Haajaa ilma namaatiif baasuu keessa lazzaa ykn qananii qalbiitu jira
Qananii qalbii san nama xiinxale malee namni hin beeku
Ati kayirii hojjadhu yoo akkam xiqqaattellee sababni isaas hojii kamiin akka jennata seentu waan hin beekneef
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘

✍✍✍✍✍✍✍✍✍
Kitaaba bareedaa akkaan barbaachisaa buusaa dubbisaa baarakallah🌹👍
✅ Birraa kana sergiin waan baayy'atuuf barachuun barbaachisadha 😊😁😍
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
📚📚📚📚📚📚📚📚📚

Gorsa Afurtama Kan ittiin mana sirreessan.pdf
2.6 MB
✍✍✍✍✍✍✍✍✍
Kitaaba bareedaa akkaan barbaachisaa buusaa dubbisaa baarakallah🌹👍
✅ Birraa kana sergiin waan baayy'atuuf barachuun barbaachisadha 😊😁😍
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Kitaaba bareedaa akkaan barbaachisaa buusaa dubbisaa baarakallah🌹👍
✅ Birraa kana sergiin waan baayy'atuuf barachuun barbaachisadha 😊😁😍
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
👍1
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Gara laafaa namaa
Kan hudi jaallatu
rahmanni fi Nageenyi
Sirra haa jiraatu
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Kan hudi jaallatu
rahmanni fi Nageenyi
Sirra haa jiraatu
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟

Qur'aana Akkamitti Qaraana.pdf
1.9 MB
✅✅✅✅✅✅✅✅🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹📚📚📚📚📚📚📚📚
👉 Kana hoo dubbistee? Qur'aana Akkamitti Qaraana???? dubbisa baarakallaah!!
Dubbisa gaarii
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Kitaaba babbareedaa biroof kana Cuqaasi/Tuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
♥️ @Library_Islaamaa
♥️ @Library_Islaamaa
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

😂 😂#Bohaarsaa😂😂
✅ Namicha tokkotu nama dhukkubsatu gaafachuu dhaqee yeroo gaafatu namicha baayy'ee dhukkuba ture 😔
Namichis dhukkuba argee baayyee gaddee Ayi hiriyaan koo tokkos osoo #akka_kee kanatti dhukkubsatuu #du'ee hoo ijoollee keetti waa #dhaammadhu male jedhe😁😁 achiin dhukkubsatichi maal jedhe seete😁😁😁😁
.
.
✅Ilma koo dhageessee waan namichi kun jedhaa jiru😊😊 An wannin #dhaammadhu_lammata_namichi_kun_yoo_deebi'ee_dhufe_akka mana kootti ol hin #galchine jedhe 👌
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 😂😂😂
broo kofaltee dhiiftaa 👍 tuqi male

✍Subhaanallah Ajaaiba kana beektuu🤔🤔
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
✅ Subhaanallah Allahu Akbar #wallahii wanni kun waan akka male na Ajaa'ibee fi Ummanni kun Rabbii jara uume wallaaluun waan akka male na gaddisiiseedha😭
#Adonitologyn maali...................?
Addunyaa keenya irra amanti 4,300 oltu jira jedhamee tilmaamama Amantoota addunyaa keenya irra jiran keessaa tokko kan ta'e #adonitology(adonitoloji) yeroo ta'u hordoftoonni amantii kana(adonitology) #dubartoota_taa'umsa gurguddaatti waaqeffatu(sagadu)🙈
🙊🙊🙊🙊🙊🙊🙊🙊
#HUBADHU=kana maxxansuun koo #safuu dhabee osoon taane akka namni dubbise hundi edaa kunis jiraa 🤔 #Alhamdulillah kan #Islaamummaa_bareedaa_kana_na_badhaafte akka jedhuufi🙏🙏🙏
Yaa Rabbi Alhamdulillah kan osoo nuti sin kadhatin fedha keetiin daandii #Jennataa irra nu buufte 🤲🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
#Obbolessa/ttii_kiyya_mee_#Alhamdulillaa jedhi 👇👇👇👇

👍2
Ilmi namaa murtii fi dabarsaa rabbiitti ni amana yeroo kasaare ykn galma gahuu dhabe
Garuu yeroo bakka guddaa gahe ykn galma gahe akka nama waan addaa hojjateetti of ilaala
Dandeettii fi murtii rabbiin siif dabarse male wanti taatu tokkollee hin jirtu
<< لا حول ولا قوة الا با
الله >>
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘

