𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
818 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
tarkaanfile-jireenya-gammachuutti-nama-geessan-1 (1).pdf
1 MB
📖📖📖📖📖📖📖📖
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Namni hunduu #Jireenya_gammachuu_jiraachuu fedha garuu waan Rabbiin fedhe male hin tahu kanaaf #kitaaba bareedaa #tarkaanfi jireenya gammachuu jedhu kana buusaa dubbisaa.
🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
#JOIN_SHARE👍👍👍
👇👇👇
@Library_Islaamaa
😂😂Kottaa kolfaa😂😂

Jum'aa dheengaddaa akkuma salaata raawwanneen sheekni ol kahanii #salaatul_janaazaan jira haa salaannu jedhanii ol kahanii #Allaahuakbar jedhani akkuma beekamu #Salaatul_janaazaan #takbiiraa afur(4)qaba ammoo #Rukuu'aaf_Sujuuda hin qabu dhaabidhumatti salaamtaa ba'ama.kana namichi tokko maal godha seete fuuldura kootii😊😊







.
.


Aluma #sheekni takbiiraa #lammataa jedhanu #Rukuu'a_bu'e/gadi jedhee #jilba_qabate 😂😂😂😂😂 an duuba isaan dhaabadhaa ture inuman hurgufame 😂 isumaa kan na kofalchiise maal seete #namichi isatti aanee jiru #uffata_isaa qabee harkisee harkisee dadhabe ol jechuu dide 😂😂😂😂

yoo si boohaarse 👉😂 tuqi
Utuu akka jaalalaa
Sila nattiin baatu
Si'iin adda bahee
Qalbiin qalbii hin taatu


Ati faaya jiruu
Ibsaa jiruu kootii
Nagaa naaf jiraadhu
Nagaan kan rabbiitii

Jiruun si'iin malee
Jiruu naaf hin taatu
Suma lazzaan jiruu
Kan walinnu hidhe
Aziizul jabbaaru

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Bekuumsa walii galaaf
#Application gadii enyuu akka #Uume meeqa keessantu qubaqaba🤔🤔
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

1. Google— Larry Page and Sergey Brin

2. Facebook— Mark Zuckerberg

3. Yahoo— David Filo and Jerry Yang

4. Twitter— Jack Dorsey and Dick Costolo

5. Internet— Tim Berners Lee

6. LinkedIn— Reid Hoffman, Allen Blue and
Koonstantin Guericke

7. Email— Shiva Ayyadurai

8. Gtalk— Richard Wah kan

9. Whats up— Laurel Kirtz

10. Hotmail— Sabeer Bhatia

11. Wikipedia— Jimmy Wales

12. You tube— Steve Chen, Chad Hurley and JawedKarim

13. Rediff— Ajit Balakrishnan

14. Nimbuzz— Martin Smink and Evert Jaap Lugt

15. Myspace— Chris Dewolfe and Tom Anderson

16. Ibibo— Ashish Kashyap

17. OLX— Alec Oxenford and Fabrice Grinda

18. Skype— Niklas Zennstrom,JanusFriis and Reid
Hoffman

19. Opera— Jon Stephenson von Tetzchner and Geir
lvarsoy

20. Mozilla Firefox— Dave Hyatt and Blake Ross

21.Telegram-was started in 2013 by the brothers Nikolai and Pavel Durov.

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👆👆👆👆
ASSALAMUALYKUM Obboleeyyan kiyya warri kitaaba yeroo
#buufnu nuu #bu'uu dide #jettaniif Application oli kana namarra ykn playstore irraa buufadha hedduu filatamaadha🙏
Appiin #WPS office jedhamu Kan suura isaa argitan kun faaydaalee hedduu qaba docment garagaraa ittiin banachuuf kanneen akka
❇️ ➘➘
☞PDF
☞excel
☞word
☞power point
☞html
☞txt
☞doc && others.

