This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐น๐นAjaa'iba kun๐คญ๐คซ๐น
โGuyyaa #Juma'aa Tokko Akka Tasaa Tahee
Imaamni Masjidaa Khuxbaarraa Turraan
Tiraafikni (Traffic Police)Tokko Ka'ee
#MINBARA Irra Bahe.
๏ฟพ Tiraafikichis Afaan Hojii Isaatin Khuxbaa
Eegale.๐
โโ " Yaa Ilmaan Namaa! Hayyama Imaana
Keessanii Haaroymfadhaa!
โ Qabattoo Sodaa Rabbii Hidhadhaa ! ๐น
โโ Saffisa Dilii Dalaguu Hir'isaa !๐
โโ Niyyaan Teessan Akka Qulqulluu Taate Mirkaneeffadhaa ! ๐
โโ Matoora Qalbii Teessanii Qulqulleeysaa !
,โโ Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa Hordofaa !
โโ Karaa Diin Gubbaa Imala Keessan Godhaa !
โโ Fuul Dura Keessan Iddoo Sakata'insaa (Fittashaa) Jabduutu Jira.๐ฅบ Namni
Waa Balleesse Dhufe Adabbiin Isaa Ibidda Jahannam
Tahuutu Mala. ๐ญ"Jachuun Gorsa Isaa Xumuree Bu'e !
Subhaanallah dubbiin dhuguma yaa Rabbi Rahmata nuu godhi ๐คฒ๐คฒ.
๐น๐๐๐๐๐๐๐๐๐น
โโโโ๐น๐นโโโโโโโโ
โ@Ehsan_tube ๐น @Library_Islaamaa โ
โโโโโโ๐น๐นโโโโโโ

Yaa rabbii nagaa uumte kan nagaan sifaa fi maqaa kee ta'ee biyya keenya nagaa nuuf taasisi beektolee fi ummata nagaas yaa rabbi nuuf tiksi
โโโโ๐น๐นโโโโโโโโ
โ@Ehsan_tube ๐น @Library_Islaamaa โ
โโโโโโ๐น๐นโโโโโโ
โโโโ๐น๐นโโโโโโโโ
โ@Ehsan_tube ๐น @Library_Islaamaa โ
โโโโโโ๐น๐นโโโโโโ
mallatoolee-guyyaa-qiyaamaa.pdf
1.8 MB
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Kitaaba hedduu bareedaadha buusaa dubbisaa๐๐๐

Umar ibn Al-khaxxaab RA akkana jedhe << Nama salaata miidhuu hojii isaa kan biroo keessatti irra caala akka inni miidhamu argarta.>> rabbiin nama haqa salaataa guutu nu haa taasisu
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โโโโ๐น๐นโโโโโโโโ
โ@Ehsan_tube ๐น @Library_Islaamaa โ
โโโโโโ๐น๐นโโโโโโ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โโโโ๐น๐นโโโโโโโโ
โ@Ehsan_tube ๐น @Library_Islaamaa โ
โโโโโโ๐น๐นโโโโโโ
๐ #Dhugaa jiru ๐
Namni sadaqaa kennu yeroo sadaqaa kennu sana sadaqaan sun harkaa iyyeessaa seenuun dura harka rabbii akka seenu utuu beekeee silaa lazzaan kennaadhaa akka kan kennaa caalu hubata
#IBNUL _QAYYIM
@Ehsan_tube

Yaa ilma kiyya an #dhagaa fi #sibiilas baadheera wanti kun hundinuu salphaadha,Garuu wanta akka ollaa hamaa ulfaatu argee hin beeku.
Yaa ilma kiyya wanta hadhaa'aas dhandhameera garuu waan akka hiyyummaa hadhaa'u argee hin beeku.
#LUQMAAN_AL_HAKIIM
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โโโโ๐น๐นโโโโโโโโ
โ@Ehsan_tube ๐น @Library_Islaamaa โ
โโโโโโ๐น๐นโโโโโโ
Yaa ilma kiyya wanta hadhaa'aas dhandhameera garuu waan akka hiyyummaa hadhaa'u argee hin beeku.
#LUQMAAN_AL_HAKIIM
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โโโโ๐น๐นโโโโโโโโ
โ@Ehsan_tube ๐น @Library_Islaamaa โ
โโโโโโ๐น๐นโโโโโโ
๐1
Jecha Hayyoota Islaamaa.
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โ Abbaan Iccitii Isaarratti
Mootiidha, Gaafa Gadi Baate Garuu Isiitu Abbaarratti Mootii Ta'a. ๐ท
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โ Guyyarraa Guyyatti Keeyrii Dabaladhu, Yoo Kan Guyya Guyyatti Keeyrii Dabalataa Hin Jirre Taate, Hir'ataa Jirtaa Beeki. ๐

