โ
๐๐๐๐๐๐โ
โ
๐นAlhamdulillah Galanni kan Rabbii Akka haala Salphaan Diin keenya barannu nuuf laaffiseeti.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
#Application #Tokkoon wal sin barsiisuu dhufeโบ๏ธ๐ na simadhaa๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐
โ Takkaa dhageessee #application tokko kan kitaaba Afaan #Oromoo 23 of keessatti qabatu๐ค๐คญ
โ Dinqiidha dhugaa Sanuu Afaan oromoo,afaan Dhaloota keenyaan Alhamdulillah ๐๐๐
โ Kitaabichi Akkuma suuraa isaa gubbaa agartan #linkii isaa kinooti buufadhaa ๐๐๐๐
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.wOromoIslamicBook_10687660
โ ๐๐#Telegrama irratti nan maxxansan ture garuu Namoonni baayyeen #Application Telegram irraa buufne nuun hojjatu waan jedhaniif Ofumaa buufadha โ
Yaada nuu kennaa
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaabot

ูฐ ๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น
๐ฟ๐น๐น๐ฟ
๐ฟ๐ฟ
๐ฟ Happy๐ท
Jum'a for you!!
๐ฟ ๐ฟ๐ฟ
๐ฟ ๐ฟ ๐ฟ
๐ฟ ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
๐ฟ ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
๐ฟ ๐ฟ๐ฟ๐ฟ ๏ทบ
๐ฟ ๐ฟ
๐ฟ ๐ฟ JUM'AAGAARII Kan
๐ฟ ๐ฟGammachu
๐ฟ ๐ฟKan Jaalala
๐ฟ ๐ฟkan Araara
๐ฟ๐ฟ siniif Haa tahu
๐ฟ ๐ฟ๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท
๐ฟ๐ฟ๐ฟ
๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ
โฅ๏ธ๐JUMU'AA MILKAA'INAA๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.
Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
โข Qaama dhiqachuu
โข Qeensa qorachuu
โข Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuu๐dhiira qofaaf
โข Yeroon gara masjiidaa deemuu
โข Suuraa Alkhahaf qara'uu
โข Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
โข Uffata babbareedaa uffachuu
โข Du'aa'II heddumeessuu
โข Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu
Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!
Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!!
โฅ๏ธNagaaโฅ๏ธPeace โฅ๏ธSalamโฅ๏ธ

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Suleyiman ibn Daawud ykn nabi suleyiman (A.S) ilma isaaniitiin akkas jedhan: <<yaa ilma koo Nama waa balleesse akkamitti balleesse jechuun hin dinqisiifatin,inni hafe akkamitti najaa bahe jechuun dinqisiifadhu>>?!
Yaa ilma kiyya Durummaa fayyaa qaamaa caaltu hin jirtu,qananiin ibsituu ijaa caaltu hin jirtu
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โโโโ๐น๐นโโโโโโโโ
โ@Ehsan_tube ๐น @Ehsan_tube โ
โโโโโโ๐น๐นโโโโโโ

tarkaanfile-jireenya-gammachuutti-nama-geessan-1 (1).pdf
1 MB
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Namni hunduu #Jireenya_gammachuu_jiraachuu fedha garuu waan Rabbiin fedhe male hin tahu kanaaf #kitaaba bareedaa #tarkaanfi jireenya gammachuu jedhu kana buusaa dubbisaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#JOIN_SHARE๐๐๐
๐๐๐
@Library_Islaamaa
โโโโโโโ

๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
๐๐Kottaa kolfaa๐๐
โ Jum'aa dheengaddaa akkuma salaata raawwanneen sheekni ol kahanii #salaatul_janaazaan jira haa salaannu jedhanii ol kahanii #Allaahuakbar jedhani akkuma beekamu #Salaatul_janaazaan #takbiiraa afur(4)qaba ammoo #Rukuu'aaf_Sujuuda hin qabu dhaabidhumatti salaamtaa ba'ama.kana namichi tokko maal godha seete fuuldura kootii๐๐
.
.
Aluma #sheekni takbiiraa #lammataa jedhanu #Rukuu'a_bu'e/gadi jedhee #jilba_qabate ๐๐๐๐๐ an duuba isaan dhaabadhaa ture inuman hurgufame ๐ isumaa kan na kofalchiise maal seete #namichi isatti aanee jiru #uffata_isaa qabee harkisee harkisee dadhabe ol jechuu dide ๐๐๐๐
yoo si boohaarse ๐๐ tuqi