Dabalataanis kompitara osoo hin fayyadamin docmentiilee olii kanniins ittiin hojjechuu dandeessu bilbiluma keessaniin.

#𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝐤𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐛𝐚𝐧 𝐛𝐢𝐟𝐚 𝐩𝐝𝐟 𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐛𝐮𝐮𝐟𝐚𝐭𝐭𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐚𝐩𝐩 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐡𝐢𝐧 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐚𝐭𝐮 .𝐚𝐩𝐩𝐧 𝐤𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐚𝐤𝐤𝐚 ,𝐚𝐝𝐨𝐛𝐞𝐫𝐞𝐚𝐝𝐞𝐫,𝐩𝐝𝐟𝐬....𝐧𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐠𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐢𝐬𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐭𝐮 𝐟𝐢𝐥𝐚𝐭𝐚𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚!!!!
✓𝐍𝐚𝐦𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐲𝐤𝐧 𝐩𝐥𝐚𝐲𝐬𝐭𝐨𝐫𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐛𝐮𝐮𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚𝐚
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️

Reader is a leader!!!!!
Musaafirummaa 8ffaa A
Idiriis Abbishu
Nashiida idiris Abbishu 8ff A guutun kana buufadha yaadas nuuf arjooma yaa warra midiya furqaan!! Midiya kanas jajjabaannee haa guddifnuun dhaamsa kooti
#Waadaa_Fi_ummata_Arabaa
#Dubbisaa👇

Guyyaa tokko namtichi maqaan isaa #Haaris jedhamu tokko dirree waraanaa keessa osoo jiranuu, nama maqaan isaa Adiyyi_binu_Rabii'aa jedhamu tokko ajjeesuu barbaade. Garuu Adiyyii kana gurraan dhaga’e malee argee hin beeku waan taateef namticha tokko qabee booji'ee akkana jedheen;
"Si ajjeesa moo? Bakka Adiyyi jiru na geessita? " jedheen.

Achumaa namtichi booji'ame sunis
"𝚈𝚘𝚘 𝚊𝚗𝚒 𝚋𝚊𝚔𝚔𝚊 𝙰𝚍𝚒𝚢𝚢𝚒 𝚓𝚒𝚛𝚞 𝚜𝚒𝚒𝚏 𝚎𝚎𝚛𝚎 𝚐𝚊𝚍𝚒 𝚗𝚊 𝚕𝚊𝚔𝚔𝚒𝚜𝚝𝚎𝚎..𝚗𝚊𝚐𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊 𝚔𝚘𝚘 𝚗𝚊𝚊𝚏 𝚗𝚒 𝚎𝚎𝚐𝚍𝚊𝚊? Jedhee gaafate.
Haarisis Eeyyan jedheen.
Achumaa namtichis Adiyyiin ati barbaachaaf deemtu sun Ana jedheen😁😁
Haarisis waadaa isaa guutuuf jecha erga harkaan gahatee booda gadi dhiise jedhan.
asumaan arabni nuti baannu ta durii akka taate hin dagatinaa kaa!.
#Osoo_keenya_taatee_hoo_hangam_amanama_laata ?
Kanaa beektuu ?🤔😊😁😁😁😁😁

👉Itoophiyaan Bayyinnaa #Harroota qabachuun Adduunyaa irraa tokkoofa dha. 🙈🙈

👉 Harroota Miliyoona sagal (9) ol qabdii!!

Kennaa Rabbiiiti Alhamdulillah kanuma waraabessi nun fixin isheedhaa jedhee 😁😁
😂😂😂😂😂😂😂😂
Assalamualyekum🌹
Warahmatullahi🌹
Wabarakatuhuu

Jaalatamtootaa,Qaqqaaliiwwaan,obboleewwan kiyya Bakka jirtanitti #Nageenyi_Rabbii_sinirra_haa_jiraatu jechaa amma dura Channel @Library_Islaamaa irraa barumsa garagaraa akkasumaa kitaabba barbaachisaa argachaa turre.🙏 Amma immoo
#Group_discussion dabalataan banameera😊😁 maarree Kan nurraa eegamu barreeffama gadii kan gara #harka_mirgaa jiru #discuss kan jedhu tuquun #join godhuun hiriyoota keessan itti affeeraa🙏 baarakallah 🌹

