𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
817 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
Kanaa beektuu ?🤔😊😁😁😁😁😁

👉Itoophiyaan Bayyinnaa #Harroota qabachuun Adduunyaa irraa tokkoofa dha. 🙈🙈

👉 Harroota Miliyoona sagal (9) ol qabdii!!

Kennaa Rabbiiiti Alhamdulillah kanuma waraabessi nun fixin isheedhaa jedhee 😁😁
😂😂😂😂😂😂😂😂
Assalamualyekum🌹
Warahmatullahi🌹
Wabarakatuhuu

Jaalatamtootaa,Qaqqaaliiwwaan,obboleewwan kiyya Bakka jirtanitti #Nageenyi_Rabbii_sinirra_haa_jiraatu jechaa amma dura Channel @Library_Islaamaa irraa barumsa garagaraa akkasumaa kitaabba barbaachisaa argachaa turre.🙏 Amma immoo
#Group_discussion dabalataan banameera😊😁 maarree Kan nurraa eegamu barreeffama gadii kan gara #harka_mirgaa jiru #discuss kan jedhu tuquun #join godhuun hiriyoota keessan itti affeeraa🙏 baarakallah 🌹

HUB. Group kun kan banameef haala salphaa taheen gaaffii yaada fi akkasuma beekumsa qabnu akka waliif qoodnuuf kan nu gargaaruudha 🌹🌹
👇👇👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Assalamualyekum🌹
Warahmatullahi🌹
Wabarakatuhuu

Jaalatamtootaa,Qaqqaaliiwwaan,obboleewwan kiyya Bakka jirtanitti #Nageenyi_Rabbii_sinirra_haa_jiraatu jechaa amma dura Channel @Library_Islaamaa irraa barumsa garagaraa akkasumaa kitaabba barbaachisaa argachaa turre.🙏 Amma immoo
#Group_discussion dabalataan banameera😊😁 maarree Kan nurraa eegamu barreeffama gadii kan gara #harka_mirgaa jiru #discuss kan jedhu tuquun #join godhuun hiriyoota keessan itti affeeraa🙏 baarakallah 🌹

HUB. Group kun kan banameef haala salphaa taheen gaaffii yaada fi akkasuma beekumsa qabnu akka waliif qoodnuuf kan nu gargaaruudha 🌹🌹
👇👇👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍👍👍👍👍👍👍👍👍
🌹Oduu gammachiisaa🌹🌹🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

Amma dura #Comment,yaada nuu kennuuf #@Library_Islaamaabot fayyadamaa turuun keenya ni yaadatama amma cinqiin kun hin jiru😊🙏🙏
Maaliree yoo naan jette barreefamuma jalatti akkuma #facebook comment jalatti barreessuu dandeessa
Maarree sinis #leave_comment kan jedhu tuquun seentanii nuu barreessuu hin dagatinaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
#kinoo_seeni👇👇👇😊
Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Fudhattan Hundumaaf!

Rabbiin Isin Wajjiin Haa Ta'u. Waan Isin Dagattan Isin Haa Yaadachiisu. Qalama Keessan Keessa Barakaa Haa Kaa'u. Harki Keessan Deebii Malee Hin Barreessin. Dogongora Irraa Isin Haa Tiksu. Qalbii Teessanis Gad Haa Dhaabu. Firii Gaarii Kan Argattan Isin Haa Taasisu.

Dhaamsa: Qalbii Keessan Rifaatuu Garagaraa(Tension) Irraa Qulqulleessaa. Gara Qormaataa Deemuun Dura Zikrii Akkasumas Qur'aana Qara'aatiin, Maatii Keessan Irraas Eebba Fudhadhaatiin Bahaa. Cinatti Rabbiin Qofarratti Irkadhaa. Du'aa'iin Isin Wajjiin Jirra.

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹


#Yaada nuuf_kennaa
👇👇👇
Haajaa ilma namaatiif baasuu keessa lazzaa ykn qananii qalbiitu jira
Qananii qalbii san nama xiinxale malee namni hin beeku
Ati kayirii hojjadhu yoo akkam xiqqaattellee sababni isaas hojii kamiin akka jennata seentu waan hin beekneef

🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘

Kitaaba bareedaa akkaan barbaachisaa buusaa dubbisaa baarakallah🌹👍
Birraa kana sergiin waan baayy'atuuf barachuun barbaachisadha 😊😁😍

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Gorsa Afurtama Kan ittiin mana sirreessan.pdf
2.6 MB

Kitaaba bareedaa akkaan barbaachisaa buusaa dubbisaa baarakallah🌹👍
Birraa kana sergiin waan baayy'atuuf barachuun barbaachisadha 😊😁😍

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
👍1
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Gara laafaa namaa
Kan hudi jaallatu
rahmanni fi Nageenyi
Sirra haa jiraatu
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد

🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo
#JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
Qur'aana Akkamitti Qaraana.pdf
1.9 MB
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹📚📚📚📚📚📚📚📚

👉 Kana hoo dubbistee? Qur'aana Akkamitti Qaraana???? dubbisa baarakallaah!!
Dubbisa gaarii
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot

Kitaaba babbareedaa biroof kana Cuqaasi/Tuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
♥️ @Library_Islaamaa
♥️ @Library_Islaamaa
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
👍1
😂 😂#Bohaarsaa😂😂

Namicha tokkotu nama dhukkubsatu gaafachuu dhaqee yeroo gaafatu namicha baayy'ee dhukkuba ture 😔
Namichis dhukkuba argee baayyee gaddee Ayi hiriyaan koo tokkos osoo #akka_kee kanatti dhukkubsatuu #du'ee hoo ijoollee keetti waa #dhaammadhu male jedhe😁😁 achiin dhukkubsatichi maal jedhe seete😁😁😁😁








.
.

Ilma koo dhageessee waan namichi kun jedhaa jiru😊😊 An wannin #dhaammadhu_lammata_namichi_kun_yoo_deebi'ee_dhufe_akka mana kootti ol hin #galchine jedhe 👌
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 😂😂😂

broo kofaltee dhiiftaa 👍 tuqi male
Subhaanallah Ajaaiba kana beektuu🤔🤔
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Subhaanallah Allahu Akbar #wallahii wanni kun waan akka male na Ajaa'ibee fi Ummanni kun Rabbii jara uume wallaaluun waan akka male na gaddisiiseedha😭

#Adonitologyn maali...................?

Addunyaa keenya irra amanti 4,300 oltu jira jedhamee tilmaamama Amantoota addunyaa keenya irra jiran keessaa tokko kan ta'e #adonitology(adonitoloji) yeroo ta'u hordoftoonni amantii kana(adonitology) #dubartoota_taa'umsa gurguddaatti waaqeffatu(sagadu)🙈
🙊🙊🙊🙊🙊🙊🙊🙊
#HUBADHU=kana maxxansuun koo #safuu dhabee osoon taane akka namni dubbise hundi edaa kunis jiraa 🤔 #Alhamdulillah kan #Islaamummaa_bareedaa_kana_na_badhaafte akka jedhuufi🙏🙏🙏

Yaa Rabbi Alhamdulillah kan osoo nuti sin kadhatin fedha keetiin daandii #Jennataa irra nu buufte 🤲🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

#Obbolessa/ttii_kiyya_mee_#Alhamdulillaa jedhi 👇👇👇👇
👍2
Ilmi namaa murtii fi dabarsaa rabbiitti ni amana yeroo kasaare ykn galma gahuu dhabe
Garuu yeroo bakka guddaa gahe ykn galma gahe akka nama waan addaa hojjateetti of ilaala
Dandeettii fi murtii rabbiin siif dabarse male wanti taatu tokkollee hin jirtu
<< لا حول ولا قوة الا با
الله >>
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
♻️Fataawaa NuuralHudaa
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Waan baruun akkaan barbaachisaafii beekuun dirqama taheedha nama muslimaa irratti qalbiin dubbisaa.👌

💐💐💐💐💐💐💐💐💐

:TayammumniJanaabdaa namarraa buusaa??

#Gaafii:Jaarsaa jaartiin walitti ida’amanii,takkahuu dhalas haata’uu dhiiras namni tokko
yoo #manamaan bishaan irraa bahe tayammumaan salaatuun nidanda’amaa?🤔🤔
Yoo bishaan qabaatanii qabbanaaf hin dandeenye hoo?
https://nuuralhudaa.com/wp-content/uploads/2018/03/Fataawaaa-4-Gaafii-29.mp3
#Deebisaa:Yaa gabrittii Rabbii bishaan dhabuun kun manuma kana keessa laaltee
dhabuu qofaa miti.Hamma miilaan deemuu dandeessutti dukkaana ta’us bakka
dhaqabdutti bishaan deemii laali.Yoo bishaan kadhabamu taate,tayammuma godhiitii
salaata kee salaati.Eega bishaan arkattee qaama kee dhiqattee booda salaatasan hin
deebiftuubeeki👌.Akkumasan gartee haydiinillee intalti takka xahaarachuu geessee
bishaan yoo dhabde haydii guyyaa silaa xahaarattu san tayammumaan salaatuuni
dandeessi.Janaabdaan jaarsaa jaartiin walitti haajamuun haata’uu,manaamaan haata’
uu hukmiin walumaqixa.Garuu ammoo bishaanumman sunuu #jiraatee xalasa dhabdee
yoo dhiqachuu hindandeenne bishaan qabbanaawaadhaan rakkina ufirra hin fidinii
tayammuma godhii salaati.Hogguu ammoo bishaan kana oowwifatte salaata kana hin
deebisin.👏👏👏

#Fataawaa_NuuralHudaa,
👍1