π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
817 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
Yaa ilmaan aadam
Akkuma ati firii dacheen biqilchite irraa nyaattu
Siichi guyyaan dachiin si nyaattutu dhufa
Rabbiin dachii uumee guyyaan tokko siif tokkommoo sirratti
Hin gowwoomin of qoradhu.

<< Ω„Ψ§ Ψ­ΩˆΩ„ ΩˆΩ„Ψ§ Ω‚ΩˆΨ© Ψ§Ω„Ψ§ Ψ¨Ψ§
Ψ§Ω„Ω„Ω‡ >>
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
πŸ‘2
Assalamualykum hundi Obboleewwan #linkii gadii kana join godhuun #maatii_library_Islaamaa tahaa baarakallah πŸ‘πŸ‘πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉ Ammalee erga join gootanii gubbaa tuqun #Add_member kan jedhu tuquun hiriyoota keessaan itti Affeeraa jazaan jennatumaπŸ™πŸ™πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉ

KinooβœβœπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/joinchat/qnODaJA5KEFlMDM0
πŸ…°jaa'iba !! Ilmi namaa umriin isaa dhumuudhaaf hin yaadda'u garuu garuu qabeenyi isaa dhumuudhaaf garuu hirriba dhaba.

⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
🌹🌹Ajaa'iba kun🀭🀫🌹

✍Guyyaa #Juma'aa Tokko Akka Tasaa Tahee
Imaamni Masjidaa Khuxbaarraa Turraan
Tiraafikni (Traffic Police)Tokko Ka'ee
#MINBARA Irra Bahe.
οΏΎ Tiraafikichis Afaan Hojii Isaatin Khuxbaa
Eegale.πŸ˜”
βœβ˜† " Yaa Ilmaan Namaa! Hayyama Imaana
Keessanii Haaroymfadhaa!
β˜† Qabattoo Sodaa Rabbii Hidhadhaa ! 🌹
βœβ˜† Saffisa Dilii Dalaguu Hir'isaa !πŸ‘Œ
βœβ˜† Niyyaan Teessan Akka Qulqulluu Taate Mirkaneeffadhaa ! πŸ‘Œ
βœβ˜† Matoora Qalbii Teessanii Qulqulleeysaa !
,βœβ˜† Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa Hordofaa !
βœβ˜† Karaa Diin Gubbaa Imala Keessan Godhaa !
βœβ˜† Fuul Dura Keessan Iddoo Sakata'insaa (Fittashaa) Jabduutu Jira.πŸ₯Ί Namni
Waa Balleesse Dhufe Adabbiin Isaa Ibidda Jahannam
Tahuutu Mala. 😭"Jachuun Gorsa Isaa Xumuree Bu'e !
Subhaanallah dubbiin dhuguma yaa Rabbi Rahmata nuu godhi 🀲🀲.

πŸŒΉπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸŒΉ
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘ @Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
🌹🌹Ajaa'iba kun🀭🀫🌹

✍Guyyaa #Juma'aa Tokko Akka Tasaa Tahee
Imaamni Masjidaa Khuxbaarraa Turraan
Tiraafikni (Traffic Police)Tokko Ka'ee
#MINBARA Irra Bahe.
οΏΎ Tiraafikichis Afaan Hojii Isaatin Khuxbaa
Eegale.πŸ˜”
βœβ˜† " Yaa Ilmaan Namaa! Hayyama Imaana
Keessanii Haaroymfadhaa!
β˜† Qabattoo Sodaa Rabbii Hidhadhaa ! 🌹
βœβ˜† Saffisa Dilii Dalaguu Hir'isaa !πŸ‘Œ
βœβ˜† Niyyaan Teessan Akka Qulqulluu Taate Mirkaneeffadhaa ! πŸ‘Œ
βœβ˜† Matoora Qalbii Teessanii Qulqulleeysaa !
,βœβ˜† Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa Hordofaa !
βœβ˜† Karaa Diin Gubbaa Imala Keessan Godhaa !
βœβ˜† Fuul Dura Keessan Iddoo Sakata'insaa (Fittashaa) Jabduutu Jira.πŸ₯Ί Namni
Waa Balleesse Dhufe Adabbiin Isaa Ibidda Jahannam
Tahuutu Mala. 😭"Jachuun Gorsa Isaa Xumuree Bu'e !
Subhaanallah dubbiin dhuguma yaa Rabbi Rahmata nuu godhi 🀲🀲.

πŸŒΉπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸŒΉ
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Yaa rabbii nagaa uumte kan nagaan sifaa fi maqaa kee ta'ee biyya keenya nagaa nuuf taasisi beektolee fi ummata nagaas yaa rabbi nuuf tiksi
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
mallatoolee-guyyaa-qiyaamaa.pdf
1.8 MB
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€
Kitaaba hedduu bareedaadha buusaa dubbisaaπŸ‘πŸ‘πŸ‘

πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Umar ibn Al-khaxxaab RA akkana jedhe << Nama salaata miidhuu hojii isaa kan biroo keessatti irra caala akka inni miidhamu argarta.>> rabbiin nama haqa salaataa guutu nu haa taasisu
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
πŸ„ #Dhugaa jiru πŸ„

Namni sadaqaa kennu yeroo sadaqaa kennu sana sadaqaan sun harkaa iyyeessaa seenuun dura harka rabbii akka seenu utuu beekeee silaa lazzaan kennaadhaa akka kan kennaa caalu hubata
#IBNUL _QAYYIM

@Ehsan_tube
Yaa ilma kiyya an #dhagaa fi #sibiilas baadheera wanti kun hundinuu salphaadha,Garuu wanta akka ollaa hamaa ulfaatu argee hin beeku.
Yaa ilma kiyya wanta hadhaa'aas dhandhameera garuu waan akka hiyyummaa hadhaa'u argee hin beeku.
#LUQMAAN_AL_HAKIIM
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
πŸ‘1
Jecha Hayyoota Islaamaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
βœ…Abbaan Iccitii Isaarratti
Mootiidha, Gaafa Gadi Baate Garuu Isiitu Abbaarratti Mootii Ta'a. 🌷
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
βœ…Guyyarraa Guyyatti Keeyrii Dabaladhu, Yoo Kan Guyya Guyyatti Keeyrii Dabalataa Hin Jirre Taate, Hir'ataa Jirtaa Beeki. πŸ‘Œ
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
βœ…Yaa Ilma Namaa Waan Gaarii Yookaa Toltuudha Jettu Hundaan
Gama Rabbii Keetii Dhihaachuu Kajeeli, Wanni Guddaan Gama
Rabbititti Si Kaleessuu Ammoo Jecha Isaati (Qur'aana).πŸ“–

β™»οΈπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉβ™»οΈ

⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
πŸ‘1
πŸ‘πŸ‘Maashaallah 😍😍

βœ… Channel bareedaa maalummaa Amantii #Kiristaanaa irraa barattan channel Dr.#Zaakir Ethiopia kan tahan #Ustaaz_Xaalibuu_Riddallah kana #Join godhaa ammalee group garagaraa irratti share godha baarakallah βœβœπŸ‘πŸ‘

#Turullee_dhugaatu_mooyata_dhugaan Islaamummaadha πŸ“šπŸ™πŸ™

KINOO #JOIN godhikaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/Xaalibu6504
https://t.me/Xaalibu6504
✍✍✍✍✍✍✍✍✍