𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
816 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
Umar ibn Al-khaxxaab RA akkana jedhe << Nama salaata miidhuu hojii isaa kan biroo keessatti irra caala akka inni miidhamu argarta.>> rabbiin nama haqa salaataa guutu nu haa taasisu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
🍄 #Dhugaa jiru 🍄

Namni sadaqaa kennu yeroo sadaqaa kennu sana sadaqaan sun harkaa iyyeessaa seenuun dura harka rabbii akka seenu utuu beekeee silaa lazzaan kennaadhaa akka kan kennaa caalu hubata
#IBNUL _QAYYIM

@Ehsan_tube
Yaa ilma kiyya an #dhagaa fi #sibiilas baadheera wanti kun hundinuu salphaadha,Garuu wanta akka ollaa hamaa ulfaatu argee hin beeku.
Yaa ilma kiyya wanta hadhaa'aas dhandhameera garuu waan akka hiyyummaa hadhaa'u argee hin beeku.
#LUQMAAN_AL_HAKIIM
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👍1
Jecha Hayyoota Islaamaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Abbaan Iccitii Isaarratti
Mootiidha, Gaafa Gadi Baate Garuu Isiitu Abbaarratti Mootii Ta'a. 🌷
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Guyyarraa Guyyatti Keeyrii Dabaladhu, Yoo Kan Guyya Guyyatti Keeyrii Dabalataa Hin Jirre Taate, Hir'ataa Jirtaa Beeki. 👌
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Yaa Ilma Namaa Waan Gaarii Yookaa Toltuudha Jettu Hundaan
Gama Rabbii Keetii Dhihaachuu Kajeeli, Wanni Guddaan Gama
Rabbititti Si Kaleessuu Ammoo Jecha Isaati (Qur'aana).📖

♻️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹♻️

⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👍1
👍👍Maashaallah 😍😍

Channel bareedaa maalummaa Amantii #Kiristaanaa irraa barattan channel Dr.#Zaakir Ethiopia kan tahan #Ustaaz_Xaalibuu_Riddallah kana #Join godhaa ammalee group garagaraa irratti share godha baarakallah 👏👏

#Turullee_dhugaatu_mooyata_dhugaan Islaamummaadha 📚🙏🙏

KINOO #JOIN godhikaa
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Xaalibu6504
https://t.me/Xaalibu6504
Maashallah #Kitaabban olii kunniin #Tafsiira haala bareedaan qophaheedha buusaa dubbisaa 👍👍

👇👇
@Library_Islaamaa
Jecha Hayyoota Islaamaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Abbaan Iccitii Isaarratti
Mootiidha, Gaafa Gadi Baate Garuu Isiitu Abbaarratti Mootii Ta'a. 🌷
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Guyyarraa Guyyatti Keeyrii Dabaladhu, Yoo Kan Guyya Guyyatti Keeyrii Dabalataa Hin Jirre Taate, Hir'ataa Jirtaa Beeki. 👌
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Yaa Ilma Namaa Waan Gaarii Yookaa Toltuudha Jettu Hundaan
Gama Rabbii Keetii Dhihaachuu Kajeeli, Wanni Guddaan Gama
Rabbititti Si Kaleessuu Ammoo Jecha Isaati (Qur'aana).📖

♻️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹♻️
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

Assalaamualykum warahmatullahi wabarakatuhu Namoonni #barannoon keenya duraan isin darbe link jala jiru tuquun irraa fayyadamaa🙏🙏🙏

1 Telegrama keessan qarshii fixee sin rakkisaa jiraa ?? furmaata isaa kinoo seeni👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/17

2 Telegram #Afaan oromoon jalqabuu quba qabduu??? Kinoo asiin tuqii seeni👇👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/23

3 Hattoota Telegram akkamitti ofirraa ittisna🤔
Kinoo seenii laali👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/39

4 Hiika #Qur'aanaa afaan oromoo guutuu argachuuf
Kinoo seeni👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/135

5 Mu'ujizaa qur'aanaa kana beektuu???👇👇👇 seeni
https://t.me/Library_Islaamaa/262

6 Telegram keessan yoo si jalaa hatame maal gootu? Furmaanni kinoo👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/314

7 Seerota Dinqisiisoo Addunyaa kana beekta 👇👇👇👇 Seenii laali
https://t.me/Library_Islaamaa/322

8 Application Qur'aana juuza 30 guutuu argachuuf
Kinoo👇👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/351

9 guutummaa Telegram keenyaa Afaan oromoon fayyadamuu akka dandeenyuu hoo beektuu ??? 👇👇👇

https://t.me/Library_Islaamaa/373

10 Bot kitaabban islaamaa of keessa qabu argachuu ni feetaa??👇👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/378

11 link Telegram Huffaazota Qur'aana bebbeekamoo addunyaa kan nama 77 bakka tokkoti argachuu ni feetaa??? Kana tuqi seeni 👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/427
12 Website toora internet background suuraa keeti al tokkoon haxaahee kaasu argachuuf kinoo seeni👇👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/442
13,Biqilaa dhaabuu ergamaan Rabbii nabi muhammad S,A,W akka nu ajajanbeektuu??

