Maashallah #Kitaabban olii kunniin #Tafsiira haala bareedaan qophaheedha buusaa dubbisaa ๐๐
โโโโโโโโโ
๐๐
@Library_Islaamaa
โโโโโโโโโ
๐๐
@Library_Islaamaa
Jecha Hayyoota Islaamaa.
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โ Abbaan Iccitii Isaarratti
Mootiidha, Gaafa Gadi Baate Garuu Isiitu Abbaarratti Mootii Ta'a. ๐ท
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โ Guyyarraa Guyyatti Keeyrii Dabaladhu, Yoo Kan Guyya Guyyatti Keeyrii Dabalataa Hin Jirre Taate, Hir'ataa Jirtaa Beeki. ๐

โ Yaa Ilma Namaa Waan Gaarii Yookaa Toltuudha Jettu Hundaan
Gama Rabbii Keetii Dhihaachuu Kajeeli, Wanni Guddaan Gama
Rabbititti Si Kaleessuu Ammoo Jecha Isaati (Qur'aana).๐
โป๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐นโป๏ธ

๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โ Assalaamualykum warahmatullahi wabarakatuhu Namoonni #barannoon keenya duraan isin darbe link jala jiru tuquun irraa fayyadamaa๐๐๐
1 Telegrama keessan qarshii fixee sin rakkisaa jiraa ?? furmaata isaa kinoo seeni๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/17
2 Telegram #Afaan oromoon jalqabuu quba qabduu??? Kinoo asiin tuqii seeni๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/23
3 Hattoota Telegram akkamitti ofirraa ittisna๐ค
Kinoo seenii laali๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/39
4 Hiika #Qur'aanaa afaan oromoo guutuu argachuuf
Kinoo seeni๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/135
5 Mu'ujizaa qur'aanaa kana beektuu???๐๐๐ seeni
https://t.me/Library_Islaamaa/262
6 Telegram keessan yoo si jalaa hatame maal gootu? Furmaanni kinoo๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/314
7 Seerota Dinqisiisoo Addunyaa kana beekta ๐๐๐๐ Seenii laali
https://t.me/Library_Islaamaa/322
8 Application Qur'aana juuza 30 guutuu argachuuf
Kinoo๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/351
9 guutummaa Telegram keenyaa Afaan oromoon fayyadamuu akka dandeenyuu hoo beektuu ??? ๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/373
10 Bot kitaabban islaamaa of keessa qabu argachuu ni feetaa??๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/378
11 link Telegram Huffaazota Qur'aana bebbeekamoo addunyaa kan nama 77 bakka tokkoti argachuu ni feetaa??? Kana tuqi seeni ๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/427
12 Website toora internet background suuraa keeti al tokkoon haxaahee kaasu argachuuf kinoo seeni๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/442
13,Biqilaa dhaabuu ergamaan Rabbii nabi muhammad S,A,W akka nu ajajanbeektuu??
https://t.me/Library_Islaamaa/442
14 Application Keyboard kee barreeffama feeteen akka barreesitu argachuf si gargaaru argachuuf๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/450
15 Waan namni fedhe afaan fedheen barreesse #facebook gubbaatti gara afaan oromootti akka deebisuu dandeenyu beektuu?? Kun kan hundarra nama dinqudha๐ค๐ค argachuuf๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/481
16 Ammoo akkamitti comment namani fkn afaan Chayinaan barresse afaan oromooti deebisna beektuu?? Argachuuf๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/488?single
19 Akkamitti Nashiidaa, photo,Video garagaraa telegram irraa buufanna ???
Kinoo ๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/492?single
20 Akkamitti video facebook irra buufachuu dandeenya ??
๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/508?single
โ Maashallah seenaa baradhaa ๐ค
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ

Telegram
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต??
๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐๐ง ๐๐๐ซ๐ฌ๐ก๐ข๐ข ๐๐ข๐ฑ๐๐ ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐ซ๐๐ค๐ค๐ข๐ฌ๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐?
๐ ๐ฎ๐ซ๐ฆ๐๐๐ง๐ง๐ข ๐ก๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ข๐ซ๐๐?
Fayyadamtoota Telegram
qofaaf. Stepi gadii kana hordofaa.๐
โ #Telegram: banattu.
๐
โก #setting: kan jedhu tuqxu.
๐
โข #data_and_storage : kan jedhu tuqaa
๐
โฃ #when_using_mobile_data:โฆ
๐ ๐ฎ๐ซ๐ฆ๐๐๐ง๐ง๐ข ๐ก๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ข๐ซ๐๐?
Fayyadamtoota Telegram
qofaaf. Stepi gadii kana hordofaa.๐
โ #Telegram: banattu.
๐
โก #setting: kan jedhu tuqxu.
๐
โข #data_and_storage : kan jedhu tuqaa
๐
โฃ #when_using_mobile_data:โฆ
๐1๐1
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โ Assalamualyekum Wrahmatullahi wabarakaatuhu ๐๐น๐นQaqqaaliwwan kiyya Nagaaf Rahmanni Rabbii bakka isin jirtan maratti isin irra haa jiraatu ๐
โ Itti aansuun #Telegram tibba kana, Appiwwan old version ta'an irratti akka dhihootti tajaajila kennuu #dhaabu Appiwwan tokko tokko irratti beeksisaa jira, kanaaf akka Appi version haaraa buufattanii fayyadamtan.
โ Ammoo Irra bareedaan Application #Telegram plus waan taheef isa #playstore irraa akka buufadhaa Mb isa 39 hedduu bareedaadhaโ
โป๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐นโป๏ธ
๐๐๐

