๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
816 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
เผ†Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo
#JOIN godhaakaa!
โ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿ
โค1
๐Ÿšซ#Hubachiisa_cimaaโ›”๏ธ

#Merry_Christmas โŒโŒ

โœ Assalamualyekum_wrahmattullahi_wabarakaatuhu ๐Ÿค Obbolewwaan kiyya bakka jirtan maratti Nageenyi Rabbii isin irra haa jiraatu ๐ŸŒน๐ŸŒนโœ
โœ… Akkuma beekamu Ummanni kiristaanaa fuuldura kana #Ayyaana tokko qabu.
โœ…Ayyaanichas kan jarri kabajuuf akka ilaalcha jaraatti #Guyyaa_dhaloota_Yesuus_kiristoos jechuun kan kabajanuudha.

โœ…Ammallee Akka amantii jaraatti nabi #Iisaa/Yesuus #Ilma_Rabbii jedhanii amanu #Na'uzubillah yaa Rabbi ati ilma godhatuu irraa qulqulluudha.
โœ… Kanaaf #Namni_muslimaa Ayyaana kana #baga_geessaan ykn #merry_Christmas jechuun gonkumaa dhoorgaadhaโŒ

โœ…Sababni jarri Ayyaana kana guyyaa Rabbiin ilma itti argate jedhanii kabaju #Na'uuzubillah ati namni @muslimaa gaafa baga geesse jettu #deeggaraa akka jirtu agarsiisa Ammallee Ayyaanichi #Shirkiidha kanaaf irraa of haa qusannu yaaobboleewwaan iimaanaa ๐Ÿ‘Œโœโœ
๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ

#Ayyaanni_qilee Ayyaana #Shirkiiti shirkiin immoo badii gurguddaadha โ—๏ธ
#HUB...Namni maal naan jedha yoon bira dabre jettaaf Akka Rabbii keetiin walin dhabneโ›”๏ธโ›”๏ธ

#Merry_ChristmasโŒโŒ
๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ
๐ŸŒน๐ŸŒนEee dhugaadha ๐ŸŒน๐ŸŒน

๐ŸŒน๐ŸŒท๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒท๐ŸŒท
โœ…Meeqatu jira kan qabeenyi isaa
baay'annaan isaan
shaagalame, ๐Ÿ˜ข

โœ…Meeqatu jira
faaruun itti
baay'annaan ittiin
kan qormaatame,

โœ…Meeqatu jira
wanjala isaa rabbi
dhoksinaan kan of
dagate,

#Via๐Ÿ‘‰Abdallaa bin
mas'uud

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ป๏ธ๐ŸŒน Iccitii Milkaa'inaa๐ŸŒน
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€


โœ…Waggaa Kudha 15 dura Abbaan #Facebook Kan tahe #Mark_Zukerberg Akkamitti akka #Qabeenya_horatan waliin marii gochuuf hiriyoota isaa keessaa nama 5 kutaa isaatti waame.๐Ÿ™

โœ…Haa tahu garuu nama 5 keessaa 2 qofatu dhufe ๐Ÿ˜ณ kan hundarra nama Ajaa'ibu yeroo ammaa lamaan isaaniiyyuu #BILLIONERA ๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š Isaanis 1,#Dustin_Moskovitz Doolaara $6.5 billion 2,#Eduardo_Saverin Doolaara $3.4 billion ol qaba๐Ÿคญ๐Ÿคญ

โœMark inni jara waame immoo yeroo amma doolaara billion $80 ol kan qabuudha.๐Ÿคญ๐Ÿคญ

โ™ป๏ธ #Hubadhu
โœ… Namuma fedhe haa tahu waa'ee Mil'kaainaa fi guddina gara fuulduraa yoo si biratti dubbate sammuu kee banaa godhii caqasi si fayyaduutu malaa
โœ… Ammalee wanti an siif dhaamu yeroo nama 3 faa taatanii waliin teessan #Du'aa godhaa niyyaa qulqulluu taateen ni milkooftanii insha Allah ๐Ÿ‘Œ
๐Ÿ–Š๐Ÿ–Š๐Ÿ–Š๐Ÿ–Š๐Ÿ–Š๐Ÿ–Š๐Ÿ–Š๐Ÿ–Š๐Ÿ–Š

