π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
817 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
ΰΌ†Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo
#JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
Qur'aana Akkamitti Qaraana.pdf
1.9 MB
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š

πŸ‘‰ Kana hoo dubbistee? Qur'aana Akkamitti Qaraana???? dubbisa baarakallaah!!
Dubbisa gaarii
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€
Yaadaaf πŸ‘‰ @Library_Islaamaabot

Kitaaba babbareedaa biroof kana Cuqaasi/TuqiπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
β™₯️ @Library_Islaamaa
β™₯️ @Library_Islaamaa
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
πŸ‘1
πŸ˜‚ πŸ˜‚#BohaarsaaπŸ˜‚πŸ˜‚

βœ… Namicha tokkotu nama dhukkubsatu gaafachuu dhaqee yeroo gaafatu namicha baayy'ee dhukkuba ture πŸ˜”
Namichis dhukkuba argee baayyee gaddee Ayi hiriyaan koo tokkos osoo #akka_kee kanatti dhukkubsatuu #du'ee hoo ijoollee keetti waa #dhaammadhu male jedhe😁😁 achiin dhukkubsatichi maal jedhe seete😁😁😁😁








.
.

βœ…Ilma koo dhageessee waan namichi kun jedhaa jiru😊😊 An wannin #dhaammadhu_lammata_namichi_kun_yoo_deebi'ee_dhufe_akka mana kootti ol hin #galchine jedhe πŸ‘Œ
πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚ πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

broo kofaltee dhiiftaa πŸ‘ tuqi male
✍Subhaanallah Ajaaiba kana beektuuπŸ€”πŸ€”
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€
βœ… Subhaanallah Allahu Akbar #wallahii wanni kun waan akka male na Ajaa'ibee fi Ummanni kun Rabbii jara uume wallaaluun waan akka male na gaddisiiseedha😭

#Adonitologyn maali...................?

Addunyaa keenya irra amanti 4,300 oltu jira jedhamee tilmaamama Amantoota addunyaa keenya irra jiran keessaa tokko kan ta'e #adonitology(adonitoloji) yeroo ta'u hordoftoonni amantii kana(adonitology) #dubartoota_taa'umsa gurguddaatti waaqeffatu(sagadu)πŸ™ˆ
πŸ™ŠπŸ™ŠπŸ™ŠπŸ™ŠπŸ™ŠπŸ™ŠπŸ™ŠπŸ™Š
#HUBADHU=kana maxxansuun koo #safuu dhabee osoon taane akka namni dubbise hundi edaa kunis jiraa πŸ€” #Alhamdulillah kan #Islaamummaa_bareedaa_kana_na_badhaafte akka jedhuufiπŸ™πŸ™πŸ™

Yaa Rabbi Alhamdulillah kan osoo nuti sin kadhatin fedha keetiin daandii #Jennataa irra nu buufte 🀲🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

#Obbolessa/ttii_kiyya_mee_#Alhamdulillaa jedhi πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘2
Ilmi namaa murtii fi dabarsaa rabbiitti ni amana yeroo kasaare ykn galma gahuu dhabe
Garuu yeroo bakka guddaa gahe ykn galma gahe akka nama waan addaa hojjateetti of ilaala
Dandeettii fi murtii rabbiin siif dabarse male wanti taatu tokkollee hin jirtu
<< Ω„Ψ§ Ψ­ΩˆΩ„ ΩˆΩ„Ψ§ Ω‚ΩˆΨ© Ψ§Ω„Ψ§ Ψ¨Ψ§
Ψ§Ω„Ω„Ω‡ >>
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
♻️Fataawaa NuuralHudaa
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€
βœ…Waan baruun akkaan barbaachisaafii beekuun dirqama taheedha nama muslimaa irratti qalbiin dubbisaa.πŸ‘Œβœβœβœ

πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’

:TayammumniJanaabdaa namarraa buusaa??

