚫🚫🚫🚫🚫🚫
🌹🌹Eee dhugaadha 🌹🌹

🌹🌷🌹🌹🌷🌷
Meeqatu jira kan qabeenyi isaa
baay'annaan isaan
shaagalame, 😢

Meeqatu jira
faaruun itti
baay'annaan ittiin
kan qormaatame,

Meeqatu jira
wanjala isaa rabbi
dhoksinaan kan of
dagate,

#Via👉Abdallaa bin
mas'uud

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️🌹 Iccitii Milkaa'inaa🌹
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀


Waggaa Kudha 15 dura Abbaan #Facebook Kan tahe #Mark_Zukerberg Akkamitti akka #Qabeenya_horatan waliin marii gochuuf hiriyoota isaa keessaa nama 5 kutaa isaatti waame.🙏

Haa tahu garuu nama 5 keessaa 2 qofatu dhufe 😳 kan hundarra nama Ajaa'ibu yeroo ammaa lamaan isaaniiyyuu #BILLIONERA 😊😊 Isaanis 1,#Dustin_Moskovitz Doolaara $6.5 billion 2,#Eduardo_Saverin Doolaara $3.4 billion ol qaba🤭🤭

Mark inni jara waame immoo yeroo amma doolaara billion $80 ol kan qabuudha.🤭🤭

♻️ #Hubadhu
Namuma fedhe haa tahu waa'ee Mil'kaainaa fi guddina gara fuulduraa yoo si biratti dubbate sammuu kee banaa godhii caqasi si fayyaduutu malaa
Ammalee wanti an siif dhaamu yeroo nama 3 faa taatanii waliin teessan #Du'aa godhaa niyyaa qulqulluu taateen ni milkooftanii insha Allah 👌
🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
👍2
Yaa ilma kiyya nama halaakame akkamitti halaakame jettee hin dinqisiifatin haa ta'u male nama najaa bahe akkamitti najaa bahe jedhii dinqisiifadhu
Yaa ilma kiyya qabeenyi fayyaa qaamaa caalu hin jiru,ammas qananiin ibsituu ijaa caaltu hin jirtu.
#NABI_SULEYIMAAN
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
🦂 Qaajjibbuun kun baay’inaan biyyoota baha jiddu galeessaa fi Kaaba Afriikaa keessatti argama. Naannoolee gammoojjii biyya keenyaa keessattis ni argama. Naannoon akkaan jiidhaa ta’e qaajjibbuu kanaaf mijaawaa miti. Summiin qaajjibbuu kanaa akka malee ulfaataadha. Gubaa fi cinqaan isaa du’aaf nama saaxila. Warri tajaajila wal aansaa argatanii hafanis dhukkubbii itti dhagahame san yoomillee irraanfatuu hin danda’an. waahee qaajjibuu kanaa bal’inaan hubachuuf link kana banaa dubbisaa.
https://t.me/iv?url=https://nuuralhudaa.com/qaajjibbuu-deathstalker-scorpion/&rhash=47584b8b8751e2
Eega dilii keessatti kuftee booda Istigfaara heddummeessi malee of hin saaxilin!
#Astaghfirullaah jedhi

Rasuulli Rabbii (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) akki jedhan, "isa lubbuun Muhammad (ﷺ) harka isaa jirtuttin Kakadhaa: osoo Diliiwwan teessan hamma jidduu Samiitii fi Jidduu dachii dhaa guuttutti Diilowtanii, eeganaa ammoo Rabbirra yoo Araarama barbaaddan Rabbiin isiniif araaramaa." Jedhan!

أستغفر الله العظيم الذي لا إله إلا هو الحي القيوم وأتوب إليه عدد خلقه ورضا نفسه وزنة عرشه ومداد كلماته -
Haata'utii Rabbiin mujaahiraa hin araaramu.
Hadiisa Abaa Hureeyraan odeeyseen Nabi Muhammad (ﷺ) akkana jedhan:- «Rabbiin ummata kiyya cufaaf ni araarama #mujaahira malee, #mujaahira_jachuun_nam_halkan_dilii_takka_dalage_osoo_Rabbiin_isa_sattaree_jiruu, #ganama_ka'ee_Yaa_abal_bar_eda_waan_akkanaa_waan_akkasiitiin_dalagee'' jedhee waan Rabbiin isa sattare satrii ifirraa fuudhu"