Hisnul muslim.pdf
1.6 MB
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Kitaaba bareedaa #Hisnulmuslim kan zikrii garaagaraa hedduu qabaachuudhaan beekamu kana buusa dubbisaa๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐๐๐
@Library_Islaamaa
Kitaaba bareedaa #Hisnulmuslim kan zikrii garaagaraa hedduu qabaachuudhaan beekamu kana buusa dubbisaa๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐๐๐
@Library_Islaamaa
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
โKana beektuu?๐ค๐คซ๐
โ Namaaf bilbiluu jettee maallaqa keessaa dhabdee miskooluma gochuuf Rakkattee beektaa??๐ค๐ค๐ค 100% namni kanaan hin Rakkattin jira jedhee hin yaadu hin jirus.๐ maarree osoma maallaqni kee 0:00 tahee iyyuu miskoola gochuu ni dandeessa.๐๐
โ Akkuma beekamu yoo maallaqa keessaan qabne #Herregni_keessan_gahaa_miti_herreega_dabalataa_guuttadhaa_jetti Juntattin ๐๐ Maarree atis bifa miskoolaatin akka dhaqee siif galuuf yeroo isheen akka ammaa jettu zeroo yeroo #sadii 000 tuqxa๐๐ battaluma sanatti nama bilbiluufii barbaaddu san bira siif gala.๐๐๐๐๐๐๐น๐น๐น
๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ข๐ ๐ ๐ ก๐
๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
โ barruun kun yoo sitti tole ๐ tuqika man

๐1
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
#Hin_jarjarin #Obsa_qabaadhu ๐น๐น
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โDubbiin akkana Abbaa manaafi Haadha manaatu osoma waliin jiraatan Haati manaa kun hedduu tokko #shakkiti A/manaa ishee kana haa tahu male A/manaa kun hedduu Bareedaafii amala qabeessa namaa ture.
โ Gaaf tokko osoma waliin taahan A/manaa mobile isaa #charge irraa qaba ture H/manaas biruma turte gidduma kanaan mobile isaa charge guutee #batteryfull jedhe sagalee dhageessise๐๐๐ achumaan isheen immoo maal jette seete๐
Woyyoo nan bade eenyu inni ati #beautiful jettee qabatte kun #hoodhu_haasofsiisi_kaa_siif_bilbiltee_hoo hin jettu seetee๐๐๐๐๐๐๐

hiika-iimaanaa-fi-hundeewwan-isaa.pdf
4.1 MB
๐น๐น๐๐๐๐๐น๐น๐น
โMaashaa Allah kitaaba hedduu bareedaaadha ๐ #Zamana iimaanni dhabame kana barannee #Iimaana keenya haa tikfannu obboleeyyaan kiyyaa inshallah๐๐
#For_more๐๐

๐2
Forwarded from Deleted Account
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
เผKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
โโโโโโโโโโโโโโโ