Audio
๐ Nashiidaa hedduu bareedaaf hedduu garaa nama nyaatu ๐ญ๐ญ๐ญ
#Godaannisa_tahee_godaansi_biyya_alaaa๐ญ
๐๐
#Abu_Yaasir_Jimmaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
#JOIN
@Library_islaamaa

Utuu akka jaalalaa
Sila nattiin baatu
Si'iin adda bahee
Qalbiin qalbii hin taatu
Ati faaya jiruu
Ibsaa jiruu kootii
Nagaa naaf jiraadhu
Nagaan kan rabbiitii
Jiruun si'iin malee
Jiruu naaf hin taatu
Suma lazzaan jiruu
Kan walinnu hidhe
Aziizul jabbaaru
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โโโโ๐น๐นโโโโโโโโ
โ@Ehsan_tube ๐น @Library_Islaamaa โ
โโโโโโ๐น๐นโโโโโโ
Sila nattiin baatu
Si'iin adda bahee
Qalbiin qalbii hin taatu
Ati faaya jiruu
Ibsaa jiruu kootii
Nagaa naaf jiraadhu
Nagaan kan rabbiitii
Jiruun si'iin malee
Jiruu naaf hin taatu
Suma lazzaan jiruu
Kan walinnu hidhe
Aziizul jabbaaru
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โโโโ๐น๐นโโโโโโโโ
โ@Ehsan_tube ๐น @Library_Islaamaa โ
โโโโโโ๐น๐นโโโโโโ
โ
Bekuumsa walii galaaf
#Application gadii enyuu akka #Uume meeqa keessantu qubaqaba๐ค๐ค
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
1. Googleโ Larry Page and Sergey Brin
2. Facebookโ Mark Zuckerberg
3. Yahooโ David Filo and Jerry Yang
4. Twitterโ Jack Dorsey and Dick Costolo
5. Internetโ Tim Berners Lee
6. LinkedInโ Reid Hoffman, Allen Blue and
Koonstantin Guericke
7. Emailโ Shiva Ayyadurai
8. Gtalkโ Richard Wah kan
9. Whats upโ Laurel Kirtz
10. Hotmailโ Sabeer Bhatia
11. Wikipediaโ Jimmy Wales
12. You tubeโ Steve Chen, Chad Hurley and JawedKarim
13. Rediffโ Ajit Balakrishnan
14. Nimbuzzโ Martin Smink and Evert Jaap Lugt
15. Myspaceโ Chris Dewolfe and Tom Anderson
16. Ibiboโ Ashish Kashyap
17. OLXโ Alec Oxenford and Fabrice Grinda
18. Skypeโ Niklas Zennstrom,JanusFriis and Reid
Hoffman
19. Operaโ Jon Stephenson von Tetzchner and Geir
lvarsoy
20. Mozilla Firefoxโ Dave Hyatt and Blake Ross
21.Telegram-was started in 2013 by the brothers Nikolai and Pavel Durov.