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐‚๐จ๐ฆ๐ฆ๐ž๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ž๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ โ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
โ™ฅ๏ธ ๐—๐—ผ๐—ถ๐—ป ๐—š๐—ผ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ โ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐ŸŒน @Library_Islaamaa
๐ŸŒน @Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ โ˜๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘2
Yaa ilma kiyya nama halaakame akkamitti halaakame jettee hin dinqisiifatin haa ta'u male nama najaa bahe akkamitti najaa bahe jedhii dinqisiifadhu
Yaa ilma kiyya qabeenyi fayyaa qaamaa caalu hin jiru,ammas qananiin ibsituu ijaa caaltu hin jirtu.
#NABI_SULEYIMAAN
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
โš˜@Ehsan_tube ๐ŸŒน @Library_Islaamaa โš˜
โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
๐Ÿฆ‚ Qaajjibbuun kun baayโ€™inaan biyyoota baha jiddu galeessaa fi Kaaba Afriikaa keessatti argama. Naannoolee gammoojjii biyya keenyaa keessattis ni argama. Naannoon akkaan jiidhaa taโ€™e qaajjibbuu kanaaf mijaawaa miti. Summiin qaajjibbuu kanaa akka malee ulfaataadha. Gubaa fi cinqaan isaa duโ€™aaf nama saaxila. Warri tajaajila wal aansaa argatanii hafanis dhukkubbii itti dhagahame san yoomillee irraanfatuu hin dandaโ€™an. waahee qaajjibuu kanaa balโ€™inaan hubachuuf link kana banaa dubbisaa.
https://t.me/iv?url=https://nuuralhudaa.com/qaajjibbuu-deathstalker-scorpion/&rhash=47584b8b8751e2
Eega dilii keessatti kuftee booda Istigfaara heddummeessi malee of hin saaxilin!
#Astaghfirullaah jedhi

Rasuulli Rabbii (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) akki jedhan, "isa lubbuun Muhammad (๏ทบ) harka isaa jirtuttin Kakadhaa: osoo Diliiwwan teessan hamma jidduu Samiitii fi Jidduu dachii dhaa guuttutti Diilowtanii, eeganaa ammoo Rabbirra yoo Araarama barbaaddan Rabbiin isiniif araaramaa." Jedhan!

ุฃุณุชุบูุฑ ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุนุธูŠู… ุงู„ุฐูŠ ู„ุง ุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ู‡ูˆ ุงู„ุญูŠ ุงู„ู‚ูŠูˆู… ูˆุฃุชูˆุจ ุฅู„ูŠู‡ ุนุฏุฏ ุฎู„ู‚ู‡ ูˆุฑุถุง ู†ูุณู‡ ูˆุฒู†ุฉ ุนุฑุดู‡ ูˆู…ุฏุงุฏ ูƒู„ู…ุงุชู‡ -
Haata'utii Rabbiin mujaahiraa hin araaramu.
Hadiisa Abaa Hureeyraan odeeyseen Nabi Muhammad (๏ทบ) akkana jedhan:- ยซRabbiin ummata kiyya cufaaf ni araarama #mujaahira malee, #mujaahira_jachuun_nam_halkan_dilii_takka_dalage_osoo_Rabbiin_isa_sattaree_jiruu, #ganama_ka'ee_Yaa_abal_bar_eda_waan_akkanaa_waan_akkasiitiin_dalagee'' jedhee waan Rabbiin isa sattare satrii ifirraa fuudhu"