โค1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

๐ซ#Hubachiisa_cimaaโ๏ธ
#Merry_Christmas โโ
โ Assalamualyekum_wrahmattullahi_wabarakaatuhu ๐ค Obbolewwaan kiyya bakka jirtan maratti Nageenyi Rabbii isin irra haa jiraatu ๐น๐นโ
โ Akkuma beekamu Ummanni kiristaanaa fuuldura kana #Ayyaana tokko qabu.
โ Ayyaanichas kan jarri kabajuuf akka ilaalcha jaraatti #Guyyaa_dhaloota_Yesuus_kiristoos jechuun kan kabajanuudha.
โ Ammallee Akka amantii jaraatti nabi #Iisaa/Yesuus #Ilma_Rabbii jedhanii amanu #Na'uzubillah yaa Rabbi ati ilma godhatuu irraa qulqulluudha.
โ Kanaaf #Namni_muslimaa Ayyaana kana #baga_geessaan ykn #merry_Christmas jechuun gonkumaa dhoorgaadhaโ
โ Sababni jarri Ayyaana kana guyyaa Rabbiin ilma itti argate jedhanii kabaju #Na'uuzubillah ati namni @muslimaa gaafa baga geesse jettu #deeggaraa akka jirtu agarsiisa Ammallee Ayyaanichi #Shirkiidha kanaaf irraa of haa qusannu yaaobboleewwaan iimaanaa ๐โโ
๐ซ๐ซ๐ซ๐ซ๐ซ๐ซ๐ซ๐ซ๐ซ
#Ayyaanni_qilee Ayyaana #Shirkiiti shirkiin immoo badii gurguddaadha โ๏ธ
#HUB...Namni maal naan jedha yoon bira dabre jettaaf Akka Rabbii keetiin walin dhabneโ๏ธโ๏ธ
#Merry_Christmasโโ

๐น๐นEee dhugaadha ๐น๐น
๐น๐ท๐น๐น๐ท๐ท
โ Meeqatu jira kan qabeenyi isaa
baay'annaan isaan
shaagalame, ๐ข
โ Meeqatu jira
faaruun itti
baay'annaan ittiin
kan qormaatame,
โ Meeqatu jira
wanjala isaa rabbi
dhoksinaan kan of
dagate,
#Via๐Abdallaa bin
mas'uud
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐น๐ท๐น๐น๐ท๐ท
โ Meeqatu jira kan qabeenyi isaa
baay'annaan isaan
shaagalame, ๐ข
โ Meeqatu jira
faaruun itti
baay'annaan ittiin
kan qormaatame,
โ Meeqatu jira
wanjala isaa rabbi
dhoksinaan kan of
dagate,
#Via๐Abdallaa bin
mas'uud
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
โป๏ธ๐น Iccitii Milkaa'inaa๐น
๐๐๐๐๐๐๐
โ Waggaa Kudha 15 dura Abbaan #Facebook Kan tahe #Mark_Zukerberg Akkamitti akka #Qabeenya_horatan waliin marii gochuuf hiriyoota isaa keessaa nama 5 kutaa isaatti waame.๐
โ Haa tahu garuu nama 5 keessaa 2 qofatu dhufe ๐ณ kan hundarra nama Ajaa'ibu yeroo ammaa lamaan isaaniiyyuu #BILLIONERA ๐๐ Isaanis 1,#Dustin_Moskovitz Doolaara $6.5 billion 2,#Eduardo_Saverin Doolaara $3.4 billion ol qaba๐คญ๐คญ
โMark inni jara waame immoo yeroo amma doolaara billion $80 ol kan qabuudha.๐คญ๐คญ
โป๏ธ #Hubadhu
โ Namuma fedhe haa tahu waa'ee Mil'kaainaa fi guddina gara fuulduraa yoo si biratti dubbate sammuu kee banaa godhii caqasi si fayyaduutu malaa
โ Ammalee wanti an siif dhaamu yeroo nama 3 faa taatanii waliin teessan #Du'aa godhaa niyyaa qulqulluu taateen ni milkooftanii insha Allah ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐๐จ๐ฆ๐ฆ๐๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐ โฅ๏ธ
๐๐๐
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
โฅ๏ธ ๐๐ผ๐ถ๐ป ๐๐ผ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ โฅ๏ธ
๐๐๐
๐น @Library_Islaamaa
๐น @Library_Islaamaa
โป๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ โ๏ธโป๏ธ

Yoo isin isaaf tumsuu baattaniis, dhugumatti Rabbi isa tumseeraINSTANT VIEW irraa dubbiffadhaa.
https://telegra.ph/Yoo-isin-isaaf-tumsuu-baattaniis-dhugumatti-Rabbi-isa-tumseera-12-27
โป๏ธ @ifaislaamaa
Telegraph
Yoo isin isaaf tumsuu baattaniis, dhugumatti Rabbi isa tumseera
Faaruun ka Rabbiiti, galannillee kanuma isaati, Salaatnii fi Nagayaan yoo maraa addaan hin cinne ergamaa isaa irratti haa jiraatu, warraa fii sahaabaa isaanii irrattillee haa jiraatu , warra toltuun isaan hordofe maraan waliin. Ammaba'du Torbee darbe Booyyeenโฆ
Yaa ilma kiyya nama halaakame akkamitti halaakame jettee hin dinqisiifatin haa ta'u male nama najaa bahe akkamitti najaa bahe jedhii dinqisiifadhu
Yaa ilma kiyya qabeenyi fayyaa qaamaa caalu hin jiru,ammas qananiin ibsituu ijaa caaltu hin jirtu.
#NABI_SULEYIMAAN
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โโโโ๐น๐นโโโโโโโโ
โ@Ehsan_tube ๐น @Library_Islaamaa โ
โโโโโโ๐น๐นโโโโโโ

