Forwarded from Deleted Account
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
ΰΌKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
βββββββββββββββ

Qur'aana Akkamitti Qaraana.pdf
1.9 MB
β
β
β
β
β
β
β
β
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉππππππππ
π Kana hoo dubbistee? Qur'aana Akkamitti Qaraana???? dubbisa baarakallaah!!
Dubbisa gaarii
πππππππππ
πππππππππ
Yaadaaf π @Library_Islaamaabot
Kitaaba babbareedaa biroof kana Cuqaasi/Tuqiππππππππππ
β₯οΈ @Library_Islaamaa
β₯οΈ @Library_Islaamaa
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ

π1
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
π π#Bohaarsaaππ
β Namicha tokkotu nama dhukkubsatu gaafachuu dhaqee yeroo gaafatu namicha baayy'ee dhukkuba ture π
Namichis dhukkuba argee baayyee gaddee Ayi hiriyaan koo tokkos osoo #akka_kee kanatti dhukkubsatuu #du'ee hoo ijoollee keetti waa #dhaammadhu male jedheππ achiin dhukkubsatichi maal jedhe seeteππππ
.
.
β Ilma koo dhageessee waan namichi kun jedhaa jiruππ An wannin #dhaammadhu_lammata_namichi_kun_yoo_deebi'ee_dhufe_akka mana kootti ol hin #galchine jedhe π
πππππππππππππππ πππ
broo kofaltee dhiiftaa π tuqi male

βSubhaanallah Ajaaiba kana beektuuπ€π€
πππππππππ
β Subhaanallah Allahu Akbar #wallahii wanni kun waan akka male na Ajaa'ibee fi Ummanni kun Rabbii jara uume wallaaluun waan akka male na gaddisiiseedhaπ
#Adonitologyn maali...................?
Addunyaa keenya irra amanti 4,300 oltu jira jedhamee tilmaamama Amantoota addunyaa keenya irra jiran keessaa tokko kan ta'e #adonitology(adonitoloji) yeroo ta'u hordoftoonni amantii kana(adonitology) #dubartoota_taa'umsa gurguddaatti waaqeffatu(sagadu)π
ππππππππ
#HUBADHU=kana maxxansuun koo #safuu dhabee osoon taane akka namni dubbise hundi edaa kunis jiraa π€ #Alhamdulillah kan #Islaamummaa_bareedaa_kana_na_badhaafte akka jedhuufiπππ
Yaa Rabbi Alhamdulillah kan osoo nuti sin kadhatin fedha keetiin daandii #Jennataa irra nu buufte π€²πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
#Obbolessa/ttii_kiyya_mee_#Alhamdulillaa jedhi ππππ

π2
Ilmi namaa murtii fi dabarsaa rabbiitti ni amana yeroo kasaare ykn galma gahuu dhabe
Garuu yeroo bakka guddaa gahe ykn galma gahe akka nama waan addaa hojjateetti of ilaala
Dandeettii fi murtii rabbiin siif dabarse male wanti taatu tokkollee hin jirtu
<< ΩΨ§ ΨΩΩ ΩΩΨ§ ΩΩΨ© Ψ§ΩΨ§ Ψ¨Ψ§
Ψ§ΩΩΩ >>
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ

β»οΈFataawaa NuuralHudaa
ππππππππππ
β Waan baruun akkaan barbaachisaafii beekuun dirqama taheedha nama muslimaa irratti qalbiin dubbisaa.πβββ
πππππππππ
:TayammumniJanaabdaa namarraa buusaa??
#Gaafii:Jaarsaa jaartiin walitti idaβamanii,takkahuu dhalas haataβuu dhiiras namni tokko
yoo #manamaan bishaan irraa bahe tayammumaan salaatuun nidandaβamaa?π€π€
Yoo bishaan qabaatanii qabbanaaf hin dandeenye hoo?
https://nuuralhudaa.com/wp-content/uploads/2018/03/Fataawaaa-4-Gaafii-29.mp3
#Deebisaa:Yaa gabrittii Rabbii bishaan dhabuun kun manuma kana keessa laaltee
dhabuu qofaa miti.Hamma miilaan deemuu dandeessutti dukkaana taβus bakka
dhaqabdutti bishaan deemii laali.Yoo bishaan kadhabamu taate,tayammuma godhiitii
salaata kee salaati.Eega bishaan arkattee qaama kee dhiqattee booda salaatasan hin
deebiftuubeekiπ.Akkumasan gartee haydiinillee intalti takka xahaarachuu geessee
bishaan yoo dhabde haydii guyyaa silaa xahaarattu san tayammumaan salaatuuni
dandeessi.Janaabdaan jaarsaa jaartiin walitti haajamuun haataβuu,manaamaan haataβ
uu hukmiin walumaqixa.Garuu ammoo bishaanumman sunuu #jiraatee xalasa dhabdee
yoo dhiqachuu hindandeenne bishaan qabbanaawaadhaan rakkina ufirra hin fidinii
tayammuma godhii salaati.Hogguu ammoo bishaan kana oowwifatte salaata kana hin
deebisin.πππ
#Fataawaa_NuuralHudaa,