حديث أبي هريرة  قال: سمعت رسول الله ﷺ يقول: كل أمتي معافى إلا المجاهرين، وإن من المجاهرة أن يعمل الرجل بالليل عملا، ثم يصبح وقد ستره الله عليه فيقول: يا فلان، عملت البارحة كذا وكذا، وقد بات يستره ربه، ويصبح يكشف ستر الله عنه[1]، متفق عليه.
#HUBADHU.👌 Ilmi Aadam hunduu #dilaawaadha haa tahuu garuu waan dilii dalagne haa xiqqaatu haa guddatu nama biraatti #Odeessuu irraa haa eegnu adaraa obboleewwaan koo.🥺👌

🌹🌲🌹🌲🌹🌲🌹🌹🌲🌹
Hadiisa Sahiiha, Bukhaarii fii Muslimtu irratti walii gale.

👉#Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa


🅙🅞🅘🅝 🅖🅞🅓🅗🅐🅐
👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👍2
#Addunyaa kana irraa milliona dhiibbaan namni daawwatame #Dr.#Zakir 👈Qofa👌
Suuraan kun biyya #malesia tti kan kaafameedha 🙏

♻️ #Kenna Rabbal Aalamiin Nu badhaase Alhamdulillah summa Alhamdulillah Meeqa keenyatu quba qaba laata🤔🤔🤔

Addunyaa kana keessaa saayintistiin tokko hindhala nne,beekaan tokkos hin dhalanne, Abbaan amantaa tokkos hin dhalanne, Namni anatu beekaadhaa jedhu tokkos hin jiru hin jiraanne kan #Dr.#Zaakir_Abdulkariim_Naayik in mormii godhee injifate takkaa hin Argamne.🙏🙏🙏 😊😁

Alhamdulillah summa Alhamdulillah maal wanni akka kan nama #gammachiisu Wallahi an akka kiyyati Addunyaa aduun itti dhiitee bariitu keessaa Nama amma jiru keessaa namni An akka #Dr.#Zaakir jaaladhu hin jiru wallahii Rabbi Ragaadha.yaa Allah Umrii nuuf dheeressi leenca fakkii namaa kana Eenyu kan afaan warra dhihaa nurraa cufsiise fedha Rabiitiin 👏
🌹ALHAMDULILLAH 🌹
👍3
qajeelfamoota-buuuraa-maqaalee-fi-sifaata-rabbii.pdf
2 MB
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Maasha Allah sin #Darbin kitaaba hedduu bareedaadha buusaa dubbisaa🙏🙏🙏
Buusi dubbisi
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf👉 @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa
👉 @Library_Islaamaa
👆👆👆👆👆👆👆👆
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
1
الحمدُ لله، والصلاة والسلام على رسول الله وبعد :-

⚠️ Warra kuffaaraa (akka fakkeenyaatti yahuudaaf Kiristaanota) yeroo ayyaana isaanii kan akka cuuphaa, qillee, inquxaaxaashii masqala,irreecha fi kkf irratti akka muslimaatti

Wajjin kabajuun,
Ergaa “Baga Geessan” dabarsuun
Gammachuu ibsuun
Isaan fakkaachuun
Waan isaan ayyaana sanarratti gargaaraman dhiyeessuun akka shari'aa Rabbiitti haraamaafi dhorkaadha.

Ragaa Isaa yoo feete fudhu kunoo Rabbi Ol ta'e Akkas Jedha:

(يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ لَا تَتَّخِذُوا۟ ٱلْيَهُودَ وَٱلنَّصَٰرَىٰٓ أَوْلِيَآءَۘ بَعْضُهُمْ أَوْلِيَآءُ بَعْضٍۚ وَمَن يَتَوَلَّهُم مِّنكُمْ فَإِنَّهُۥ مِنْهُمْۗ إِنَّ ٱللَّهَ لَا يَهْدِى ٱلْقَوْمَ ٱلظَّٰلِمِينَ)

“Yaa warra amantan! Yahuudotaafi Kiristaanotas jaalallee keessoo hin godhatinaa Gariin isaanii jaalallee gariiti Isin irraa namni jaalallee isaan godhate, inni isaanuma irraayyi Dhugumatti, Rabbiin ummata miidhaa hojjattoota hin qajeelchu”

🖇️ Isaanitti fakkaacchuu: uffaata keessatti, dubbii keessatti, kanniin isaan adda itti bahan sanatti fakkaachuun haraama dha.

عن ابن عبد الله ابن عمر رضي الله عنه قال: قال رسول الله ﷺ :(( مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُم)) رواه أبو داود قال الألباني حسن صحيح.  