♻️Fataawaa NuuralHudaa
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
✅Waan baruun akkaan barbaachisaafii beekuun dirqama taheedha nama muslimaa irratti qalbiin dubbisaa.👌✍✍✍
💐💐💐💐💐💐💐💐💐
:TayammumniJanaabdaa namarraa buusaa??
#Gaafii:Jaarsaa jaartiin walitti ida’amanii,takkahuu dhalas haata’uu dhiiras namni tokko
yoo #manamaan bishaan irraa bahe tayammumaan salaatuun nidanda’amaa?🤔🤔
Yoo bishaan qabaatanii qabbanaaf hin dandeenye hoo?
https://nuuralhudaa.com/wp-content/uploads/2018/03/Fataawaaa-4-Gaafii-29.mp3
#Deebisaa:Yaa gabrittii Rabbii bishaan dhabuun kun manuma kana keessa laaltee
dhabuu qofaa miti.Hamma miilaan deemuu dandeessutti dukkaana ta’us bakka
dhaqabdutti bishaan deemii laali.Yoo bishaan kadhabamu taate,tayammuma godhiitii
salaata kee salaati.Eega bishaan arkattee qaama kee dhiqattee booda salaatasan hin
deebiftuubeeki👌.Akkumasan gartee haydiinillee intalti takka xahaarachuu geessee
bishaan yoo dhabde haydii guyyaa silaa xahaarattu san tayammumaan salaatuuni
dandeessi.Janaabdaan jaarsaa jaartiin walitti haajamuun haata’uu,manaamaan haata’
uu hukmiin walumaqixa.Garuu ammoo bishaanumman sunuu #jiraatee xalasa dhabdee
yoo dhiqachuu hindandeenne bishaan qabbanaawaadhaan rakkina ufirra hin fidinii
tayammuma godhii salaati.Hogguu ammoo bishaan kana oowwifatte salaata kana hin
deebisin.👏👏👏
#Fataawaa_NuuralHudaa,

🌹🌹Kana beektuu🤔🤔
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
✅ Karaan dheeraa Addunyaa kana irra deemuuf #cape_town (Africaa kibbaa) irraa gara magaadan (#Russia) deemuu akka tahe beektuu?
✍ Xiyyaara ykn doonii sin barbaachisu😁 riqichatu jira👏 kiloomeetira 22,387 dheerata
✍ Imaluuf sa'atii 4,492 fudhata. Guyyaa 187 taha jechuudha yoo saatii 24 guutuu deemama guyyaatti sa'atii 8 yoo deemte garuu 561 fudhata.
✍ Karicha keessa biyyoota 17 keessa dabarta akkasumas godinoota yeroo jahaafii waqtiilee waggaa hunda agarta.👏👏👏👏👏👏👏
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
#JOIN#Share
👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa👈
👉 @Library_Islaamaa👈
✅✅✅✅✅✅✅✅

Yaa ilmaan aadam
Akkuma ati firii dacheen biqilchite irraa nyaattu
Siichi guyyaan dachiin si nyaattutu dhufa
Rabbiin dachii uumee guyyaan tokko siif tokkommoo sirratti
Hin gowwoomin of qoradhu.
<< لا حول ولا قوة الا با
الله >>
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Akkuma ati firii dacheen biqilchite irraa nyaattu
Siichi guyyaan dachiin si nyaattutu dhufa
Rabbiin dachii uumee guyyaan tokko siif tokkommoo sirratti
Hin gowwoomin of qoradhu.
<< لا حول ولا قوة الا با
الله >>
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👍2
Assalamualykum hundi Obboleewwan #linkii gadii kana join godhuun #maatii_library_Islaamaa tahaa baarakallah 👍👍🌹🌹🌹🌹🌹 Ammalee erga join gootanii gubbaa tuqun #Add_member kan jedhu tuquun hiriyoota keessaan itti Affeeraa jazaan jennatuma🙏🙏🌹🌹🌹
Kinoo✍✍👇👇👇
https://t.me/joinchat/qnODaJA5KEFlMDM0
Kinoo✍✍👇👇👇
https://t.me/joinchat/qnODaJA5KEFlMDM0
🅰jaa'iba !! Ilmi namaa umriin isaa dhumuudhaaf hin yaadda'u garuu garuu qabeenyi isaa dhumuudhaaf garuu hirriba dhaba.
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
🌹🌹Ajaa'iba kun🤭🤫🌹
✍Guyyaa #Juma'aa Tokko Akka Tasaa Tahee
Imaamni Masjidaa Khuxbaarraa Turraan
Tiraafikni (Traffic Police)Tokko Ka'ee
#MINBARA Irra Bahe.
Tiraafikichis Afaan Hojii Isaatin Khuxbaa
Eegale.😔
✍☆ " Yaa Ilmaan Namaa! Hayyama Imaana
Keessanii Haaroymfadhaa!
☆ Qabattoo Sodaa Rabbii Hidhadhaa ! 🌹
✍☆ Saffisa Dilii Dalaguu Hir'isaa !👌
✍☆ Niyyaan Teessan Akka Qulqulluu Taate Mirkaneeffadhaa ! 👌
✍☆ Matoora Qalbii Teessanii Qulqulleeysaa !
,✍☆ Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa Hordofaa !
✍☆ Karaa Diin Gubbaa Imala Keessan Godhaa !
✍☆ Fuul Dura Keessan Iddoo Sakata'insaa (Fittashaa) Jabduutu Jira.🥺 Namni
Waa Balleesse Dhufe Adabbiin Isaa Ibidda Jahannam
Tahuutu Mala. 😭"Jachuun Gorsa Isaa Xumuree Bu'e !
Subhaanallah dubbiin dhuguma yaa Rabbi Rahmata nuu godhi 🤲🤲.
🌹🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊🌹
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘ @Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