ุญุฏูŠุซ ุฃุจูŠ ู‡ุฑูŠุฑุฉ ๏ด ู‚ุงู„: ุณู…ุนุช ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ๏ทบ ูŠู‚ูˆู„: ูƒู„ ุฃู…ุชูŠ ู…ุนุงูู‰ ุฅู„ุง ุงู„ู…ุฌุงู‡ุฑูŠู†ุŒ ูˆุฅู† ู…ู† ุงู„ู…ุฌุงู‡ุฑุฉ ุฃู† ูŠุนู…ู„ ุงู„ุฑุฌู„ ุจุงู„ู„ูŠู„ ุนู…ู„ุงุŒ ุซู… ูŠุตุจุญ ูˆู‚ุฏ ุณุชุฑู‡ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ููŠู‚ูˆู„: ูŠุง ูู„ุงู†ุŒ ุนู…ู„ุช ุงู„ุจุงุฑุญุฉ ูƒุฐุง ูˆูƒุฐุงุŒ ูˆู‚ุฏ ุจุงุช ูŠุณุชุฑู‡ ุฑุจู‡ุŒ ูˆูŠุตุจุญ ูŠูƒุดู ุณุชุฑ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡[1]ุŒ ู…ุชูู‚ ุนู„ูŠู‡.
โœ… #HUBADHU.๐Ÿ‘Œ Ilmi Aadam hunduu #dilaawaadha haa tahuu garuu waan dilii dalagne haa xiqqaatu haa guddatu nama biraatti #Odeessuu irraa haa eegnu adaraa obboleewwaan koo.๐Ÿฅบ๐Ÿ‘Œ

๐ŸŒน๐ŸŒฒ๐ŸŒน๐ŸŒฒ๐ŸŒน๐ŸŒฒ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒฒ๐ŸŒน
Hadiisa Sahiiha, Bukhaarii fii Muslimtu irratti walii gale.

๐Ÿ‘‰#Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

โคโคโคโคโคโคโค
๐Ÿ…™๐Ÿ…ž๐Ÿ…˜๐Ÿ… ๐Ÿ…–๐Ÿ…ž๐Ÿ…“๐Ÿ…—๐Ÿ…๐Ÿ…
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
โš˜@Ehsan_tube ๐ŸŒน @Library_Islaamaa โš˜
โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
๐Ÿ‘2
#Addunyaa kana irraa milliona dhiibbaan namni daawwatame #Dr.#Zakir ๐Ÿ‘ˆQofa๐Ÿ‘Œ
Suuraan kun biyya #malesia tti kan kaafameedha ๐Ÿ™

โ™ป๏ธ #Kenna Rabbal Aalamiin Nu badhaase Alhamdulillah summa Alhamdulillah Meeqa keenyatu quba qaba laata๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”

โœ… Addunyaa kana keessaa saayintistiin tokko hindhala nne,beekaan tokkos hin dhalanne, Abbaan amantaa tokkos hin dhalanne, Namni anatu beekaadhaa jedhu tokkos hin jiru hin jiraanne kan #Dr.#Zaakir_Abdulkariim_Naayik in mormii godhee injifate takkaa hin Argamne.๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™ ๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜

โœ…Alhamdulillah summa Alhamdulillah maal wanni akka kan nama #gammachiisu Wallahi an akka kiyyati Addunyaa aduun itti dhiitee bariitu keessaa Nama amma jiru keessaa namni An akka #Dr.#Zaakir jaaladhu hin jiru wallahii Rabbi Ragaadha.yaa Allah Umrii nuuf dheeressi leenca fakkii namaa kana Eenyu kan afaan warra dhihaa nurraa cufsiise fedha Rabiitiin ๐Ÿ‘
๐ŸŒนALHAMDULILLAH ๐ŸŒน
๐Ÿ‘3
qajeelfamoota-buuuraa-maqaalee-fi-sifaata-rabbii.pdf
2 MB
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โœMaasha Allah sin #Darbin kitaaba hedduu bareedaadha buusaa dubbisaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Buusi dubbisi โœ…
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
โค1