“Namtichi orma tokkotti fakkaate isaanuma irraayyii, isaaniin addaan hin jiru"

🚫 Dabalataanis bakka isaan ayyaana itti kabajan irratti argamuunis hin danda'mu.

قال الله تعالى: (وَٱلَّذِينَ لَا يَشْهَدُونَ ٱلزُّورَ وَإِذَا مَرُّوا۟ بِٱللَّغْوِ مَرُّوا۟ كِرَامًا )

“Ammas (gabrooni Rabbii) isaan ragaa cubbuu hin baaneefi yeroo tapha bira qaxxaamuranis kabajaadhaan qaxxaamuraniidha”

قال ابن القيم رحمه الله
« ولا يجوز للمسلمين حضور أعياد المشركين باتفاق أهل العلم الذين »

📘 أحكام أهل الذمة 1 /723-724)

"Ayyaana Mushrikootaa irratti hirmaachuun akka hin eeyamamne Ulamayiin islaamaa irratti walii galaniiru"

قال عمر بن الخطاب رضي الله عنه أنه قال : (لا تدخلوا على المشركين في كنائسهم يوم عيدهم فإن السخطة تنزل عليهم) وروى البيهقي

“Bakka ayyaana warra mushrikaa hin seeniinaa bakka sanatti dunni ykn dheekkamsi Rabbii nu buuti”

قال تعالى: (وَقَدْ نَزَّلَ عَلَيْكُمْ فِى ٱلْكِتَٰبِ أَنْ إِذَا سَمِعْتُمْ ءَايَٰتِ ٱللَّهِ يُكْفَرُ بِهَا وَيُسْتَهْزَأُ بِهَا فَلَا تَقْعُدُوا۟ مَعَهُمْ حَتَّىٰ يَخُوضُوا۟ فِى حَدِيثٍ غَيْرِهِۦٓۚ إِنَّكُمْ إِذًا مِّثْلُهُمْۗ إِنَّ ٱللَّهَ جَامِعُ ٱلْمُنَٰفِقِينَ وَٱلْكَٰفِرِينَ فِى جَهَنَّمَ جَمِيعا)

"Dhugumatti, kitaaba keessatti “yeroo keeyyattoota Rabbii kan isaanitti kafaramuufi isaanitti qoofamu dhageessan, hanga isaan haasa’a biraa keessa seenanitti isaan waliin hin taa’inaa” jechuun (Rabbiin) isin irratti buuseera Yoos isinis fakkaattota isaaniiti Dhugumatti, Rabbiin munaafiqootaafi kaafiroota jahannam keessatti walitti qabaadha”

قال عمر بن الخطاب رضي الله عنه
(اجْتَنِبُوا أَعْدَاءَ اللَّهِ فِي عِيدِهِمْ)
[السنن الكبرى للبيهقي - ١٨٨٦٢

(Ayyaana warra diina Allahuu ta'an irraa faggaadhaa)

🖇️ Muslimni tokko kan inni jaalallee godhatee qabachuu qabu muslimoota dha.

( إِنَّمَا وَلِيُّكُمُ ٱللَّهُ وَرَسُولُهُۥ وَٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ ٱلَّذِينَ يُقِيمُونَ ٱلصَّلَوٰةَ وَيُؤْتُونَ ٱلزَّكَوٰةَ وَهُمْ رَٰكِعُونَ وَمَن يَتَوَلَّ ٱللَّهَ وَرَسُولَهُۥ وَٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ فَإِنَّ حِزْبَ ٱللَّهِ هُمُ ٱلْغَٰلِبُونَ)

"Jaalalloon keessan Allaahu, ergamaa Rabbiiti, worra amane, isaan (amanan) sunuu ka salaata dhaaban, ka zakaallee keennatan, isaannan shari'aa Rabbiitii uf gadi-qaboo ka ta'an. Namni Allaahuu jaalalloo godhate, ergamaa isaallee namni jaalalloo godhate, worra mu'umintootaallee namni jaalalloo godhate namni sun jama'aa Rabbii irraayyii, isaantu injifato'o”

♻️ Yaa obbolaa islaamaa!!
Islaamummaa keetiin booni kun siif gahaa dha Rabbis kanaani kan inni ol si kaasu!!

قال عمر رضي الله عنه :"نحن قوم أعزَّنا الله بالإسلام فمهما ابتغينا العزَّة في غيره أذلَّنا الله".

🛰 @ifaislaamaa

🌍 Telegram yookin WhatsApp

facebook.com/Ifaislaamaa