#Gaafii:Jaarsaa jaartiin walitti ida’amanii,takkahuu dhalas haata’uu dhiiras namni tokko
yoo #manamaan bishaan irraa bahe tayammumaan salaatuun nidanda’amaa?πŸ€”πŸ€”
Yoo bishaan qabaatanii qabbanaaf hin dandeenye hoo?
https://nuuralhudaa.com/wp-content/uploads/2018/03/Fataawaaa-4-Gaafii-29.mp3
#Deebisaa:Yaa gabrittii Rabbii bishaan dhabuun kun manuma kana keessa laaltee
dhabuu qofaa miti.Hamma miilaan deemuu dandeessutti dukkaana ta’us bakka
dhaqabdutti bishaan deemii laali.Yoo bishaan kadhabamu taate,tayammuma godhiitii
salaata kee salaati.Eega bishaan arkattee qaama kee dhiqattee booda salaatasan hin
deebiftuubeekiπŸ‘Œ.Akkumasan gartee haydiinillee intalti takka xahaarachuu geessee
bishaan yoo dhabde haydii guyyaa silaa xahaarattu san tayammumaan salaatuuni
dandeessi.Janaabdaan jaarsaa jaartiin walitti haajamuun haata’uu,manaamaan haata’
uu hukmiin walumaqixa.Garuu ammoo bishaanumman sunuu #jiraatee xalasa dhabdee
yoo dhiqachuu hindandeenne bishaan qabbanaawaadhaan rakkina ufirra hin fidinii
tayammuma godhii salaati.Hogguu ammoo bishaan kana oowwifatte salaata kana hin
deebisin.πŸ‘πŸ‘πŸ‘

#Fataawaa_NuuralHudaa,
πŸ‘1
🌹🌹Kana beektuuπŸ€”πŸ€”
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š

βœ… Karaan dheeraa Addunyaa kana irra deemuuf #cape_town (Africaa kibbaa) irraa gara magaadan (#Russia) deemuu akka tahe beektuu?
✍ Xiyyaara ykn doonii sin barbaachisu😁 riqichatu jiraπŸ‘ kiloomeetira 22,387 dheerata
✍ Imaluuf sa'atii 4,492 fudhata. Guyyaa 187 taha jechuudha yoo saatii 24 guutuu deemama guyyaatti sa'atii 8 yoo deemte garuu 561 fudhata.
✍ Karicha keessa biyyoota 17 keessa dabarta akkasumas godinoota yeroo jahaafii waqtiilee waggaa hunda agarta.πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
πŸ‚πŸ‚πŸ‚πŸ‚πŸ‚πŸ‚πŸ‚πŸ‚πŸ‚
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
#JOIN#Share
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰ @Library_IslaamaaπŸ‘ˆ
πŸ‘‰ @Library_IslaamaaπŸ‘ˆ
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
πŸ‘1
Yaa ilmaan aadam
Akkuma ati firii dacheen biqilchite irraa nyaattu
Siichi guyyaan dachiin si nyaattutu dhufa
Rabbiin dachii uumee guyyaan tokko siif tokkommoo sirratti
Hin gowwoomin of qoradhu.

<< Ω„Ψ§ Ψ­ΩˆΩ„ ΩˆΩ„Ψ§ Ω‚ΩˆΨ© Ψ§Ω„Ψ§ Ψ¨Ψ§
Ψ§Ω„Ω„Ω‡ >>
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
πŸ‘2
Assalamualykum hundi Obboleewwan #linkii gadii kana join godhuun #maatii_library_Islaamaa tahaa baarakallah πŸ‘πŸ‘πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉ Ammalee erga join gootanii gubbaa tuqun #Add_member kan jedhu tuquun hiriyoota keessaan itti Affeeraa jazaan jennatumaπŸ™πŸ™πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉ

KinooβœβœπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/joinchat/qnODaJA5KEFlMDM0
πŸ…°jaa'iba !! Ilmi namaa umriin isaa dhumuudhaaf hin yaadda'u garuu garuu qabeenyi isaa dhumuudhaaf garuu hirriba dhaba.

⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
🌹🌹Ajaa'iba kun🀭🀫🌹

✍Guyyaa #Juma'aa Tokko Akka Tasaa Tahee
Imaamni Masjidaa Khuxbaarraa Turraan
Tiraafikni (Traffic Police)Tokko Ka'ee
#MINBARA Irra Bahe.
οΏΎ Tiraafikichis Afaan Hojii Isaatin Khuxbaa
Eegale.πŸ˜”
βœβ˜† " Yaa Ilmaan Namaa! Hayyama Imaana
Keessanii Haaroymfadhaa!
β˜† Qabattoo Sodaa Rabbii Hidhadhaa ! 🌹
βœβ˜† Saffisa Dilii Dalaguu Hir'isaa !πŸ‘Œ
βœβ˜† Niyyaan Teessan Akka Qulqulluu Taate Mirkaneeffadhaa ! πŸ‘Œ
βœβ˜† Matoora Qalbii Teessanii Qulqulleeysaa !
,βœβ˜† Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa Hordofaa !
βœβ˜† Karaa Diin Gubbaa Imala Keessan Godhaa !
βœβ˜† Fuul Dura Keessan Iddoo Sakata'insaa (Fittashaa) Jabduutu Jira.πŸ₯Ί Namni
Waa Balleesse Dhufe Adabbiin Isaa Ibidda Jahannam
Tahuutu Mala. 😭"Jachuun Gorsa Isaa Xumuree Bu'e !
Subhaanallah dubbiin dhuguma yaa Rabbi Rahmata nuu godhi 🀲🀲.

πŸŒΉπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸŒΉ
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘ @Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
🌹🌹Ajaa'iba kun🀭🀫🌹

✍Guyyaa #Juma'aa Tokko Akka Tasaa Tahee
Imaamni Masjidaa Khuxbaarraa Turraan
Tiraafikni (Traffic Police)Tokko Ka'ee
#MINBARA Irra Bahe.
οΏΎ Tiraafikichis Afaan Hojii Isaatin Khuxbaa
Eegale.πŸ˜”
βœβ˜† " Yaa Ilmaan Namaa! Hayyama Imaana
Keessanii Haaroymfadhaa!
β˜† Qabattoo Sodaa Rabbii Hidhadhaa ! 🌹
βœβ˜† Saffisa Dilii Dalaguu Hir'isaa !πŸ‘Œ
βœβ˜† Niyyaan Teessan Akka Qulqulluu Taate Mirkaneeffadhaa ! πŸ‘Œ
βœβ˜† Matoora Qalbii Teessanii Qulqulleeysaa !
,βœβ˜† Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa Hordofaa !
βœβ˜† Karaa Diin Gubbaa Imala Keessan Godhaa !
βœβ˜† Fuul Dura Keessan Iddoo Sakata'insaa (Fittashaa) Jabduutu Jira.πŸ₯Ί Namni
Waa Balleesse Dhufe Adabbiin Isaa Ibidda Jahannam
Tahuutu Mala. 😭"Jachuun Gorsa Isaa Xumuree Bu'e !
Subhaanallah dubbiin dhuguma yaa Rabbi Rahmata nuu godhi 🀲🀲.

πŸŒΉπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–ŠπŸŒΉ
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Yaa rabbii nagaa uumte kan nagaan sifaa fi maqaa kee ta'ee biyya keenya nagaa nuuf taasisi beektolee fi ummata nagaas yaa rabbi nuuf tiksi
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
mallatoolee-guyyaa-qiyaamaa.pdf
1.8 MB
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€
Kitaaba hedduu bareedaadha buusaa dubbisaaπŸ‘πŸ‘πŸ‘

πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Umar ibn Al-khaxxaab RA akkana jedhe << Nama salaata miidhuu hojii isaa kan biroo keessatti irra caala akka inni miidhamu argarta.>> rabbiin nama haqa salaataa guutu nu haa taasisu
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