This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akkam bulte osoo siin jedhanii maal jetta ati🤔🤔😁😁
😁😁😁😁😁😁😁
✅Namicha tokkotu ganama mana namaa dhaqee jarana #Akkam_bultan jedhe achumaan abbaan mana immoo Ala turee akkam jedhe seete🤔🤔😁😁
.
.
#A/manaa:Alaa ol galee #dugdaan_ciisee ilaa kinoo #akkanattin bule jedhe.😳
Maal namichi mokkoroon
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Broo kolfitee hin dhisin tuqika😉😉👍

Forwarded from Gaggeessuuf Dubbissi Read to Lead
foormulaa jireenyaa1.pdf
2.8 MB
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Kitaaba Baayyee Bareedaadha
Buusaa Dubbisaa📚
🥀G͜͡U͜͡Y͜͡Y͜͡A͜͡A͜͡ G͜͡A͜͡A͜͡R͜͡I͜͡I͜͡🥀
Cོhོaོnོnོeོlོ kོeོeོnོyོaོtོtོiོ Dོaོbོaོlོaོmོuོuོfོ
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFP0myWjOZpYwoW5CA

Forwarded from Deleted Account
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
✅ As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaa🙏🙏
🌹🌹👇👇👇👇👇🌹🌹

Meeqa keessantu qubaqaba???🤔🤔🤔🤔
✅ Google gubbaatii "who is the best man of the world" jettee yoo barreessite Jalqaba irratti Caalaa kalqii Nabi Muhammadin (SAW) akka siif baasu meeqa keessantu qubaqaba laata?? Ajiiiib wallahii🤔
✍ Dubbiin akkana Nama #Michael H.hart jedhamu Astrophysics beekama USA kan tahe ammoo amantiin isaa amantii biroo kan tahe Maal godhe sitti fakkaate🤔🤔 kitaaba isaa "Top 100 the most influenced man in the world" ykn Namoota 100 akka Addunyaatti dhiibbaa Uuuman jechuun kitaaba barreesse keessatti maqaa Nabiyyii xumuraafi goolabbii Nabi #Muhammad tokkoffaarra kaahe 🙏😁😁 Alhamdulillah ✅
✅ Mee yaadaa Google second tokkotti namni 63000 Search godhu daqiiqaa tokkotti million 3.8 search godhu akkasuma guyyaa tokkotti namni billion 5.6 search godhu irratti maqaan nabii Rabbii yeroo tokkoffaa tahu 🤔 An wallahi woman jedhun qabu Alhamdulillah jechuu male🙏🙏✅✅
✅ Ammas mee yaada Namichi kun Amantiin isaa islaamaa miti waan dhugaa dubbachuu qabuuf dubbate male Inumaayyuu gaafffii gaafatamee maal jedhe seete "An wantan kana godheef muslima gammachiisuuf ykn follower baayye argachuuf miti jedhe an kanin kana godheef Nama Nabi muhammad(SAW) inuma hin jiru jedhe Allahu akbar Allahu akbar😁😁
✍ Ammoo kan hundarra na dinqe Namichi kun #Yesuus kiristos kan Waaqa jedhe itti amanu 3ffaa irra kaahuu isaati 🤔
Ajiib wallahi waan akka malee na dinqe irratin siniif qoode 🙏🙏🙏🙏🙏
Abbaan kijiba sitti fakkaate data kee qofa banii opera bani google seeni jecha olii san search godhi "seing is believeing" jedhu warri adiin.
✅ Mee waa'ee keenyatti as haa deebinu Nabii Rabbii hin jaalanna jenna garuu Guyyaarraa guyyaatti Ajaja ergamaa rabbii nu ajajajan dhuguma hojiirraa oolchaa jirraa ?? Ajaja isaanii didaa isaan jaalanna jechuun dhugumaa??? numa hundaaf dhiisa🙏🙏🙏🙏
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂

👍1
Forwarded from 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر (A͜͡b͜͡u͜͡-l͜͡m͜͡a͜͡n͜͡s͜͡u͜͡u͜͡r͜͡)
Ayyaana Mowlidaa barresaan Ibraahim Eda'oo.pdf
80.4 KB
👆👆👆Ragaalee 18 Ayyaanni #mowlidaa_bid'aa ta'uu irratti Afaan Oromoon barraahee jira pdf kana banadhaa dubbisaa
Akkasum share godhaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@Library_islaamaa
Akkasum share godhaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@Library_islaamaa
🌷 HAA BARANNU 🌷
---- ---------
Baratan carraaqan
Dhabaniif wahayyuu
Barumsi yoomillee
Namni ittiin fayyu
Khan barachaa du'an
Jannataan nu gayu
Ilmii diin islaami
Khan si godhu hayyuu
Khan biraatiis gaarii
Barachuun waan dansa
Yoo diin khankeen beeyne
Kharaarraa si dabsa
Addunyaa guddisee
Hamlee si gabaabsa
Wama dunyaa qofaan
Yeroo kee dabarsa
Lachuu haa qabannu
Furmaanni lachuuti
Academy dhabnaan
Qadriin gad nu buuti
Diin kheenya lakkifnaan
Qalbiitu nu duuti
Irrinni jiraannaan
Ammaan kha'ii guuti
Baradhu Amantii
Baradhu ammayyaa
Gaaf ati baratte
Garaanis nu fayyaa
Lachuutuu qabadhuu
Bari waan dandeeysu
Nama waa barate
Rahmaan hin hoongeessu
Diin kee mirgaan qabi
Hoggas waa sin dabsu
Gaafasi kan ollaa
Sahaabotaa teesu !!!
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘
⚘🌹@Ehsan_tube 🌹⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘
---- ---------
Baratan carraaqan
Dhabaniif wahayyuu
Barumsi yoomillee
Namni ittiin fayyu
Khan barachaa du'an
Jannataan nu gayu
Ilmii diin islaami
Khan si godhu hayyuu
Khan biraatiis gaarii
Barachuun waan dansa
Yoo diin khankeen beeyne
Kharaarraa si dabsa
Addunyaa guddisee
Hamlee si gabaabsa
Wama dunyaa qofaan
Yeroo kee dabarsa
Lachuu haa qabannu
Furmaanni lachuuti
Academy dhabnaan
Qadriin gad nu buuti
Diin kheenya lakkifnaan
Qalbiitu nu duuti
Irrinni jiraannaan
Ammaan kha'ii guuti
Baradhu Amantii
Baradhu ammayyaa
Gaaf ati baratte
Garaanis nu fayyaa
Lachuutuu qabadhuu
Bari waan dandeeysu
Nama waa barate
Rahmaan hin hoongeessu
Diin kee mirgaan qabi
Hoggas waa sin dabsu
Gaafasi kan ollaa
Sahaabotaa teesu !!!
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘
⚘🌹@Ehsan_tube 🌹⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘
Waa 3 bareedaadha waa 3 immoo irra caala bareedaadha
Daangaa kee beekuun bareedaadha
Daangaa kee darbuu dhiisuun immoo irra caalaa bareedaadha
Waan siif jiru beekuun bareedaadha
Waan sirra jiru beekuun immoo irra caalaa bareedha
Yaada kee namaaf qooduu bareedaadha
Yaada nama biroo dhaggeeffachuun immoo irra caala bareedaadha
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘
⚘🌹@Ehsan_tube 🌹⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘
Daangaa kee beekuun bareedaadha
Daangaa kee darbuu dhiisuun immoo irra caalaa bareedaadha
Waan siif jiru beekuun bareedaadha
Waan sirra jiru beekuun immoo irra caalaa bareedha
Yaada kee namaaf qooduu bareedaadha
Yaada nama biroo dhaggeeffachuun immoo irra caala bareedaadha
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘
⚘🌹@Ehsan_tube 🌹⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘
👍1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟

😁Bohaarsaa😁😁
🌹🌹👍👍🌹🌹
✅ Namicha tokkotu hedduu takka haadha manaa jaalata.hedduu waan ishee jaalatuuf yeroo hunda hojii mana fi hojii alaa hojjatamu hundasaa ofumaaf hojjata🤙
✅ Achiin #Jaartiin isaa maal jette seete Waan hunda ofii hin dalaginii #Akka_kitaabaatti/sheriaa'atti_na_bulchi_jetteen😁😁achiin namichi maal jedhe seete😁
✅giiftii koo An si jaaladheen sii tole #kottu_sin_fannisaa_kitaabni_fannooti_bulaa erga akka kitaabaatti na bulchi jettee jedhe
😂😂😂😂😂😂😂😂

Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Hin gaddin.pdf
438.8 KB
🔗 Hin Gaddin
Barruu kana Dubbisaa, waan baay'ee irraa barattu,
Barruu kana Dubbisaa, waan baay'ee irraa barattu,
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Yuniversiti Keessatti Milkaa’uf.PDF
565.7 KB
#Yuniversiti Keessatti Milkaa’uf
Gorsa sammubani.com irraa.
Maashaa'allaah gorsa bareedaa ustaazni keenya J.A barrattoota haaraa gara Universitii galaniifi, barattoota hunda fayyadu danda'u kana nuuf qopheessan rabbi irraa haa jaalatu.
|💳》Hammi: Fuula 14, MB 1 gadi