HUB. Group kun kan banameef haala salphaa taheen gaaffii yaada fi akkasuma beekumsa qabnu akka waliif qoodnuuf kan nu gargaaruudha 🌹🌹
👇👇👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Assalamualyekum🌹
Warahmatullahi🌹
Wabarakatuhuu

Jaalatamtootaa,Qaqqaaliiwwaan,obboleewwan kiyya Bakka jirtanitti #Nageenyi_Rabbii_sinirra_haa_jiraatu jechaa amma dura Channel @Library_Islaamaa irraa barumsa garagaraa akkasumaa kitaabba barbaachisaa argachaa turre.🙏 Amma immoo
#Group_discussion dabalataan banameera😊😁 maarree Kan nurraa eegamu barreeffama gadii kan gara #harka_mirgaa jiru #discuss kan jedhu tuquun #join godhuun hiriyoota keessan itti affeeraa🙏 baarakallah 🌹

HUB. Group kun kan banameef haala salphaa taheen gaaffii yaada fi akkasuma beekumsa qabnu akka waliif qoodnuuf kan nu gargaaruudha 🌹🌹
👇👇👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍👍👍👍👍👍👍👍👍
🌹Oduu gammachiisaa🌹🌹🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

Amma dura #Comment,yaada nuu kennuuf #@Library_Islaamaabot fayyadamaa turuun keenya ni yaadatama amma cinqiin kun hin jiru😊🙏🙏
Maaliree yoo naan jette barreefamuma jalatti akkuma #facebook comment jalatti barreessuu dandeessa
Maarree sinis #leave_comment kan jedhu tuquun seentanii nuu barreessuu hin dagatinaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
#kinoo_seeni👇👇👇😊
Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Fudhattan Hundumaaf!

Rabbiin Isin Wajjiin Haa Ta'u. Waan Isin Dagattan Isin Haa Yaadachiisu. Qalama Keessan Keessa Barakaa Haa Kaa'u. Harki Keessan Deebii Malee Hin Barreessin. Dogongora Irraa Isin Haa Tiksu. Qalbii Teessanis Gad Haa Dhaabu. Firii Gaarii Kan Argattan Isin Haa Taasisu.

Dhaamsa: Qalbii Keessan Rifaatuu Garagaraa(Tension) Irraa Qulqulleessaa. Gara Qormaataa Deemuun Dura Zikrii Akkasumas Qur'aana Qara'aatiin, Maatii Keessan Irraas Eebba Fudhadhaatiin Bahaa. Cinatti Rabbiin Qofarratti Irkadhaa. Du'aa'iin Isin Wajjiin Jirra.

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹


#Yaada nuuf_kennaa
👇👇👇
Haajaa ilma namaatiif baasuu keessa lazzaa ykn qananii qalbiitu jira
Qananii qalbii san nama xiinxale malee namni hin beeku
Ati kayirii hojjadhu yoo akkam xiqqaattellee sababni isaas hojii kamiin akka jennata seentu waan hin beekneef

🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘

Kitaaba bareedaa akkaan barbaachisaa buusaa dubbisaa baarakallah🌹👍
Birraa kana sergiin waan baayy'atuuf barachuun barbaachisadha 😊😁😍

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Gorsa Afurtama Kan ittiin mana sirreessan.pdf
2.6 MB

Kitaaba bareedaa akkaan barbaachisaa buusaa dubbisaa baarakallah🌹👍
Birraa kana sergiin waan baayy'atuuf barachuun barbaachisadha 😊😁😍

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
👍1
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Gara laafaa namaa
Kan hudi jaallatu
rahmanni fi Nageenyi
Sirra haa jiraatu
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد

🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