https://t.me/Library_Islaamaa/442

14 Application Keyboard kee barreeffama feeteen akka barreesitu argachuf si gargaaru argachuuf👇👇

https://t.me/Library_Islaamaa/450

15 Waan namni fedhe afaan fedheen barreesse #facebook gubbaatti gara afaan oromootti akka deebisuu dandeenyu beektuu?? Kun kan hundarra nama dinqudha🤔🤔 argachuuf👇👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/481
16 Ammoo akkamitti comment namani fkn afaan Chayinaan barresse afaan oromooti deebisna beektuu?? Argachuuf👇👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/488?single

19 Akkamitti Nashiidaa, photo,Video garagaraa telegram irraa buufanna ???
Kinoo 👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/492?single
20 Akkamitti video facebook irra buufachuu dandeenya ??
👇👇👇👇

https://t.me/Library_Islaamaa/508?single

Maashallah seenaa baradhaa 🤙
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👍1😁1
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Assalamualyekum Wrahmatullahi wabarakaatuhu 😍🌹🌹Qaqqaaliwwan kiyya Nagaaf Rahmanni Rabbii bakka isin jirtan maratti isin irra haa jiraatu 👏

Itti aansuun #Telegram tibba kana, Appiwwan old version ta'an irratti akka dhihootti tajaajila kennuu #dhaabu Appiwwan tokko tokko irratti beeksisaa jira, kanaaf akka Appi version haaraa buufattanii fayyadamtan.
Ammoo Irra bareedaan Application #Telegram plus waan taheef isa #playstore irraa akka buufadhaa Mb isa 39 hedduu bareedaadha

♻️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹♻️
👇👇👇
@Library_Islaamaa
Hisnul muslim.pdf
1.6 MB
📚📚📚📚📚📚📚📚📚

Kitaaba bareedaa #Hisnulmuslim kan zikrii garaagaraa hedduu qabaachuudhaan beekamu kana buusa dubbisaa👍👏

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
👇👇👇
@Library_Islaamaa
Kana beektuu?🤔🤫😍

Namaaf bilbiluu jettee maallaqa keessaa dhabdee miskooluma gochuuf Rakkattee beektaa??🤔🤔🤔 100% namni kanaan hin Rakkattin jira jedhee hin yaadu hin jirus.👌 maarree osoma maallaqni kee 0:00 tahee iyyuu miskoola gochuu ni dandeessa.😊😁


Akkuma beekamu yoo maallaqa keessaan qabne #Herregni_keessan_gahaa_miti_herreega_dabalataa_guuttadhaa_jetti Juntattin 🙄😂 Maarree atis bifa miskoolaatin akka dhaqee siif galuuf yeroo isheen akka ammaa jettu zeroo yeroo #sadii 000 tuqxa👍👍 battaluma sanatti nama bilbiluufii barbaaddu san bira siif gala.𝖙𝖍𝖆𝖓𝖐𝖘🌹🌹🌹

🅙🅞🅘🅝 🅢🅗🅐🅡🅔
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa

barruun kun yoo sitti tole 👍 tuqika man
👍1
#Hin_jarjarin #Obsa_qabaadhu 🌹🌹

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Dubbiin akkana Abbaa manaafi Haadha manaatu osoma waliin jiraatan Haati manaa kun hedduu tokko #shakkiti A/manaa ishee kana haa tahu male A/manaa kun hedduu Bareedaafii amala qabeessa namaa ture.

Gaaf tokko osoma waliin taahan A/manaa mobile isaa #charge irraa qaba ture H/manaas biruma turte gidduma kanaan mobile isaa charge guutee #batteryfull jedhe sagalee dhageessise😊😁😁 achumaan isheen immoo maal jette seete😂





Woyyoo nan bade eenyu inni ati #beautiful jettee qabatte kun #hoodhu_haasofsiisi_kaa_siif_bilbiltee_hoo hin jettu seetee😂😂😂😂😂😂😂
hiika-iimaanaa-fi-hundeewwan-isaa.pdf
4.1 MB
🌹🌹📚📚📚📚🌹🌹🌹

Maashaa Allah kitaaba hedduu bareedaaadha 👍 #Zamana iimaanni dhabame kana barannee #Iimaana keenya haa tikfannu obboleeyyaan kiyyaa inshallah🙏🙏

#For_more👇👇
@Library_Islaamaa
👍2
Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo
#JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
1