๐ฆ Qaajjibbuun kun baayโinaan biyyoota baha jiddu galeessaa fi Kaaba Afriikaa keessatti argama. Naannoolee gammoojjii biyya keenyaa keessattis ni argama. Naannoon akkaan jiidhaa taโe qaajjibbuu kanaaf mijaawaa miti. Summiin qaajjibbuu kanaa akka malee ulfaataadha. Gubaa fi cinqaan isaa duโaaf nama saaxila. Warri tajaajila wal aansaa argatanii hafanis dhukkubbii itti dhagahame san yoomillee irraanfatuu hin dandaโan. waahee qaajjibuu kanaa balโinaan hubachuuf link kana banaa dubbisaa.
https://t.me/iv?url=https://nuuralhudaa.com/qaajjibbuu-deathstalker-scorpion/&rhash=47584b8b8751e2

NuuralHudaa
Qaajjibbuu (DeathStalker Scorpion)
Gosti Qaajjibbuu kanaa maqaalee heddu qaba. Isaan keessaa Qaajjibbuu Israaโel, Qaajjibbuu Omdurman, Qaajjibbuu gammoojjii maqaalee jedhaniinis ni beekama. Hammeenyaa fi balaa uumama garagaraa irraan gahuu dandaโu irratti hundaaโaniiti deathstalker Scorpionโฆ
Eega dilii keessatti kuftee booda Istigfaara heddummeessi malee of hin saaxilin!
#Astaghfirullaah jedhi
Rasuulli Rabbii (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) akki jedhan, "isa lubbuun Muhammad (๏ทบ) harka isaa jirtuttin Kakadhaa: osoo Diliiwwan teessan hamma jidduu Samiitii fi Jidduu dachii dhaa guuttutti Diilowtanii, eeganaa ammoo Rabbirra yoo Araarama barbaaddan Rabbiin isiniif araaramaa." Jedhan!
ุฃุณุชุบูุฑ ุงููู ุงูุนุธูู ุงูุฐู ูุง ุฅูู ุฅูุง ูู ุงูุญู ุงููููู ูุฃุชูุจ ุฅููู ุนุฏุฏ ุฎููู ูุฑุถุง ููุณู ูุฒูุฉ ุนุฑุดู ูู ุฏุงุฏ ููู ุงุชู -
Haata'utii Rabbiin mujaahiraa hin araaramu.
Hadiisa Abaa Hureeyraan odeeyseen Nabi Muhammad (๏ทบ) akkana jedhan:- ยซRabbiin ummata kiyya cufaaf ni araarama #mujaahira malee, #mujaahira_jachuun_nam_halkan_dilii_takka_dalage_osoo_Rabbiin_isa_sattaree_jiruu, #ganama_ka'ee_Yaa_abal_bar_eda_waan_akkanaa_waan_akkasiitiin_dalagee'' jedhee waan Rabbiin isa sattare satrii ifirraa fuudhu"
ุญุฏูุซ ุฃุจู ูุฑูุฑุฉ ๏ด ูุงู: ุณู ุนุช ุฑุณูู ุงููู ๏ทบ ูููู: ูู ุฃู ุชู ู ุนุงูู ุฅูุง ุงูู ุฌุงูุฑููุ ูุฅู ู ู ุงูู ุฌุงูุฑุฉ ุฃู ูุนู ู ุงูุฑุฌู ุจุงูููู ุนู ูุงุ ุซู ูุตุจุญ ููุฏ ุณุชุฑู ุงููู ุนููู ููููู: ูุง ููุงูุ ุนู ูุช ุงูุจุงุฑุญุฉ ูุฐุง ููุฐุงุ ููุฏ ุจุงุช ูุณุชุฑู ุฑุจูุ ููุตุจุญ ููุดู ุณุชุฑ ุงููู ุนูู[1]ุ ู ุชูู ุนููู.
โ #HUBADHU.๐ Ilmi Aadam hunduu #dilaawaadha haa tahuu garuu waan dilii dalagne haa xiqqaatu haa guddatu nama biraatti #Odeessuu irraa haa eegnu adaraa obboleewwaan koo.๐ฅบ๐
๐น๐ฒ๐น๐ฒ๐น๐ฒ๐น๐น๐ฒ๐น
Hadiisa Sahiiha, Bukhaarii fii Muslimtu irratti walii gale.
๐#Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
โคโคโคโคโคโคโค
๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