👍2
Meeqa keenyatu beeka🤔
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Fingerprints Qur'aana keessatti dubbatamuu Beektuu ???
☘☘☘☘☘☘☘☘☘
✅ Ajab Subhaanallah waggaa 1442 dura Waa'ee #Fingerprint_mobila fi kan broo dubbachuu Qur'aanaa nama dinqa 🤭
Ragaan 👇
أَيَحْسَبُ الْإِنسَانُ أَلَّن نَّجْمَعَ عِظَامَهُ
✍"Ilmi namaa kan Rabbitti kafare kun lafee isaa wallitti qabne kan isa hin kaafne sehaa??
بَلَىٰ قَادِرِينَ عَلَىٰ أَن نُّسَوِّيَ بَنَانَهُ
✍Dhugaa nuti #qubbeen_isaa walqixxeessinee deebisuu irratti danda'oodha"
✅Bara 1880 Namni Sir #Francis_golt Qorannoo jabaa quba namaa irratti erga godhee booda akka jedhe
"Addunyaa kana keessaa namni lama kan #Fingerprint_quba isaa kan wal fakkaatu inuma hin jiru osoo nama lakkuu dhalate ta'eelle walhin fakkaatu"👌
✍Kanaafi Seerri addunyaa nama yakka hojjate #fingerprint dhan ka qabuuf.
✅Akkuma atuu beektu #Fingerprint_mobila keetii si male nam tokko banuu hin dandahu.kanaafi Rabbiin Sw Qur'aana keessatti #Qubuma_keessaan_kan_akkaasitti_wal_dhabu kana deebisuu irratti danda'oodha jedhe.eeee dhugaadha wallahi ati danda'aadha yaa Rabbi✍✍✍✍
Maddi👉Kitaaba #Dr_Zakir_naik Quran and modern science #page 62
🌹🌹🌹🌹♻️♻️🌹🌹🌹

♻️🌹Aayata Qur’aanaa Addunyaan Beekamtii kenniteef Meeqa keenyatu beeka?🤔🤔🤔
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
✍#Harvard_University qorannoo bara 2015 qorateen Suuraa qur'aanaaf beekamtii kennanniiru.
🌹🌹Suraan kun kamiree?? aniif ati yoona bannee dubbisnee hin beeknu garuu #kaafirri qoratee beekamtii kenneef 😒😒
✅ Suura #Nisaa'ii (4:135)👍👍👍👍👆👆👆👆
Kinoo👇👇👇👇
۞ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا كُونُوا قَوَّامِينَ بِالْقِسْطِ شُهَدَاءَ لِلَّهِ وَلَوْ عَلَىٰ أَنفُسِكُمْ أَوِ الْوَالِدَيْنِ وَالْأَقْرَبِينَ ۚ إِن يَكُنْ غَنِيًّا أَوْ فَقِيرًا فَاللَّهُ أَوْلَىٰ بِهِمَا ۖ فَلَا تَتَّبِعُوا الْهَوَىٰ أَن تَعْدِلُوا ۚ وَإِن تَلْوُوا أَوْ تُعْرِضُوا فَإِنَّ اللَّهَ كَانَ بِمَا تَعْمَلُونَ خَبِيرًا
✍ Yaa Warra Rabbitti amane wal qixxummaadhaan dhaabbadhaa,walqixxummaadhaan dalagaa yoo ragaa baatanis Rabbii jedhaa haqaan ragaa bahaa #osoo_lubbuu_kessaan,haadhaafi Abbaa,ammallee aanaa kessaan irrattillee tahee haqaan ragaa bahaa,.osoonamni ragaa itti baatan dureessa ykn hiyyeessa ta'e rabbitu isinirra itti aana,hoggaa ragaa baatan waan nabseen keessan feetu jala hin deeminaa akka haqarraa hin maqneef ,yoo ragaa bahuu keessatti haqarraa maqxan takkaa waan argitan ragaa bahuu diddan rabbiin waan isin dalagdan akkaan keessa beeka.💐
♻️#Tafsiira_Dr.Muhammad_kabir_Abdullee irraa.
✅ Kan si #dinqu Jecha kana #google seentee👉#Harvard_University_Recognized_Qur'anic_Verse.Jettanii osoo seentanii suuraa kana siif fida Ajab 👍
✅ Maal jedhan seete Addunyaa kana irratti jecha haqaa,jecha dhugaa kan osoo lubbuu kee taheellee ragaa ofitti bahi jedhu kana gonkumaa hin argine jedhanii balbala mana murtii jaraatti maxxanfatan.
🌹Allaahu akbar🌹
🌹 Allahu akbar🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇

Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Gabroottan rabbii gaggaariin waa sadii waliif dhaamaa turan kan osoo warqiin madaalamtee kan ulfaatinaa fi bareedinaan caaltu
1.Nama gidduu isaatiif gidduu rabbii tolfate rabbiin gidduu isaatiif gidduu namaa tolcha
2.Nama keessoo isaa tolfate rabbiin bakkee isaa tolchaaf
3.Nama yaada aakiraatiin cinqame rabbiin duniyaa fi aakhiraa isaa tolchaaf