โ Yaa Ilma Namaa Waan Gaarii Yookaa Toltuudha Jettu Hundaan
Gama Rabbii Keetii Dhihaachuu Kajeeli, Wanni Guddaan Gama
Rabbititti Si Kaleessuu Ammoo Jecha Isaati (Qur'aana).๐
โป๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐นโป๏ธ

๐๐Maashaallah ๐๐
โ Channel bareedaa maalummaa Amantii #Kiristaanaa irraa barattan channel Dr.#Zaakir Ethiopia kan tahan #Ustaaz_Xaalibuu_Riddallah kana #Join godhaa ammalee group garagaraa irratti share godha baarakallah โโ๐๐
#Turullee_dhugaatu_mooyata_dhugaan Islaamummaadha ๐๐๐
KINOO #JOIN godhikaa
๐๐๐๐๐๐
https://t.me/Xaalibu6504
https://t.me/Xaalibu6504
โโโโโโโโโ

Maashallah #Kitaabban olii kunniin #Tafsiira haala bareedaan qophaheedha buusaa dubbisaa ๐๐
โโโโโโโโโ
๐๐
@Library_Islaamaa
โโโโโโโโโ
๐๐
@Library_Islaamaa
Jecha Hayyoota Islaamaa.
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โ Abbaan Iccitii Isaarratti
Mootiidha, Gaafa Gadi Baate Garuu Isiitu Abbaarratti Mootii Ta'a. ๐ท
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โ Guyyarraa Guyyatti Keeyrii Dabaladhu, Yoo Kan Guyya Guyyatti Keeyrii Dabalataa Hin Jirre Taate, Hir'ataa Jirtaa Beeki. ๐
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โ Yaa Ilma Namaa Waan Gaarii Yookaa Toltuudha Jettu Hundaan
Gama Rabbii Keetii Dhihaachuu Kajeeli, Wanni Guddaan Gama
Rabbititti Si Kaleessuu Ammoo Jecha Isaati (Qur'aana).๐
โป๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐นโป๏ธ
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โ Abbaan Iccitii Isaarratti
Mootiidha, Gaafa Gadi Baate Garuu Isiitu Abbaarratti Mootii Ta'a. ๐ท
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โ Guyyarraa Guyyatti Keeyrii Dabaladhu, Yoo Kan Guyya Guyyatti Keeyrii Dabalataa Hin Jirre Taate, Hir'ataa Jirtaa Beeki. ๐
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โ Yaa Ilma Namaa Waan Gaarii Yookaa Toltuudha Jettu Hundaan
Gama Rabbii Keetii Dhihaachuu Kajeeli, Wanni Guddaan Gama
Rabbititti Si Kaleessuu Ammoo Jecha Isaati (Qur'aana).๐
โป๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐นโป๏ธ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โ Assalaamualykum warahmatullahi wabarakatuhu Namoonni #barannoon keenya duraan isin darbe link jala jiru tuquun irraa fayyadamaa๐๐๐
1 Telegrama keessan qarshii fixee sin rakkisaa jiraa ?? furmaata isaa kinoo seeni๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/17
2 Telegram #Afaan oromoon jalqabuu quba qabduu??? Kinoo asiin tuqii seeni๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/23
3 Hattoota Telegram akkamitti ofirraa ittisna๐ค
Kinoo seenii laali๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/39
4 Hiika #Qur'aanaa afaan oromoo guutuu argachuuf
Kinoo seeni๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/135
5 Mu'ujizaa qur'aanaa kana beektuu???๐๐๐ seeni
https://t.me/Library_Islaamaa/262
6 Telegram keessan yoo si jalaa hatame maal gootu? Furmaanni kinoo๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/314
7 Seerota Dinqisiisoo Addunyaa kana beekta ๐๐๐๐ Seenii laali
https://t.me/Library_Islaamaa/322
8 Application Qur'aana juuza 30 guutuu argachuuf
Kinoo๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/351
9 guutummaa Telegram keenyaa Afaan oromoon fayyadamuu akka dandeenyuu hoo beektuu ??? ๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/373
10 Bot kitaabban islaamaa of keessa qabu argachuu ni feetaa??๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/378
11 link Telegram Huffaazota Qur'aana bebbeekamoo addunyaa kan nama 77 bakka tokkoti argachuu ni feetaa??? Kana tuqi seeni ๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/427
12 Website toora internet background suuraa keeti al tokkoon haxaahee kaasu argachuuf kinoo seeni๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/442
13,Biqilaa dhaabuu ergamaan Rabbii nabi muhammad S,A,W akka nu ajajanbeektuu??
https://t.me/Library_Islaamaa/442
14 Application Keyboard kee barreeffama feeteen akka barreesitu argachuf si gargaaru argachuuf๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/450
15 Waan namni fedhe afaan fedheen barreesse #facebook gubbaatti gara afaan oromootti akka deebisuu dandeenyu beektuu?? Kun kan hundarra nama dinqudha๐ค๐ค argachuuf๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/481
16 Ammoo akkamitti comment namani fkn afaan Chayinaan barresse afaan oromooti deebisna beektuu?? Argachuuf๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/488?single
19 Akkamitti Nashiidaa, photo,Video garagaraa telegram irraa buufanna ???
Kinoo ๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/492?single
20 Akkamitti video facebook irra buufachuu dandeenya ??
๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/508?single
โ Maashallah seenaa baradhaa ๐ค
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ

Telegram
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต??
๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐๐ง ๐๐๐ซ๐ฌ๐ก๐ข๐ข ๐๐ข๐ฑ๐๐ ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐ซ๐๐ค๐ค๐ข๐ฌ๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐?
๐ ๐ฎ๐ซ๐ฆ๐๐๐ง๐ง๐ข ๐ก๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ข๐ซ๐๐?
Fayyadamtoota Telegram
qofaaf. Stepi gadii kana hordofaa.๐
โ #Telegram: banattu.
๐
โก #setting: kan jedhu tuqxu.
๐
โข #data_and_storage : kan jedhu tuqaa
๐
โฃ #when_using_mobile_data:โฆ
๐ ๐ฎ๐ซ๐ฆ๐๐๐ง๐ง๐ข ๐ก๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ข๐ซ๐๐?
Fayyadamtoota Telegram
qofaaf. Stepi gadii kana hordofaa.๐
โ #Telegram: banattu.
๐
โก #setting: kan jedhu tuqxu.
๐
โข #data_and_storage : kan jedhu tuqaa
๐
โฃ #when_using_mobile_data:โฆ
๐1๐1
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โ Assalamualyekum Wrahmatullahi wabarakaatuhu ๐๐น๐นQaqqaaliwwan kiyya Nagaaf Rahmanni Rabbii bakka isin jirtan maratti isin irra haa jiraatu ๐
โ Itti aansuun #Telegram tibba kana, Appiwwan old version ta'an irratti akka dhihootti tajaajila kennuu #dhaabu Appiwwan tokko tokko irratti beeksisaa jira, kanaaf akka Appi version haaraa buufattanii fayyadamtan.
โ Ammoo Irra bareedaan Application #Telegram plus waan taheef isa #playstore irraa akka buufadhaa Mb isa 39 hedduu bareedaadhaโ
โป๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐นโป๏ธ
๐๐๐

Hisnul muslim.pdf
1.6 MB
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Kitaaba bareedaa #Hisnulmuslim kan zikrii garaagaraa hedduu qabaachuudhaan beekamu kana buusa dubbisaa๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐๐๐
@Library_Islaamaa
Kitaaba bareedaa #Hisnulmuslim kan zikrii garaagaraa hedduu qabaachuudhaan beekamu kana buusa dubbisaa๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐๐๐
@Library_Islaamaa
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
โKana beektuu?๐ค๐คซ๐
โ Namaaf bilbiluu jettee maallaqa keessaa dhabdee miskooluma gochuuf Rakkattee beektaa??๐ค๐ค๐ค 100% namni kanaan hin Rakkattin jira jedhee hin yaadu hin jirus.๐ maarree osoma maallaqni kee 0:00 tahee iyyuu miskoola gochuu ni dandeessa.๐๐
โ Akkuma beekamu yoo maallaqa keessaan qabne #Herregni_keessan_gahaa_miti_herreega_dabalataa_guuttadhaa_jetti Juntattin ๐๐ Maarree atis bifa miskoolaatin akka dhaqee siif galuuf yeroo isheen akka ammaa jettu zeroo yeroo #sadii 000 tuqxa๐๐ battaluma sanatti nama bilbiluufii barbaaddu san bira siif gala.๐๐๐๐๐๐๐น๐น๐น
๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ข๐ ๐ ๐ ก๐
๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
โ barruun kun yoo sitti tole ๐ tuqika man

#Hin_jarjarin #Obsa_qabaadhu ๐น๐น
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โDubbiin akkana Abbaa manaafi Haadha manaatu osoma waliin jiraatan Haati manaa kun hedduu tokko #shakkiti A/manaa ishee kana haa tahu male A/manaa kun hedduu Bareedaafii amala qabeessa namaa ture.
โ Gaaf tokko osoma waliin taahan A/manaa mobile isaa #charge irraa qaba ture H/manaas biruma turte gidduma kanaan mobile isaa charge guutee #batteryfull jedhe sagalee dhageessise๐๐๐ achumaan isheen immoo maal jette seete๐
Woyyoo nan bade eenyu inni ati #beautiful jettee qabatte kun #hoodhu_haasofsiisi_kaa_siif_bilbiltee_hoo hin jettu seetee๐๐๐๐๐๐๐

hiika-iimaanaa-fi-hundeewwan-isaa.pdf
4.1 MB
๐น๐น๐๐๐๐๐น๐น๐น
โMaashaa Allah kitaaba hedduu bareedaaadha ๐ #Zamana iimaanni dhabame kana barannee #Iimaana keenya haa tikfannu obboleeyyaan kiyyaa inshallah๐๐
#For_more๐๐

๐2