πΉπΉKana beektuuπ€π€
ππππππππππ
β Karaan dheeraa Addunyaa kana irra deemuuf #cape_town (Africaa kibbaa) irraa gara magaadan (#Russia) deemuu akka tahe beektuu?
β Xiyyaara ykn doonii sin barbaachisuπ riqichatu jiraπ kiloomeetira 22,387 dheerata
β Imaluuf sa'atii 4,492 fudhata. Guyyaa 187 taha jechuudha yoo saatii 24 guutuu deemama guyyaatti sa'atii 8 yoo deemte garuu 561 fudhata.
β Karicha keessa biyyoota 17 keessa dabarta akkasumas godinoota yeroo jahaafii waqtiilee waggaa hunda agarta.πππππππ
πππππππππ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
#JOIN#Share
πππ
π @Library_Islaamaaπ
π @Library_Islaamaaπ
β β β β β β β β

Yaa ilmaan aadam
Akkuma ati firii dacheen biqilchite irraa nyaattu
Siichi guyyaan dachiin si nyaattutu dhufa
Rabbiin dachii uumee guyyaan tokko siif tokkommoo sirratti
Hin gowwoomin of qoradhu.
<< ΩΨ§ ΨΩΩ ΩΩΨ§ ΩΩΨ© Ψ§ΩΨ§ Ψ¨Ψ§
Ψ§ΩΩΩ >>
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
Akkuma ati firii dacheen biqilchite irraa nyaattu
Siichi guyyaan dachiin si nyaattutu dhufa
Rabbiin dachii uumee guyyaan tokko siif tokkommoo sirratti
Hin gowwoomin of qoradhu.
<< ΩΨ§ ΨΩΩ ΩΩΨ§ ΩΩΨ© Ψ§ΩΨ§ Ψ¨Ψ§
Ψ§ΩΩΩ >>
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
π2
Assalamualykum hundi Obboleewwan #linkii gadii kana join godhuun #maatii_library_Islaamaa tahaa baarakallah πππΉπΉπΉπΉπΉ Ammalee erga join gootanii gubbaa tuqun #Add_member kan jedhu tuquun hiriyoota keessaan itti Affeeraa jazaan jennatumaπππΉπΉπΉ
Kinooββπππ
https://t.me/joinchat/qnODaJA5KEFlMDM0
Kinooββπππ
https://t.me/joinchat/qnODaJA5KEFlMDM0
π
°jaa'iba !! Ilmi namaa umriin isaa dhumuudhaaf hin yaadda'u garuu garuu qabeenyi isaa dhumuudhaaf garuu hirriba dhaba.
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
πΉπΉAjaa'iba kunπ€π€«πΉ
βGuyyaa #Juma'aa Tokko Akka Tasaa Tahee
Imaamni Masjidaa Khuxbaarraa Turraan
Tiraafikni (Traffic Police)Tokko Ka'ee
#MINBARA Irra Bahe.
οΏΎ Tiraafikichis Afaan Hojii Isaatin Khuxbaa
Eegale.π
ββ " Yaa Ilmaan Namaa! Hayyama Imaana
Keessanii Haaroymfadhaa!
β Qabattoo Sodaa Rabbii Hidhadhaa ! πΉ
ββ Saffisa Dilii Dalaguu Hir'isaa !π
ββ Niyyaan Teessan Akka Qulqulluu Taate Mirkaneeffadhaa ! π
ββ Matoora Qalbii Teessanii Qulqulleeysaa !
,ββ Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa Hordofaa !
ββ Karaa Diin Gubbaa Imala Keessan Godhaa !
ββ Fuul Dura Keessan Iddoo Sakata'insaa (Fittashaa) Jabduutu Jira.π₯Ί Namni
Waa Balleesse Dhufe Adabbiin Isaa Ibidda Jahannam
Tahuutu Mala. π"Jachuun Gorsa Isaa Xumuree Bu'e !
Subhaanallah dubbiin dhuguma yaa Rabbi Rahmata nuu godhi π€²π€².
πΉπππππππππΉ
ββββπΉπΉββββββββ
β @Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Yaa rabbii nagaa uumte kan nagaan sifaa fi maqaa kee ta'ee biyya keenya nagaa nuuf taasisi beektolee fi ummata nagaas yaa rabbi nuuf tiksi
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
mallatoolee-guyyaa-qiyaamaa.pdf
1.8 MB
πππππππππ
Kitaaba hedduu bareedaadha buusaa dubbisaaπππ

Umar ibn Al-khaxxaab RA akkana jedhe << Nama salaata miidhuu hojii isaa kan biroo keessatti irra caala akka inni miidhamu argarta.>> rabbiin nama haqa salaataa guutu nu haa taasisu
πππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
πππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Library_Islaamaa β
ββββββπΉπΉββββββ
π #Dhugaa jiru π
Namni sadaqaa kennu yeroo sadaqaa kennu sana sadaqaan sun harkaa iyyeessaa seenuun dura harka rabbii akka seenu utuu beekeee silaa lazzaan kennaadhaa akka kan kennaa caalu hubata
#IBNUL _QAYYIM
@Ehsan_tube

Yaa ilma kiyya an #dhagaa fi #sibiilas baadheera wanti kun hundinuu salphaadha,Garuu wanta akka ollaa hamaa ulfaatu argee hin beeku.
Yaa ilma kiyya wanta hadhaa'aas dhandhameera garuu waan akka hiyyummaa hadhaa'u argee hin beeku.
#LUQMAAN_AL_HAKIIM
ππππππππππππ