๐๐๐๐
ASSALAMUALYKUM Obboleeyyan kiyya warri kitaaba yeroo #buufnu nuu #bu'uu dide #jettaniif Application oli kana namarra ykn playstore irraa buufadha hedduu filatamaadha๐
โ Appiin #WPS office jedhamu Kan suura isaa argitan kun faaydaalee hedduu qaba docment garagaraa ittiin banachuuf kanneen akka
โ๏ธ โโ
โPDF
โexcel
โword
โpower point
โhtml
โtxt
โdoc && others.
โข Dabalataanis kompitara osoo hin fayyadamin docmentiilee olii kanniins ittiin hojjechuu dandeessu bilbiluma keessaniin.
#๐๐ฎ๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐: ๐ค๐ข๐ญ๐๐๐๐๐๐ง ๐๐ข๐๐ ๐ฉ๐๐ ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐ญ๐ญ๐๐ง ๐ค๐๐ฆ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฉ๐ฉ ๐ค๐๐ง๐๐๐ง ๐ฆ๐๐ฅ๐๐ ๐ก๐ข๐ง ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐ญ๐ฎ .๐๐ฉ๐ฉ๐ง ๐ค๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐๐ง ๐ค๐๐ง ๐๐ค๐ค๐ ,๐๐๐จ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐ซ,๐ฉ๐๐๐ฌ....๐ง๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐ ๐๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ฌ๐ ๐ค๐๐ง๐๐ญ๐ฎ ๐๐ข๐ฅ๐๐ญ๐๐ฆ๐๐๐๐ก๐!!!!
โ๐๐๐ฆ๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐ฒ๐ค๐ง ๐ฉ๐ฅ๐๐ฒ๐ฌ๐ญ๐จ๐ซ๐ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐๐ฆ๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
Reader is a leader!!!!!

Musaafirummaa 8ffaa A
Idiriis Abbishu
Nashiida idiris Abbishu 8ff A guutun kana buufadha yaadas nuuf arjooma yaa warra midiya furqaan!! Midiya kanas jajjabaannee haa guddifnuun dhaamsa kooti
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
#Waadaa_Fi_ummata_Arabaa
#Dubbisaa๐
Guyyaa tokko namtichi maqaan isaa #Haaris jedhamu tokko dirree waraanaa keessa osoo jiranuu, nama maqaan isaa Adiyyi_binu_Rabii'aa jedhamu tokko ajjeesuu barbaade. Garuu Adiyyii kana gurraan dhagaโe malee argee hin beeku waan taateef namticha tokko qabee booji'ee akkana jedheen;
"Si ajjeesa moo? Bakka Adiyyi jiru na geessita? " jedheen.
Achumaa namtichi booji'ame sunis
"๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐..๐๐๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐? Jedhee gaafate.
Haarisis Eeyyan jedheen.
Achumaa namtichis Adiyyiin ati barbaachaaf deemtu sun Ana jedheen๐๐
Haarisis waadaa isaa guutuuf jecha erga harkaan gahatee booda gadi dhiise jedhan.
asumaan arabni nuti baannu ta durii akka taate hin dagatinaa kaa!.
โฌ#Osoo_keenya_taatee_hoo_hangam_amanama_laata ?

Kanaa beektuu ?๐ค๐๐๐๐๐๐
๐Itoophiyaan Bayyinnaa #Harroota qabachuun Adduunyaa irraa tokkoofa dha. ๐๐
๐ Harroota Miliyoona sagal (9) ol qabdii!!
Kennaa Rabbiiiti Alhamdulillah kanuma waraabessi nun fixin isheedhaa jedhee ๐๐

โค Assalamualyekum๐น
โค Warahmatullahi๐น
โค Wabarakatuhuuโค
โคโคโคโคโคโค
โ Jaalatamtootaa,Qaqqaaliiwwaan,obboleewwan kiyya Bakka jirtanitti #Nageenyi_Rabbii_sinirra_haa_jiraatu jechaa amma dura Channel @Library_Islaamaa irraa barumsa garagaraa akkasumaa kitaabba barbaachisaa argachaa turre.๐ Amma immoo
#Group_discussion dabalataan banameera๐๐ maarree Kan nurraa eegamu barreeffama gadii kan gara #harka_mirgaa jiru #discuss kan jedhu tuquun #join godhuun hiriyoota keessan itti affeeraa๐ baarakallah ๐น
โHUB. Group kun kan banameef haala salphaa taheen gaaffii yaada fi akkasuma beekumsa qabnu akka waliif qoodnuuf kan nu gargaaruudha ๐น๐น
๐๐๐๐๐๐๐