β»οΈFataawaa NuuralHudaa
ππππππππππ
β Waan baruun akkaan barbaachisaafii beekuun dirqama taheedha nama muslimaa irratti qalbiin dubbisaa.πβββ
πππππππππ
:TayammumniJanaabdaa namarraa buusaa??
#Gaafii:Jaarsaa jaartiin walitti idaβamanii,takkahuu dhalas haataβuu dhiiras namni tokko
yoo #manamaan bishaan irraa bahe tayammumaan salaatuun nidandaβamaa?π€π€
Yoo bishaan qabaatanii qabbanaaf hin dandeenye hoo?
https://nuuralhudaa.com/wp-content/uploads/2018/03/Fataawaaa-4-Gaafii-29.mp3
#Deebisaa:Yaa gabrittii Rabbii bishaan dhabuun kun manuma kana keessa laaltee
dhabuu qofaa miti.Hamma miilaan deemuu dandeessutti dukkaana taβus bakka
dhaqabdutti bishaan deemii laali.Yoo bishaan kadhabamu taate,tayammuma godhiitii
salaata kee salaati.Eega bishaan arkattee qaama kee dhiqattee booda salaatasan hin
deebiftuubeekiπ.Akkumasan gartee haydiinillee intalti takka xahaarachuu geessee
bishaan yoo dhabde haydii guyyaa silaa xahaarattu san tayammumaan salaatuuni
dandeessi.Janaabdaan jaarsaa jaartiin walitti haajamuun haataβuu,manaamaan haataβ
uu hukmiin walumaqixa.Garuu ammoo bishaanumman sunuu #jiraatee xalasa dhabdee
yoo dhiqachuu hindandeenne bishaan qabbanaawaadhaan rakkina ufirra hin fidinii
tayammuma godhii salaati.Hogguu ammoo bishaan kana oowwifatte salaata kana hin
deebisin.πππ
#Fataawaa_NuuralHudaa,

π1
πΉπΉKana beektuuπ€π€
ππππππππππ
β Karaan dheeraa Addunyaa kana irra deemuuf #cape_town (Africaa kibbaa) irraa gara magaadan (#Russia) deemuu akka tahe beektuu?
β Xiyyaara ykn doonii sin barbaachisuπ riqichatu jiraπ kiloomeetira 22,387 dheerata
β Imaluuf sa'atii 4,492 fudhata. Guyyaa 187 taha jechuudha yoo saatii 24 guutuu deemama guyyaatti sa'atii 8 yoo deemte garuu 561 fudhata.
β Karicha keessa biyyoota 17 keessa dabarta akkasumas godinoota yeroo jahaafii waqtiilee waggaa hunda agarta.πππππππ
πππππππππ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
#JOIN#Share
πππ
π @Library_Islaamaaπ
π @Library_Islaamaaπ
β β β β β β β β

Yaa ilmaan aadam
Akkuma ati firii dacheen biqilchite irraa nyaattu
Siichi guyyaan dachiin si nyaattutu dhufa
Rabbiin dachii uumee guyyaan tokko siif tokkommoo sirratti
Hin gowwoomin of qoradhu.
<< ΩΨ§ ΨΩΩ ΩΩΨ§ ΩΩΨ© Ψ§ΩΨ§ Ψ¨Ψ§
Ψ§ΩΩΩ >>
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ

π2
Assalamualykum hundi Obboleewwan #linkii gadii kana join godhuun #maatii_library_Islaamaa tahaa baarakallah πππΉπΉπΉπΉπΉ Ammalee erga join gootanii gubbaa tuqun #Add_member kan jedhu tuquun hiriyoota keessaan itti Affeeraa jazaan jennatumaπππΉπΉπΉ
Kinooββπππ
https://t.me/joinchat/qnODaJA5KEFlMDM0
Kinooββπππ
https://t.me/joinchat/qnODaJA5KEFlMDM0
π
°jaa'iba !! Ilmi namaa umriin isaa dhumuudhaaf hin yaadda'u garuu garuu qabeenyi isaa dhumuudhaaf garuu hirriba dhaba.
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
πΉπΉAjaa'iba kunπ€π€«πΉ
βGuyyaa #Juma'aa Tokko Akka Tasaa Tahee
Imaamni Masjidaa Khuxbaarraa Turraan
Tiraafikni (Traffic Police)Tokko Ka'ee
#MINBARA Irra Bahe.
οΏΎ Tiraafikichis Afaan Hojii Isaatin Khuxbaa
Eegale.π
ββ " Yaa Ilmaan Namaa! Hayyama Imaana
Keessanii Haaroymfadhaa!
β Qabattoo Sodaa Rabbii Hidhadhaa ! πΉ
ββ Saffisa Dilii Dalaguu Hir'isaa !π
ββ Niyyaan Teessan Akka Qulqulluu Taate Mirkaneeffadhaa ! π
ββ Matoora Qalbii Teessanii Qulqulleeysaa !
,ββ Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa Hordofaa !
ββ Karaa Diin Gubbaa Imala Keessan Godhaa !
ββ Fuul Dura Keessan Iddoo Sakata'insaa (Fittashaa) Jabduutu Jira.π₯Ί Namni
Waa Balleesse Dhufe Adabbiin Isaa Ibidda Jahannam
Tahuutu Mala. π"Jachuun Gorsa Isaa Xumuree Bu'e !
Subhaanallah dubbiin dhuguma yaa Rabbi Rahmata nuu godhi π€²π€².
πΉπππππππππΉ
ββββπΉπΉββββββββ
β @Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Yaa rabbii nagaa uumte kan nagaan sifaa fi maqaa kee ta'ee biyya keenya nagaa nuuf taasisi beektolee fi ummata nagaas yaa rabbi nuuf tiksi
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
mallatoolee-guyyaa-qiyaamaa.pdf
1.8 MB
πππππππππ
Kitaaba hedduu bareedaadha buusaa dubbisaaπππ

Umar ibn Al-khaxxaab RA akkana jedhe << Nama salaata miidhuu hojii isaa kan biroo keessatti irra caala akka inni miidhamu argarta.>> rabbiin nama haqa salaataa guutu nu haa taasisu
πππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
πππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
π #Dhugaa jiru π
Namni sadaqaa kennu yeroo sadaqaa kennu sana sadaqaan sun harkaa iyyeessaa seenuun dura harka rabbii akka seenu utuu beekeee silaa lazzaan kennaadhaa akka kan kennaa caalu hubata
#IBNUL _QAYYIM
@Ehsan_tube

Yaa ilma kiyya an #dhagaa fi #sibiilas baadheera wanti kun hundinuu salphaadha,Garuu wanta akka ollaa hamaa ulfaatu argee hin beeku.
Yaa ilma kiyya wanta hadhaa'aas dhandhameera garuu waan akka hiyyummaa hadhaa'u argee hin beeku.
#LUQMAAN_AL_HAKIIM
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
Yaa ilma kiyya wanta hadhaa'aas dhandhameera garuu waan akka hiyyummaa hadhaa'u argee hin beeku.
#LUQMAAN_AL_HAKIIM
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
π1
Jecha Hayyoota Islaamaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β Abbaan Iccitii Isaarratti
Mootiidha, Gaafa Gadi Baate Garuu Isiitu Abbaarratti Mootii Ta'a. π·
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
β Guyyarraa Guyyatti Keeyrii Dabaladhu, Yoo Kan Guyya Guyyatti Keeyrii Dabalataa Hin Jirre Taate, Hir'ataa Jirtaa Beeki. π
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
β Yaa Ilma Namaa Waan Gaarii Yookaa Toltuudha Jettu Hundaan
Gama Rabbii Keetii Dhihaachuu Kajeeli, Wanni Guddaan Gama
Rabbititti Si Kaleessuu Ammoo Jecha Isaati (Qur'aana).π
β»οΈπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉβ»οΈ

ππMaashaallah ππ
β Channel bareedaa maalummaa Amantii #Kiristaanaa irraa barattan channel Dr.#Zaakir Ethiopia kan tahan #Ustaaz_Xaalibuu_Riddallah kana #Join godhaa ammalee group garagaraa irratti share godha baarakallah ββππ
#Turullee_dhugaatu_mooyata_dhugaan Islaamummaadha πππ
KINOO #JOIN godhikaa
ππππππ
https://t.me/Xaalibu6504
https://t.me/Xaalibu6504
βββββββββ